cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Maayaa City

Kutaa Bulchinsa Magaalaa 3

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
210
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
+77 أيام
+2930 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

2
Kutaa Magaalaa Addeelleetti Gamoo Bulchiinsa kutaa Magaalaattii Abbaa darbii Afurii Qarshii Mil.178 oliin ijaaramuuf Guyyaa Arraa Bakka Kantiibaan Magaalaa Maayaa Dr Efrah Wezir , Itti Gafatamaa Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Maayaa Obbo Alaamayyoo Taaddasaa fi Bulchaan Kutaa Magaalaa Addeellee Obbo Aliim Bakar argamanitti eegalchiifame. Kantiibaan Magaalaa Maayaa Dr.Ifrahaa Waziir guyyaa arraa ijaarsa gamoo kana eegalchiisuun gamichiis yeroo gabaabaa keessatti xumuramuun Tajaajila hawaasaaf kan oolu tahuu ibsaniiru .
إظهار الكل...
2👍 1
Xiinxali dubbisi eega dubbistees share godhi jzk Calculation Herreegaa Akkaan Hamaafi Balaafamaa Tahe Wallaahii Hedduu Na Sodaachisee Hanga Booyutti Dhihaadhetti Sirriidha Umriin Jiruu Ilma Namaa Harka Rabbiiti Jirtii *Mee Osoo Tilmaamnee Waggaa 60 jiraattee Haa jennuu *Yoo Guyyatti saa'aa 8 Rafte Waggaa 60 Keessaa Ati Waggaa 20 Hirriibaan Dabarsite. *Yoo Guyyatti Hojii saa'aa 8 Kan Hojjattu tahees waggoota 20 Hojiini Dabarsite *Waggaa 15 joollummaa Keetiin kuchiiste *Yoo Guyyatti al-lama nyyaataaf walakkaa saa'aa( 0:30 daqiiqaa)Kan teettu Taate Waggaa 3Guutuu Nyaataaf taa'uudhaan Dabarsite Ida'amaan waggoottan Hojii, +Hirriibaa, +Yeroo nyaataafi +joollummaa keetin Darbanii Waggaa 58Umrii keetirraa Waggaa 2Qofatu Siif Hafe Yaa Nama Waa Argitu ibaadaadhaan Hoo Saa'aa meeqa Dabarsite Umrii Kee Guutuu Irraa Mee Maalumaa Jetta Rabbiin Gaafa inni Si Herregee Umrii Kee Maal Keessatti Fixxee Siin jedhe Dubbii Dhugaa 100%100 Qur'aanni Khabajamaan Fuula 600 ykn (604) Hin Caalu ..Akkasii mitii Yoo Na Hin Dhugoomsin Dafii laalii Koottuu Argitee ree Fuula meeqa Akka tahe Hayyee Koottu Haasawa Keenya Itti Guutannaa kaa Qur'aanni Fuula 600 Yoo Guyyaa 30 Hirree meeqa ta'a? Baay'ee herreguun Uf Hin rakkisin Dubbiin Salphaadha Fuula 600÷30=20 Calculationii Baayyee Salphaadha Tole Guyyatti fuula20 Tahuu saati Nuti Guyyatti al-5 Salaataa jirra Fuula 20÷5=4 Amma Qaceellotti Hubattee.. Ati