743
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-37 أيام
-2130 أيام
- المشتركون
- التغطية البريدية
- ER - نسبة المشاركة
جاري تحميل البيانات...
معدل نمو المشترك
جاري تحميل البيانات...
Repost from መርጌታ ሰለሞን የባህል መድሐኒት ቀማሚ
A journey of a thousand miles begins with a single step.
Lao Tzu
#Joinshare || OROMOONOROMOOF
Chaanaalii keenya tajaajila technology fi carraa barri odeeffannoo nuuf kennu irraa akkamitti akka fayyadamaa taatan isiin qajeelcha itti dabalamuun irraa fayyadamaa.
Scholarship 🇱🇷
Internship🇬🇧
Technology
About Mastercard 💸
YALI
How to Apply?
CONTACT ADEEROO
Best Ethiopian hot🔥 Telegram channel and group for adult 🔞
Join now below here link👇👇
tiktok video 💖
Entertainment 🤣💕
Barruulee❤️
Dating🧟👭
Contact💕
Join💥
🔥 HOT CHANNEL
Funny 😃video
Walaloo jaalalaa
Music 🎶
Kana beektuu laata?
Mp3 music
Downlod Video
News
Barnootaaf 🍓
Kana Beektuu 👌
DV ilaaluuf ❤️
Walaloo Gabaabaa
SMS📩📩
Contact 💸💵
Kadir Said 🎶 🎵
Faaxee Anniyyaa❤️
Farahan Baddeessa
Shaggooyyee
Tirrii❤️
Ragada❤️
All in one
Abbabaa abbishuu
Qamar yusuf
Ali Birra❤️
Ali shabbo💯
Adam Harun💯
New music 🎶
Mp3
Mp4
Oromo clasical
Repost from N/a
إظهار الكل...Oromo music MP3 💕
Afaan Oromo music channel #afaan oromoo #music
💯Best Ethiopian hot🔥 Telegram channel and group for adult 🔞📵
Join now below here link👇👇
tiktok video 💖
Entertainment 🤣💕
Barruulee❤️
Dating🧟👭
Contact💕
Join💥
🔥 HOT CHANNEL
Funny 😃video
Walaloo jaalalaa
Music 🎶
Kana beektuu laata?
Mp3 music
Downlod Video
News
Barnootaaf 🍓
Kana Beektuu 👌
DV ilaaluuf ❤️
Walaloo Gabaabaa
SMS📩📩
Contact 💸💵
Kadir Said 🎶 🎵
Faaxee Anniyyaa❤️
Farahan Baddeessa
Shaggooyyee
Tirrii❤️
Ragada❤️
All in one
Abbabaa Abbishuu
🔥Qamar Yusuf
Ali birraa 💟
ALI SHABBO💞
Adinan Mahammad -💥💕
New music 🎶
Mp3
Mp4
Oromo Clasical
💯Best Ethiopian hot🔥 Telegram channel and group for adult 🔞📵
Join now below here link👇👇
tiktok video 💖
Entertainment 🤣💕
Barruulee❤️
Dating🧟👭
Contact💕
Join💥
🔥 HOT CHANNEL
Funny 😃video
Walaloo jaalalaa
Music 🎶
Kana beektuu laata?
Mp3 music
Downlod Video
News
Barnootaaf 🍓
Kana Beektuu 👌
DV ilaaluuf ❤️
Walaloo Gabaabaa
SMS📩📩
Contact 💸💵
Kadir Said 🎶 🎵
Faaxee Anniyyaa❤️
Farahan Baddeessa
Shaggooyyee
Tirrii❤️
Ragada❤️
All in one
Abbabaa Abbishuu
🔥Qamar Yusuf
Ali birraa 💟
ALI SHABBO💞
Adinan Mahammad -💥💕
New music 🎶
Mp3
Mp4
Oromo Clasical
إظهار الكل...
Oromo music MP3 💕
Afaan Oromo music channel #afaan oromoo #music
Photo unavailableShow in Telegram
Boombii gaafii eenyummaa biyya tanatti yeroo jalqabaaf kan dhoose Walaaliny Mokkonin. Barruu isaa bara 1965 keessa "Nation's and Nationalities' Questions " jedhuun impaayera Itoophiyaa keessa gaafiin eenyummaa sabummaa ulfaataan deebii barbaadu akka jiru kaase. Impaayerri Hayila Sillaasee guyyaa San salphate. Rifaatuu guyyaa San rifaterraa kan ka'e Xilaahun Gizaaw ajjeeffamuun, Walaaliny fi niitiin isaa aadde Maartaanis bifa nama suukanneessuun buufata xiyyaaraa keessatti wareegaman. Itti fufuun gootichi Oromoo Ibsaa Guutamaa walaloo "Itoophiyaawii maanaw" jettu galma yuniversitii Hayilla Sillaasee keessatti dubbisuun impaayerri immiyyee ilmaan immiyyee malee kan aabbiyyee akka hacuuce, eenyummaa warra kaabaa warra kibbarratti kan kuffise ta'uu akeeke. Kanaan, sirni mootichaa ganamaa galgala gaafii eenyummaa sabummaa akka galaanaa itti yaa'uun bubuqqa'uu jalqabe. Walaaliny Mokkonin seenaan barabaraan haa yaadatu!
