cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

NAN BARADHA

NAN BARADHA!! «Barataan yoo jiraate, barsiisaan eessayyuu jira!» ❏ Barnoota walii galaa ❏ Mul'ata ofii beekuu ❏ Seenaa Namootaa irraa Maal Baranna ❏ Xinsammuu fi Dubbii Hayyootaa Guyyaa Guyyaadhaan channel kanaan dhiyaata!

إظهار المزيد
فنلندا677لم يتم تحديد اللغةالتعليم16 324
مشاركات الإعلانات
9 742
المشتركون
+1024 ساعات
+847 أيام
+7030 أيام
توزيع وقت النشر

جاري تحميل البيانات...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تحليل النشر
المشاركاتالمشاهدات
الأسهم
ديناميات المشاهدات
01
✨ Telegram Channels: xinsammuu fi kitaabilee PDF 👇👇 ____ ➊ Click join 10K+ Channels         ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ 1. ADD FOLDER 01 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ____ ➋ Beekumsa Dabalataa              👇👇👇👇          👉✨banaa✨👈          👉✨banaa✨👈                👆👆👆👆 2. ADD FOLDER 02 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ____ ➌ Xinsammuu 💌 Join 💌 💌 Join 💌 💌 Join 💌 3. ADD FOLDER 03 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 4. ADD FOLDER 04 🛑 https://t.me/addlist/LDjE8uVhs3EwZDM0 https://t.me/addlist/LDjE8uVhs3EwZDM0 ❒ Contact me: @Getu_Abera ❏ Promotion: @hopepromotion ❏ @bittaafigurgurtaachannel
230Loading...
02
Karaalee Telegram irratti maallaqa hojjechuu dandeenyu keessaa Airdrop isa tokkoodha. Airdrop kanneen hojjechuun gara maallaqatti jijjiiru dandeenya. Hojiiwwan Airdrop kunneen:- 1. Coin mining gochuun 💵💵 2. Farming Coin💰💰 3. Tap-Tap gochuun 💵💵 4. Join Channels💴💴💴 5. Invite you to your friends 💲 6.Task garagaraa hojjechuun 👇Airdrop armaan gadii Start jechuun Eegalun madda galii keessan dabaladhaa.👇👇 💵 Hamster Kombat☑️ https://t.me/hamsTer_kombat_bot/start?startapp=kentId996967948 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium 💵Tapswap☑️ TapSwap is a Decentralized Exchange on the Binance Blockchain. The biggest part of TapSwap Token TAPS distribution will occur among the start here.👇 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_996967948 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift Blum☑️ Blum! 🌟 Your go-to app for crypto trading - all the cool coins and tokens, right in your pocket!📱 Now we're rolling out our Telegram mini app! Start farming points now, and who knows what cool stuff you'll snag with them soon! 🚀 Start here👇👇 t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_l0kN99T7mk 💵W-Coin☑️ W-coin is the first Decentralized Application based on a unique model where the community decides on which blockchain the token will be listed - 💎 Ton, 🧬 Solana, or 🔹 Ethereum Start here👇👇 https://t.me/wcoin_tapbot?start=OTk2OTY3OTQ4 💵NotCoin Farm bot👇👇 https://t.me/NotcoinMinerFarmBot?start=996967948 and Earn 200 NOT for Each Referral! 💵BBQCoin☑️ 10,000 coin = 1Ton coin Start here 👇 👇 👇 https://t.me/BBQcoin_bot/BBQcoin?startapp=r_996967948 💵CEX IO Power Tap☑️ CEX.IO is your gateway to using cryptocurrency with ease - wallet, trading, earn, card - everything you need to rule the cryptoverse! Start here👇👇 https://t.me/cexio_tap_bot?start=1716385521231690 💵Yescoin☑️ Who knows probably something https://t.me/theYescoin_bot/Yescoin?startapp=n2ie8H https://t.me/realyescoinbot?start=r_996967948
2692Loading...
03
🤝 𝐁𝐚𝐠𝐚 𝐧𝐚𝐠𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐡𝐮𝐟𝐭𝐚𝐧 ╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗ ║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║ ║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║ ╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~     ANAA DHUFU! 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 ergaalee nama bohaarsanii fi barsiisan 𝗄𝖺𝗋𝖺𝖺 𝗍𝖾𝗅𝖾𝗀𝗋𝖺𝗆 qoodaa 𝗃𝗂𝗋𝗎 𝗄𝖺𝗇𝖺 𝗊𝖺𝖻𝖽𝗎𝗎 laata? 𝖪𝗈𝗍𝗍𝖺𝖺 𝖽𝗁𝖺𝗇𝗀𝖺𝖺 𝗂𝗌𝗂𝗇𝗂𝗂𝖿 𝗊𝗈𝗉𝗁𝖾𝖾𝗌𝗌𝗂𝗇𝖾𝗍𝗍𝗂 𝗁𝗂𝗋𝗆𝖺𝖺𝖽𝗁𝖺𝖺! 𝖭𝖺𝗆𝗇𝗂 baratu beekumsa gonfata! Of 𝗊𝖺𝗋𝗈𝗈𝗆𝗌𝖺!          👇👇👇    • Join Us •  • Join Us •       • Join Us •    Ads: @Hopepromotion @BittaafiGurgurtaaChannel
580Loading...
04
Namoonni channel kanneen hin qabne qofti! TUQUUDHAAN JOIN TAASISAA! ADD GODHADHAA! 1. ADD FOLDER 01 2. ADD FOLDER 02 3. ADD FOLDER 03 ▬▬ ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 01   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬ ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 02   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬ ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 03    █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ❏ Free Waver: @Getu_Abera ❏ Promotion: @hopepromotion ❏ @bittaafigurgurtaachannel
570Loading...
05
JIJJIIRRAMNI SIRRIIN EESSAA EEGALA❓ ➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖ ✍️Jijjiiramni waan namni dhuunfaan tokko yookaan qaamni biraan wayii namaaf hiixatu yookaan namaaf bocu osoo hintaane, ifaajaafi fedhii ofiitiin kan namaa argamudha. Akkanuma sababni jijjiiramaa dhiibbaa keessaafi alaa ta'uu danda'a; garuu, jijjiiramni inni sirriin isa keessaa eegaludha. Sababni jijjiiramaafi jijjiiramnis walii adda. Kana hubachuufis, wanti jijjiirama fiduu danda'u ofii jijjiirama akka bakka hinbuune beekuun isa dursudha. Wantichi ka'umsa jijjiiramaa ta'a malee jijjiirama bakka bu'uu hindanda'u. Eeyyeen, jijjiiramniifi sababni jijiiramaa walii adda! 🛌Namni tokko rafaa jira haajennu. Nama rafaa jiru kana dammaqsuuf sagaleen waamichaa tokko yoo dhufe, sagaleen sun jijjiirama osoo hintaane ka'umsa yookaan sababa jijjiiramaati. Fakkeenya kanaan jijjiirama kan bakka bu'uu danda'u dammaquu, ka'uu, socho'uufi deemuudha. Deemuu yeroo eegalanis eessaafi maaliif akka ka'an hubachuu yoo dursani. Akkanuma, sagaleen dammaqse sun nama biraa irraa kan dhufe dhiibbaa alaati; garuu, kan dammaqe nama biraa abbaa waamicha sanarraan addaati. Kana jechuun, ka'umsi jijjiiramaa dhiibbaa alaa ta'ullee jijjiiramni garuu keessaa eegala! 🤦Gabaabumatti, wanti jijjiirama fiduu danda'u eessaa yoo dhufellee, jijjiiramni sirriin garuu keessumaa eegala. Kanaafuu, qaama alaa osoo hintaane, keessoo keenya haa ilaallu; quba akeekuu qofaa osoo hintaanes, of faana yeroo haaqabaannu. Kanatu fala; yoo kana ta'es, jijjiiramni dhuunfaa keenyaa dhufa. Dhuunfaatti yoo jijjiiramne, jijjiiramuu nama biraaf sababa taana. Kana keessaanis, jijjiirama hawaasa bal'aatu argama. Kun hundi yoo ta'eef, sababni guddaan jijjiirama isa keessaa dhufedha. Akkasi! Jijjiiramni sirriin keessumaa eegala malee, qaama biraan namaa hinkennamu. Kennaas miti! Jijjiiramni sirriin keessaa eegala! @Nan_Baradha @Nan_Baradha
4252Loading...
