ar
Feedback
Creative Dev

Creative Dev

الذهاب إلى القناة على Telegram

Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev

إظهار المزيد
2 423
المشتركون
-724 ساعات
-217 أيام
-9230 أيام
أرشيف المشاركات
An-Nisa' 4:82 أَفَلَا يَتَدَبَّرُونَ ٱلْقُرْءَانَۚ وَلَوْ كَانَ مِنْ عِندِ غَيْرِ ٱللَّهِ لَوَجَدُوا۟ فِيهِ ٱخْتِلَٰفًا كَثِيرًا Sila isaan Qur’aana hin xiinxalanuu? Odoo waan Rabbiin alaa biraa ta’ee, silaa isa keessatti wal dhabbii baay’ee argu turan. ቁርኣንን አያስተነትኑምን ከአላህ ሌላ ዘንድ በነበረ ኖሮ በርሱ ውስጥ ብዙን መለያየት ባገኙ ነበር፡፡ Will they not then ponder on the Qur'an? If it had been from other than Allah they would have found therein much incongruity.

Yoo deemtee subscribe goote homaa sirraa hin hir'atu. Garuu inshaa Allaah bu'aa irraa hin dhabdu✔️ https://www.youtube.com/@ArarsoGx

Dubbii ajaa'ibaa. ============================= Piroofeeseriin yunversiitii tokko argannoo dinqisiisaa tokko argate. Qorannoo isaa keessatti qubeewwan afaan Inglizii duraa duubaan "A-Z"tti tarreesse. "A B C D E F G H I J K L M N O P Q R S T U V W X Y Z" Kana booda baayina isaaniitiin lakkoofsa 1 hanga 26tti barresse. "1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12 13 14 15 16 17 18 19 20 21 22 23 24 25 26" Itti aansuun duraa duuba isaaniin lakkoofsa kenneef Fakkeenyaaf "A = 1" ,"B = 2" ............. "Z = 26" Hanga dhumaatti hunda isaaf lakkoofsa kenne. Dhumarrattis sadarkaa jechootaan madaaluu jalqabe. HARDWORK (H+A+R+D+W+O+R+K) (8+1+18+4+23+15+18+11) = 98% KNOWLEDGE (K+N+O+W+L+E+D+G+E) (11+14+15+23+12+5+4+7+5) = 96% LOVE (L+O+V+E) (12+15+22+5) = 54% (L+U+C+K) = 47% Haala jechoota itti tarreesse irraa tokkoon isaaniiyyu 100% kennuu akka hin dandeenye hubate. "Egaa jecha kamtu 100% kennuu danda'a" jedhee yaade. Tarii qarshii tahaa?.... (M+O+N+E+Y) (13+15+14+5+25) = 72% Tarii geggeessummaa ta'aa? (L+E+A+D+E+R+S+H+I+P) (12+5+1+4+5+18+19+8+9+16) = 97% Ammas waa hundaafu fala kan tahu ilaalcha ofii jinjiiruu taha, yaaduun furmaata taha. Kanaaf Ilaalcha kan jedhu yaale. (A+T+T+I+T+U+D+E) (1+20+20+9+20+21+4+5) = 100% Kanaaf, 100% jijjiirama kan nurratti fiduu danda'uu fi guutuu kan nama taasisu ilaalcha tahuusaa mirkaneeffate !!! Follow us https://barii-fugug.blogspot.com http://alhidaayaa.blogspot.com ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️

