cookie

ู†ุญู† ู†ุณุชุฎุฏู… ู…ู„ูุงุช ุชุนุฑูŠู ุงู„ุงุฑุชุจุงุท ู„ุชุญุณูŠู† ุชุฌุฑุจุฉ ุงู„ุชุตูุญ ุงู„ุฎุงุตุฉ ุจูƒ. ุจุงู„ู†ู‚ุฑ ุนู„ู‰ "ู‚ุจูˆู„ ุงู„ูƒู„"ุŒ ุฃู†ุช ุชูˆุงูู‚ ุนู„ู‰ ุงุณุชุฎุฏุงู… ู…ู„ูุงุช ุชุนุฑูŠู ุงู„ุงุฑุชุจุงุท.

avatar

Walaloof baacoowwan ๐Ÿ˜

Walaloowwan jaalalaa fi baacoowwan hidhii walitti nama hin qabachiisne yoo barbaaddan ...... YouTubehttps://www.youtube.com/@milkiitubes Yaadaaf qeeqa qabdan karaa @wabiif na biraan gahuu dandessu

ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ู…ุฒูŠุฏ
ู…ุดุงุฑูƒุงุช ุงู„ุฅุนู„ุงู†ุงุช
5 009
ุงู„ู…ุดุชุฑูƒูˆู†
+724 ุณุงุนุงุช
+727 ุฃูŠุงู…
+24130 ุฃูŠุงู…

ุฌุงุฑูŠ ุชุญู…ูŠู„ ุงู„ุจูŠุงู†ุงุช...

ู…ุนุฏู„ ู†ู…ูˆ ุงู„ู…ุดุชุฑูƒ

ุฌุงุฑูŠ ุชุญู…ูŠู„ ุงู„ุจูŠุงู†ุงุช...

ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
HOT Wallet

Next-generation telegram MPC wallet. Build in HOT mining

๐•„๐•’๐•ž๐•ž๐•’๐•’๐•œ๐•ฅ๐•–๐•– ๐•š๐•ฅ๐•ฅ๐•š ๐•˜๐•–๐•–๐•ฃ๐•’๐•ฃ๐•ฅ๐•–๐•– ๐•Š๐•š๐•ฃ๐•“๐•š๐•ฅ๐•–๐•– ๐•š๐•ฅ๐•ฅ๐•š ๐•“๐• ๐• ๐•œ๐•š๐•ค๐•ฅ๐•–๐•– ๐”ป๐•–๐•–๐•ž๐•ฆ๐•ฆ๐•— ๐•ช๐• ๐•  ๐•ข๐•’๐•›๐•–๐•–๐•๐•ฅ๐•ฆ๐•ž๐•ž๐• ๐•  ๐•๐•’๐•’๐•๐•๐•’๐•Ÿ๐•œ๐•–๐•– ๐•ข๐•’๐•’๐•๐•š๐•š ๐•ค๐•’๐•Ÿ๐•’๐•’๐•Ÿ ๐•†๐•Ÿ๐•Ÿ๐•–๐•– ๐•œ๐•–๐•–๐•ฃ๐•ฃ๐•’๐•’ ๐••๐•ฆ๐•“๐•“๐•’๐•ฅ๐•ฅ๐•–๐•– "๐”พ๐•’๐•๐•’๐•ฅ๐• ๐• ๐•ž๐•’๐•’"! ๐•š๐•ฅ๐•ฅ๐•š๐•š๐•Ÿ ๐•›๐•–๐•ฅ๐•ฅ๐•– โ„•๐•ฆ ๐•“๐•’๐••๐•™๐•’๐•’๐•ค๐•ฅ๐•–๐•– ๐•˜๐•’๐•๐•’๐•’๐•œ๐•–๐•– ๐”ป๐•š๐•๐•“๐•š๐•š ๐••๐•™๐•’๐•Ÿ๐•˜๐•’๐•’ ๐•›๐•–๐•”๐•™๐• ๐• ๐•ฅ๐•’๐•’ โ„•๐•ฆ๐•— ๐••๐•™๐• ๐•œ๐•ค๐•š๐•ฅ๐•– ๐•—๐•ฆ๐•ฆ๐•๐•’๐•œ๐•–๐•– ๐”ฝ๐•ฆ๐•ฆ๐•๐•’๐•œ๐•–๐•– ๐•—๐•ฆ๐•ฆ๐•๐•’ ๐•˜๐• ๐• ๐•ฅ๐•’๐•’ ๐”พ๐•’๐•๐•’๐•ฅ๐• ๐• ๐•ž๐•š ๐•ข๐•’๐•'๐• ๐•  ๐•œ๐• ๐•  ๐”พ๐•’๐•’๐•Ÿ๐•—๐•ฆ๐•ฃ๐•–๐•– ๐•’๐•“๐•“๐•’๐•’ ๐”พ๐•’๐••๐•’๐•’! ๐•Š๐•š๐•๐•’๐•’๐•ค ๐•ž๐•’๐•’๐•๐•’๐•Ÿ ๐•ค๐•š ๐•˜๐• ๐••๐•™๐•’? โ„‚๐•’๐•“๐•’๐•’๐•œ๐•–๐•– ๐•ข๐• ๐•—๐•’๐•Ÿ ๐•’๐•’๐••๐•’! ๐”ธ๐•œ๐•œ๐•’๐•ž๐•ž๐• ๐•  ๐•ฅ๐•ฆ๐•ฃ๐•– ๐•๐•’๐•’๐•ฅ๐•’, ๐•๐•š๐•ฃ๐•–๐•–๐•Ÿ๐•ช๐•š๐•š ๐•˜๐•’๐•ฃ๐•’ ๐•ค๐•’๐•Ÿ๐•’๐•’? ๐•Ž๐•’๐•๐•š๐•ฅ๐•ฅ๐•š ๐••๐•–๐•–๐•ž๐•ฆ๐•ฆ ๐•๐•’๐•’๐•ฅ๐•’, ๐•Ž๐•’๐•’๐•ข๐• ๐•  ๐•—๐•š ๐•‹๐•’๐•’๐••๐••๐•’๐•ค๐•’๐•’๐•Ÿ? ๐”ป๐•’๐•’๐••๐•™๐•š๐•š ๐”พ๐•’๐•๐•’๐•’๐•Ÿ๐•š๐•š๐•—, ๐•๐• ๐• ๐•ค๐•–๐•–๐•— ๐•Œ๐•ค๐•ž๐•’๐•’๐•ช๐•ช๐• ๐•  ๐•—๐•š ๐”ผ๐•–๐•“๐•“๐•š๐•ค๐•’๐•’๐•Ÿ ๐”ธ๐•“๐•š๐•š๐•ค๐•™๐•–๐•–๐•Ÿ ๐•จ๐•’๐• ๐•’๐•˜๐•’๐•’๐•ฃ๐•ฅ๐•ฆ๐•ฆ? ๐”ผ๐•–๐•๐•ž๐• ๐•  ๐•—๐•š ๐”น๐•’๐•œ๐•’๐•ฃ ๐•Ž๐•’๐•’๐•ฃ๐•–๐•–๐•Ÿ ๐”พ๐•’๐•“๐•’๐•ช๐•ช๐• ๐•  ๐•—๐•š ๐”พ๐•’๐•ฃ๐•’๐•ค๐•ฆ๐•ฆ๐•Ÿ ๐•๐•’๐•’๐•˜๐•’๐•ž๐•’๐•’๐•Ÿ๐•š๐•ค ๐•Ÿ๐•’๐•˜๐•ฆ๐•ž๐•ž๐•’๐•ฃ๐•–๐•–? ๐”ป๐•’๐•ฃ๐•’๐•’๐•ฃ๐•’๐•’๐•Ÿ ๐•Ÿ๐•’๐•˜๐•’๐•’ ๐•›๐•–๐••๐•™๐•š, โ„๐•’๐•’๐•ช๐•š๐•๐•–๐•–๐•Ÿ ๐•Ÿ๐•’๐•˜๐•’๐•’ ๐•›๐•–๐••๐•™๐•š ๐•†๐•๐•š๐•š๐•ข๐•’๐•’๐•ค ๐•Ÿ๐•ฆ๐•ฆ๐•— ๐••๐•ฆ๐•“๐•“๐•š๐•ค๐•š ๐”น๐•’๐••๐•™๐•’๐•’๐•ค๐•’๐•’ ๐•—๐•š ๐”น๐•’๐•๐•’๐•’๐•ช๐•š๐•š ๐”น๐• ๐•ฃ๐•ฆ๐•ฆ ๐•—๐•š ๐•ž๐• '๐•š ๐•‹๐•ฆ๐•—๐•’๐•’ ๐•Ž๐•’๐•Ÿ๐••๐•š๐•ž๐•ž๐•ฆ๐•ฆ ๐•š๐•๐•ž๐•’ ๐”ป๐•’๐•ž๐•ž๐•’๐•Ÿ๐•’๐•’ ๐”ผ๐•ฃ๐•˜๐•’๐•’ ๐•—๐•š ๐••๐•™๐•’๐•’๐•ž๐•ค๐•’ ๐•œ๐•–๐•–๐•Ÿ๐•ช๐•’๐•’ ๐”พ๐•ฆ๐•ฃ๐•ฃ๐•’๐•’ ๐•ค๐•’๐•’๐•Ÿ๐•š๐•š ๐•Ÿ๐•ฆ๐•ฆ๐•— ๐•œ๐•’๐•’'๐•š ๐•Ž๐•’๐•ฃ๐•–๐•–๐•˜๐•’๐•ž๐•ฅ๐• ๐• ๐•ฅ๐•’ ๐•™๐•’๐•ข๐•’ ๐•Ž๐•’๐•ฃ๐•ฃ๐•š ๐••๐•™๐•ฆ๐•˜๐•’๐•’ ๐•“๐•’๐•ฃ๐•“๐•’๐•’๐••๐••๐•’๐•Ÿ โ„๐•ฆ๐•Ÿ๐••๐•š๐•Ÿ๐•ฆ๐•ฆ ๐•จ๐•’๐• ๐•’๐•˜๐•’๐•ฃ๐•ฅ๐•ฆ๐•ฆ? ๐•„๐•–๐•– ๐•Ÿ๐•ฆ๐•ฅ๐• ๐•  ๐•Ÿ๐•’๐•˜๐•’๐•’ ๐••๐•™๐•’๐•“๐•Ÿ๐•–, ๐•€๐•ค๐•š๐•Ÿ๐• ๐•  ๐•ข๐•’๐•“๐••๐•ฆ ๐•Ÿ๐•’๐•˜๐•’๐•’? @walaloo430 @walaoo430 @walaloo430
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 7โค 4
Waa'ee kee dubbachuuf Afaan na hoodataa Nan barreessa jedhu Harki na hoollataa Umrii ijoollummaan Nurraa adda baatee Jiruu dhuunfaa dhiiftee Sabaaf aarsaa taate Goota koo abbaa xiiqii Jabaa onneen sibiilaa Kan takkaa garaan hirre Abbaa kaayyoo taliilaa โค๐Ÿ’šโค Deemteeree tiruu koo Deemtee yaa onnaatta Ija kee dharraaneem Takkaa nuuf mil'adhuu? Maaf jalqabdee laata Deemsa karaa dheeraa Sitti baradheetan Namarraa baqadhee Abjuun si arguufan Irriiba kadhadhe Koodee gaaddisa koo Gaaddisan boqodhu Iccitii keessa koo kanan itti himadhu Maqaa keetan waamaa oola Nama owwaatu dhabullee Inni ati wareegamteef Qabsoodha afoosha mitii ๐Ÿ’”๐Ÿ’š๐Ÿ’”Galatoomi jaala kiyyaa๐Ÿ’”๐Ÿ’š๐Ÿ’” @walaloo430 @walaloo430
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 11๐Ÿฅฐ 1
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

