cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Ammar Ababiya - አማር አባቢያ

Kottaa kayrii woliif dhamnee Hamtuurraa wol dhorkinaa waan beeknurraas wooli qoodaa Diniittii tola oollaa "Yaada keessan nuuf dhaama hamlees nu jajjabeessaa maal jettumee yaannii keessaan Nasiihaa maal naaf dhaamtanii" ||Yaadaaf📩 @Amaar70_Bot

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
7 411
المشتركون
+4024 ساعات
+4077 أيام
+1 39630 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Kennaa fi salaamataa Aadaa warroota dhihaa oso nutii quba hinqabaatin nutti seene  nama beeknuun malee " as wr wb" hinjeennu ykn hinduubifnu... akkasumas niitiin abbaa manaa isitiif- Abbaan manaa niti isaatiif malee  muslimni obboleessa isaa muslimaaf hennaa kennu baay'inaan hin argamu. Salaamataan fi kennaan wantoota jaalala cimseenidha. Kennaan lubbuu namaa kessa jaalala hoora. Salaamataan hariiroo muslimootaa jabeessa.  Muslima tokko karaa irratti yoo argitee salaamataa jettu malee bira hindabriin. Obbolummaa imaanaa muslimoota gidduu du'aa dhufe sana akka haaraa jiraachisa. Tokkummaa muslimoota dagaagsa. Akkasumas obboleessa kee ykn hiriyaa kee muslimaa tokkoof  haadiyyaa (kennaa) kenniifii. Dirqama kennaa guddaa fi waan qaalii tahu hinqabu. Wanuma Rabbiin sif laaffise wahii obboleessa muslimaa kee tokkof kennii. Shakki male ilaalchi sif qabu ni jijjirama..jaalalli sif qabu ni dabala.  Kana gochu keetin fuula Rabbii barbaadachu kee lubbuu kee yaadachisu hin dagatiin. Hojiin kamtu niyyaa male fudhatama waan hinqabneef. Sunnaa nabii Rabbii ﷺ dagatamaa dhufe kana haa jiraachifnu... قَالَ : قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ : " لَا تَدْخُلُونَ الْجَنَّةَ حَتَّى تُؤْمِنُوا، وَلَا تُؤْمِنُوا حَتَّى تَحَابُّوا، أَوَلَا أَدُلُّكُمْ عَلَى شَيْءٍ إِذَا فَعَلْتُمُوهُ تَحَابَبْتُمْ ؟ أَفْشُوا السَّلَامَ بَيْنَكُمْ ". " haga amantanitti jannata hin seentan, haga wal jaallattanitti hin amantan, sila isin dheeru gocha wahiitti yoo isa gootan wal jaallattan? Salaamataa gidduu kessanitti facaasaa (baay'isaa)". 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
إظهار الكل...
Sunnaa! Ilaalchi sunnaa nabii Rabbiitif qabnu kun baay'ee nama dhiiba. Ibaadaawwan waajiba tahan alatti jiran sunnaadha jenne yaadurraan kan ka'e  sunnaawwan kan akka... - siwaaka - salaatawwan kudha lamaan salaata waajibaa booda jiran - layli salaatu - kophee mirgaan ka'atanii bitaadhaan baafachu - quba sadiin nyaachu.. ta'anii dhugu fi sunnaawwan lakka'amanii hindhumne kkf itti dhiimmamne hin hojjannu ykn daganne jirra. Wantii tokko sunaadha male waajibaa miti jechu waan dhageenyeef qofa... wanta saniif xiyyeeffannoo akka itti hin keennine nu godha. Nama bishaan dhaabate dhugu tokko argitee.. ta'anii dhugun sunnaa nabii Rabbiiti ﷺ taa'iiti dhugii yoo jetteen... "sunnaadha miti? Yoo hojjachu baadhes badiin waan narratti hin katabamneef rakkoo hinqabu!" jedhe. Jaalala isaaniif qabnu maaliin mul'ifna? jannata kessa  isaanii waliin ollaa tahu hawwiina garu sunnaa isaanii daganne akkamitti waan hawwiine arganna? sahaabonni wanta tokko sunnaadha nabiin Rabbii ﷺ gocha kana raawwataniiru yoo jedhaman gocha sana akka waan waajiba isaanirratti tahe wahii hennaa hojjatan argita. Kana jaalalli dhugaa! Akkanatti jaalalli fi isaan jala deemun kan ibsamu. Gocha tokko sunnaa tahu isaa beekte sunnaa tahu isaatiif qofa kan irraa baqattu tahe lubbuu keetif nifaaqummaa sodaadhu. Haguma dandeessen sunnaa jabeeffadhu qabi.   Nutis wantii tokko sunnaa tahu yoo beenne jabeeffannee qabuutu nurra jira. faana isaanii hordofu qabna. Akkuma Rabbiin kenya jedheetti...   ﴿لَّقَدْ كَانَ لَكُمْ فِى رَسُولِ ٱللهِ أُسْوَةٌ حَسَنَةٌۭ لِّمَن كَانَ يَرْجُوا۟ ٱللهَ وَٱلْيَوْمَ ٱلْـَٔاخِرَ وَذَكَرَ ٱللهَ كَثِيرًۭا﴾ Dhugumatti, ergamaa Rabbii keessatti nama Rabbiifi Guyyaa Aakhiraa sodaatee Rabbiin baay’inaan yaadatuuf hidhannaa gaariitu jira 📥 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
إظهار الكل...
👍 4 2👎 1
✍Dubartoonni bu'uura hawaasaa yoo tahan, utubaawwan maatii fi ijaarsa isaa hunda caalaa barbaachisoo dha. Dubartoonni hawaasa guutuudha 📌Doktora, barsiisaa, fi omishtuu dhiirotaati, Isiin obboleettii dhimmamtuu fi intala ajajamtuu dha. 🌹Haati manaa obsaa fi ogeettiin rakkina jireenya kheeyssatti isii mudatu irraa mana isii eegaatuf... #Dubartii muslimaa qaali Rabbii isii irraati obsaan qabsaa'aa jirtu, mindaa/saawaba Rabbii oltahaa irraa barbaaddu hundaaf nageeyni ha tahu🫡 🍡‏قال رسول الله ﷺ : 》Addunyaan gammachuu dha, gammachuu addunyyaa irraa dubartii gaarii caalaa wanti gaariin hin jiru. 📚 Saahii Ibnu Maajaa (1516) . #Hayyuun Ibnu Badis Rabbi rahmata haa godhufi akkana ja'e:- Manni🏠 mana barumsaa jalqabaa fi warshaa jalqabaa dhiirota itti uumaman hadhaa, Bu'urri Amantii haadha.          ╭┈──── ••⇣⇣🌹 ♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️       ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ @Foowzn @Foowzn @Foowzn
إظهار الكل...
👍 9 2
#Deebii *|[ Eliyaa bint Yakub Abbaa manaa = Nabii Ayyuub obboleysii ishii = Nabii Yuusuuf ilmii ishii = Zulkiflii ]|* Namoonnii baayyeen hirmaattanii deebiftanii jirtuu galatoomaa! @Abu_amaar12 || ኢስላማዊ ቻናል
إظهار الكل...
10👍 4🏆 3
#Gaafii *|[ Dubartiin Abbaan ishee nabiyyii Abbaan mana ishee nabiyii ilmii ishees nabiyii obboleysii ishees nabiyyii |]*. Eenyu isheen 📩 Comment👇 @Abu_Amaar12 || ኢስላማዊ ቻናል
إظهار الكل...
👍 8 4🥰 2👏 1
*|[ Nuti Miiraa wajjiin Osoo hin taane Ragaa fii Daliilaa Wajjiin Deemna ]|*. ★Sheikh Rabiع Al-Madkhali-hafizahullah. [ المجموع (181 / 15)]
إظهار الكل...
👍 13 5🥰 2
- اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد قَالَ رسولُ الله ﷺ : إنَّ مِنْ أفْضَلِ أيَّامِكُمْ يَومَ الجُمُعَةِ ، فَأكْثِرُوا عَلَيَّ مِنَ الصَّلاةِ فِيهِ ، فَإنَّ صَلاَتَكُمْ مَعْرُوضَةٌ عَلَيَّ جْمٌْعتْكِمٌ طِيَبّةِ . `
إظهار الكل...
👍 12 4
🍀➻. Rasuulli ﷺ " Irra guddaan Wanta Jannata Nama Naquu Sodaa Rabbiitii fii Akhkaaqaa Gaariidha " jedhan. Akhlaaqni Gaariin Dirree Mu'umintoonni irratti Wal dorgomaniidha. Namni Dirree Akhlaaqa Gaarii kana keessatti Namoota Dura khute isaatu irraa caalaa Mu'umintootaa kan iimaanni isaa irra Guutamaati.۞.🌸 https://t.me/shaafiimuhammad99/2264 ✍🏻Kun Alabesira
إظهار الكل...
Shaafii Muhammad Channel