06
➊ Click join 10K+ Channels    . 👇💐💏❤️❤️💐👇         ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ᴄʟɪᴄᴋ ʜᴇʀᴇ ADD FOLDER ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❏ 𝔽ʀᴇᴇ 10ᴋ+ ᴄʜᴀɴɴᴇʟs ᴘʀᴏᴍᴏᴛɪᴏɴ ᴄᴏɴᴛᴀᴄᴛ: --● @Getu_Abera ❏ Promotion Channel: --● @hopepromotion ❏ ChannelMarketingInfo: --● @bittaafigurgurtaachannel
200Loading...
07
Karaalee Telegram irratti maallaqa hojjechuu dandeenyu Airdrop garagaraa hojjechuun maallaqatti jijjiiru dandeenya. Hojiiwwan Airdrop kunneen:- 1. Coin mining gochuun 💵💵 2. Farming Coin💰💰 3. Tap-Tap gochuun 💵💵 4. Join Channels💴💴💴 5. Invite you to your friends 💲 6.Task garagaraa hojjechuun 👇Airdrop armaan gadii Start jechuun Eegalun madda galii keessan dabaladhaa.👇👇 💵 Hamster Kombat☑️ https://t.me/hamsTer_kombat_bot/start?startapp=kentId996967948 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium 💵Tapswap☑️ TapSwap is a Decentralized Exchange on the Binance Blockchain. The biggest part of TapSwap Token TAPS distribution will occur among the start here.👇 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_996967948 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift Blum☑️ Blum! 🌟 Your go-to app for crypto trading - all the cool coins and tokens, right in your pocket!📱 Now we're rolling out our Telegram mini app! Start farming points now, and who knows what cool stuff you'll snag with them soon! 🚀 Start here👇👇 t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_l0kN99T7mk 💵W-Coin☑️ W-coin is the first Decentralized Application based on a unique model where the community decides on which blockchain the token will be listed - 💎 Ton, 🧬 Solana, or 🔹 Ethereum Start here👇👇 https://t.me/wcoin_tapbot?start=OTk2OTY3OTQ4 💵NotCoin Farm bot👇👇 https://t.me/NotcoinMinerFarmBot?start=996967948 and Earn 200 NOT for Each Referral! 💵BBQCoin☑️ 10,000 coin = 1Ton coin Start here 👇 👇 👇 https://t.me/BBQcoin_bot/BBQcoin?startapp=r_996967948 💵CEX IO Power Tap☑️ CEX.IO is your gateway to using cryptocurrency with ease - wallet, trading, earn, card - everything you need to rule the cryptoverse! Start here👇👇 https://t.me/cexio_tap_bot?start=1716385521231690 💵Yescoin☑️ Who knows probably something https://t.me/theYescoin_bot/Yescoin?startapp=n2ie8H https://t.me/realyescoinbot?start=r_996967948
4103Loading...
08
Mana keessan teessanii hojii online kam hojjechuun milkaa'uu dandeessu?... As tuquudhaan guutuu isaa ilaalaa.
1350Loading...
09
✨ Telegram Channels: xinsammuu fi kitaabilee PDF 👇👇 ____ ➊ Click join 10K+ Channels         ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ 1. ADD FOLDER 01 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ____ ➋ Beekumsa Dabalataa              👇👇👇👇          👉✨banaa✨👈          👉✨banaa✨👈                👆👆👆👆 2. ADD FOLDER 02 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ____ ➌ Xinsammuu 💌 Join 💌 💌 Join 💌 💌 Join 💌 3. ADD FOLDER 03 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❒ Contact me: @Getu_Abera ❏ Promotion: @hopepromotion ❏ @bittaafigurgurtaachannel
1340Loading...
10
KUFAATII KUFFISI MALEE!💪 ➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖ Gaafa galmaaf baatu, gufuu hedduun si mudachuu mala. Yeroo kana egaa, gufuu kufinsaa kana gara daandii ce'umsaatti jijjiiruu qabda. Nama callisee eeggatus osoo hintaane, kan galmaaf tattaafatu ta'uutu sirra jiraata. Wanti sireerraa sireetti tola siif dhufu hirriba malee hinjiru. Abjuunis kan galmaa osoo hintaane, kan hirriba keessaatu tola argama. Kanaaf, kufinsa baqachuu osoo hintaane, hambisuu danda'uu yookaan moo'achuu, akkanuma akka carraa ce'umsaatti fayyadamuutu furmaata. Tooftaa horadhu! Dhagaa rukuttaaf sitti darbamu kallattii isa si miidhu qofaa hin ilaaliin; dhagaa sana walitti qabattee diinakee ittiin ofirraa daangessuunis nijira. Gimbii jabaa eenyuu cabsee hinseenne ykn irra qaari'uu hindandeenye ittiin ijaarrachuu nidandeessa. Kun immoo, tooftaa gaafata. Eeyyeen beekumsa nama irraa fedha. Beekumsa ittiin isa nama daangessuu gara kan nama deeggarutti jijjiirratan, beekumsa waan nama arii'u isa namaaf arii'uu godhan. Wanti har'a si dhaabe muuxanno yoo si ta'e, boru sin daangessu. Akka salphaatti irra gulufta.  Gufuu si gufachiisu of jalaa buqqisuudhas malee, yeroo biraas si gufachiisa. Yoo buqqistee irbaata ibiddaa gootu, si gufachiisuuf humna dhabuurra darbee, ifa siif ta'a. Anniisaan ho'a achirraa argamuu gara fuulduraatti si buta. Yeroo ati mudhiikee hidhattee kufinsa gara carraa ce'umsaatti jijjiiirrattu, garaagarummaa guddaatu jira. Si dhaaburraa gara siif dhaabachuutti tarkaanfata. Keessikee durarra jabaataa ta'a. Eeyyeen, muuxannoon hundeen si dhaaba. Kan si kuffisu irratti Aboo qabaachuuf of qopheessuun isa hangafaati beeki. Hin sodaatiinis! Fakkeenyaaf- riqicha baay'ee dheeraa bishaan ciisaarra diriireeru tokko irra deemuuf kaate haajennu. Riqicha gabaabaa nuyi beeknu osoo hintaane, riqichi dheeraa, yoo irra ejjetan hundee lamaan irraa namaan raafamu, ol kan nama darbatu sanadha. Baay'ee nama sodaachisa. 