Guyyatti Fuula Qur'aana 4 Yoo Qabaate Salaata Waajibaa boodaan Hoggas Ati Guyyatti Fuula 20 Qaraate Kana Jechuun Ati baatii Keessatti Qur'aana Guutuu Qaraate Rakkoo Tokko Malee mee Na Wajjiin Turi Dhaamsi Hin xumaramneetii Garuu Waan jarjartu Fakkaattaa Hanga xumuraatti Faana bu'i Waa Hedduu mitii Kan Nuuf Hafe Osoo Ati Risaalaa Tana Obboleeyyan keetiifi addunyaa maraaf Akkasuma Hiriyyoota Kee cufaaf ergitee Hundumtuu Sababaa Keetiin Qur'aana Qara'anii Khattamanii /xumuranii Mindaan Ati Rabbiin biraa Argattu meeqaa Ni Beeytaa?? Yaa Allaaaaaaaah lakkuma /adaduma Tokkoon Isaanii Qur'aana Qara'ee khattamuun Siifillee Ajriin Katabamaa Bara kana Maaliif projektii Bu'a Qabeessa Hin hojjanne...? Maaliifi Akka Namni Hunduu Qur'aana Sirritti Qara'ee Akka Khattamuu Hin taasisnee Si Ammallee Shakkii Hin dhiifnee ...!!! Namni Kheyritti Nama Qajeelche Akkuma Nama Dalageeti Namni Garee Qabu Itti Haa Ergatuu Akka Mindaan Dacha Dachaa ta'uuf inshaa'allaah Gosti nyaataa8 Akkaan Cimtuudha Humna Ittisa Qaama Namaa jabeessuufi Dhukkuboota Gargaaraa Barbadeessuuf Rummaana Roob Qullubbii Adii Shunkurtii Shaayii Magariisa Dhuunfaa/feexoo ?? ?? : WaaSadii Qaama Dhukkubsachiifti 1Haasawa Baayyee 2Hirriiba Baayyee 3nyaata baayyee Waa afur Qaama Namaa Diigdi: 1. Yaaddoo 2. Naasuu 3. Beela 4.Gurzaa/Qaaxiraa Waa afur Bareedina fuulaa fi tolinna Isaa dabalti 1. Rabbi Sodaachuu. 2. Waadaa Guutuu 3. Arjummaa 4. Naamusa Ufii eeggachuu WaaAfur Sababaa Rizqiiti 1. HalkanSalaatuu 2. wayta Hiraabaa/obboroo Araara Rabbii Khadhachiisaa heddummeeysuu 3. Sadaqaa Toohachuu Itti yaaduu 4. Rabbi Faarsuu Ganamaafi Galgala Waa afur Sababaa Rizqiiti Dhoorgiti: 1. Subhii Booda Rafuu. 2. Salaata Xiqqeessuu. 3. Ceem'aa . 4Gantummaa./Ganuu Yoo Dilii Hojjechuu Yaadde Aayata sadihii Yaadadhu 1. si Namni Dilii Dalagu Rabbiin Isa Argaa Hin Beekhuu" 2. Nama Fuuldura Rabbii Isaa Dhaabbachuu Sodaatee Dilii Dalagu Dhiisef Jannata lamatu jiraaf 3. NamaRabbii Isaa Sodaatee Dilii Irraa Fagaateef Rabbiin Rakkoo Keessaa Isa baasa Haala mijeessaaf Dubbiin tun Yoo Si Gammachiistee Osoo Torarraa Hin bahin tamsaasin Namni Waan Takkattii Nama Qaceelche Akkuma Nama Dalageetii Ani Waan Si khabajuuf Siif Ergee Atillee Nama jaalattutti Hin don'oominii ergiifi
إظهار الكل...
