cookie

ู†ุญู† ู†ุณุชุฎุฏู… ู…ู„ูุงุช ุชุนุฑูŠู ุงู„ุงุฑุชุจุงุท ู„ุชุญุณูŠู† ุชุฌุฑุจุฉ ุงู„ุชุตูุญ ุงู„ุฎุงุตุฉ ุจูƒ. ุจุงู„ู†ู‚ุฑ ุนู„ู‰ "ู‚ุจูˆู„ ุงู„ูƒู„"ุŒ ุฃู†ุช ุชูˆุงูู‚ ุนู„ู‰ ุงุณุชุฎุฏุงู… ู…ู„ูุงุช ุชุนุฑูŠู ุงู„ุงุฑุชุจุงุท.

avatar

๐Ÿ… ๐Ÿ„ถ ๐Ÿ…‚

Sagalee ummata

ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ู…ุฒูŠุฏ
ูู†ู„ู†ุฏุง3 726ู„ู… ูŠุชู… ุชุญุฏูŠุฏ ุงู„ู„ุบุฉุงู„ูุฆุฉ ุบูŠุฑ ู…ุญุฏุฏุฉ
ู…ุดุงุฑูƒุงุช ุงู„ุฅุนู„ุงู†ุงุช
205
ุงู„ู…ุดุชุฑูƒูˆู†
ู„ุง ุชูˆุฌุฏ ุจูŠุงู†ุงุช24 ุณุงุนุงุช
-17 ุฃูŠุงู…
-130 ุฃูŠุงู…

ุฌุงุฑูŠ ุชุญู…ูŠู„ ุงู„ุจูŠุงู†ุงุช...

ู…ุนุฏู„ ู†ู…ูˆ ุงู„ู…ุดุชุฑูƒ

ุฌุงุฑูŠ ุชุญู…ูŠู„ ุงู„ุจูŠุงู†ุงุช...