'Ce'iifi hince'iin!' dabaree naqatanii sitti odeessuu malu. Yeroo kanatti sagalee huursa bishaanii yookan bishaanicha ciisee jiru gadi fageenya isaa dhaabattee tilmaamuurra, waan ta'uu qabu yaaduutu si oolcha. Waan ijoo lamatus jira; ce'uu yookaan keessatti kufuu! Keessatti kufuun filaannoo sodaakee gargaaruuf kaa'ame osoo hintaane, filannooma ati sammuukee keessaa qabdu sanadha. Osoo kun hinjiru ta'ee, ce'uu iyyuu hinsodaattu ture. Kana baattee riqichaa yaabdeemmoo, yoo akka tasaa bishaan seente, jireenyi nagaa sitti dhaammachuu danda'a. Humnikee kufa akka si oolchu edda beektee sodaa malee imaluun kufa si oolchuu danda'a. Kun hir'annaan immoo, bishaan seenuun dirqama. Yoo ta'eef immoo waan tokkoof of qopheessuu qabda. Waan kamiif? Bishaan daakuu beekuu sirra jiraata. Bishaan kana daaktee akka keessaa baatuuf of qopheessuun sirraa eegama. Dursitee qophaa'aa ta'uun du'a si oolcha. Akkanaan keessa kuttee gamaan ceeta. Galmaaf kufuun waanuma jiru. Garuu kufanii hafuun bu'aan ala nama taasisa. Moo'amuudhas! Yoo achii ka'an, yoo akka muuxannootti fayyadaman kufinsi jabina gara fuulduraa ta'a. Nama humneessuu keessatti gahee guddaa qaba. Ati itti fayyadamnaan daandiikee fuulduraa sii bareecha. Akkuma fiixaan ba'insi xumura hintaane, kufinsis isa dhumaa miti. Kan kufee iddooma kufetti dhumateefii miti. Kufaatin waan yeroo muraasaati malee, harka nama hinkennisiisu. Barataan kutaa irraa gara kutaatti darbuuf qabxiin isa hir'ate tokko, "Nan kufe!" jedhee harka maratee taa'uurra, yoo dareema keessatti kufe keessa deebi'ee bilcheeffate jijjiirama addaa uumuu danda'a. Garuu achumaan addunyaa barnootaa keessaa baanaan, isa qabxiin guutuufii dhabe osoo hintaane, isa deemsa dhaabe kanadha kufaatin isaa. Kufaatin deemsa irratti gufachuu miti; sababa gufannaan tokkoon walitti dhufaniin dorgommii jireenyaa keessaa bahuudha. Kufaati qofa osoo hintaane, kufanii hafuus balaaleffachuu qabna. Yoos, kufaatitu kufa. Kufaatin haa kufu! Sanbata Gaarii ‼️🙏 @Nan_Baradha @Nan_Baradha
5551Loading...
11
Mammaaksa Oromootiin, Guyyaa guyyaadhan bohaaruu fi bashannanuu kanneen barbaaddan qofti... Join Us! 👇👇 Mammaaksa Oromoo Mammaaksa Oromoo Ads: @hopepromotion @bittaafigurgurtaachannel telegram
70Loading...
12
Namoonni channel kanneen hin qabne qofti! TUQUUDHAAN JOIN TAASISAA! ADD GODHADHAA! 1. ADD FOLDER 01 2. ADD FOLDER 02 3. ADD FOLDER 03 ▬▬ ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 01   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬ ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 02   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬ ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 03    █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ❏ Free Waver: @Getu_Abera ❏ Promotion: @hopepromotion ❏ @bittaafigurgurtaachannel
140Loading...
13
📌 Open Home - Get Best Channel        ┏┓        ┃┃╱╲       ┃ ╱╱╲╲        ╱╱╭╮╲╲        ▔▏┗┛▕▔    ╱▔▔▔▔▔▔▔▔▔  ╲ ╱ ╱      ωєℓ¢σмє™           ╲╲ ╱╱  ┏┳┓╭╮ ┏┳┓   ╲╲   ▔▏ ┗┻   ┃┃ ┗┻┛  ▕▔              🔺ᴊᴏɪɴ🔺 Click here - Open Home ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 10K+ Channels!      ↓Click and join us↓ 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿 👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿 👉🏾👉🏽  Click Here  👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿 👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿 Ads: @hopepromotion @bittaafigurgurtaachannel    𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡    𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦      𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬 Contact: @Getu_Abera
400Loading...
14
❍ Affeerraa Channelee Barnootaa fi odeeffannoo addaa addaa baayee barbaachisoo ta'an qaban kanneenitti dabalamuu barbaadduu? ❍ Promotion tolaa barbaadduu? ❍ "Kuni walitti qabama channelee telegram filatamooti!" 1. ADD FOLDER 01 2. ADD FOLDER 02 3. ADD FOLDER 03 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 01   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 02   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 03    █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ❍ Itti Gammadaa ❏ Free Waver: @Getu_Abera ❏ Promotion: @hopepromotion ❏ @bittaafigurgurtaachannel
2080Loading...
15
Channel kana Join Gochuudhaan Barsiisa hafuuraa fi Leenjiilee Guddina hafuuraaf gargaaran Argadhaa! 👇👇 ● Yesus Kristos Eenyu? ● Barsiisa Yesus Kristos barsiisa! ● Waaqummaa Yesus Kristos Caqasni ibsu Macaafa Qulqulluu keessatti barreeffameeraa? ● Barsiifni Sadan Tokkummaa (Sillaasee) Maali? Join Us TruthForLife TruthForLife
320Loading...
