cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Mana Murtii Aanaa Barrak

MMAB fuula telegram Mana Murtii Aanaa Barrak tahuu beektani yaada qabdan nuuf guummachuu fi ergaa nuti dabarsinu as irraa argachuu dandeessuu!!!

إظهار المزيد
فنلندا3 593لم يتم تحديد اللغةالقانون7 930
مشاركات الإعلانات
202
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-17 أيام
+130 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

👍 2
Iddoo simannaa/reception Mana Murtii Aanaa Barrak bifa haaran qopha'eedha
إظهار الكل...
Baga Ayyaana I'd Alfaxir geessan Ayyaanni tan jalaala fi tokkummaa akka isiniif tahuu Manni Murtii Aanaa Barrak isiniif hawwa!!
إظهار الكل...
4
Photo unavailableShow in Telegram
👍 4
Leenjiin dagaagina tarsiimoo naamusaa hawaasa Mana murtii Aanaa Barraktiif gaafa guyyaa 27/07/2016 gama itti gaafatamaa Garee Naamusaa fi Inspeekshinii Mana murtii ol'aanaa Godina Sh/Kaabaa Obbo Taganee Tasfaayeen kennameera.
إظهار الكل...
2
Har'a Galgala Sa'aatii 2:40 Irratti OBN Daawwadhaa. ----------------- (Bitootessa 17,2016 MMWO, Finfinnee)-Hordoftoota keenya, hojii Manneen Murtii Oromiyaa Teekinooloojiiwwan Quunnamtii Odeeffannootti fayyadamuun kenniinsa tajaajila abbaa seerummaa dhaqqabamaa fi si'aayaa taasisuuf hojjataa jiran irratti dokumentariin Manni Murtii Waliigalaa hojjachiise har'a galgala sa'aatii 2:40 irratti OBN irratti qilleensa irra waan ooluuf akka hordoftan isin afeeraa, hawaasa bal'aa bira akka gahuuf akka waliif qooddan ni gaafanna. -------------------- #Daayireektoreetii_Dhimmoota_Komunikeeshinii_MMWO
إظهار الكل...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.