cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

MILKII TUBE

إظهار المزيد
فنلندا2 128لم يتم تحديد اللغةالرياضة18 350
مشاركات الإعلانات
194
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

📚👉 Dogoggorri koo kaleessaa darbee jiraa har'a hin sirratuu...? ✓Tarii odoo bakkan hawwe hin geennee duuti natti dhufuu malti. Garuu haala ani abdii kutee harka maradhee taa'uutti akka natti hin dhufneen hawwa. Kanaafin jiraadha du'us akkasittin hawwa. ✅ Jireenyi amanaadha dhaloota na dhaaluuf maqaa kootiin waan takka dabarsuuf hamma danda'een nan carraaqa. Dandeettiin koo gadi bu'aa, humni koo dadhabaa ta'uun waan na dhaabuu miti. ✅ Ani ana waan na eeguttu jirutuu jira. ✅ Jiruu mataa ofii irra darbanii namaaf ta'anii jiraatan jiraadha, guyyaan jalqabu ammoo boru ykn iftaan miti har'a! 📢JOIN & 🔗SHARE ╔══════════════════╗ 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa ╚══════════════════╝
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Ronaldon gara kilaba gara kilaba Saud arabiya Al-nassir kontiraata waggaa 2 fii walakkaatiin imaluuf sadarkaa haasaan walii galuu jaraa ibsamaa jira.... Ronaldo kaffaltii rikardii ta'een waggatti miliyoona 179 isaaf argamsiisuuf ta'uun isaa himameera. Mee gatii isaaf kafalamu wajjiin haa laallu... ✓Waggatti £179,000,000 ✓Ji'atti £14,916,667 ✓Torbaanitti £3,442,308 ✓Guyyatti £490,411 ✓Sa'aatitti £20,434 ✓Daqiiqatti £341 argata jechuudha. @milkiitube @milkiitube

Hamilee namoota eegi Hamilee namoota eeguun nama kamiifu barbaachisaadha. Nama wajjiin jireenya gaari ta'e dabarsuuf hamilee nama sanii eegun dirqama kee ta'a. Namoonni tokko tokko iddoo hojjiittis ta'e iddoo biraattiis dogongora namni hojjateef battalumatti itti iyyee sirreeysuufi barbaada, gonkuma kun waan tahuu miti beeki. inumaa ilaalchi inni siif qabu badaa badaa dhufa. kana jachuun jibbaan isin lamaan jiddutti uumamuu jalqabaa dhufti jechu. kanaaf yeroo dogongoraa nama agartees haa ta'u yeroo ati itti gaafatamaa hojii wahii taate jirtutti namoonni muuxannoo hojii hin qabne si mudachuu danda'a. garuu namni san yoo suuta jettee itti agarsiifte hojii boonsaa hojachuu danda'a garuu muxannoo waan dhabeef si aarsuu danda'a ati garuu hamilee isaa eeyde akka inni hojii san itti yaadee galmaan gahuu gochuun si qabdi mallaqa sirraa argatu qofa laalte isaa hamilee xuquun bodarra sumaafu rakkoo ta'a jechuudha.Hiriyyaa kees ta'e namoota biraas yoo ta'e ati akka nama tokkootti nama hamilee namaa eeguu jaalatu tahi jechaan ergaa kooti... Ergaan itti fufa .....KOBBETU DHUMA MALEE QUBEEN HIN DHUMU! 📢JOIN & 🔗SHARE ╔══════════════════╗ 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa ╚══════════════════╝ Yaada keessan nu biraan gahuuf @abdiiAb68
إظهار الكل...
Ta'ullee Namonni yaadni isaani madaalamaa hin ta'inii fi kanneen of tuulummaan isaan injifatee jiraatullee isaan jaaladhu. Adeemsa keessa jaalalti ati isaaniif agarsiiftu booda keessa gara kee buta waan ta'ef Gaari osoo hojjattee namoonni baayyeen sirraa jaalatanillee namoonni si komatu akka jiru hubachuu qabda. ta'ullee ati gaarii hojjachuurraa of duuba hin jedhin. Ijaaruuf kan waggaa sirraa fixe halkan tokkotti garuu diigamuu danda'a. Ta'ullee ijaari. 📢JOIN & 🔗SHARE ╔══════════════════╗ 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa ╚══════════════════╝
إظهار الكل...
“Namoonni kennaa addaafi dandeettii guddaa osoo qabanii milkaa'ina hankaakan hedduutu jiru. Yaad-qalbii kanaanis dhimmi hojii isaanii, fayyaan isaaniifi hariiroon isaan namoota waliin qaban jalaa babbada. Kana sababa gochuunis carraa isaanii komachuu eegalu. Haalotaanis sodaachifamu. Garuu, rakkoolee hedduu hanqina naamusaatiin akka rakkatan hin hubatan. Maddi rakkoolee baay'ee hanqina naamusaati. Naamusti wanta gammachuu namaa ijaaru waan ta'eef jireenya keenya guyyuu keessatti shaakaluun gaariidha.” 🙏 @milkaainajireenyaa 🍏Join& share🍎👇👇 📢JOIN & 🔗SHARE ╔══════════════════╗ 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa ╚══════════════════╝
إظهار الكل...
Irraa baradhu!! 👇Addunyaan kun namoota gosa lama irraa tolfamte 👉Gartuun warri tokko akka motorii wayita dachee sochoosan 👉Gartuun warri kaan immoo akka jirmaa lafa ciisu namni isaan tuqu malee hin socho'an 👇Wayita dooniin kee gara kee dhufuu diddu filannoolee lama qabda 👉Tokko daaktee doonii kee bira geessee doonii kee fidachuu 👉Ykn ammoo teesseetuma hanga dooniin kee dhuftutti eeguudha 👌garuu yoo daaktee bira geesse daftee doonii kee daftee fudhatta 👇Dhimma tokko irratti yoomiyyuu filannoolee lamatu jiru 👉 Namootni kan biroo akka hojjetaniif isaaniif dhiiftee ati teessee bu'aa isaa eeguu 👉Haala jiru fooyyessuuf atis seexaadhaan (kaka'umsa) mataa keetiin waa hojjechuuf ka'uudha 👌Hojii kee namoota kan biroof dhiiftee teessee bu'aa isaa eegda taanaan kan si eeggatu kufaatiidha 👇Wayita dukkanaa'u filannoolee lamatu jira 👉Dukkanicha abaaruu 👉Dukkanicha keessa dhabbattee dungoo ibsachuudha 👇Wayita waan tokko hojjechuuf kaatu carraan si eeggatu waan lamadha 👉Milkaa'ina 👉Kufaatiidha/ni gufatta 👌Garuu tasumaa yoo yaalii gochuu dadhabde carraan kee waan tokkodha.innis kufaatiidha @milkaainajireenyaa ==join==godhaa
إظهار الكل...
Subscribe gochuun irraa fayyadamaa
إظهار الكل...
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.