16
SEENAA KANA IRRAA MAAL BARATTU? Dargagageessa tokkotu barsiisaa isaa durii bakka cidhaatti arga. Kabaja baay'ee olka'een edda dubbisee booda, “Na yaadattanii jirtuu?” jedhaanii. “Sin barre,” jedha barsiisichi. Baratichi ammas, “Ani barataa keessanan ture. Akkasumas yaadannoo hindagatamne tokkoonan isin yaadadha. Innis yeroon kutaa shanaffaa turetti, guyyaa tokko sa’aatiin harkaa barataa daree keenyaa kan ta’e tokko jalaa badee ture. Kanarraan kan ka’e, sa’aatii kana barbaachaaf sakatta’insi barattoota daree hundarratti ta’e. Sinis, barattoonni hundi iddoo taa’anii dhaabbachuun akka dunuunfatan edda ajajjanii booda sakatta’insa itti fuftani. Dabareen sakatta’insa na bira gahee yommuu harki keessan giiphii kiyya seenu, miira namatti hintolletu narraa wal yaabee bu’a; salphina, qaanii, reebamuu, boquun lafa ilaaluu, barumsa addaan kutuu…! Sakatta’insi erga na bira darbee booda, warreen natti aananitti fufuunsaa, sa’aatiin bade tokkoo qofaa ta’uu dhiisuu na shakkisiise. Garuu erga sakattataanii xumurtaniin booda, sa’aatiima tokko barataa jalaa badeef deebistani. Bakka dhaabannee jirruus teenyee, barnoonni guyyaa sanaa xumurame. Anis dhugaa hinseene. Daree barnootaatii bahee, biiroo isin qofaa jirtan akkuman seeneen, luka keessanitti kufeen dhiifamaafi galataan yommuun isinitti watwaadhu, sinumattuu bitaa gale. Dhumarrattis, waan ta’e hundumaas sinan hubachiise. Sa’aatiin hatame giiphiikoo keessatti qabamuu osooma beektanii na saaxiluu dhiisuun keessaniif, jechan ittiin sin galateeffadhu hinqabu. Isinis, balleessaakoo kana adabbiin osoo hintaane, gaarummaatiin na barsiiftani. Barsiisichis akkana jedheen; "Sa'aatii giphii barataa keessaa arguukoo nan yaadadha; garuu kan eenyuu keessaa akkan arge hinbeekne. Sababiin isaas, yommuun sakattaa'aa ture anis dunuunfadhee waanan tureefi." jedhee jedhama. Dawaan dhibee tokkoof kennamu yoo hammaan ta'e ni wal'aana; wal'aanees ni fayyisa, dhibees hundeen balleessuu danda’a. Garuu hamma hin barbaachifneen ol yookaan akka ajajaan ala yoo ta'e, ittuu dhukkuba dabala; dhibee dura hinjirres qocee fiduu mala. Dawaan dhukkuba tokkoos kan biraaf, kan isa biraas isa tokkoof hinta’u. Maarree, akka qaba! Akkanuma, balleessaa namaaf dawaan sirreeffamadha. Akka itti sirreessan keessaa tokko kan ta’e adaba. Adabuun immoo rukuchuu qofaan miti. Eeyyeen, akka qaba! Adabuunis qajeelchuufi. Qajeelfamni immoo bu'uura jireenya ilma namaati. Kan qajeeletus immoo qajeelfama kenna. Kun kanuma ta'ee osoo jiruu garuu, qajeelchuunis adabuu qofaan miti. Yeroo adabanii qajeelchuun barbaachisu callisuuniifi yeroo adabuun hin barbaachiifne tarkaanfii fudhachuun lachuu walii tokko. Lamaanuu badii hedduummatu. Adabuun sirreessuufi. Sirreessuunis immoo, adabuu qofaan miti. Adaba dhiibbaa sirreessuu hinqabnerra dhiisuutu filatama. Hunduu akka qaba, akka galumsa isaatti yoo ta'e qofa dawaa kan ta'u. Adabuun sirreessuuf akkuma ta'e, adabuu qofaanis sirreeffamni hinta'u. Hunduu akka qaba! Walii gallee? Eeyyeen! @Nan_Baradha @Nan_Baradha
7845Loading...
17
➊ Click join 10K+ Channels    . 👇💐💏❤️❤️💐👇         ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ᴄʟɪᴄᴋ ʜᴇʀᴇ ADD FOLDER ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❏ 𝔽ʀᴇᴇ 10ᴋ+ ᴄʜᴀɴɴᴇʟs ᴘʀᴏᴍᴏᴛɪᴏɴ ᴄᴏɴᴛᴀᴄᴛ: --● @Getu_Abera ❏ Promotion Channel: --● @hopepromotion ❏ ChannelMarketingInfo: --● @bittaafigurgurtaachannel
480Loading...
18
💌 .... OPEN👇 kan jedhu tuquun affeerraa channel isiniif dhiyaatetti dabalamaa!     👇💐💏❤️❤️💐👇 ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️ Dhugumatti Sagantaa keenyatti bohaaraa irraa ni barattu!🌟 . ❏ AddToFreeWave: @Gech_Ab ❏ Promotion: @hopepromotion ❏ @bittaafigurgurtaachannel
680Loading...
19
Afaan Engliffaa karaa salphaadhaan barachuu barbaadduu? Do you make grammar mistakes every time when you speak English? Is it difficult for you to understand Americans and British people when they speak quickly? Are you ready to be fluent? JOIN OUR TELEGRAM CHANNEL https://t.me/+pee5-uHv_8A5Yjlk https://t.me/+pee5-uHv_8A5Yjlk Ads: @hopepromotion @bittaafigurgurtaachannel
2190Loading...
20
❍ Affeerraa Channelee Barnootaa fi odeeffannoo addaa addaa baayee barbaachisoo ta'an qaban kanneenitti dabalamuu barbaadduu? ❍ Promotion tolaa barbaadduu? ❍ "Kuni walitti qabama channelee telegram filatamooti!" 1. ADD FOLDER 01 2. ADD FOLDER 02 3. ADD FOLDER 03 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 01   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 02   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 03    █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ❍ Itti Gammadaa ❏ Free Waver: @Getu_Abera ❏ Promotion: @hopepromotion ❏ @bittaafigurgurtaachannel
660Loading...
21
➊ Click join 10K+ Channels    . 👇💐💏❤️❤️💐👇         ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ᴄʟɪᴄᴋ ʜᴇʀᴇ ADD FOLDER ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❏ 𝔽ʀᴇᴇ 10ᴋ+ ᴄʜᴀɴɴᴇʟs ᴘʀᴏᴍᴏᴛɪᴏɴ ᴄᴏɴᴛᴀᴄᴛ: --● @Getu_Abera ❏ Promotion Channel: --● @hopepromotion ❏ ChannelMarketingInfo: --● @bittaafigurgurtaachannel
300Loading...
22
WAANUMA IRRA DEDDEBITU TAATEE ARGAMTA❗ ✍️Wanti guddaan ati har'a jireenyakee irratti argitu walitti ida'ama taateefi jiruukee kaleessaati." jedha. Ittuma fufees, "Fixaan ba'insi jijjiirama ta'ii tokkeen mul'atu osoo hintaane, walitti idaa'ama amaleeffannaa guyyaa guyyaati. Galmi bu'aa waan argachuu barbaaddeeti; tooftaan garuu adeemsa gara bu'aa sanatti geessudha. Bu'aa har'aa irra daandii imalaa gara bu'aa sanatti geessutti xiyyeeffachuu wayya. Akkuma ulfaatinnikee amaleeffaannoo nyaataa ati qabdu mul'isu, beekumsikee idaa'ama hammam barachuukee agarsiisu, haala mataafi miilla hinqabne keessa jiraachuunkee waa'ee amaleeffannaa qulqullinakee waa himu, bu'aankee yeroo tokkoo walitti qabaa amalootakee guyyaa guyyaa madaallii yeroo sanaan duraati. Waanuma irra deddeebitu taatee argamta! Amalli gaariin yeroo gargaaraakee godha. Amalli badaan garuu yeroo diina sitti taasisa. Amallikee har'aa eenyummaakee boruuti waan ta'eef, bu'aan waan taatee argamtuu tolee akka argamuuf deemsakee guyyaa guyyaa sirreessi!" @Nan_Baradha @Nan_Baradha
8364Loading...
