cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Negash Yendo

Channel kana jalatti:- 🤜Barreeffamoota hafuuraa✍ 🤜Farfaannaa🎶 🤜Kitaabolee hafuuraa📚 🤜luqqisii suuraadhaan ¹³Keessa namummaa koo situ uume, gadameessa haadha koo keessatti situ na tolche;M.Far.139:13-16. @negashyendo

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
380
المشتركون
-124 ساعات
+17 أيام
+1530 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Gaaffii Gaaffiin deebi'ee Deebii ta'e. Guyyaa tokko Iyob Waaqayyootti Gaaffii tarreessa ture.Akkuma Iyob.10:1-13irratti  dubbatu.sababiin gaaffii isaatiis hiika jireenyaatu harkaa bade ykn fala dhabe .Waaqayyo nama namaaf kaasa waan ta'eef,namni Zofaar jedhamu akkuma IYob 11:1-20 tti Iyobin gaaffii gaafachaa,gorsaa,qajeelchaa namni kun akka Daawwit caalmaatti yaadu taasise akkuma Iyob12:1-25 fi Iyob 13:1-28 irratti arginu jechuudha. Walumaa galatti jireenya Iyob dhaaf Far.39:1-13, Far.40:1-17 fi 41:1-13 irra sagaleen jiru. Hiikaa jireenyaa Iyob gaafasiif ta'a.yaada biraa tokkollee bakkeerraa utuu itti hin dabalin macaafni keenya walhiika.
إظهار الكل...
🥰 5
Photo unavailableShow in Telegram
Waldaa Guutuu Wangeelaa Ambootti warri naannoo sanaa irratti hirmaadhaa.
إظهار الكل...
Karaa Kiristiyaanummaan itti argamu. Efe. 4 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹⁷ Egaa si'achi akka warra saba Waaqayyoo hin ta'iniitti yaada waa'ee hin baafne duukaa buutanii akka hin jiraanne maqaa gooftaatiin cimsee isinan gorsa. ¹⁸ Isaan sammuun isaanii dukkaneeffameera; sababii Waaqayyoon beekuu hin barbaanneef, sababii mata-jabina isaaniitiifis jireenya isa Waaqayyo kennu keessaa gad baafamaniiru. ¹⁹ Isaan of qabuu dadhabanii jireenya gad-dhiisiitti of kennaniiru; wanta nama xureessu hundumaa in hojjetu, in ga'as hin jedhan. ²⁰ Isin garuu Kristosin akkasitti hin barre. ²¹ Silaa waa'ee isaa dhaga'uun keessan, akka dhugaa isa Yesus keessa jiruttis maqaa isaatiin barsiifamuun keessan hin oolle! ²² Yaada namummaa moofaa isa dur itti jiraachaa turtan, isa kajeellaa nama gowwoomsuun manca'e of keessaa baasaa! ²³ Hafuura yaada garaa keessanii keessattis haareffamaa! ²⁴ Namummaa haaraa isa qajeelummaa fi qulqullummaa dhugaatti, fakkaattii Waaqayyootiin uumame uffadhaa!
إظهار الكل...
🥰 1
🥰 3
Photo unavailableShow in Telegram
🥰 4
🥰 6👍 1
Yeroo Modela biyya lafaati.Namni tokko Naanna'ee ×50 lafatti kufa. Yeroon biyya lafaa fudhattee naannooftus akkuma Qooddiroo maramtee dhidhima nuti hin beekne keessa lixxi.Yeroon jalqabaa fi dhumaa biyya lafaati. Ani ifaa fi dukkana isa gargar qoodamee nuuf kenname kenname dabalatee,yeroo Boqonnaa(halkan) fi Hojii(guyyaa)malee akka dhuunfaa kootti waanan beeku hin qabu. Yeroon akkuma Maammasaa(Boojjitoo)sana nu gootus.Kan nu dhadhamee nu ilaalummoo Jireenya jedhama Maqaasaa. Jireenyi kun eenyu?
إظهار الكل...
🥰 1
“Kanaafis isin yaada garaa keessanii isa haguugame qulleeffadhaa, si'achis deebitanii boqu-jabeeyyii hin ta'inaa!” — Kes. 10:16
إظهار الكل...
🥰 3
“Waaqayyo gooftaan keessan gad isin deebisuudhaaf garaa keessan keessa waan ture, abboommii isaa in eegduu fi hin eegdanii keessan beekuudhaaf, qoree isin ilaaluudhaafis jedhee, karaa inni lafa onaa sana keessa waggaa afurtama kana isin adeemsisaa ture yaadadhaa!” — Kes. 8:2
إظهار الكل...
👍 1