👇
By Tuujii ibrahim
إظهار الكل...
Oromo music MP3 💕
Afaan Oromo music channel #afaan oromoo #music
~Kophaa too na dhiiftee,atii deemuuf kanaan.
Dubbachuun dadhabee ati naan dubbannaan.
~ Siin barbaada hogguu gadii hin teeny takkaa.
~Si jaallee jaalalaa mee ammaa.
Jaalaltii tee daymaa daymaa.
~ Hin yaadini hin yaadinii
Yaadni namaan badaa.
~ Na jaalattee gama keetiin.
~Ammalele lelee.
~Wal arguu waa hin oolluu hayaa nagayaatti.
~ Yaada keetiin shorarkawee
Hangam takkaan dadarkawee.
~ Ifii rafaa bultaa hirribaa mi’aawaa.
An hirriba dhabee naaf himii mee dawaa.
Sirboota kana Artiisti jaalatamaafi hangafaa artiistoota Oromoo Dr.kabajaa artiisti Alii Birraa sirbee. Sirbootni kun seenaa muuziqaa Oromoo keessatti sirboota yeroon hin geeddaree kan hin moofoynee. Sirboota bara baraan jiraatuu kan dhaloota dhalatoottii darbaa jiraniidha.
~ Nan laaliin siin laala
Yaa shankooraa aalaa.
Sirba kana jalqaba kan sirbee Artistii Abdii Buuh. Booda kana Artisti Mahammad Xawiifi Umaree Aliitiin irra deebiin sirbamee.
~ Yaa ibsituu akka aduu
An si malee hin taraaduu.
Siihi taniin barbaaduu.
Walaloo artiisti Abuubakar Muussaa waa’ee bilisummaatiif barreessee kan Hawwisoon Urjii Bakkalchaa sirba itti ummata Oromoo dammaqsaaa turtee.
Artistii guddaa abbaan seenaa jabaa Artiisti Abuubakar Muussaa Haala kanaan, walaloo sirbaatiin Oromoon dukkanaa gabrummaa keessa bahee gara qabsoo bilisummaa Oromootti akka qabsoof cehuu sammuu qaree dammaqsee dammaqaaf bayyannoota uumee. Walaloo sirbaa ykn wallee barreesseen ummata Oromoo xiqqaa hanga guddaa hidhannoo eenyummaa sammuu hidhachisee qabsoo annaannachisee onnachisee. Artiisti Abuubakar Muussaa hayyuu qaroo goota beekkamaafi jaalatamaadha. Artiisti Abuubakar Muussaa walaloo sirba barreesseen artii Oromoo, muuziqaa, Afaaniifi aadaa Oromoo dhiibbaa dhibaa sirna kolonneeffattuu habashaa jalaa baasee dagaagsee nama jabadha. Artiisti Abuubakar Muussaa mootummaan Hawwisoon Afran Qalloo hojii erga dhaabdee diigamtee booda, Raadiyoo Harar kan bara 1965 hundaa’ee keessatti Shawaaluul Mangistuu, Abdii Mahammad Yusuuf ( Abdii Qophee) fi Mahammad Ahmad ( Mahammd Qophee) waliin qaxaramee hojjata turee. Artiisti Abuubakar Muussaa sabaaf dhalatee,sabaaf jiraatee qabsaa’ee dararaaf gidiraan osoo abdii hin kutiin sabaa isaa Oromoo Osoo hojjatuu Adoolleessa 12, bara 1969 A.L.H ykn Adoolleessaa 12,bara 1977 galgalaa Raadiyoo Harari oduu dubbisee yeroo bahuu waraana ykn hidhattoota Dargiitiin rasaasaan ajjeeffamee. Artiisti Abuubakar Muussaa gootni Oromoo erga ajjeeffamee reeffaa isaa akka ummanni hin kaafnee dhorkanii bineensii nyaatee harkaaf miila mataa qofaa arganii walitti qabuun awwaalan. Artiisti Abuubakar Muussaa haalli du’aa saa caalaa reeffaa isaa bineensaa nyaachisuu diinni hangam akka garaa jabaatuu kan garsiisuu. Artiisti Abuubakar Muussaa hojiin hanga lafaa gubbaa lubbuun jiraatee ummata Oromoo hojjatee siidaa jaalalaa tahee onnee Oromoo keessa dhaabbataa. Galma galmee seenaa guddaa tahee sammuuf sirrii ummata keessa jiraatee bara baraan dhalootni irra baraa seenaan faarsaa jiraata.
By: - Soora Kha lammii Facebook
━━━━━━✧❂✧━━━━━━━
اختر خطة مختلفة
تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.