23
💰SAMMUU MILIYOONAA❗ THE MILLIONAIRE MIND❗ #Thomas_J Kitaabicha irraa barumsi ijoo kunooti: 1~Yeroo dheeraa yaadi:- 💰Miliyeenarroonni ofiin of tolchan qabeenya kuufamuu ilaalchisee yaada yeroo dheeraa qabu. Bu’aa ariifataa fi yeroo gabaabaa barbaaduu caalaa, yeroon qabeenya itti fufiinsa qabu ijaaruu irratti xiyyeeffatu. 2~Qusannaa qabaadhu:- 💰Miliyeenaroota ofii isaanii hojjetan yeroo baayyee qusannaa kan qabaniifi amala baasii naamusa qabu kan shaakalan yoo ta’u, kunis ogummaadhaan qusachuu fi invastimantii akka godhan isaan dandeessisa. 3~Barnootaa fi barumsa walitti fufiinsa qabuuf iddoo guddaa kennuu:- 💰Miliyeenaroota ofiin of tolchan barbaachisummaa barnootaa fi barumsa walitti fufiinsa qabu ni hubatu.  Beekumsa dammaqinaan barbaaduu fi of fooyyessuu irratti invast gochuun damee isaanii irratti dursanii akka turanii fi murtoo maallaqaa odeeffannoo irratti hundaa’e akka murteessan isaan gargaara. 4~Namoota dhuunfaa yaada walfakkaataa qabaniin of marsi:- Barreessitoonni namoota dhuunfaa milkaa’oo biroo wajjin of marsuun barbaachisaa ta’uu cimsanii ibsu.  Namoota yaadaafi kaka’umsa walfakkaataa qaban waliin walitti dhufeenya uumuudhaan hubannoo, deeggarsaafi kaka’umsa gatii guddaa qabu argachuu danda’a. 5~Balaa shallagame fudhachuu:- 💰Miliyeenarroonni ofii isaanii hojjetan balaa shallagame fudhachuu hin sodaatan. Abbootiin qabeenyaa fi invastimantiin balaa sadarkaa tokko tokko akka of keessaa qabu ni hubatu, garuu carraa milkaa’ina isaanii guddisuuf balaawwan sana of eeggannoodhaan madaaluu fi bulchu. 6~Dhangala’aa galii dachaa guddisuu:- 💰Miliyeenarroonni ofii isaanii hojjetan yeroo baayyee galii dachaa kan akka invastimantii, daldala cinaa ykn royaaltii kan qaban yoo ta’u, kunis tasgabbii maallaqaa fi carraa qabeenya uumuu dabaluu isaaniif kenna. 7~Hawaasaaf deebisee kennuu:- 💰Miliyeenarroonni ofii isaanii hojjetan yeroo baayyee hojii tola ooltummaaf gumaachu, barbaachisummaa hawaasa isaanii irratti dhiibbaa gaarii fiduu ni hubatu! Sammuu Miliyoonaa! @Nan_Baradha @Nan_Baradha
8912Loading...
24
➊ Click join 10K+ Channels    . 👇💐💏❤️❤️💐👇         ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ᴄʟɪᴄᴋ ʜᴇʀᴇ ADD FOLDER ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❏ 𝔽ʀᴇᴇ 10ᴋ+ ᴄʜᴀɴɴᴇʟs ᴘʀᴏᴍᴏᴛɪᴏɴ ᴄᴏɴᴛᴀᴄᴛ: --● @Getu_Abera ❏ Promotion Channel: --● @hopepromotion ❏ ChannelMarketingInfo: --● @bittaafigurgurtaachannel
360Loading...
25
❍ Channelee barbaachisoo baayee barbaachisoo kanneenitti dabalamuu barbaadduu? ❍ Promotion tolaa barbaadduu? ❍ "Kuni walitti qabama channelee telegram filatamooti!" 1. ADD FOLDER 01 2. ADD FOLDER 02 3. ADD FOLDER 03 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 01   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 02   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 03    █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ❍ Itti Gammadaa ❏ Free Waver: @Getu_Abera ❏ Promotion: @hopepromotion ❏ @bittaafigurgurtaachannel
1800Loading...
26
Channel for Students and Teachers✔️       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here ««« • Join • Share • Comment • ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❏ @hopepromotion ❏ @bittaafigurgurtaachannel
2510Loading...
27
HUBADHU❗ ➖➖➖➖➖ ➊. Obsi guddaan dhagaa yoo affeelu, aariin xinnoon bishaan bobeessitti! ➋. Yeroo tokko tokko gammachuun guyyaa tokkoo gadda waggaa tokkoo jijjiira! ➌. Nama kabajuun mallattoo sodaa osoo hin taane bilchina sammuu fi dandeettii fageessanii yaaduuti! ➍. Jireenya kee fooyyeessuu dhaaf yaalii dhaan shaakala ati taasiftu keessatti kufaatiiwwan si muudatan kufaatii osoo hin taane akeektuu galma ga'iinsa yaalii keetiiti! ➎. Addunyaa kana irratti harreen akka namaatti yaadu jiraachuu baatus namni akka harreeti yaadu hin dhibamu! ➏. Akka addunyaatti yaadi akka naannootti hojjedhu! (Think globally act locally) ➐. Dhalli namaa wanta haaraa argannoo dhaan yoo uumu (kalaqu) kan nama gammachiisu ta'ee, garuu ofii isaatii uumamuu yoo irraanfatu immoo kan nama gaddisiisu dha! ➑. Kan nama qaanessu ba'aa guddaa sammuu irratti baachuu osoo hin taane sammuu hin yaanne baachuu dha! ➒. Yoo rakkoon si mudate rakkoo si mudate sanaaf yaadda'uu osoo hin taane akkaataa rakkoo si mudate sana keessaa itti baatu yaaduu qabda! ➓. Wal beekuu irra waliif beekuu wayya! YEROO GAARII‼️ @Nan_Baradha @Nan_Baradha
9864Loading...
28
➊ Click join 10K+ Channels    . 👇💐💏❤️❤️💐👇         ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ᴄʟɪᴄᴋ ʜᴇʀᴇ ADD FOLDER ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 𝔽ʀᴇᴇ 10ᴋ+ ᴄʜᴀɴɴᴇʟs ᴘʀᴏᴍᴏᴛɪᴏɴ ᴄᴏɴᴛᴀᴄᴛ: @Getu_Abera
710Loading...
29
💌 .... OPEN👇 kan jedhu tuquun affeerraa channel isiniif dhiyaatetti dabalamaa!     👇💐💏❤️❤️💐👇 ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️ Dhugumatti Sagantaa keenyatti bohaaraa irraa ni barattu!🌟 . AddToFreeWave: @Gech_Ab
700Loading...
30
✨ Telegram Channels: xinsammuu fi kitaabilee PDF 👇👇 ____ ➊ Click join 10K+ Channels         ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ 1. ADD FOLDER 01 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ____ ➋ Beekumsa Dabalataa              👇👇👇👇          👉✨banaa✨👈          👉✨banaa✨👈                👆👆👆👆 2. ADD FOLDER 02 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ____ ➌ Xinsammuu 💌 Join 💌 💌 Join 💌 💌 Join 💌 3. ADD FOLDER 03 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❒ Contact me: @Getu_Abera ❏ Promotion: @hopepromotion ❏ @bittaafigurgurtaachannel
2070Loading...
31
For English Learners 📌 • Free English learning center • Free Learn English quickly • English Grammar 👇👇 ▣ join us ▣ ▣ join us ▣ ▣ join us ▣ 𝙰𝚍𝚜: @hopepromotion @bittaafigurgurtaachannel
1770Loading...
32
🎁🎁 10K+ Channels! 🎁🎁        ↓Click and join us↓ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿 👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿 👉🏾👉🏽  Click Here  👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿 👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ Waver: @Getu_Abera    𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡    𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦      𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬      @hopepromotion          @Getpostbot
1490Loading...
33
❍ Channel kanneen hunda qabduu? ❍ Promotion tolaa barbaadduu? ❍ "Kuni walitti qabama channelee telegram filatamooti!" 1. ADD FOLDER 01 2. ADD FOLDER 02 3. ADD FOLDER 03 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬     👇💐💏❤️❤️💐 ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 01   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬     👇💐💏❤️❤️💐 ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 02   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬      👇💐💏❤️❤️💐 ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 03    █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ❍ Itti Gammadaa ❏ Free Waver: @Getu_Abera ❏ Promotion: @hopepromotion ❏ @bittaafigurgurtaachannel
2720Loading...
