cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Kurfa Chele Secondary School

إظهار المزيد
فنلندا3 286لم يتم تحديد اللغةالتعليم93 431
مشاركات الإعلانات
511
المشتركون
-124 ساعات
+137 أيام
+6330 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Caamsaa 13 bara 2016 Godina Harargee Bahaa Aanaa Kurfaa Callee MB sad.2ffaa Kurfaa Calleetti deeggarsi titooriyalii barattootaaf godhamaa jiru fi waytiileen qisaasaman bakka buusuun akkuma itti fufetti jira. Haaluma kanaan guyyaa arraa titooriyaaliin gosa barnoota 1. Baayoloojii kutaa 12ffaa 2. A/Ingiliffaa kutaa 12ffaa 3. Seenaa kutaa 12ffaa fi fi (Sa'atii 2:00) kennamaa ooolee jira. Kan biraa waytiileen qisaasaman gosa barnoota 1. Herrega kutaa 11ffaa fi 2. Ji'oograafii kutaa 9ffaa ti. Gosa barnoota kanneenis waytiileen lama lama bakka bua'anii jiru.
إظهار الكل...
Caamsaa 12 bara 2016 Godina Harargee Bahaa Aanaa Kurfaa Callee MB sad.2ffaa Kurfaa Calleetti deeggarsi titooriyalii barattootaaf godhamaa jiru fi waytiileen qisaasaman bakka buusuun akkuma itti fufetti jira. Haaluma kanaan guyyaa arraa titooriyaaliin gosa barnoota 1. Herrega kutaa 12ffaa 2. A/Ingiliffaa kutaa 12ffaa 3. Seenaa kutaa 12ffaa fi 10ffaa fi 4. Baayoloojii kutaa 10ffaa (shamarran) sa'atii 2:00) kennamaa ooolee jira. Kan biraa waytiileen qisaasaman gosa barnoota 1. Citizenship kutaa 10ffaa barsiisota 2n 2. Seenaa kutaa 9ffaa fi 3. Ji'oograafii kutaa 9ffaa ti. Gosa barnoota kanneenis waytiileen lama lama bakka bua'anii jiru
إظهار الكل...
Caamsaa 13 bara 2016 Godina Harargee Bahaa Aanaa Kurfaa Callee MB sad.2ffaa Kurfaa Calleetti deeggarsi titooriyalii barattootaaf godhamaa jiru fi waytiileen qisaasaman bakka buusuun akkuma itti fufetti jira. Haaluma kanaan guyyaa arraa titooriyaaliin gosa barnoota 1. Baayoloojii kutaa 12ffaa 2. A/Ingiliffaa kutaa 12ffaa 3. Seenaa kutaa 12ffaa fi fi (Sa'atii 2:00) kennamaa ooolee jira. Kan biraa waytiileen qisaasaman gosa barnoota 1. Herrega kutaa 11ffaa fi 2. Ji'oograafii kutaa 9ffaa ti. Gosa barnoota kanneenis waytiileen lama lama bakka bua'anii jiru
إظهار الكل...
Caamsaa 12 bara 2016 Godina Harargee Bahaa Aanaa Kurfaa Callee MB sad.2ffaa Kurfaa Calleetti deeggarsi titooriyalii barattootaaf godhamaa jiru fi waytiileen qisaasaman bakka buusuun akkuma itti fufetti jira. Haaluma kanaan guyyaa arraa titooriyaaliin gosa barnoota 1. Herrega kutaa 12ffaa 2. A/Ingiliffaa kutaa 12ffaa 3. Seenaa kutaa 12ffaa fi 10ffaa fi 4. Baayoloojii kutaa 10ffaa (shamarran) sa'atii 2:00) kennamaa ooolee jira. Kan biraa waytiileen qisaasaman gosa barnoota 1. Citizenship kutaa 10ffaa barsiisota 2n 2. Seenaa kutaa 9ffaa fi 3. Ji'oograafii kutaa 9ffaa ti. Gosa barnoota kanneenis waytiileen lama lama bakka bua'anii jiru
إظهار الكل...
1
Caamsaa 12 bara 2016 Godina Harargee Bahaa Aanaa Kurfaa Callee MB sad.2ffaa Kurfaa Calleetti deeggarsi titooriyalii barattootaaf godhamaa jiru fi waytiileen qisaasaman bakka buusuun akkuma itti fufetti jira. Haaluma kanaan guyyaa arraa titooriyaaliin gosa barnoota 1. Herrega kutaa 12ffaa 2. A/Ingiliffaa kutaa 12ffaa 3. Seenaa kutaa 12ffaa fi 10ffaa fi 4. Baayoloojii kutaa 10ffaa (shamarran) sa'atii 2:00) kennamaa ooolee jira. Kan biraa waytiileen qisaasaman gosa barnoota 1. Citizenship kutaa 9ffaa fi 10ffaa barsiisota 2n 2. Seenaa kutaa 9ffaa fi 3. Ji'oograafii kutaa 9ffaa ti. Gosa barnoota kanneenis waytiileen lama lama bakka bua'anii jiru
إظهار الكل...
Online exam link=https://C4.exam.et
إظهار الكل...
📙Teacher Guide 📙Student Books 📒Reference books 📂Model exams 🗞Metrics sheet ❓Study Tips 🤗 ..... 👀 Cross and Promotion https://t.me/AnonymousWaveEt ✅️Our Official BBO Channel https://t.me/BirooBarnotaaOromiya
إظهار الكل...