Dhaamsa barattoota haaraya gama mooraa Yuunivarsitii seenaniif ~~~ Barattoonni kamiiyyuu yeroo barnootaaf maatii biraa gara Yuunivarsitii deemanitti aangoon kamiiyyuu harka isaaniiti jirti. Jechuunis ofiif of hoogganan. Akka gaafa ganda jiranii yoon kana godhe maatiin naan lola, namni maal naan jedha wanti jedhamu gonkumaa hin jiru. Sababni isaas amma maatii biraa deemanii jiran. Lafa namni isaan beeku jirus hin jiran. Hamtuu fi toltuus hojjachuuf bilisummaa guutuu qaban. Yoo nama soda Rabbii qabu tahe malee. Namni Rabbi sodaatu garuu yoo gaarii hojjadhe boru mindaan ittiin argadha, yoon hamtuu hojjadhes boru ittiin adabamuuf jiraadha jedhee waan yaaduuf fedhii lubbuu jala deemee waan arge hunda hin raawwatu. Bakka isa hin fakkaanne hundaahis hin mul'atu. Garuu gariin namaa yeroo gandaa dhufan nama gaarii jechuunis kan bakka hin taane hundaa hin mul'anne tahanis sababa hiriyoota isaan waliin oolaniitiin kan kallattii sirrii gadhiisee daandii irraa maqes hangana hin jedhaman. Kana keessatti ammoo wanti murteessaan hiriyaa gaarii daandii sirrii irratti si qajeelchu, kan karaa  Rabbiin jaalatu irratti si jajjabeessu qabaachuudha. Yoo hiriyoota akkasii qabaatte milkiidhaan galta. Tahuu baannaan garuu galaana fitnaa fi dilii keessatti atii kufe of agarta. Boolla keessaa bahuun isaa ulfaatu, kan addunyaa fi aakhiraa keetis galaafatu keessatti dhidhimta. Kanaaf akkuma mooraa Yuunivarsitii seenteen Jama'aatti makami. Hiriyaa gaariis filadhu. Rabbiin gargaarsifachaa hanga damdeessanitti hamtuurraa wal dhoorkaa toltuutti wal ajajaa waliin imalaa!! ✍️ Araarsoo Mahaammad Barataa Yuunivarsitii Odaa Bultum

Alhamdulillaah Haalli network biyya keenyaa (keessumattuu kan baadiyyaa) akka malee rakkisaa tahus, obsaan xumurree certifica
Alhamdulillaah Haalli network biyya keenyaa (keessumattuu kan baadiyyaa) akka malee  rakkisaa tahus, obsaan xumurree certificate keenya fudhanne.

Repost from Furtu Technology
🇺🇸 Kanaan dura Carraa DV Ameerikaa si'a meeqa yaaltanii jirtu? DV-2026 guutuuf hoo qophooftanii jirtuu? Yaada keessan karaa @WaliifDV_Comments_bot tiin nuuf qoodaa. Hubachiisa: galmeen DV-2026 eegaluuf guyyoota 13 qofaatu hafa. #Join #React #Share @Waliif_DV 🙏    🥰   ❤️  👍

Moonbix ✅|| inni Kun pirojektii Binance ti. ✅|| Akka Airdrops kaawwani yeroo tokkotti coin hedduu walitti qabuun baayyee rakkisaadha. ✅|| Gatiin isaa fooyya'aa akka ta'u shakkii hin qabu. ✅|| Qabxii dabalataa walitti qabuuf task'ota hojjechuu fi game taphachuu, sa'aatii tokkotti carraa 6 kenna. ✅|| warroonni dura eegaltan 100% faayida argattu. Ammas yoo jalqabdan ni fayyadamtu. jalqabuuf 👇👇👇👇👇 https://t.me/Binance_Moonbix_bot/start?startapp=ref_5034841284&startApp=ref_5034841284 @dhaamsa_koo

Gocha safuu cabse, akkamitti dhiirri haadha keessaa ba'e haala kanaan dubartii reeba? Sanuu dubartii niqaaba uffattee jirtu?? Guddis-badii karaa irratti guddatte yoo ta'e malee namni qe'ee maatii keessati guddate sammuu ittiin gacha kana raawwatu hin qabaatu. Gadhee safuu ummata cabse kana saaxiluun dirqama dha.

#Breaking_News : Bu'aan qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa har'a ifooma. Ministeerri Barnootaa waa'ee bu'aa qormaata kanaa da
#Breaking_News : Bu'aan qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa har'a ifooma. Ministeerri Barnootaa waa'ee bu'aa qormaata kanaa daqiiqaa muraasa booda ibsa ni kenna. Tikvah Ethiopia ibsa kana kallattiin ni tamsaasa. https://t.me/dhaamsa_koo https://t.me/dhaamsa_koo https://t.me/dhaamsa_koo

Firiin Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2016 guyyaa boruu gadhiifamuu erga ibsamee booda barattoonniifi maatiin barattootaa obsaan eegaa kan jiran yommuu ta’u , barattootaafi maatii barattootaa yaaddoo keessa jiraniif ergaa kana akka dabarsinu maatiin barataa bara kana firii mucaasaa eegaa jiru irraa nu qaqqabeera. Ergichis akka armaan gadiitti dubbifama “ 🌟 Dhaamsa Barattoota fi Maatii Bu'aa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12 Eeggataniif 🌟 Akka abbaa bu’aa Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12 boruu hawwii guddaan eegaa jiruutti, baay’een keenya miira walmakaa – yaaddoofi gammachuu akka nutti dhaga’amu nan beeka. Yeroon kun ijoollee keenyaaf yeroo guddaadha, garuu waantota armaan gadii ilaalcha keessa galchuun barbaachisaadha. Barattootaaf Bu’aa ba’ii dabartee hanga kana dhufteetta! Boru bu'aan maal akka ta’e hin beektu garuu qormaanni kun egeree kee hin ibsu. Wanti akka yaadatti siif dhaamu - Tasgabbaa’i: Waan dandeessu hunda gooteetta, kunis waan itti boonnudha. Bu’aan barbaachisaa dha, garuu dandeettii kee guutuu bakka hin bu’u. - Kun tarkaanfii tokko malee imala guutuu miti: Darbitus, duubatti deebi'iinsi si mudatus, karaaleen milkaa'ina hedduutu jira. Yoo wanti akka karoorfametti hin deemne addunyaan addunyaa qormaataati jabaatu qorama. Qormaanni si mudatu hundi akka cimtu si taasisa! Maatiif: Ijoolleen keenya yeroo kamiyyuu caalaa amma deeggarsa keenya barbaadu. Bu’aa yeroo eeggannuu kanatti ijoollee keenya eenyummaan isaanii qormaata tokkoon akka hin madaalamne haa yaadachiifnu. Akkaataa itti gargaaruu dandeenyu kunooti: - Deeggarsaa fi jajjaina Bu’aan isaa maal iyyuu yoo ta’e, carraaqqii isaaniitti akka boontu mucaa kee beeksisi. - Filannoo isaanii irratti mari'adhaa: Yoo wanti gaariin dhufe isaan waliin ayyaaneffadhaa. Yoo hin taane, karaa biraa akka qoratan gargaaraa, yeroo hunda carraan haaraan akka jiru itti himaa. - Ijoolleen keenya miira humnaa ol ta'e itti dhaga'amuu danda'a. Fayyaa miiraa isaanii yaada keessa galchinee duubatti deebi’uun yeroodhaaf kan jiruu fi qaama jireenyaa akka ta’e haa yaadachiifnu. Xumura irratti Boru dhuma miti, jalqaba haaraa qofa. Fuuldurri waan fedhe haa ta'u ifaadha. Boru abdii, amantii, fi dandamachuun haa eegnu – yeroo hunda karaan fuulduratti ittiin adeemnu hedduutu jira, dandeettiin ijoollee keenyaas daangaa hin qabu. Karaa nuun jenneen qofa miti. Nutis yeroo as geenye karaa maatii keenyaan osoo hin taane karaa mataa keenyaan adeemneeti. Wanta nuti ijoollee keenya irra eegnurra wanta isaan danda’antu milkaa’ina. Waan isaan danda’an irratti bira dhaabbanna. Abdii hin murru.

Firiin Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2016 guyyaa boruu gadhiifamuu erga ibsamee booda barattoonniifi maatiin baratt
Firiin Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2016 guyyaa boruu gadhiifamuu erga ibsamee booda barattoonniifi maatiin barattootaa obsaan eegaa kan jiran yommuu ta’u , barattootaafi maatii barattootaa yaaddoo keessa jiraniif ergaa kana akka dabarsinu maatiin barataa bara kana firii mucaasaa eegaa jiru irraa nu qaqqabeera. Ergichis akka armaan gadiitti dubbifama “ 🌟 Dhaamsa Barattoota fi Maatii Bu'aa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12 Eeggataniif 🌟 Akka abbaa bu’aa Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12 boruu hawwii guddaan eegaa jiruutti, baay’een keenya miira walmakaa – yaaddoofi gammachuu akka nutti dhaga’amu nan beeka. Yeroon kun ijoollee keenyaaf yeroo guddaadha, garuu waantota armaan gadii ilaalcha keessa galchuun barbaachisaadha. Barattootaaf Bu’aa ba’ii dabartee hanga kana dhufteetta! Boru bu'aan maal akka ta’e hin beektu garuu qormaanni kun egeree kee hin ibsu. Wanti akka yaadatti siif dhaamu - Tasgabbaa’i: Waan dandeessu hunda gooteetta, kunis waan itti boonnudha. Bu’aan barbaachisaa dha, garuu dandeettii kee guutuu bakka hin bu’u. - Kun tarkaanfii tokko malee imala guutuu miti: Darbitus, duubatti deebi'iinsi si mudatus, karaaleen milkaa'ina hedduutu jira. Yoo wanti akka karoorfametti hin deemne addunyaan addunyaa qormaataati jabaatu qorama. Qormaanni si mudatu hundi akka cimtu si taasisa! Maatiif: Ijoolleen keenya yeroo kamiyyuu caalaa amma deeggarsa keenya barbaadu. Bu’aa yeroo eeggannuu kanatti ijoollee keenya eenyummaan isaanii qormaata tokkoon akka hin madaalamne haa yaadachiifnu. Akkaataa itti gargaaruu dandeenyu kunooti: - Deeggarsaa fi jajjaina Bu’aan isaa maal iyyuu yoo ta’e, carraaqqii isaaniitti akka boontu mucaa kee beeksisi. - Filannoo isaanii irratti mari'adhaa: Yoo wanti gaariin dhufe isaan waliin ayyaaneffadhaa. Yoo hin taane, karaa biraa akka qoratan gargaaraa, yeroo hunda carraan haaraan akka jiru itti himaa. - Ijoolleen keenya miira humnaa ol ta'e itti dhaga'amuu danda'a. Fayyaa miiraa isaanii yaada keessa galchinee duubatti deebi’uun yeroodhaaf kan jiruu fi qaama jireenyaa akka ta’e haa yaadachiifnu. Xumura irratti Boru dhuma miti, jalqaba haaraa qofa. Fuuldurri waan fedhe haa ta'u ifaadha. Boru abdii, amantii, fi dandamachuun haa eegnu – yeroo hunda karaan fuulduratti ittiin adeemnu hedduutu jira, dandeettiin ijoollee keenyaas daangaa hin qabu. Karaa nuun jenneen qofa miti. Nutis yeroo as geenye karaa maatii keenyaan osoo hin taane karaa mataa keenyaan adeemneeti. Wanta nuti ijoollee keenya irra eegnurra wanta isaan danda’antu milkaa’ina. Waan isaan danda’an irratti bira dhaabbanna. Abdii hin murru. Miidiyaan @Abdii_Sabaa s deeggarsaa ijoollee keenyaafi ummata oromoo maraaf taassisaa jirtaniif isiniin boonna isin jaalanna. Nama hundaaf boruuf waan gaariin hawwaa! “ Maatii barataa irraa ! https://haurouja.net/4/6246757 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

💎TON Bilisaan Argachuf 💎🥰 👍ABLY Carraa 2ffaa qabatee dhufee jira. 👍Akka Kana Dura Ton Kennaa Ture Namuu ni yaadata. 👍Ammas irra deebiin TON 1500 isiniif dhiheessineeraa jechaa jiru. 👍Ton Argachuuf Nama Afeeruu qabda. Nama 1 irratti Ton 0.003 - 0.005  kenna jira. 👍Wallet keessani wajjiin Connect gootanii Ton Hojjattan dabarfachuu dandeessan. 👍Task Achi keessa jirus Hojjechaa Coin keessan guddifachuu dandeessu. 👍Akkuma Airdrop kaani kunis gaafa list tahe Coin keessan gurgurachuu dandeesau. 👍Kanaaf Amma Jalqabaa Ton Waliiti qabadha.🥰 Link.👇 https://t.me/AblyBot/join?startapp=ref5034841284

Dargaggeessa abdii kutannaa hamaa keessa turedha. Du’eera jedhamees mana yaalaatii awwaalchaaf baafamee ture. Har’a garuu kitaabota hedduu barreessuufi hiikuun dhaloota qaraa jira. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/wi9ZGzX