ar
Feedback
Creative Dev

Creative Dev

الذهاب إلى القناة على Telegram

Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev

إظهار المزيد
2 405
المشتركون
-424 ساعات
-277 أيام
-9430 أيام
أرشيف المشاركات
#Galgala kana sa'aatii 2:00 irratti qophaawaa nu eegaa!! #Sagantaa gaaffii fi deebii qabnaa!! @Alrisaalaa @Alrisaalaa @Alrisaalaa #Qoraasuma_Qalbii

Repost from FIXED MATCHES™
#ODUU_SIMBIRTUU Telegram irratti qarshii argadhaa kan jenne nama #500 qofatu itti fayyadame! Kunoo nuti isiniif qoodnee nama #500 irraa qarshii #500_Birr Ol karaa telebirr arganneerra! Dhugaatti ni kaffala itti fayyadamaa! Qarshii kana argachuufis step 4'n kanneen hordofaa: 1. Link kana tuquun start godhaa: 👉 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184 2. Channel isaanii lamaan @hulepay_payment fi @hulepay_official join godhaa 3. Itti aansuun 'Check' kan jettu tuqaa 4. Referral link isiniif kennamu namootaaf share godhaa! Nama 1 irratti qarshii 1 kan kaffalu yoo ta'u, qarshii keessanis karaa telebirr isiniif kaffalama! Qarshii 10 ol yeroo geessan baafachuu ni dandeessu! Itti fayyadamaa!

Barattootaaf oduu gaarii👇

Chaanaalota jireenya kee keessatti bu'aa guddaa siif qaban, kanneen addunyaa fi aakhirattiis si fayyadan kanatti koottaa makamaa!!            🌺🌺          🌺🌺🌺        🌺🌺🌺🌺      🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺       🌺🌺🌺🌺🌺           ☘🌺🌺☘                ☘☘                  🎋                   🍃                  🎋              🍃🍃                  🎋          🍃🍃🍃                  🎋      🍃🍃🍃🍃                  🎋    🍃🍃🍃🍃                  🎋🍃🍃🍃🍃🍃                  🎋🍃🍃🍃🍃                  🎋                  🎋                  🎋    🌾🌿🌾🌱🌾🌾☘🌿 Promotion kanatti dabalamuuf @harargicha1 irratti na qunnamaa!! Bakka join jedhu kana tuqaa👇

photo content

Chaanaalota jireenya kee keessatti bu'aa guddaa siif qaban kanneen addunyaa fi aakhirattiis si fayyadan kanatti koottaa makamaa!!            🌺🌺          🌺🌺🌺        🌺🌺🌺🌺      🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺       🌺🌺🌺🌺🌺           ☘🌺🌺☘                ☘☘                  🎋                   🍃                  🎋              🍃🍃                  🎋          🍃🍃🍃                  🎋      🍃🍃🍃🍃                  🎋    🍃🍃🍃🍃                  🎋🍃🍃🍃🍃🍃                  🎋🍃🍃🍃🍃                  🎋                  🎋                  🎋    🌾🌿🌾🌱🌾🌾☘🌿

#Gaaffii fi deebiif qophooftanii?

