cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Milki Network

Welcome To Muldhata Dhaloota Hello Guys Let's....

إظهار المزيد
فنلندا3 085لم يتم تحديد اللغةالأعمال58 610
مشاركات الإعلانات
739
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-27 أيام
-1430 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Repost from Milki Network
"Namni akkamitti of dhokatee Miira isaa sobee jiraataa Dhugaa simachuu dadhabee Of miidhee jiruu filataa"💔
إظهار الكل...
"Namni akkamitti of dhokatee Miira isaa sobee jiraataa Dhugaa simachuu dadhabee Of miidhee jiruu filataa"💔
إظهار الكل...
Repost from Sanyii Guddataa
Photo unavailableShow in Telegram
Samsung Galaxy A04 SM-A045F/DS(Dual SIM) Storage(ROM):64GB RAM:4GB Color:Black Condition: New(Boxed) Price:13,000birr Qubee electronics: Home of every Electronics devices Adreess: #Bole #Medihanalem #Oromia tower ground floor Phone: 0911539515               0921646364
إظهار الكل...
"Atis na hin hubattuu Gadoon koo hin si'aa'uu Uffannaan na hin toluu Nyaannan naa hin sifaa'uu Takaalameen jiraa Hin dandeenye waawuu"💔
إظهار الكل...
ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!              ⇣ Namoota hojii online hojjettan maraaf! Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa! Step 1 :- Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa! https://t.me/hulepay_official_bot?start=r05006434010 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r05006434010 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r05006434010 Step 2 :- Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✅Check» kan jedhu tuqaa! Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu! Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
إظهار الكل...
ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!              ⇣ Namoota hojii online hojjettan maraaf! Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa! Step 1 :- Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa! https://t.me/hulepay_official_bot?start=r05006434010 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r05006434010 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r05006434010 Step 2 :- Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✅Check» kan jedhu tuqaa! Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu! Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
إظهار الكل...
#Dhamsaa Nama Hundaaf 👇 Jabana kana aantummaan hundaa olii quba wal qabaachuu, wal dhaggeeffachuu, achiimmoo wal jajjabeessuudha; addatti dargaggoonni ! Hin himannuuf malee namuu dhiphuu keessa jiraata.Waan hedduu waliin, waan muraasa ammoo kopha kophaa dhiphachaa fi dhukkubsachaa jiraanna. Kun amaluma addunyaati, jabannis ammoo yartuudha. Haala kana keessa lubbuun jiraannee waliin darbuuf yeroo cinqii fi dhiphuu yaadaan wal utubuun barbaachisaadha.Meeqaatamatu kolfa sobaa kolfaa jiraata, abdii bor har'arra fooyyee qabaata jedhuun.Meeqaatamatu kumaatamaan marfamee, nama tokko kan waan keessa isaa itti himatee boqotu dhabee aada. Kanaaf falli, akkuma walitti hiiqanitti quba wal qabaachuu fi yaada walirraa qooddachuun abdii jireenyaa walitti horuudha. Erga darbee homaa waliif hin goonu. Quba wal qabaadhaa 🙏 Sababa kamiifuu, lubbuu ofiitirratti tarkaanfii fudhachuun ammoo rakkoo dabalataa uuma, malee fala hin tahu! Waaqni yeroo gaariitti nu haa baasu 🙏 Namni isiniti tole qofti 👉Waliif #Share ,#like fi #Comment Godhaka,Hirriyoota keessanis Add Godha 👇 @JelduStar @JelduStar @JelduStar
إظهار الكل...
Repost from Milki Network
Namoota siif hiika guddaa qaban bira ga'i. Yoo namni hin argamne, hiriyyoota haaraa horadhu . Hiriyoonni argaman yoo hin jiraanne immoo namoota si caalaa rakkatan gargaari . Yeroo tokko tokko haala ofii keenyaa fooyyessuu akka hin dandeenye yeroo nutti dhaga'amu, kan nama biraa fooyyessuu irratti humna argachuu dandeenya, akkasumas jireenya ofii keenyaa irrattis ilaalcha argachuu dandeenya. Galmi xixiqqoo guyyaa guyyaa milkaa’ina guddaa fi sochii guddaa ijaaru Jireenyi cimaadha, garuu yoo itti dhiyeenyaan ilaalte, qabsoo jiraachuu ta'us wantoota galateeffachuu qabdan daangaa hin qabne argatta. Wantoonni fi namoonni yeroo darbe si gammachiisan yoo badan illee, ammas wanti dinqisiifamuu qabdu baay'eedha. Gammachuun ati addunyaa naannoo kee jiru irraa argattu boba'aa yeroo rakkisaa keessa si dhiibu waan ta'eef waan qabduuf xiyyeeffannoo kenni, waan gatii qabuuf itti gammadi. Yoo yeroo gadda ykn dhukkubbii to'achuu hin dandeenye gidduu jirta ta'e, cinaatti dhaabbattee yeroon sun akka ta'u godhi. Yoo yeroo dheeraa rakkina keessa darbaa jirta ta’e, kunis, akka darbu of yaadachiisi. Yeroo gaarii fi hamaa jireenya kee keessatti mul'atu waan ta'eef fudhadhu malee haala lamaan keessaa tokkotti garmalee hin maxxanin. Yeroo wanti hamaa taʼu gadhiisuu, yeroo gaarii taʼus jireenya dinqisiifachuu baradhu. Kunis yeroo jireenyi sitti ulfaatu lafa akka qabaattu si gargaara.
إظهار الكل...
Repost from Milki Network
Nama hamma dhumaatti waliin hin taane jechaan hin sossobiin, godaannisas irratti hin uumiin. @MilkiNetwork share godhi          Join👇 ♥️ @MilkiNetwork @MilkiNetwork
إظهار الكل...
Repost from Milki Network
🖤Namoota 'ani akkasi, ani akkana' siin jedhan wajjin hariiroo hin uummatiin; isaan waa'ee olaantummaa isaanii malee waa'ee namummaa keettii dhimma homaa hin qabani.✌️🥰 @MilkiNetwork @MilkiNetwork
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.