34
Garuu galiin isaanii waggaa doolaara miiliyoona hedduudha." Yeroo akkana jedhuun, harmeen isaa callisuu irraan kan hafe carraa biraa hin arganne. Lamaan isaanii jidduuttis callisatu haboo godhate, yeroof. Addunyaan duraa yookaan moofaa jijjiiramtus, garuu gorsi ishee akka hin jijjiiramiin jiru yaaduutti kaate. Barnoota gaarii argachuufi qabxii gaarii galmeessuu qofaan galmaan akka nama hin geenye ilmi ishee hubatee akka jirus yaaduu itti fufte. "Ani, akkakeefi akka abbaakoo kanatti jabaadhees hojjechuu hin barbaadu. Qarshii hedduu argattani. Mana guddaa keessa jiraattani. Mana keessanis wantota garagaraan kuullattani. Yoo gorsa keessan qofaa duukaa bu'e kankoos hireen kanumadha. Hireen keessan taaksii kanfaluufi liqeeffachuu irraa hin siqne. Wabii hojiis hin qabdani. Eebbifamtoonni bara keenyaammoo akkuma keessanillee miti. Kanfaltiin kan keessaniin gadi. Doktaarota hedduu mee ilaali. Hamma dadhabaniifi itti fayyadaman hin argatan. Warri kaanis hubannaan ilaali. Wal hin argu! Kanaafuu waan wabii naaf taanetti of gatuu hinqabu. Wabii jireenyaa yookaan yeroon sooroma bahuu naaf hinqabu, waan kun. Deebii moofaa osoo hintaane, haaraan sirraa barbaada harmee!" jedhaanii ammallee, gurbaan. Harmeen isaas deebii quubsaa dhabduufiillee, gaaffii sirrii ta'uu isaa ni beekti. Deebii sirrii akka deebisaafii hin jirres hubattee jirti. Akka akkas ta'es ni dubbatti. Gorsi amma isheen gorsaa jirtus kan waggoota hedduun dura fayyaduu danda'u malee, amma akka hin fayyadne haalaan galeefii jira. Amma akka duraa sana ija jabaattee; "Mana barumsaa deemi. Qabxii gaarii galmeessii bahii hojii gaarii argadhu!" jechuu qofaaf haamilee godhachaa hin jirtu. Irruma dabarteeyyuu "Deebii haaraa deebisuufin qaba ture" jettee hamma of ceepha'uutti geesse. Ceephoon ishee ittuma fufe; "Akka harmee tokkooti....akka akkawuntaantii tokkoottis, ijoollonni keenya barboota galiin wal qabatu dhabuun isaanii na yaachisaa jira. Dargaggooni bara kanaa biroon hedduun isaanii, osoo barnoota sadarkaa 2ffaa hin xumuriin, waan kana quba qabu. Kana hunda mana barnootaatti akka hin baranne nan beeka. Osoo beekumsa waa'ee qarshiifi akkamitti akka qarshiin akka hojjetu hin qabaatiin, ijoolleenkoo, akkamitti addunyaa qabatamaaf qophaa'uree?" Gaaffii irratti gaaffii! Sirriis ta'us ta'uu baatus gaaffii ilmi ishee, ishee gaafachaa tureef deebii  kennuu dhiisuu baattullee, ofiif garuu deebii xiqqooyyuu dhabde. Of gowwoosuun baay'ee ulfaata! Itti fufa... @Nan_Baradha @Nan_Baradha
1 1943Loading...
35
RICH DAD AND POOR DAD #PART 2 ~~~~ "Manni barumsaa dhugaadhumatti addunyaa qabatamaaf ijoollee ni qopheessaa?" jechuun gaaffiidhaan eegalti. Gaaffiin kun anaafuu gaaffiidhaatii, yaadicha ittuma fufeen hordofe. Isheenis ittuma fuftee, "Jabaadhuu dubbisi; qabxii gaariis galmeessi. Yoo kana goote, dalagaa kanfaltii jabaa qabu argatta" jechaanii maatiin ishee gorsaa akka turan himti. Galmi guddaan maatii ishees, isheefi obboleettiin ishee barnoota sadarkaa olaanaa akka argatan ture. Kana keessaanis, carraa guddaa gara milkaa'insaatti isaan geessuu danda'u akka gonfatan amanu. Haaluma kanaan, yuunivarsiitii biyya ishee keessaa sadarkaa qabu tokko irraa digirii ishee gosa barnoota akkaawuntiingiitiin xumurti. Edda xumurtee boodas, kanfaltii olaanaadhaan qacaramuuf yeroo itti hin fudhanne. "Jabaadhuu dubbisi! Qabxii olaanaa galmeessii yuunivarsiitii filatamaa gali. Qabxii gaariin bahiis bakka kanfaltii olaanaa argattutti qacaramii hojjedhu!" jechaa maatiin ishee kan gorsaa turan tokko hin dhiifne. Gorsa maatii ishee hojiirra oolchuun nama milkaa'e fakkaachuu dandeessi. Garuu waan hir'ateefi sirrachuun irra jiru baay'ee akka ishee hafee ture lafa keessi. Kana gara boodaatti itti deebina. "Abbaan warraa kiyya Mikaa'elis deemsi isaa akkuma kankoo kanaa ture" jetti itti fuftee. Dhugaan jirus kanuma! Faanuma tokko jiru. Innis akkuma ishee kana nama jabaatee hojjetudha. Nama badhaasaan digirii isaa yuunivarsiitii irraa xumuredha. Jalqaba irratti injiineriingiidhaan kan hojjete yoo ta'u; itti aanseemmoo, barnoota seeraan xumure. Digirii si'a lama jechuudha! Kanaan booda, "Washington D.C"-tti abbaa seeraa ta'ee hojjechuu eegale. Dafee hojii kan eegaleefi nama bakka olaanaatiis hojii argate ta'e. Kana keessaanis fuuldurri isaa ifaa kan fakkaatedha. Innis gorsa maatii isaa fiixaan baasuu hin hafne. "Jabaadhu! Baradhuus xumuri. Sanaan booda, bakka jabaafi waan jabaan qacaramii dalagi!" Akkana namaan jedhu mitiiree maatiin baay'een? Kanarraa waan fagaate miti. Anis keessatti of ilaaluu hin dhiifne. Atis carraa kanatti fayyadamtee of gaafachuu mee yaali. Kana garuu ittuma fufnee haa ilaallu! "Aniifi abbaan warraankoo dalagaa keenyaan waan  milkoofnee taanullee, akka eegne ta'uu hin dandeenye. Haala mijataa barbaachaaf bakka dalagaa si'a hedduu jijjiirre. Jireenyi keenyas kan ammaarra darbee kan gara fuulduraaf wabii waan qabu fakkaachuu dide. Wabiin yeroo sooroma baanuu nutti argamaa hin jiru." Jetti, haati warraa Mikaa'el. Hojiin isaanii kun, harkaa gara afaanii ta'uurra darbee wabii gara fuulduraa akka hin qabne kaafti. Kan hundumarra bitaa itti galaa jirummoo, ijoollee ishees akkuma dura gorfamaa guddatte kanatti gorsaa jiraachuu isheeti. Osooma kanaan jirtuu, gaaf-tokko ilmi ishee gara ishee dhufa. Miira dubbisaan dadhabeefi mukaa'een akkana jedhaanii; "Maaliif barnoota jireenyakoo qabatamaaf naan qopheessineefi naan taanetti yerookoo gubaa? Maaliifan callisee itti dadhabaa?" Yeroo kana, deebiima deebisuufiif waan qabduuf qofa, osoo itti hin yaadiin akkana jettiin; "Yoo qabxii gaarii argachuu baatte, carraa yuunivarsiitii dhabda." Dubbattee osoo afaan ishee irraa hinfixiin, "Yuunivarsiitii deemes deemuu baadhes, ani sooressa nan ta'a" jedhee deebisaaf. Naasuun ishee ittuma fufe! Waan ilmishee jedhe qofaaf osoo hintaane, waan dura of gaafachaa turtes itti dabalamee akka irra caalaa naatu godhe. Ammallee callisuu waan hinqabneef, "Koollejjii yookaan yuunivarsiitii deemuu yoo baatte, hojii gaarii hin argattu. Hojii hin argattu taanaan immoo akkamitti qabeenya horachuu dandeessa?" jettee gaaffii isaa gaaffiin mataa marti. Gurbaan deebii kanatti hinquufne. Ittuma fufee, " Harmee! Mee addunyaa qabatamaa kana ilaali. Abbootiin qabeenyaa beekamoon addunyaa kanaa waan barataniif miti kan qabeenya horatan. Mee Mikaa'el Jordaaniifi Maadoonnaa ilaali. Biil Geetillee fudhachuu dandeessa.Harvaard irraa adda kutee deebi'e. Garuu "Microsoft" argate. Inni abbaa qabeeyaa akkamii akka ta'e ni beekta. Taphatoota garagaraa ilaali. Barnootaan akkam akka isaan rakkatan sitti himuu hin barbaachisu.