Bosonuu Rimaa ~~~ Gaaf tokko bosonuun ulfi (ilmoo garaatti baattee jirtu) tokko bosona keessatti bakka gaarii itti dhaltu barbaacha gara laga bishaanii tokkoo deemtee naannoo nagaa ta'e argatte. Akkuma iddoo sana geesseen ciniinsuun ishee jalqabe! Yeroo sanatti ammoo duumessi dukkanaa'aan lafaa fi samii gidduu haguugee roobni roobuu eegaleera. Balaqqeessi hangaasuu bosona walitti ibsuu eegale, bakakkaan bư'ee balaqqeessi bosona keessatti ibidda uume. Amma ciniinsuun ishee itti cimuu wajjiin roobni kuniis bosonuu kanatti rakkoo tahee jira. Kanaan dabalatatti ibiddi bosonatti qabachuun ammoo yaaddoo biraa itti tahe. Kanumaafi kana jidduu gara bitaatti yommuu garagaltee of maddii ilaaltu nama bineensa adamsu tokko kan xiyya isaa qopheeffatee gara isheetti akeekee dhaabbatu argite. Yasa gara mirgaatti yommuu garagaltu ammaas leenca beela'ee gara ishee dhufaa jiru argite. Mee amma bosonuun ciniinfachaa jirtu kun maal gooti? Ciniinsuu isheetti jirtu, rooba gubbaan itti roobaa jiru, abidda bosona gubaa isheettis as adeemaa jiru, namicha adamoo adamsu kan xiyya isaa isheetti qajeelfatee jiru, leenca beela'ee ishee nyaachuuf qophaa'ee ishee bira gahee jiru......cinqii hedduu kana jidduudha jirti. Mee maal gooti? Bosonuun tun waan gootu tokkollee waan hin qabneef ilmoo dhaluu qofa irratti xiyyeeffatte. * Balaqqeen rukutee ija namicha adamoo adamsuu sanaatti dukkaneesse. Namichiniis achumaan xiyya isaa rifaatuun darbatee ibidda bosona gubaa jiru dheessuuf baqachaa kute. *Xiyyi adaamsituun rifaatuun gad lakkise (darbate) bosonuu bira darbee leenca beela'ee bosonuu nyaachuuf deemu rukute. *Roobni cimaan roobee ibidda bosona gubaa jiru guutumaan guututti dhaamse. *Akkasitti bosonuun nagaan dhalte. Jireenya keenya keessatti yeroo rakkoon sammuu keenya burjaajessuu fi gargaarsa dhabuun nu mudatu jira. Rakkoon tokko tokko humna guddaa waan qabuuf nu liqimsee nu injifachuuf carraaqa. Ciniinsuu bosonuu kana irraa waa hedduu barachuu dandeenya. Yeroo sanatti sammuu bosonuu kana keessa wanti jiru dhaluu qofa ture. Osoo fuula ishee gara abdii kutannaatti garagalchitee miliquuf yaaltee du'a ykn balaadhaaf saaxilamti turte. Xiyyeeffannaan kee eessa akka jiru of gaafadhu? Amantin ykn abdiin kee eessa jira? Rakkoo keessatti yeroo hunda Uumaa kee irratti xiyyeeffadhu. Inni yoomiyyuu si hin dhiisu, si hin gatu, gonkumaa. Uumaan kee inni si eegu yoomiyyuu hin mugu, hin rafu yaadadhu. Namni jabaan yeroo hunda xiyyeeffannaa isaa keessa jiraata. Imimmaan ija isaa keessaa bahullee, yeroo hunda kolfaa jiraata. Jabaattanii amantii keessan akka eegattan waanan barbaaduuf kanaaaf isiniis rakkoo kamuu booda ballootu jiraa jabaadhaa ilkaan ciniinnadhaa fuulduratti tarkaanfadhaa!!!

𝖮𝖣𝖴𝖴  𝖦𝖠𝖬𝖬𝖠𝖢𝖧𝖨𝖨𝖲𝖠𝖠 🚫🚫 ᴀᴅᴍɪɴ ᴄᴀɴ ɴᴏᴛ ᴅᴇʟᴇᴛᴇ ᴏᴜʀ ᴘʀᴏᴍᴏᴛɪᴏɴ ᴀɴᴅ sᴛɪʟʟ ᴘᴏsᴛ ᴏɴ ʟᴇss ᴛʜᴀɴ 1ʜᴏᴜʀ ɪs ᴀʟsᴏ ᴘʀᴏʜɪʙɪᴛᴇᴅ  🚫🚫 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐮𝐫𝐠𝐮𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞  𝐁𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐨𝐨 𝐃𝐚𝐛𝐚𝐫𝐬𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟  𝐐𝐚𝐛𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞  𝐃𝐡𝐮𝐟𝐧𝐞𝐞𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐬𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐦𝐮 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚 𝐓𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐭𝐢 𝐂𝐚𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐫𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐞 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐃𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚. 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢  𝐃𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐦𝐮𝐟 1𝐊 𝐟𝐢 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐎𝐥 𝐊𝐚𝐧 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚𝐧 𝐀𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐍𝐮 𝐐𝐮𝐧𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚!!  📩  𝑩𝒆𝒆𝒌𝒔𝒊𝒔𝒂𝒂𝒇   @Rafiqul_Islaam 📩𝑭𝒓𝒆𝒆 𝒑𝒓𝒐𝒎𝒐𝒕𝒆 @Rafiqul_Islaam       💚💚 𝗚𝗔𝗟𝗔𝗧𝗢𝗢𝗠𝗔A 💚💚            @HOPE_PROMO1