cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Oromoo United Students

Chanaalii Kanaan Waanttootaa Armaan Gadii Argaatuu ▶Jaalaala fi Buhaartii ▶Oduu Ispoortii ▶Seennaa Haayyootaa fi Goottootaa ▶Sirbootaa Haaraa fi Artiistoo beekkamoo ▶Oduu Amee fi Haallaa Yeroo ▶Kitaabbootaa Jaalaalaf Barbaachisoo ➡Chanalii Kanaa Guddiisaa

إظهار المزيد
فنلندا2 319لم يتم تحديد اللغةالتعليم75 957
مشاركات الإعلانات
228
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
Wantin oolle waan hin oolle ==== "Yoo oli waliin nu fedhe Waan hin oolle Yoo firooma teenya fedhe Waan hin oolle Waan hin oolle fira ta'uun waan hin oolle; ==== Yoo oli waliin nu dide Waan hin oolle Yoo Ormuuma teenya fedhe Waan hin oolle Waan hin oolle Orma ta'uun waan hin oolle ,,,,,
إظهار الكل...
#IRRIIRAA_MORMII_NAGAA JIGJIGAA_UNIVARSITII NAGAAN DUUTII UMMATA OROMOO IRRAA HAA DHABAATUU JEDHANII NAGAAN GALAAN Sagalee Keenyaa Dhageessinee nagaan galleerraa. #Oddeeffannoo dabalataa fi Chanalii TELEGRAM Keenyaa join Godha @Oromoo_United_students
إظهار الكل...
Nuu off-kolchaa!! Nuu off-kolchaa Ordoofttooni Keenyaa Jechaa Rakko Tekniika Nuu Muddateef jechaa Turtii Baatii Muraasa Booda Deebbinee Jiraa. Odeeffannoo dabalata TELEGRAM Keenya kan join Chanal @Oromoo_United_students For Discuss Group @Tokkumma_barattoota_Oromoo
إظهار الكل...
#Yaadachiisa Barattoota kutaa 12ffaa maraaf Qormaata seensaa bara 2014/15 gara mooraa itti ramadamnii yeroo imalan wanta qabachuu qaban, wantota hayyamamaniifi hin hayyamamne armaan gaditti isiniif ibsinee jirra. Wantota qabachuun danda'amu 👉Uffata qorraa 👉Uffata Firaashii fi hirkoo 👉Nyaata qooraa 👉Uffataafi Boorsaa 👉Kaardii qorumsaa, Irsaasii, Laaphisii, Qalama, daftara yaadannoo, waraqaa qulqulluu, kitaaba Wantoota qabachuu hin danda'amne 👉Wantota sagalee viidiyoofi suuraa waraaban. 👉Kaameeraa 👉Wantota sarara teeleenis ta'e sanaan ala ergaa erguufi fudhachuu danda'an,(Taabileetii, Laaptooppii, bilbila, Haard Diiskii, Filaashii Miimoorii) Barattoota Saayinsii Hawaasaa 👉26-28/1/2015 Seensa Yuunivarsitii 👉29-01/2015 Oorenteeshinii 👉30-01/2015-02/02/2015 guyyaa qormaataa Barattootaa Saayinsii Uumamaa 👉05-06/02/2015 Seensa Yuunivarsitii 👉07/02/2015 Oorenteeshinii 👉08/02/2015-11/02/2015 Guyyaa Qormaataa @oromoo_united_students @Tokkummaa_barattoota_oromoo
إظهار الكل...
Qonnaan bulaa buna kiiloo tokko birrii 47,000'tti gurgure. Laggasaa Baxoosaa Naannoo Sidaamaa Aanaa Arbegonaa, ganda Bursa keessatti dhalatee guddate. Laggasaan hojii qonnaatin jiraata. Omishaalee akka boqqoolloo, qamadii fi garbu fa'aa qotuudhaan jiraataa akka ture hima. Haati manaa fi ijoollen isaas kanumaan jiraatu. Yeroo dhiyoo as garuu buna dhaabutti fuulleffate. Waggaatti oomisha bunaa irraa gali kuma 70 hang kuma 100 tti argata ture. Osoo kanaan jiruu buna dorgommii gabaa addunyaaf dhiyeessun akka jiru dhagaha. Laggasaan dorgommiif buna kiiloo kuma tokko dhiyeesse. Kana keessaa filatamee kiiloo 480 kan ta'u dorgommiif dhihaate. Bunni Laggasaan dorgommiif dhiyeesse kun kiiloon tokko gatii guddaa dolaara 884.10tti gurgurame. Birrii 47,236 kan ta'utti jechuudha. Kunis seenaa buna Itoophiyaatti buna gatii guddaatti gurguramedha Walumaa galatti buna dorgommiif dhiyeesse birrii miliyoona 20 olitti gurgurate. Odeeffannoo dabaalataf TELEGRAM Chanaalii fi Gurruphii Keenyaa Nuu Qunnamaa. 👇👇👇2👇👇👇👇👇👇👇 @Oromoo_United_students @Tokkumma_barattoota_Oromoo
إظهار الكل...