1 0772Loading...
36
✨ Telegram Channels: xinsammuu fi kitaabilee PDF 👇👇 ____ ➊ Click join 10K+ Channels         ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ 1. ADD FOLDER 01 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ____ ➋ Beekumsa Dabalataa              👇👇👇👇          👉✨banaa✨👈          👉✨banaa✨👈                👆👆👆👆 2. ADD FOLDER 02 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ____ ➌ Xinsammuu 💌 Join 💌 💌 Join 💌 💌 Join 💌 3. ADD FOLDER 03 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❒ Contact me: @Getu_Abera ❏ Promotion: @hopepromotion ❏ @bittaafigurgurtaachannel
520Loading...
37
➊ Click join 10K+ Channels    . 👇💐💏❤️❤️💐👇         ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ᴄʟɪᴄᴋ ʜᴇʀᴇ ADD FOLDER ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 𝔽ʀᴇᴇ 10ᴋ+ ᴄʜᴀɴɴᴇʟs ᴘʀᴏᴍᴏᴛɪᴏɴ ᴄᴏɴᴛᴀᴄᴛ: @Getu_Abera
500Loading...
38
RICH DAD AND POOR DAD #PART 1 [Barreeffamni gadii kun dheeraa waan ta'eef kutaa kutaan qoodnee isiniif maxxansina. Ergaan isaa garuu sanaa gad hin dheeratu. Namni dubbise akka baay'ee fayyadamus hin shakku! Mata duree dhaloonni irratti xiyyeeffachuu qabuufi furtuu rakkinoota sadarkaa garagaraatti nu mudatanii qabatee dhiyaateera. Dubbisa gaarii!] Barreessaan Roobert Koyaasaakiidha. Dhugaa dhumatti, gaaffii armaan dura ka'aa tureefi kanneen biroof deebii quubsaa qaba. Garaagarummaa hojjetaafi hojjechiisaa jidduu jiru isa sirrii lafa kaa'a. Sooressi maaliif akka soorome, hiyyeessi maaliif akka hiyyoome suura kaasee namaa ibsa. Maaliif akka galgalli barataa cimaa, yeroo baay'ee, harka barataa isa cimaa hintaaneetti akka kufuuf deebii quubsaa qaba. Itti dhiyaadhaa ilaalaa. "Abbaa laman qaba!" jechuun eegala, barreessichi karaa kitaaba isaa kanaa (RICH DAD, POOR DAD). 'Ajaa'iba! Abbaa lama irraa dhalatuu?' jechaan dubbisuu itti fufe. Innis hin dhaabne, ittuma fufa. Abbaan isaa inni tokko sooressa, inni biraan immoo hiyyeessa akka ta'etti hima. Abbaan isaa inni tokko baay'ee kan barateefi digirii hedduu of harkaa kan qabudha. Faallaa kanaa, abbaan isaa inni biraan immoo kutaa 8ffaa iyyuu kan hin xumurredha. Lamaanuu hojii isaaniitti cimoofi milkaa'oo ta'uun immoo wal isaan fakkeessa. Garuu inni tokko rakkoo maallaqaan mudatama, inni biraan immoo nama sooressa beekamaa ganda isaaniiti. Inni tokko doolaara miiliyoona kudhan maatii, mana waaqeffannaa isaafi gargaarsa biraaf dhiisee du'e. Inni biraan immoo, waraqaa ittiin liqiin irraa kanfalamu dhiiseefii du'e. Inni kun, isa hiyyummaa dhala isaa dhaalchisee du'edha. Akkuma sila jenne, lamaanuu jaboofi dhiibbaa uumtotadha. Lamaan isaanii ni gorsuunii; garuu waan wal fakkaataan isa hin gorsani. Namoonni kun lamaanuu haalaan barnootatti amanu. Garuu, kenninsa barnoota wal fakkaataa hin gorsaniin. Inni tokko, "Jabaadhuu baradhu; koolleejjii galiis qabxii olaanaan xumurii kaampaanii filatamaatti qacarami!" yoo jedhu, inni biraan immoo, "Jabaadhuu baradhu; koollejjii galiis qabxii olaanaan xumurii kaampaanii mataakee horadhu!" jedhaani. "Osoon abbaa tokko qofaa qabaadheera ta'ee, yaada isaa tokkicha qofaa fudhadha yookaan fudhachuun dhiisa. Abbaa lama qabaachuunkoo filannoo yaada waliif faallaa kanaaf gorsa naa kenna. Haalaan wal bira qabee akkan filadhu na godha!" Akkanaan abbaa lama qabaachuu isaaf waan itti dhagaahamu ibsata. Yaada faallaa qabaachuun abboota isaan lamaan kanaa akkuma itti fufetti. Fakkeenyaaf: Inni tokko, "Jaalalli qarshii hundee jal'inaati!" jedha; inni biraan immoo, "Dhabinsi qarshii madda jal'inaati!" jedha. ●Guutummaa kitaabichaa siniif dhiiseera. Akkuma jara olii kana, gaaffii hedduuf akka deebii argattan hin shakku. Yaadichi mata duree guddaafi dhaloonni irratti xiyyeeffachuu qabu ta'uu eddan hubadhee booda, siniif qooduun filadhe. Dubbisaa Itti fufa ... @Nan_Baradha @Nan_Baradha
1 1734Loading...
39
የሀብት መንገድ(rich dad poor dad) በሮበርት ኪዮላኪ
1 0292Loading...
