cookie

ู†ุญู† ู†ุณุชุฎุฏู… ู…ู„ูุงุช ุชุนุฑูŠู ุงู„ุงุฑุชุจุงุท ู„ุชุญุณูŠู† ุชุฌุฑุจุฉ ุงู„ุชุตูุญ ุงู„ุฎุงุตุฉ ุจูƒ. ุจุงู„ู†ู‚ุฑ ุนู„ู‰ "ู‚ุจูˆู„ ุงู„ูƒู„"ุŒ ุฃู†ุช ุชูˆุงูู‚ ุนู„ู‰ ุงุณุชุฎุฏุงู… ู…ู„ูุงุช ุชุนุฑูŠู ุงู„ุงุฑุชุจุงุท.

avatar

JABAANNEE HAA DHAABBANNUU๐Ÿ™โ›ชโœค

Walaloo,faarfannaa,barnoota,kitaabaf pdf,ergaawwaan afuura ni argattuu hordofaa,waliif qooda. @Jabaannee_haa_dhaabbannuu https://youtube.com/@Jabaannee_haa_dhaabbannuu?si=5SNe2F-HNSjJdZrU TikTok, YouTube,Telegram,Fb account:-JABAANNEE HAA DHAABBANNUU

ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ู…ุฒูŠุฏ
ู…ุดุงุฑูƒุงุช ุงู„ุฅุนู„ุงู†ุงุช
277
ุงู„ู…ุดุชุฑูƒูˆู†
+124 ุณุงุนุงุช
+27 ุฃูŠุงู…
+430 ุฃูŠุงู…

ุฌุงุฑูŠ ุชุญู…ูŠู„ ุงู„ุจูŠุงู†ุงุช...

ู…ุนุฏู„ ู†ู…ูˆ ุงู„ู…ุดุชุฑูƒ

ุฌุงุฑูŠ ุชุญู…ูŠู„ ุงู„ุจูŠุงู†ุงุช...