2
1
"Nageenya biyyatti kallattii hundaan mirkanneessuuf xiyyeeffannoon addaa kennamee hojjetamaa jira." Obbo Awwaluu Abdii I/A/PMNO = = = Jilli Pirezidaantii Itti Aanaa Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamuu Eebba Milishaa Aanaalee 10 fi bulchiinsa Magaalaa 1 irraa waliitti dhufuun leenjii garaagara fudhachaa turaniifi Konfiiransii Nageenyaaf, Misoomaa Bulchiinsa Magaalaa Maqiifi Aanaa Dugdaatti gaggeessaa jira. Itta Aanaa Pirezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluun sagantaa kana irrattii haasawaa taasisaniin waggaa 150 oliif diinnii Finxaaleeyyii Amahaaraafi ABO Shanee uummata oromoo qe'eefi qabeenya isaa irraa buqqisuufi saamun, Aadaa, dudhaafi Safuu isaa balleessaa kan ture Oromoon kallattii hundaan qabsoo hadhaa'aa gaggeessuun nageenya biyyatti kallattii hundaan mirkanneessuuf xiyyeeffannoo guddaa nageenyaaf kennee hojjechaa jiraachuu ibsuun fayyadamummaa uummata oromoo fiixaan baasuuf Jijjiiramafi misooma biyyatti itti fufsisuun dijnagdee saba oromoo utubuuf mootummaan naannoo oromiyaa halkaniifi guyyaa hojjechaa akka jiru himaniiru. Kanaafis uummannii oromoo kutaannoofi xiiqiidhan diina shira xaxuun saba oromoo miidhaa jiru dura dhaabbachuun saaxiluun shira isaanii akka fashaleessuu qaban dhaamaniiru. Jijjiirama biyyattiin kallattii hundaan milkeessaa jirtu duubatti deebisuuf biyya keessafi biyya alattii diinnii misoomafi nageenya tasgabbii dhorkuun biyyatti jeequn jijjiirama sabni oromoo argatee fashaleessuuf waraana banaan tokkummaafi xiiqiidhan fuula dura dhaabbachuun barbadeessuun jijjiiramaa kallattii hundaan argamee itti fufsisuun barbaachisaa ta'uu Sadarkaa pirezidaantii itti Aanatti Qindeessaan Kilaastara Haqaafi Nageenyaa Oromiyaa Jeneraala Komishiinaar Kaffaloo Tafarraa sagantaa kana irratti haasawaa taasisaniin dubbataniiru.
إظهار الكل...
👍 1
👍 1
Kutaa Magaalaa Awwadaayitti Namoota Sabaaba Hojii Misoomaan manni isaanii duraa kaafameef lafti Bakka bu'iinsaa kennameera . ============= Muddee 20/2016 Bulchiinsa Magaalaa Maayaa kutaa Magaalaa Awwadaayitti Namoota Sabaaba daandii Aspaaltii hojjachuuf Manni isaanii duraa kaafameef Bakka Kantiibaan Magaalaa Maayaa Dr.Ifrahaa Waziir fi Koree Qindeessaan Magaalaa Maayaa dabalatee Hooggantoonni Kutaa Magaalaa argamanitti Namoota Soddomii Sagaliif 39f lafti bakka bu'iinsaa kennameera.
إظهار الكل...
1
Photo unavailableShow in Telegram
🔹 TELEBIRR - AFAAN OROMOO🔸 Teleebirr Fayyadamtoota fi miseeensota Horachuuf badhaasa garaa garaa qabatee dhiyaatera. 🔹 Baga gammaddan 🔸 Start yoo jettaan qarshii 1000 badhaafamtu. Dabalataan, namoota 30 yemmuu affeertan qarshii 3000 badhaafamtu. Liinkii affeerraa Jamaal Abdusalam. 🔽 https://t.me/Telebirr_Afaan_Oromoo_bot?start=r01652431390 Liinkii affeerraa keessaani argachuudhaaf liinkii affeerraa Jamaal Abdusalamtin galmaa'aa. Telebirr - Afaan Oromoo
إظهار الكل...
👍 1
As Wr Wb. Mani marii Dhimmaa Islamaa Magaalaa Maayaa Kutaa Bulchinsa Magaalaa Addeellee Guyyaa 19 _ 3 _ 2016 . Muudamaa Anaa Dhangaggoo Imaludhaan Wirtu Keykeeitii mana marii Dhimmaa Islamaa Filan Iratii Hirmatan. Dr. Husen Abdulhi Mummad ( Amiiraa ) It/A. Shek Abdurahim Siraj Lg Ustaz Mahmmad Abdalla Fi Koreewwan isanii waliin gageesa turan Akkasumaas dura ta'aa mana marii Dhimmaa Islamaa Anaa Dhangaggoo Shek Jamaal Abduraman Shek Abdii Fi Koreewwan isanii waliin ta'aani Dhamsaafi yaada isani dabaarsaniifi jiran Bara Hojii Gaarii Gaarii Yaaduun Hojii Dha
إظهار الكل...