ar
Feedback
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY

The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY

الذهاب إلى القناة على Telegram

The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus (EECMY) is a national Lutheran church with more than 10 million members.

إظهار المزيد
3 502
المشتركون
+424 ساعات
+87 أيام
+10830 أيام
أرشيف المشاركات
#Hundinuu_Macaafa_Qulqulluuf Fiigichaa daandii irraa magaala Bishooftuu #ሁሉም_ለመጽሐፍ_ቅዱስ የጎዳና ላይ ሩጫ ቢሾፍቱ ከተማ #All_for_the_Bible great run, Bishoftu city

#Hundinuu_Macaafa_Qulqulluuf Fiigichaa daandii irraa magaala Bishooftuu #ሁሉም_ለመጽሐፍ_ቅዱስ የጎዳና ላይ ሩጫ ቢሾፍቱ ከተማ #All_for_the_Bible great run, Bishoftu city

የቤተ ክርስቲያኒቱን ብሔራዊ የመጽሐፍ ቅዱስ ሳምንት የቢሾፍቱ ልዩ ክብረ በዓልን ምክንያት በማድረግ ሴሚናር በለምለም መካነ ኢየሱስ ማህበረ ምዕመናን ዛሬ ከሰዓት በኋላ ተካሂዷል። በሴሚናሩ ከቢሾፍቱ ከተማና ከአከባቢው መኀበራነ ምዕመናን የመጡ አገልጋዮች የተካፈሉ ሲሆን በቤተ ክርስቲያኒቱ የሚስዩን እና ቲኦሎጂ መምሪያ ዳይሬክተር ቄስ ዶ/ር ለሊሳ ዳንኤል ጥናታዊ ጽሑፍ ቀርቧል። በስፍራውም የቤተ ክርስቲያን ፕሬዘዳንት ቄስ ዶ/ር ዩናስ ይገዙ ተገኝተው ለምዕመናን መልዕክት አስተላልፈዋል። የእግዚአበሔርን ቃል በማቅረብ የቤተ ክርስቲያኒቱ አገልጋይ ቄስ ዶ/ር ገለታ ሲሜሶ አገልግሏል። በነገውም እለት በጉጉት ሲጠበቅ የነበረው የጎዳና ላይ ሩጫ ከማለዳው 12 ሰዓት ተኩል ጀምሮ መነሻውን ሮዝሜሪ በማድረግ በሰርክ ዞሮ ማጠቃለያውን ቢሾፍቱ እስታዲየም ያደርጋል። #ሁሉም_ለመጽሐፍ_ቅዱስ #ቢሾፍቱ * * * * Kabaja ayyaana addaa torbee Macaafa Qulqulluu biyyoolessaa magaalaa Bishooftuutti kabajamaa jiru sababeeffachuudhaan Seeminaarri addaa waldaa amantootaa Makaana Yesus Lamlamitti har’a waaree booda gaggeeffamee jira. Seeminaaricha irrattis, amantootni fi tajaajiltootni waldoolee amantootaa magaalaa Bishooftuu fi naannawa isheetti argaman irraa dhufan kan hirmaatan yoo ta’u, Daayirektarri qajeelcha misiyoonii fi tiyoolojii waldatti Lubni Dr Lalisaa Daani’eel barruu dhiyeessanii jiru. Saganticha irratti prezdaantiin waldattii Lubni Dr Yoonaas Yiggazuu argamuudhaan amantootaaf ergaa dabarsanii jiru. Tajaajilaa waldattii kan ta’an Lubni Dr Galataa Simeessoo dubbii sagalee Waaqayyoo barsiisuudhaan tajaajilanii jiru. Hawwii guddaadhaan eegamaa kan ture fiigichi daandii irraa boru ganama sa’aatii 12;30 irraa eegalee ka’umsa isaa hoteela Roozmarii godhatee sarkilii irra naanna’uudhaan Istaadiyoomii Bishooftuutti xumurama. #Hundinuu_Macaafa_Qulqulluuf! #Bishoftu

#We_care_for_our_environment This morning, members of the Church at Bishoftu city participated in street cleaning as part of the Church's national Bible week celebration. #All_for_the_Bible EECMY National Bible Week Special Celebration, Bishoftu City - - - #Naannoo_keenya_in_kunuunsina! Miseensonni Waldattii magaalaa Bishooftuutti argaman,kabaja ayyaana torbee Macaafa Qulqulluu sababeeffachuudhaan har’a ganama bifa kanaan qulqullina magaalaa irratti hirmaatanii jiru. #Hundinuu_Macaafa_Qulqulluuf! Kabaja ayyaana addaa torbee Macaafa Qulqulluu biyyoolessaa Waldaa Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesus Itiyoophiyaa, Bishoftu #አከባቢያችንን_እንከባከባለን ዛሬ ማለዳ በቢሾፍቱ ከተማ የሚገኙ የቤተ ክርስቲያኒቱ ምዕመናን የመጽሐፍ ቅዱስ ሳምንት ክብረ በዓልን ምክንያት በማድረግ በዚህ መልኩ በከተማ ጽዳት ተሳትፈዋል። #ሁሉም_ለመጽሐፍ_ቅዱስ የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ ብሔራዊ የመጽሐፍ ቅዱስ ሳምንት ልዩ ክብረ በዓል ቢሾፍቱ