cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Wajjiraa Barnoota Bulchiinsaa Maagala Asella

Asella private student bearu.

إظهار المزيد
فنلندا2 077لم يتم تحديد اللغةالتعليم59 215
مشاركات الإعلانات
509
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Bu'aan Qormaata kutaa 12ffaa akkamitti ilaalama? Bu'aa qormaata kutaa 12ffaa bara 2015 Fulbaana 29, 2016 ganama sa’aatii 12 irraa eegalee filannoowwan armaan gadiitiin ilaaluu ni dandeessu. 🫴 Marsariitii https://eaes.edu.et/ irratti 🫴 Ergaa barreeffamaa gabaabaa 6284 🫴Karaa Telegiraamii https://t.me/eaesbot Ka oro media
إظهار الكل...
👍 18 3👏 2
#Oduu_Ammee #Kutaa_12ffaa "Bu'aan Qormaata kutaa 12ffaa guyyaa borii ifooma" Ministeera Barnootaa. Bu'aa Qormaata seensa Yuunivarsitii bara 2015 ii' barattoota, maatii barattootaafi hawaasni marti abdiin eegaa jiru. Qormaata seensa Yuunivarsitii kutaa 12ffaa Yuunivarsitiilee keessatti bifa addaan marsaa lammaffaaf bara 2015 kenname firiin isaa hanga yoonaatti kan hin ifoomne ta'us ministeerri barnootaa ergaa miidiyaalee garaagaraaf ergeen ibsa bal'aa qormaatichaa guyyaa boruu fulbaana 28 bara 2016 galma ministeerichaatti argamuun akka tamsaasaniif waameera. Ergaan kun fulbaana 25 bara 2016 ministeerichaan kan ergame yommuu ta'u miidiyaan @Abdii_Sabaa dhugaa ta'uu ergaa kanaa qulqulleeffateera. Haaluma kanaan ibsi bal'aan dhimma bu'aa qormaata seensa Yuunivarsitii wiixata fulbaana 28 bara 2016 guyyaa sa'a 5:30 irraa eegaluun miidiyaalee affeeramaniif galma ministeera barnootaa keessaa kan isiniif tamsa'u ta'a. Miidiyaan @Abdii_Sabaa barattootaafi maatii barattootaa maraaf bu'aa gaarii kan hawwu yommuu ta'u odeeffannoo sirri gamasirra odeeffannu kallattiin kan isin qaqqabsiisnu ta'uu keenya gamanumaan isin beeksisna. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡MIIDIYAA📡 @ABDII_SABAA 🌏Feesbuukii🌏 facebook.com/AbdiiSabaaFb?mibextid=Zb 🕸Marsaariitii🕸 AbdiiSabaa.com 📚Kitaaba Barataa📚 @Kitaaba_Barataa @AsBookStore @AbdiiSabaabooks @KitaabaGuutuu 🗑ADS🗑 //nebsefte.net/4/6246757 💬NU QUNNAMUUF💬 @AbdiiSabaaDm @yaadaafqeeqabot
إظهار الكل...
Log in to Facebook

Log in to Facebook to start sharing and connecting with your friends, family and people you know.

👍 12👎 2 1
ትምህርት ሚኒስቴር በ2015 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ ፈተና ውጤት ዙሪያ መግለጫ ይሰጣል። ሚኒስቴሩ ነገ መስከረም 28/2016 ዓ.ም ከቀኑ 5:30 ጀምሮ የ2015 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል ፈተና ውጤትን በተመለከተ በሚኒስቴሩ የመሰብሰቢያ አዳራሽ ጋዜጣዊ መግለጫ ይሰጣል። በሚኒስቴሩ የህዝብ ግንኙነትና ኮሚዩኒኬሽን ሥራ አስፈፃሚ አመለወርቅ ህዝቅኤል ተፈርሞ ለተለያዩ የመገናኛ ብዙሃን ደብዳቤ ተልኳል። በሐምሌ 2015 ዓ.ም መጨረሻ በሁለት ዙር የተሰጠውን የ2015 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል ፈተና ከ 840 ሺህ በላይ ተፈታኞች መውሰዳቸው ይታወሳል። ተማሪዎች ውጤታችሁን በትዕግስት እንድትጠብቁ  እያሳሰብን ውጤት ሲለቀቅ  በዚሁ @Timihirt_Minister ቻነል በፍጥነት የምናሳውቅ መሆኑን እንገልፃለን። @Timihirt_Minister @Timihirt_Minister
إظهار الكل...
Baraatoonii private qorumsaa fudhadhatani bu'a egaa jirtaan hundaaf Wajirraa Barnoota keena dhufuun placement akka gutaan cimsinee isiin beeksisaana.👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/asellaprivate 🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕 share share share with your friends.
إظهار الكل...
Wajjiraa Barnoota Bulchiinsaa Maagala Asella

Asella private student bearu.