Qonnaan bulaa buna kiiloo tokko birrii 47,000'tti gurgure. Laggasaa Baxoosaa Naannoo Sidaamaa Aanaa Arbegonaa, ganda Bursa keessatti dhalatee guddate. Laggasaan hojii qonnaatin jiraata. Omishaalee akka boqqoolloo, qamadii fi garbu fa'aa qotuudhaan jiraataa akka ture hima. Haati manaa fi ijoollen isaas kanumaan jiraatu. Yeroo dhiyoo as garuu buna dhaabutti fuulleffate. Waggaatti oomisha bunaa irraa gali kuma 70 hang kuma 100 tti argata ture. Osoo kanaan jiruu buna dorgommii gabaa addunyaaf dhiyeessun akka jiru dhagaha. Laggasaan dorgommiif buna kiiloo kuma tokko dhiyeesse. Kana keessaa filatamee kiiloo 480 kan ta'u dorgommiif dhihaate. Bunni Laggasaan dorgommiif dhiyeesse kun kiiloon tokko gatii guddaa dolaara 884.10tti gurgurame. Birrii 47,236 kan ta'utti jechuudha. Kunis seenaa buna Itoophiyaatti buna gatii guddaatti gurguramedha Walumaa galatti buna dorgommiif dhiyeesse birrii miliyoona 20 olitti gurgurate. Odeeffannoo dabaalataf TELEGRAM Chanaalii fi Gurruphii Keenyaa Nuu Qunnamaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @Oromoo_United_students @Tokkumma_barattoota_Oromoo
إظهار الكل...
#kutaa_12ffaa Barattoota kutaa 12ffaa maraaf Qormaata seensaa bara 2014/15 gara mooraa itti ramadamnii yeroo imalan wanta qabachuu qaban, wantota hayyamamaniifi hin hayyamamne armaan gaditti isiniif ibsinee jirra. Wantota qabachuun danda'amu ⁉️Uffata qorraa ⁉️Uffata Firaashii fi hirkoo ⁉️Nyaata qooraa ⁉️Uffataafi Boorsaa ⁉️Kaardii qorumsaa, Irsaasii, Laaphisii, Qalama, daftara yaadannoo, waraqaa qulqulluu, kitaaba Wantoota qabachuu hin danda'amne ⁉️Wantota sagalee viidiyoofi suuraa waraaban. ⁉️Kaameeraa ⁉️Wantota sarara teeleenis ta'e sanaan ala ergaa erguufi fudhachuu danda'an,(Taabileetii, Laaptooppii, bilbila, Haard Diiskii, Filaashii Miimoorii) Sagantaa ⁉️Barattoota Saayinsii Hawaasaa 🕔26-28/1/205 Seensa Yuunivarsitii 🕔29-01/2015 Oorenteeshinii 🕔30-01/2015-02/02/2015 guyyaa qormaataa ⁉️Barattootaa Saayinsii Uumamaa 🕔05-06/02/2015 Seensa Yuunivarsitii 🕔07/02/2015 Oorenteeshinii 🕔08/02/2015-11/02/2015 Guyyaa Qormaataa Odeeffannoo dabaalataf TELEGRAM kanaan join godha Odeeffannoo dabaalataf TELEGRAM Chanaalii fi Gurruphii Keenyaa Nuu Qunnamaa. 👇👇👇👇👇👇@Oromoo_United_students @Tokkumma_barattoota_Oromoo
إظهار الكل...
👆👆👆Ramaaddii barattoota kutaa 12ffaa yuunivarsitiileedhaaf ergamuun mariin irratti taassifamaa jiru guutuu isaa! ወደ ዩኒቨርሲቲዎች ለውይይት የተላኩ የ12ኛ ክፍል ተማሪዎች ምደባ ሙሉ በ pdf Share 👇👇👇 https://t.me/+5UtUmeE0OYAwOGU8 https://t.me/+5UtUmeE0OYAwOGU8
إظهار الكل...
For the University Discusion.docx0.30 KB
#kutaa_12ffaa #Ramaddii Dambi Dollo University Dambi Dollo Yunivarsitiitti Barattoota qormaataman👇 Intake Capacity===4212 ✅Kellam Zone 🔭Gawo Kebe 🔭 Jimma Haro 🔭 Jimma Horo 🔭 Lalo Kile 🔭 Sadi Chanka 🔭 Seyo 🔭 Yemalagi walal 🔭 Suro Bargado 🔭Hambela Wamena 🗝Walumaa-galatti Barattoota Saayinsii hawaasa 6612 fi Barattoota saayinsi Uumamaa 3907 Yunivarsitii Dambi Doollotti qormaatamu. Odeeffannoo dabaalataf TELEGRAM Chanaalii fi Gurruphii Keenyaa Nuu Qunnamaa. 👇👇 @Oromoo_United_students @Tokkumma_barattoota_Oromoo
إظهار الكل...
#kutaa_12ffaa #Ramaddii Oromia State University ‼️ Intake Capacity===1560 ✅ From East Shoa ✅ From West Arsi Police University Total ‼️ Intake Capacity===1058 ✅ From Finfinne Zuria (Sandafa) ✅ Laga Tafo Town Assosa University ‼️ Intake Capacity===7310 ✅ From West Wellegga Jigjiga University ‼️ Intake Capacity===3254 ✅ From East Hararge Odeeffannoo dabaalataf TELEGRAM Chanaalii fi Gurruphii Keenyaa Nuu Qunnamaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇@Oromoo_United_students @Tokkumma_barattoota_Oromoo
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.