Photo unavailableShow in Telegram
Guyyaa Keessatti Sa'atii/yeroo Hangamii Jiraacha Jirra??Anonymous voting
  • A.24
  • B.12
  • C.8
  • D.1
  • E.Tokkoo gadi
  • F.Hin bekuu
0 votes
#Guyyaa_tokkotti_sa'aatii_meeqa_jiraachaa_jirra? Gaaffii kana deebisuuf "jiraachuu" jechuun maal jechuu akka ta'e beekuun barbaachisaadha. "Jiraachuu" jechuun kaayyoo gara lafa kana dhufte raawwachuu jechuudha. Innis Waaqayyoon galateeffachuudha. Guyyaan nuti dachee kanarra turru guyyaa fi lakkoofsaan yoo daangeffaman; Hanga guyyoota Waaqayyo nuuf kennetti deebisnee kan iitti qubannuu fi itti madaallamnudha. Guyyoota Waaqayyo nuuf kenne keessaa saโ€™aatii meeqa cubbuu, fakkeessummaa fi of gowwoomsuu keessatti qisaaseessine? Waaqa keenyaan "Ati ajaa'iba / Hojiin kee ajaa'iba" jennee faaruu fi kadhannaan galateeffacha sa'aatii meeqa dabarsine? Yeroo muraasa kadhachuuf dhaabanne keessatti Waaqayyo keenya waliin wal arguuf yeroo meeqa kakaโ€™umsa arganne? Akka qulqullootaatti sa'aatii 24 Waaqayyoon galateeffachuuf of hin kenninu ta'us, akka jalqabaatti yeroo kadhannaa 7 keessatti daqiiqaa muraasaaf Waaqa keenya waliin wal arguu diduudhaan "jireenya jiraachuu" of dhowwuu hin qabnu. Daqiiqaawwan muraasni kadhannaa keessatti dabarsinu calaqqisiisa jireenya bara baraa galateeffannaa duโ€™aan booda jireenya bara baraa itti jiraannudha. Jireenyi yeroo lubbuun keenya qaama keenya keessa turtu osoo hin taane, yeroo lubbuun keenya Waaqa keenya keessa turtudha. haga yeroon itti bara baraan gammachuu waaqa keenyaa keessa jiraannuuf eebbifamnu gahutti. Waaqayyo yeroo lafa kana irra jirruu fi jirannuutti waaqa keenya wajjiin akka jiraannuuf waaqa keenyaa waliin yeroo akka qabannuuf yeroo isaa nuuf haa kennu/nuuf haa baay'isuu. Ameen! Dhugaadha, guyyaa tokkotti saโ€™aatii meeqa jiraachaa jirra? Jireenyaa jechuun Oolmaa guyyaa tokkoo keessatti sa'ati 24 lakkoofnu sana osoo hin taane guyyaa keenyaa keessatti waaqa keenya waliin hangam wal arginee ,bakka lubbuu keenyaaf ta'utti hangam dabarsinee isa jedhudha sababiin isaa Iyyeesus kiristoos waaqni keenyaa matumti isaa jirenyaa dha ,kanafuu yeroo isa waliin dabarsantu jireenyaa dha.  #subscribe                                                                https://youtu.be/bkNxH7dAlXg?si=P82ftsi4bohpaJFv                                                                                            #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu #follow_me https://vm.tiktok.com/ZMMEgKPk5
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
Fayyadamaa dubbisuun! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ for other pdf @Ceesisa @Ceesisa
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
3. ITTI FAYYADAMA YEROOYEROO.pdf7.17 MB
๐Ÿ”ฅ 2
Time Management Chapter 8.pptx1.43 KB
Qalbii Jijjiira.pdf6.49 KB
Gaabbii akkamitti haa gallu.pdf8.52 KB
Isaan biroo argachuuf hordofaa Follow us ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @Jabaannee_haa_dhaabbannuu #Share, Comment.
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
Namni tokkoo"Taabotaa ni sagadamaa osoo isiniin jedhee"deebiin keessani maaliidhaa?Anonymous voting
  • A.Eeyyeen ni sagadama
  • B.Eeyyeen meeshaa filaatama waan ta'eef
  • C.Maqaan Iyyasuus jedhamu tsilaatti irratti waan barreeffameef sagadamaa
  • D.Eeyyeen ni sagadama, abboomiin kurnani irratti waan barreeffameef
0 votes
โค 1
Photo unavailableShow in Telegram
โž โœ๏ธJiini Galee Guyyaa 24  ttii yeroo hundumaa kan isan yaadannuu luboota samii 24n ilmaan namaa gidiraa fonii fi lubbuu irraa nuu haa olchanii ๐ŸŒน โ™จLubonnii samii(surafeel) 24n maqaan isanii akkaa armaan gadittii kan jiruu dha แขโžป โถ,Qulqulluu Aka'eel โท ,Qulqulluu fanu'eel โธ ,Qulqulluu Gaanu'eel โน ,Qulqulluu Tadi'eel โบ ,Qulqulluu Afdi'eel โป ,Qulqulluu zeera'eel โผ ,Qulqulluu Eli'eel โฝ ,Qulqulluu Teda'eel โพ ,Qulqulluu yooka'eel โฟ,Qulqulluu   Gerdi'eel โถโถ,Qulqulluu Lefdi'eel   โถโท ,Qulqulluu Merwa'eel โถโธ,Qulqulluu Nura'eel   โถโน,Qulqulluu Kisiltu'eel โถโบ,Qulqulluu Ura'eel  โถโป,Qulqulluu Batu'eel  โถโผ,Qulqulluu Rufa'eel โถโฝ,Qulqulluu Salata'eel โถโพ,Qulqulluu Xari'eel โทโ—‹Qulqulluu Imnu'eel โทโถ'Qulqulluu pelali'eel โทโท ,Qulqulluu  Taldi'eel โทโธ,Qulqulluu peseldi'eel โทโน ,Qulqulluu Aleti'eel Ebbii ,sugnii ararsumman lubootaa samii nurraa addaa hin ba'iin kadhannaa isaniin nu haa maaru #Subscribe_ https://youtu.be/Quh16sGyOH8       #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu #follow_me๐Ÿ™๐Ÿ‘‡๐Ÿ™ https://vm.tiktok.com/ZMMEgKPk5
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
โค 1
F/taa Firaa'ol Tashoomaa... ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•— โ™จ๏ธ โšช๏ธ @OrtoOroKoon โ™จ๏ธ โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
Firaa'ol Badhaasa biyya keenya .mp33.70 MB
๐Ÿ‘ 1
ุงุฎุชุฑ ุฎุทุฉ ู…ุฎุชู„ูุฉ

ุชุณู…ุญ ุฎุทุชูƒ ุงู„ุญุงู„ูŠุฉ ุจุชุญู„ูŠู„ุงุช ู„ู…ุง ู„ุง ูŠุฒูŠุฏ ุนู† 5 ู‚ู†ูˆุงุช. ู„ู„ุญุตูˆู„ ุนู„ู‰ ุงู„ู…ุฒูŠุฏุŒ ูŠูุฑุฌู‰ ุงุฎุชูŠุงุฑ ุฎุทุฉ ู…ุฎุชู„ูุฉ.