cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Malkaa Bal,oo

Chaanaalii kana Join gochuun kanneen armaan gadiin Bohaaraa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇❤💚❤

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
499
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
-1930 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
Har'a mimmiliqee Yoo itti fakkeessees Goyyoota bubbutee Yoo achi fageessees Guyyaan dhufaa jira Inni dhugaa baasu Yeeyyii hoolaa keessaa Kan ifatti baasu!
إظهار الكل...
Dirree Dhawaa Kolonelonni 2 ol ergamaniiru waraanni itti fufeera amma!
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Naatoo Lammii Rifeensa gubbaa deeme sanatu areedichatti dabalameeyii? ugaa nama shakkisiisa kun😊
إظهار الكل...
"asii si waliin shubbisu obboleewwan kee dhiiga boochisu"😥💔
إظهار الكل...
Oromoon akka horitti gorra'ame sanu ablee dooman itti rigani dinnan ableen dhahan😭
إظهار الكل...
ijoolee biyya kooti hundi iyyu hadhoo kooti https://t.me/Malkaa_Bal_oo
إظهار الكل...
Malkaa Bal,oo

Chaanaalii kana Join gochuun kanneen armaan gadiin Bohaaraa👇👇 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

jirtuu jaallan koo wabii biyya https://t.me/Malkaa_Bal_oo
إظهار الكل...
Malkaa Bal,oo

Chaanaalii kana Join gochuun kanneen armaan gadiin Bohaaraa👇👇 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

#Walabummaa Oromiyaati #araarri.
إظهار الكل...
Nabiyyi Sallallaahu Aleehi wassallam Dubartiin imaanaadhaa jabeessaa ja'an 🥰 https://t.me/Malkaa_Bal_oo
إظهار الكل...
Malkaa Bal,oo

Chaanaalii kana Join gochuun kanneen armaan gadiin Bohaaraa👇👇 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Photo unavailableShow in Telegram
Kutaadhaaf Hin Jiraannu Gandaafis Bakka Buunee hin qabsoofnu qe'eedhaaf Mandara Tokkoof Duunee Yoomuu hin Beeknu nuti gooxiidhaaf Jecha Lollee Daangaa keenya Taksina Biyya Hundaafuu Tollee Hin Jaalannu Gonkumaa nuti Gandummaa Kuusuu Ganda Tokko Ol Baafnee Tokkommoo Gadi Buusuu Warra Bahaa Jaalannee Jibbuus Hin Beeknu Lixa Kaabaaf Hanga Kibbaatti Sabni Hunduu nuuf Qixa Garaaf bullee hin beeknu biddeena Sobaa nyaannee Galma Kaayyootiif Joorra Amaanaa Sabaa Baannee Qarshiif Lollee hin beeknu Mindaa Keenya Gaafannee Dhugaa Barbaacha Baane Qawwee Kaanya Kaafannee ✏ Odaa Booree tiin
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.