🍀➻. Rasuulli ﷺ " Irra guddaan Wanta Jannata Nama Naquu Sodaa Rabbiitii fii Akhkaaqaa Gaariidha " jedhan. Akhlaaqni Gaariin Dirree Mu'umintoonni irratti Wal dorgomaniidha. Namni Dirree Akhlaaqa Gaarii kana keessatti Namoota Dura khute isaatu irraa caalaa Mu'umintootaa kan iimaanni isaa irra Guutamaati.۞.🌸

https://t.me/shaafiimuhammad99/2264

✍🏻Kun Alabesira

👍 5 1
*|[ tolchanii bareechanii wuduu'achuun bantuu qulfiilee khushuu'a salaata keessaa irraa isa tokkoodha. ]|*. ★. Sheikh Muhammad Ramzn Al-haajirii-hafizahullah
إظهار الكل...
13👍 4
*|[ Yeroo hirriiba khaate " Alhamdulillaahillazii aafaanii fii jasadii,waradda alayya ruuhii,wa azina lii bizikrihii " jechuun Sunnaadha. ★. Faaruun kan Rabbii Qaama kiyya keessatti fayyaa na godhee,Ruuhii tiyya natti deebisee,akkaan zikrii isaa godhuuf hayyama naaf godheeti ". Jechuudha. صحيح الترمذي ٣/١٤٤
إظهار الكل...
👍 18 7