โค 8
Dabaaliimee. Dabaaliimee Abbaa ko abbaa kan koo Faacha gorroorra keessee Yaaddoo garaa na keessee Jaarsaa sarbaa liillanaa Tookko hin oolu miilanaa Yookan harrii filachuu Yookaan aarii baafachuu Goota koo baddaa horroo Abbishee ilma garbaa Jabaa lagaa mormorii Eenyut ittiin mormatee Abbishee ilma garbaa Yaa isa goraadee biiluu Situ hallayyaatti naqee Roorroo qe'eetti duuluu Gooticha baddaa horroo Yaa isa daalee soorrate Kokkeetti qabu roorro Si nyaate malee boolloon Si nyaate malee boolloon. @walaloo430 @walaloo430 @walaloo430
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 6โค 1
#DHUGAA_QABDA_BARSIISAA... Guyyaa dhaabachaa ooltet Halkan dubbifta hin raftu Mindaan at argattummoo Liqiirraayyuu hin haftu ! ====== Coomanis wal hin beektu Piizas ta'ee bargarii Kaffaltiin at argattuuf Dadhabbiin kee gargari ===== Kaabinee xobbee miti Tasa hin argattu durgoo Kan ittiin bittu hin qabdu Ibsaan yoo bade dungoo ! ===== Dhaloota meeqa soortet Ofiif immoo, beelofte Warra qubee barsiisten Deebiteemmoo yeellofte ===== Osoo ati beeloftuu Hattuufi sobduun quufti Abshir yaa barsiisaa koo Siifis guyyaan ni dhufti ===== Harki kee qulqulluudha Dhiiga namaa hin laaqne Dhabdus keetin jiraatta Dafqa namaa hin nyaanne ===== Lafas gurgurtee hin beektu Sabbataaf Galaan keessaa Boquu kee gadi buustee Mana kiraayii teessaa ===== Utuu waan gaarii gootuu Jiraachuyyuu dadhabdee Dhugaa qabda barsiisaa Gatii dafqa kee dhabdee.......!!! #Barsiisaa !!! @walaloo430 @walaloo430 @walaloo430
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 17๐Ÿ‘ 1
๐Ÿ’ฅ Halkan tokko abbaa manaafi haati manaa rafanii utuu jiranii halkan walakkaa hattoonni mana isaaniitti seenani Meeshaa isaanii guurrachuu eegalan ๐Ÿ’ฅ Haati manaa abbaa mana hirribaa dammaqsitee rakkoo guddaan akka Uumame itti himte Ka'ee hattoota kana akka hari'uufis gaafatte ๐Ÿ’ฅInni garuu baay'ee sodaachuu irra kan ka'e ni callise ๐Ÿ’ฅ Meeshaa guurratanii yommuu isaan ba'anii deemsa jalqaban firaashii irra ciisaa turan fudhatee booddeedhaan hordofe abbaan Mana sun ๐Ÿ’ฅ Hattoonni kunis dheekkamanii Maal barbaacha dhufte? Si ajjeesna yokaan nu biraa deebi'i ittin jedhan ๐Ÿ’ฅ Namichis deebiseefi "Maal mana jijjiirrachaa jirra mitii? Maaliif na ajjeeftu?" Jedheen ๐Ÿ˜ƒ @walaloo430 @walaloo430 @walaloo430
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 7๐Ÿ˜ 1
#DHIIFAMA yuunivarsitii tokko keessatti guyyaa tokko barsiistuun saayikooloojii barattoota isheetiif assaayimentii kenniteef.assaayimentichis akkas jedha,dinnicha irratti maqaa nama jibbitanii barreessitanii fiddu. HUB,baay'ina hamma nama jibbitu nama tokkoof dinnicha tokko jette itti himte. barattoonnis guyyaa itti aanutti,warri kaan 1,warri kaan 3,warri kaan 6-10tti fidanii maqaa namootaas tokkoon tokkoon isaa irratti barreessan. barsiistuunis hunda isaa borsaa keessan keessa kaa'aa hanga torbee tokkootti keessa hin fuutani,yeroo ciistanis,mana fincaaniittis ofirra hin buuftan borsicha jettee ajajje.gaafa guyyaa sadii fi afur bulu dinnichichi tortoree foolii kennuu jalqabe.gaafa shanii fi ja'a ga'u garmalee ajaa'uu jalqabe. keessaayyuu abbaan dinnicha kudhanii baayee rakkate ulfaatinnis nijira.torban tokkoo booda fidanii barsiistuutti himan torban xumurrerra jedhan. barsiistuunis akkam ture baachuun torbee jettee gaafatte,hundumtuu guungumanii baayee nurakkise barsiistuu keenya baayee rakkanne ba'aan isaas nu rakkise, fooliin isaas baayee numiidhe jedhan. agartani mitii jibba borsaa keessan keessatti torban tokko baachuunuu isinitti cime,laphee keessan keessatti umurii keessan guutuu baachuun hammam haa cimuree? Kan torbee tokkotti hagana sinitti ajaa'e laphee keessan keessatti immoo hagam ajaa'aree???? jetteen. (Maddi waanan dubbise irraa) ilaamee obboleessa,obboleetti idaa qabdaayii? maaltu si rakkise of keessaa balleessi jibba of keessaa qabda taanaan. amma bakkuma jirtu taa'iiti nama nan jibba jettee yaaddu yadadhuuti dubbisa amma dubbistes yaadadhuuti yoo dhiisteetta ta'e dhiiseera jedhi. Maxxansakoo yoo dubbiftee xumurteetta ta'e pagekoo kana akkati jaallattee follow gootee darbitu hin shakku. @walaloo430 @walaloo430 @walaloo430
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 9โค 6
Lapheen Inni Durii Inni Hin Qabne Xurii... Dhiigarraa Hojjatame Dhiiga Kennaa Waaqaa Nama Kan Ta'e Hundaaf Balbala Isaa Saaqa! -- Lapheen inni ammaa Gagaan irri dammaa... Birrii irraa hojjetame Birrii abbaa dhibbaa kanaaf sooreessa jaallatee Hiyyeessammoo Jibba! -- @walaloo430 @walaloo430 @walaloo430
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 4
ุงุฎุชุฑ ุฎุทุฉ ู…ุฎุชู„ูุฉ

ุชุณู…ุญ ุฎุทุชูƒ ุงู„ุญุงู„ูŠุฉ ุจุชุญู„ูŠู„ุงุช ู„ู…ุง ู„ุง ูŠุฒูŠุฏ ุนู† 5 ู‚ู†ูˆุงุช. ู„ู„ุญุตูˆู„ ุนู„ู‰ ุงู„ู…ุฒูŠุฏุŒ ูŠูุฑุฌู‰ ุงุฎุชูŠุงุฑ ุฎุทุฉ ู…ุฎุชู„ูุฉ.