👍 3 3
Repost from GAADDISA SABAA
00:21
Video unavailableShow in Telegram
#Kutaa_12ffaa Akka Ministeerri Barnootaa beeksisee turetti torbee kana bu'aan qormaata kutaa 12ffaa ni ifooma jedhamee eegama. Haa ta'uyyuu malee Bu'aan qormaata kutaa 12ffaa ifoomeera jechuun miidiyaalee hawaasummaa adda addaa irratti odeeffannoo sobaa ballinaan ni tamsa'a. Bu'aan qormaataa osoo hin ifoomin dura Ministeerri Barnootaa ibsa xiinxallii bal'aa qormaata kanaa ni kenna. Ibsa kana keessatti guyyaa fi sa’aatiin barattoonni bu’aa isaanii itti beekan ifatti ni ibsama. kanaaf oduu miidiyaa hawaasaa irratti naanna'aa jiruun hin burjaaja'inaa. Akkuma yeroo hundaa odeeffannoo madda sirrii irraa yeroo dhageenyu dursinee isin beeksifna. Bu'aa Gaarii Isiniif Hawwina! Odeeffannoo hin mirkanoofne waliif qooduu irraa of qusadhaa ♻️Hiriyoota keessaniif share gochuun waliin gahaa! 🎉HAWAASA GUDDAA, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡MIIDIYAA📡 ⊰━━━━━━━━━━⊱ @GAADDISA_SABAA1@GAADDISA_SABAA1@GAADDISA_SABAA1 ☄ ⊰━━━━━━━━━━⊱ #LIKE ✅         #SHARE ♻️ 💬YAADA💬 @YaadafiqeeqaGSbot
إظهار الكل...
👍 1 1
Repost from N/a
#Kutaa_12ffaa Hojjetaan Tajaajila Madaallii Barnootaafi Qormaataa tokko qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2015f waraqaa deebii 33 dhoksee galma sirreeffama qormaataa seenuuf jedhaa ture himatame. Hordoffii taasifameen Hojjetaan Tajaajila Madaallii barnootaa fi Qormaataa "waraqaa deebii" dhoksee galma mana qormaata sororsaa seenuuf yaale  malaammaltummaan himatame. Himatamaan Yidnaqaachew Tekolaa jedhamu galmeen kun kan irratti baname Dhaddacha Dirqama Yakkoota Malaammaltummaa Mana Murtii Ol'aanaa Federaalaatiin. Akka himata irratti ibsametti himatamaan kun, qormaata sororsuuf yeroof nama qacarame turedha. Namni kun Dhaabbata Maxxansaa Birhaan fi Salaam keessatti waraqaa deebii qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa barattoota 18 fuudhee akka ba'e himata irratti ibsameera. Kana malees namni kun waraqaa deebii 33, kan alatti qopheeffame deebiin irratti guutame dhoksee osoo galma sororrii galchuu qabamee jira. Dabalataan, sakatta'iinsa mana jireenyaa himatamaa kanaa keessatti gaggeeffameen waraqaan deebii barattoota qormaata biyyoolessaa bara 2015 44 fi waraqaan deebii sobaa 10 argamuun abbaan alangaa tarree himannaa irratti dabaleera. Haala kanaan himatamaan kun aangoo isaatti sirnaan ala fayyadamuudhaan yakka guddaa malaammaltummaan kan himatame yoo ta’u, dhaddacha irratti himannaan erga itti dhiyaatee booda gaaffii mirga wabii dhiyeessee jira. Gaaffii mirga wabii himatamaa irratti abbaan alangaa wabiin kennamuu hin qabu jechuun falmeera. Manni murtii falmii garee bitaa fi mirgaa erga qoratee booda  himatamaan kun himata irratti baname mormuuf ragaa yoo dhiheeffachuu dand'eef hanga onkoloolessa 8tti baallamni kennameeraaf. Odeeffannoo kana kan qindeessine Faanaa Biroodkaastiing Koorporeeshinii irraati.
إظهار الكل...
👍 1 1
Repost from MUL'ATA SABAA