40
Rich Dad Poor Dad by Robert Kiyosaki. Language: English
1 1225Loading...
Karaalee Telegram irratti maallaqa hojjechuu dandeenyu keessaa Airdrop isa tokkoodha. Airdrop kanneen hojjechuun gara maallaqatti jijjiiru dandeenya. Hojiiwwan Airdrop kunneen:- 1. Coin mining gochuun 💵💵 2. Farming Coin💰💰 3. Tap-Tap gochuun 💵💵 4. Join Channels💴💴💴 5. Invite you to your friends 💲 6.Task garagaraa hojjechuun 👇Airdrop armaan gadii Start jechuun Eegalun madda galii keessan dabaladhaa.👇👇 💵 Hamster Kombat☑️ https://t.me/hamsTer_kombat_bot/start?startapp=kentId996967948 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium 💵Tapswap☑️ TapSwap is a Decentralized Exchange on the Binance Blockchain. The biggest part of TapSwap Token TAPS distribution will occur among the start here.👇 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_996967948 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift Blum☑️ Blum! 🌟 Your go-to app for crypto trading - all the cool coins and tokens, right in your pocket!📱 Now we're rolling out our Telegram mini app! Start farming points now, and who knows what cool stuff you'll snag with them soon! 🚀 Start here👇👇 t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_l0kN99T7mk 💵W-Coin☑️ W-coin is the first Decentralized Application based on a unique model where the community decides on which blockchain the token will be listed - 💎 Ton, 🧬 Solana, or 🔹 Ethereum Start here👇👇 https://t.me/wcoin_tapbot?start=OTk2OTY3OTQ4 💵NotCoin Farm bot👇👇 https://t.me/NotcoinMinerFarmBot?start=996967948 and Earn 200 NOT for Each Referral! 💵BBQCoin☑️ 10,000 coin = 1Ton coin Start here 👇 👇 👇 https://t.me/BBQcoin_bot/BBQcoin?startapp=r_996967948 💵CEX IO Power Tap☑️ CEX.IO is your gateway to using cryptocurrency with ease - wallet, trading, earn, card - everything you need to rule the cryptoverse! Start here👇👇 https://t.me/cexio_tap_bot?start=1716385521231690 💵Yescoin☑️ Who knows probably something https://t.me/theYescoin_bot/Yescoin?startapp=n2ie8H https://t.me/realyescoinbot?start=r_996967948
إظهار الكل...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

JIJJIIRRAMNI SIRRIIN EESSAA EEGALA❓ ➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖ ✍️Jijjiiramni waan namni dhuunfaan tokko yookaan qaamni biraan wayii namaaf hiixatu yookaan namaaf bocu osoo hintaane, ifaajaafi fedhii ofiitiin kan namaa argamudha. Akkanuma sababni jijjiiramaa dhiibbaa keessaafi alaa ta'uu danda'a; garuu, jijjiiramni inni sirriin isa keessaa eegaludha. Sababni jijjiiramaafi jijjiiramnis walii adda. Kana hubachuufis, wanti jijjiirama fiduu danda'u ofii jijjiirama akka bakka hinbuune beekuun isa dursudha. Wantichi ka'umsa jijjiiramaa ta'a malee jijjiirama bakka bu'uu hindanda'u. Eeyyeen, jijjiiramniifi sababni jijiiramaa walii adda! 🛌Namni tokko rafaa jira haajennu. Nama rafaa jiru kana dammaqsuuf sagaleen waamichaa tokko yoo dhufe, sagaleen sun jijjiirama osoo hintaane ka'umsa yookaan sababa jijjiiramaati. Fakkeenya kanaan jijjiirama kan bakka bu'uu danda'u dammaquu, ka'uu, socho'uufi deemuudha. Deemuu yeroo eegalanis eessaafi maaliif akka ka'an hubachuu yoo dursani. Akkanuma, sagaleen dammaqse sun nama biraa irraa kan dhufe dhiibbaa alaati; garuu, kan dammaqe nama biraa abbaa waamicha sanarraan addaati. Kana jechuun, ka'umsi jijjiiramaa dhiibbaa alaa ta'ullee jijjiiramni garuu keessaa eegala! 🤦Gabaabumatti, wanti jijjiirama fiduu danda'u eessaa yoo dhufellee, jijjiiramni sirriin garuu keessumaa eegala. Kanaafuu, qaama alaa osoo hintaane, keessoo keenya haa ilaallu; quba akeekuu qofaa osoo hintaanes, of faana yeroo haaqabaannu. Kanatu fala; yoo kana ta'es, jijjiiramni dhuunfaa keenyaa dhufa. Dhuunfaatti yoo jijjiiramne, jijjiiramuu nama biraaf sababa taana. Kana keessaanis, jijjiirama hawaasa bal'aatu argama. Kun hundi yoo ta'eef, sababni guddaan jijjiirama isa keessaa dhufedha. Akkasi! Jijjiiramni sirriin keessumaa eegala malee, qaama biraan namaa hinkennamu. Kennaas miti!
Jijjiiramni sirriin keessaa eegala!
@Nan_Baradha @Nan_Baradha
إظهار الكل...
👍 3 1
Karaalee Telegram irratti maallaqa hojjechuu dandeenyu Airdrop garagaraa hojjechuun maallaqatti jijjiiru dandeenya. Hojiiwwan Airdrop kunneen:- 1. Coin mining gochuun 💵💵 2. Farming Coin💰💰 3. Tap-Tap gochuun 💵💵 4. Join Channels💴💴💴 5. Invite you to your friends 💲 6.Task garagaraa hojjechuun 👇Airdrop armaan gadii Start jechuun Eegalun madda galii keessan dabaladhaa.👇👇 💵 Hamster Kombat☑️ https://t.me/hamsTer_kombat_bot/start?startapp=kentId996967948 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium 💵Tapswap☑️ TapSwap is a Decentralized Exchange on the Binance Blockchain. The biggest part of TapSwap Token TAPS distribution will occur among the start here.👇 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_996967948 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift Blum☑️ Blum! 🌟 Your go-to app for crypto trading - all the cool coins and tokens, right in your pocket!📱 Now we're rolling out our Telegram mini app! Start farming points now, and who knows what cool stuff you'll snag with them soon! 🚀 Start here👇👇 t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_l0kN99T7mk 💵W-Coin☑️ W-coin is the first Decentralized Application based on a unique model where the community decides on which blockchain the token will be listed - 💎 Ton, 🧬 Solana, or 🔹 Ethereum Start here👇👇 https://t.me/wcoin_tapbot?start=OTk2OTY3OTQ4 💵NotCoin Farm bot👇👇 https://t.me/NotcoinMinerFarmBot?start=996967948 and Earn 200 NOT for Each Referral! 💵BBQCoin☑️ 10,000 coin = 1Ton coin Start here 👇 👇 👇 https://t.me/BBQcoin_bot/BBQcoin?startapp=r_996967948 💵CEX IO Power Tap☑️ CEX.IO is your gateway to using cryptocurrency with ease - wallet, trading, earn, card - everything you need to rule the cryptoverse! Start here👇👇 https://t.me/cexio_tap_bot?start=1716385521231690 💵Yescoin☑️ Who knows probably something https://t.me/theYescoin_bot/Yescoin?startapp=n2ie8H https://t.me/realyescoinbot?start=r_996967948
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram

👏 4👍 1 1