Baankiin Daldalaa Itoophiyaa tajaajila addaan kutuu beeksiseera. Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa sababa rakkoo sirna tajaajila (system) baankichaa irratti uumameen jechuunis: - Dameeleetti: - Interneet Baankiingii - Moobaayil baankiingii akkasumas CBE Birrii dhaan tajaajilli addaan cituu akka isa mudate beeksiseera. Baankichi tajaajila kana deebisee eegaluuf ciminaan hojjechaa jiraachuu ibsuun maamiltoonni isaa obsaan akka eeggatan gaafateera. Burjaajjii raawwatameefis #dhiifama gaafateera.
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ”ฅ 2๐Ÿ˜ 1
#Adwa128 Guyyaan Ayyaana Injifannoo Adwaa 128ffaa guyyaa boru gaggeeffama. Raayyaan Ittisa Biyyaa guyyaa injifannoo g 128ffaa kan baranaa sirna adda addaatiin akka kabajamu beeksise. Ayyaanni kun "Muziyeemi Yaadannoo Injifannoo Adwaa" Piyaassaatti akka kabajamu ibseera. Dokumantariin filmii daqiiqaa 34 kan gootota Adwaa leellisu, boordii labsii, barruulee, asxaa, dhaadannoo fi barreeffamni raayyaan ittisa biyyaa hawaasa naannoo waliin irratti mari'atus qophaa'eera jedhame. Garda guyyaa Gurraandhala 23, Muziyeemi Yaadannoo Injifannoo Adwaa Piyaazaatti agarsiisni waraanaa fi agarsiisni adda addaa injifannoo kana yaadachiisan ni gaggeeffama. @
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 3โค 1
Photo unavailableShow in Telegram
Kutaa 2ffaa Istirbaarag kessati Kan dhalatee yoo ta'uu. Maatii Abba qabeenyaa duttienhim gidduti guddate Wenger kubbaa millaa wajjin Kan Waal bare  Abban isaa hoggaana garee gandaa nannoo sana turee.taphaa xiqqaa taphoota kilaabota amaataroota hedduu kessati ergaa hirmaate booda, Wenger Baraa 1981  tti dibilooma leenjisaa argatee Baraa 1987 naansi kessati yeero hin milkoofne dabarsee  hordofee Wenger monakoti makaame kilaabichi 1988 wanca shaampiyoons league injifaate Baraa 1991 immo Wenger monakoo gara injifanoo kooppaa farnasayiti qajeelchee Baraa 1995 gara jappaan deemun garee j.league Nagoya Grampus Elight leenjisuun Waggaa jalqabaa isaati wancaa Emperor' Cup fi jappaan super cup injifaate. Kutaa 3ffaa itti fufaa Qopheessaa ๐Ÿ‘‡ @๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘“๐‘Ž๐‘ ๐‘ข๐‘™ ๐Ÿ‘‡ https://t.me/radiogolaashaggar
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
โค 3๐Ÿ‘ 1
Jaarsoo Dhugoon Abbaa Gadaa 75ffaa Gujii ta'uun baallii fudhatan Sirna Walharkaa fuudhiinsa  baallii harโ€™a Meโ€™ee Bokkootti gaggeeffameen Jaarsoo Dhugoon Abbaa Gadaa 75ffaa Gujii ta'uun baallii fudhataniiru. Abbaan Gadaa Jiloo Mandhoon Aangoo Jaarsoo Dhugoof yoo dabarsan, Gadaan Gadaa Harmuufarraa gara Gadaa Roobaleetti ceโ€™eera. @https://t.me/radiogolaashaggar
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 2
Photo unavailableShow in Telegram
Kutaa 1ffaa Arsรจnรจ Charles Ernest Winger kan dhalataan 22 waxabajii 1949 leenjisaa taphataa kubbaa millaa ta'uudhanis darbarsaniru yeero Amma kana hoggana missomaa kubbaa millaa Adunyaa FIFA ta'uun Tajaajilaa jiraa 1996 hanga 2018 kilaaba Arsenal kan leenjisee yoo ta'uu  seenaa kilaabicha kessati yeero dheeraf milkaa'ina guddaa galmessee gummaacha inni kubbaa millaa England'f gummache immoo jijjiramaa iskaapti lenjii taphaatota fi sirnaa nyaata tasiisee. Arsenal haaromsee jarraa 21 kessaa ispoortin kun akka Adunyaati akka guddatu gargaree. Qopheessaa ๐Ÿ‘‡ Arafa sul https://t.me/radiogolaashaggar ๐Ÿ“ป๐Ÿ“ป๐Ÿ“ป๐Ÿ“ป๐Ÿ“ป๐Ÿ“ป๐Ÿ“ป๐Ÿ“ป
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
โค 4๐Ÿ‘ 2
Photo unavailableShow in Telegram
oduu gammachiisaa hundi keessan warri hojii barbaaddan kabaaliin alpha hojii isiniif qabatee dhufeera nutis namoota muursa barbaadna kanaaf kottaa galmaa'aa hojadha isiniin jeedha Alpha Golden package โ€‹
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 2๐Ÿฅฐ 1
#Madagaskaar Madagaaskaar seera dhiironni daa'imman gudeedan dhaqna qabaa akka qabaatan dirqisiisu akka baafte gabaafameera. Kibba lixa Afrikaa Maadagaskaar seera yakkamtoonni saal-qunnamtii dhiironni akka dhaqna qabaan dirqisiisu baafte. Biyyattiin ijoollee ishee balaa gudeeddii irraa eeguuf wixinee labsii cimaa qopheessitee jirti, akka labsii kanaatti namoonni gudeedan qaamni isaanii akka ciccitu himama. Dhiironni daa'imman umuriin isaanii waggaa 10 gadi gudeedan qaamni saalaa isaanii ogeessa baqaqsanii hodhuun akka kutamu, kanneen daa'imman umuriin isaanii waggaa 13 hanga 18 gidduutti gudeedan ammoo qaamni saalaa isaanii keemikaalaan akka miidhamu himama. Dhaabbatichi; Namoonni yakka kana hin raawwanne garuu sababoota hedduudhaan akka yakkamaatti ilaalaman akka jiran cimsanii dubbataniiru. Seerri falmisiisaa kun seera dirqisiisaa ta'uuf adeemsawwan walakkaa ol dabarsee akka ture kan himamu yoo ta'u, murtiin mana maree ol'aanaa fi mallattoon pirezidaantii biyyattii ammallee akka hin xumuramne himama. Odeeffannoo kana Al Ain News AFP eeruun dubbiseera. @RADIO GOLA SHAGER
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ˜ฑ 2๐Ÿ‘ 1
Photo unavailableShow in Telegram
Phone number 0927964318
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 1๐Ÿ”ฅ 1
Photo unavailableShow in Telegram
Naayijeeriyaa fi  Iyivoorii Koost xumuraaf darban. Tapha Walakkaa xumuraa Waancaa Afrikaa 34ffaa galgala taphatameen Naayijeeriyaan rukkuttaa adda bahiinsaan Afrikaa Kibbaa injifachuun xumuraaf yoo dabartu, Iyivoorii Koosti galchii 1 fi 0n DR Koongoo injifachuun xumuraaf darbuu isaanii mirkaneeffattaniiru. Naayijeeriyaan rukkuttaa adda bahiinsaa 4 fi 2n injifachuun xumuraaf darbuu ishee mirkaneeffatte. Afrikaa Kibbaa fi DR Koongoon Sanbata sadarkaaf ni taphatu. Taphni xumura waancaa Afrikaa 34ffaa Dilbata dhufu Iyivoorii Koosti fi Naayijeeriyaa giddutti kan adeemsifamu ta'a. ๐Ÿ“ป๐Ÿ“ป๐Ÿ“ป๐Ÿ“ป๐Ÿ“ป๐Ÿ“ป๐Ÿ“ป๐Ÿ“ป https://t.me/radiogolaashaggar
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ”ฅ 2๐Ÿฅฐ 2
ุงุฎุชุฑ ุฎุทุฉ ู…ุฎุชู„ูุฉ

ุชุณู…ุญ ุฎุทุชูƒ ุงู„ุญุงู„ูŠุฉ ุจุชุญู„ูŠู„ุงุช ู„ู…ุง ู„ุง ูŠุฒูŠุฏ ุนู† 5 ู‚ู†ูˆุงุช. ู„ู„ุญุตูˆู„ ุนู„ู‰ ุงู„ู…ุฒูŠุฏุŒ ูŠูุฑุฌู‰ ุงุฎุชูŠุงุฑ ุฎุทุฉ ู…ุฎุชู„ูุฉ.