👉Faayidaan Yuunivarsitii Dhaloota jalqabaa(1st Generation) seenuu maali? Miidhaan isaa hoo? Faayidaa Yuunivarsitii Dhaloota jalqabaa seenuu Keessaa muraasni:- 👉 Muummee baay'een Yuunivarsitichatti waan argamuuf carraan Muummee isin barachuu barbaaddan argachuu guddaadha. 👉 Yuunivarsitiiwwan Dhaloota jalqabaa hedduun diinagdee garaa garaan waan of cimsaa jiraniif, haalli qulqullina nyaataa warreen kaan irra fooyyee qaba. 👉 Barnoota ga'aafi qulqullina qabu argachuu dandeessu. 👉 Meeshaalee baruuf, barsiisuuf barbaachisan guutuu waan qabaniif sirna baruuf barsiisuu irratti rakkoon hin mul'atu. 👉Miidhaan Yuunivarsitii Dhaloota Jalqabaa seenuu hoo maali? Miidhaadha jedhamuu baatus, barattoonni Yuunivarsitii Dhaloota jalqabaa seenanu, barattoota gahuumsa guddaa qaban qofa waan ta'eef, waldorgommii cimaa taasisuu isin gaafata. Kana jechuun barataa giddu galeessaa taatanii Yuunivarsitii Dhaloota jalqabaa kan seentan yoo ta'e, Muummee isin barachuuf barbaaddan kan jirullee ta'us, carraan Muummee barachuu barbaaddan argachuu baay'ee xiqqaadha. Barattoota Gahuumsa ga'aa qaban baay'inaan simachuun waan barsiisuuf, akkaataan kenniinsa qabxii ykn qormaanni itti qopheeffamu kan Yuunivarsitii biroo waliin walbira qabamee yeroo ilaalamu xiqqoo garaagarummaa qaba. 👉Yuunivarsitii Dhaloota Jalqabaa(1st Generation) Warreen jedhaman isaan kami? Yuunivarsitii Dhaloota Jalqabaa warreen jedhaman isaan asii gadiiti:- 1.Yuunivarsitii Finfinnee 2 Yuunivarsitii Jimmaa 3.Yuunivarsitii Haramaayaa 4.Yuunivarsitii Hawaasaa 5.Yuunivarsitii Adaamaa/ASTU 6.Yuunivarsitii Arbaa Miinci 7.Yuunivarsitii Maqalee 8.Yuunivarsitii Gondar fi 9.Yuunivarsitii Baahir Daaridha. 👉Yeroo ammaa  Garaagarummaan Yuunivarsitii Mootummaatti barachuufi Dhuunfaan barachuu gidduu jiru maali? Qacarrii irratti Dhiibbaa ni qabaataa? Garaagarummaan ilaalchaa, haalli qabxiin itti kennamuufi xiyyeeffannoo jiraachuu danda'a, garuu yeroo amma namni kamuu qacaramuu fi Ragaa barnootaa isaa fudhachuuf qormaata bahuumsaa dabarfachuu waan qabuuf garaagarummaan jira jedhamuun hin danda'amu. 👉Barattoonni Sagantaa Fooyya'iinsaa dhuufaadhaan kaffalanii Yuunivarsitii Dhuunfaatti baratan qabxii darbiinsaa yoo galmeessan Yuunivarsitii Mootummaa Seenuu ni danda'uu? Carraan Yuunivarsitii Mootummaa Seenuu Baay'ee xiqqaadha, sababiin isaas Yuunivarsitiin Mootummaa barattoota haaraa fi barattoota Sagantaa Fooyya'iinsaan Yuunivarsitichatti baratanii qabxii darbiinsaa galmeessaniif yeroo walfakkaataatti waamicha waan godhuuf, humna barattoota dhuufaan barataa turanii itti dabalachuu hin qabu jechuudha. Carraan barattoonni dhuunfaan Sagantaa Fooyya'iinsaa Yuunivarsitii dhuunfaatti kaffalanii barataa turanii qabanu, qabxii darbiinsaa ni galmeessu yoo ta'e, Yuunivarsitii dhuunfaa barbaaddanitti filatanii barachuu danda'u. ♡   ❍ㅤ   ⎙       ⌲ ˡᶦᵏᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ  ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ Join ❒┃❏ Share 🔔 Unmute Channel ➡️ @MULATA_SABAA@QUBEE_SHOW ⚛ ♡            ☆☆☆                    ♡ ♡ @MULATA_SABAA     ♡ ♡             ◆◆◆                   ♡ 💬YAADA💬 FI GAAFI QABDAN 📩 @Yadafiqeqamulataanqaba_bot
إظهار الكل...
4👍 2
Repost from GAADDISA SABAA
