cookie

ู†ุญู† ู†ุณุชุฎุฏู… ู…ู„ูุงุช ุชุนุฑูŠู ุงู„ุงุฑุชุจุงุท ู„ุชุญุณูŠู† ุชุฌุฑุจุฉ ุงู„ุชุตูุญ ุงู„ุฎุงุตุฉ ุจูƒ. ุจุงู„ู†ู‚ุฑ ุนู„ู‰ "ู‚ุจูˆู„ ุงู„ูƒู„"ุŒ ุฃู†ุช ุชูˆุงูู‚ ุนู„ู‰ ุงุณุชุฎุฏุงู… ู…ู„ูุงุช ุชุนุฑูŠู ุงู„ุงุฑุชุจุงุท.

avatar

Labbare tube ๐ŸŒท

#sila_akka_namaatin! Yaada Duba akkam goona? Gaafidha Yaadafi gaafi yoo qabaatan @obsi_yerumafi

ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ู…ุฒูŠุฏ
ูู†ู„ู†ุฏุง2 251ู„ู… ูŠุชู… ุชุญุฏูŠุฏ ุงู„ู„ุบุฉุงู„ูƒุชุจ17 261
ู…ุดุงุฑูƒุงุช ุงู„ุฅุนู„ุงู†ุงุช
308
ุงู„ู…ุดุชุฑูƒูˆู†
ู„ุง ุชูˆุฌุฏ ุจูŠุงู†ุงุช24 ุณุงุนุงุช
ู„ุง ุชูˆุฌุฏ ุจูŠุงู†ุงุช7 ุฃูŠุงู…
ู„ุง ุชูˆุฌุฏ ุจูŠุงู†ุงุช30 ุฃูŠุงู…

ุฌุงุฑูŠ ุชุญู…ูŠู„ ุงู„ุจูŠุงู†ุงุช...

ู…ุนุฏู„ ู†ู…ูˆ ุงู„ู…ุดุชุฑูƒ

ุฌุงุฑูŠ ุชุญู…ูŠู„ ุงู„ุจูŠุงู†ุงุช...

Waggaa 12 an hamman baradhe Harree tokko bitee Otoon nagadhee Yoona sooromeera Bajajii bitadhee ~ Amma eessan dhaqaa Iddoo barbaaddadhee Mala maalan qabaa Anoo nan dhiphadhe ~ Biyyaa ba'ee deemuuf Mattawaqaa hin qabu Biyya taa'ee hojjechuuf Iddoon taa'u hin qabu Mala maal naa maltuu Maaloo yaa jaranaa Intherance tu na gate Eeggadheen barana ~~~~ Qabliikoo cabsitee Haamilee na bu'e Malaaf falan dhabe Fayyaa koottan du'e Garasiin dhukaasa Garanaan dhukaasa Otoo bibir'annuu Barnoota otoo hin jibbiin Otooma barannuu Yoo tolan nu barsiisu Jibban nutti cufaa Akkasitti baranna eessaan Qabxiin dhufaa. โœ ......Milkii_Caalaa @mustafe_harar
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
แŒ‰แ‹ตแŠฎ แŠแ‹:: แ‰ฐแˆจแŠšแŠแ‰ต แˆ‹แŠซ แŠฅแ‹แˆ…แˆ แ‹ฐแˆญแˆทแˆ::๐Ÿ˜œ Out of 10, 7 are Oromoos. Top 10 most followed Ethiopians on Facebook: 1. Abiy Ahmed = 4.3M followers 2. Jawar Mohammed = 2.2M followers 3. Teddy Afro = 1.8M followers 4. Getu Temesgen = 1.2M followers 5. Rayya Abbamacha = 1M followers 6. Ahmedin Jebal 0.95M followers 7. Gelana Garomsa = 0.9M followers 8. Lij Yared = 0.84M followers 9. Yared Negu 0.71M followers 10. Yaya Beshir 0.66M followers Out of this 10 people 7 are Oromos! Ranked by Inside Africans โœ๏ธ
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram