Creative Dev
الذهاب إلى القناة على Telegram
Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
إظهار المزيد2 405
المشتركون
-424 ساعات
-277 أيام
-9430 أيام
أرشيف المشاركات
2 405
Dargaggeeysi kun Hoogoo ja'ama. Mataskaana beekkamaa biyya Sweden keessatti arkamu keessatti hogganaa dargaggootaa, akkasuma Doktora Yoo tahu Islaamummaa qeebaluun obbaleeysa keessan taheera. Sababni Islaamummaa itti qeebale, Mataskaana Sana keessatti "Quraanni hojii sheeyxaanaati" jachuu barachaa ture. Garuu internet irra barbaadee, Quraana Yoo caqasu itti tolee, Islaamummaa qorachuu eegale. Boodarra Islaamummaan itti tollaan guutumatti Islaama tahuu isaa addunyaaf ibsee jira. Kana hunda caalaa wanni sigammachiisu maatii isaa keessaa Muslimni isa qofa. Maasha Allah!
Obbaleeysa keessan kanaaf Du'aa'ii godhaaf!
2 405
#KANA_BEEKTUU?
💫 Milkaa'inni ida'ama kufaatiwwanii fi gufuuwwan baay'eeti.
💫 Milkaa'ina hedduu duuba seenaawwan ajaa'ibsiisoo hanga abdii kutannaa geessan baay'eetu jiru.
Kanaafuu,
💫 Karoora kee karoorsi!
💫 Kaayyoo kee sirriitti tarreessi!
💫Galma kaayyoo keetii adda baasi!
💫Tarsiimoo ittiin milkooftu qopheessi!
💫Sana booda ati hojii kee hojjadhu!
💫Waaqa irra immoo abdii kaa'adhu! Ni milkoofta.
👉GorsootaXiinsammuuArgachuuf KanaaTuquunmaatiitahaa
👉GorsootaXiinsammuuArgachuuf KanaaTuquunmaatiitahaa
متاح الآن! بحث تيليغرام 2025 — أهم رؤى العام 