#Kutaa_12ffaa Bu'aan qormaata barattoota kutaa 12ffaa bara 2015 yoom ifooma? Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa firiin barattoota kutaa 12ffaa bara 2015 dafee akka ifoomuuf hojjachaa jiraachuu fi firiin barattootaa haga xumura baatii Fulbaanaatti kan ibsamu ta'uu beeksisuun isaa ni yaadatama. Firiin barattootaa dhiheenyatti akka ifa godhamu kan eegamu ta'us, manneen barnootaa garaagaraa irratti Unkii(Foormiin) Filannoo Yuunivarsitii guutamaa kan jiru ta'uu maddeen keenya nuuf gabaasaniiru. Haalli kun haaluma duraan beekamee jiru ta'us, barattoota hedduutti bitaa galeera. Osoo Firii keessan hin barin  Unka (Foormii) Filannoo Yuunivarsitii guuttanus, qabxiin seensa Yuunivarsitii eega ibsameen booda, barattoonni qabxii Yuunivarsitii isin seensisu galmeessitan Filannoo Yuunivarsitii irra deebiin kan gootan yookiin akka sirreeffattanuuf carraa lammaffaan isiniif kennama. Yeroo ammaa barattoonni Filannoo Yuunivarsitii guutaa jirtan, qabxii galmeessuu dandeessan tilamaamuun of- eeggannoodhaan guutuu qabdu. Barattoonni Sagantaa Fooyya'iinsaan Yuunivarsitii garaagaraatti ramadatanii qabxii darbiinsaa galmeessitan, barattoota bara 2015 qormaata fudhachuun yeroo ammaa firii isaanii eeggataa jiran waliin kan mooraa seentan ta'a. Barattoonni Sagantaa Fooyya'iinsaa Dhuunfaadhaan kaffaltanii Yuunivarsitii Dhuunfaatti barataa turtan, qabxii darbiinsaa yoo galmeessitanis carraan Yuunivarsitii Mootummaa seenuu xiqqaa ta'us, Yuunivarsitii dhuunfaa barbaaddaniifi bakka barbaaddanitti barachuu akka dandeessan ibsameera. Dhimma firii barattoota kutaa 12ffaa ilaachisee haga xumura Baatii Fulbaanaa kanatti kan gadhiifamu odeeffannoo jedhu malee wanti adda ba'e, hin jiru. Kanaaf haga Ministeerri barnootaa ibsa dabalataa kennutti obsaan akka eeggattan gamanumaan isiniif dhaamna. Odeeffannoo kana hiriyoota keessaniif qoodaa🙏 👇👇👇 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! ... 📡MIIDIYAA📡 ⊰━━━━━━⊱⊰━━━━━⊱ @GAADDISA_SABAA1@GAADDISA_SABAA1@GAADDISA_SABAA1 ☄ ⊰━━━━━━⊱⊰━━━━━⊱ 🧐THE BRIGHTEST MIND🧐 🎉Hawaasa guddaa, miidiyaa guddaatu nuuf mala #like✅                  #share ♻️ 💬YAADA💬 @YaadafiqeeqaGSbot
إظهار الكل...
👍 2 1
For Gread 12 Students #Repost 🗣University Magician Kan Kennan 🔵Addis Ababa University 🔵Jimma University 🔵Bahirdar University 🔵Gondar University 🔵Haramaya University 🔵Hawassa university 🔵Arsi university 🔵Arbaminch University 🔵Debre Markos University 🔵Debre Birhan University 🔵Dilla University 🔵Bule Hora university 🔵Madda WALAABUU university 🔵Ambo University 🔵Wallaggaa University 🔵Salaalee University 🔵Diredawa University 🔵Debre Tabor University 🔵Wollo University 🔵Jigjiga University 🔵Wolayita Sodo University 🔵Welkite University 🔵Inibara university 🔵wachamo university 🔵Worabe University 🔵Woldia University ▫️▫️▫️▫️▫️▫️▫️▫️▫️▫️ https://t.me/BirooBarnotaaOromiya
إظهار الكل...
Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)

📙Teacher Guide 📙Student Books 📒Reference books 📂Model exams 🗞Metrics sheet ❓Study Tips 🤗 ..... 👀 Cross and Promotion

https://t.me/AnonymousWaveEt

✅️Our Official BBO Channel

https://t.me/BirooBarnotaaOromiya

👍 4
Akkam
إظهار الكل...