cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Mana barumsaa bultii addaa oromiyaa

Odeeffannoo barnootaa kamiyyuu channel kana jalatti argattu kanaafuu like share gochuun channel kana haa gudfifnu! https://t.me/manabarumsaabultiiadda

إظهار المزيد
فنلندا2 486لم يتم تحديد اللغةالتعليم61 050
مشاركات الإعلانات
1 486
المشتركون
+824 ساعات
+467 أيام
+17430 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

✅️ Hordoftoota keenya jaallatamoo akkuma duraan beekamu hojii haaraa isinii qabannee dhufneerra Hojiin kunis gaaffii deebisuun doolaara argachuudha. ❇️💰Beekumsaa fi qarshii irraa argachuu dandeessu hojjedhaa irraa fayyadamaa💰💰💰💰💰 Liinkii 🔰🔰🔰🔰🔰 https://m.payquiz.top/69489113567710591/
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
✅️ Odeeffannoo dhimma baruuf barsiisuun wal qabatu argachuuf chaanaal keenya join godhaa. Hiriyoota keessanis affeerraa 💫Galatoomaa ✨
إظهار الكل...
1
Photo unavailableShow in Telegram
#Oduu Qormaataa Qormaanni xumuraa barattoota sagantaa sirreeffamaa bara 2016 waxabajjii 3-10, 2016 akka kennamu himamee turuun isaa ni yaadatama. Haa ta'u malee waxabajjii 9/2016 Ayyaana Iid al-Adhaa waan ta'eef qormaanni guyyaa sana kennamu gara waxabajjii 11/2016 akka darbe Ministeerri Barnootaa beeksise. Chaanaal keenya keenya like share subscribe gochuun nu jajjabeessaa Liinkii chaanaal keenya 🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰 https://t.me/manabarumsaabultiiadda 📡 Tokkummaan misoomaaf 📡
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Qormaanni Kutaa 6ffaa bara 2016 boru kennamuu eegala – Biiroo Barnootaa Oromiyaa Oromiyaatti qormaanni Kutaa 6ffaa bara 2016 guyyaa boruu eegalee kan kennamu ta’uu Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeskiseera. Qormaanni kun Oromiyaatti yeroo jalqabaaf wiirtuwwan kuma 1 fi 424 ibsameera. Akka Naannoo Oromiyaatti barattoonni kumni 731 fi 955 qormaata kutaa 6ffaa kana kan fudhatan ta’uu ragaan biiricharraa argame ni mul’isa Chaanaal keenya like share subscribe nuuf gochuun nu jajjabeessaa 🎉 Tokkummaan misoomaaf! 🎊
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
✅Hirmaanna keessaniif nu jajjabeessuu keessaniif galatoomaa. https://pubnotepad.com/5N4seE
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
✅️BNB COLD xumuramuuf guyyoota muraasatu hafe maaloo Irraa fayyadamaa carraa kana ofin dabarsinaa soba is initially fakkaachuu mala garuu 100% dhugaadha Ammuma seenaa claim godhaa walitti qabadhaa Liinkii🔰🔰🔰🔰🔰 https://t.me/Newcoldwallet_bot/app?startapp=R2142266838
إظهار الكل...
👍 4 1
Photo unavailableShow in Telegram
✨Group keenya keessa seenuun mallatoo itti Mara ee tuquun add godhaa
إظهار الكل...
👎 4
Jalqaba gara group keenyaatti nama affeeri
إظهار الكل...
Badhaafamaa ta'uuf nama 15 garee keenyatti nuu affeeri sana booda lakk bilbilaa koo ergi
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
✅Hirmaannaa keetiif guddaa galatoomi
إظهار الكل...
1