cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Islaamummaa 100%

لَقَدْ جِئْنَاكُم بِالْحَقِّ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَكُمْ لِلْحَقِّ كَارِهُونَ dhugumatti, Nuti haqaan isinitti dhufnee turre, Garuu irra baay’een keessan haqa jibbitoota turtan.

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
18 315
المشتركون
+1224 ساعات
+1087 أيام
+52630 أيام
توزيع وقت النشر

جاري تحميل البيانات...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تحليل النشر
المشاركاتالمشاهدات
الأسهم
ديناميات المشاهدات
01
Ibnu qayyiim akkana jedhe. . . " oso hojiin (ibaadaan) ikhlaasa male faayidaa qabdii tahe silaa Rabbiin munaafiqota hinkomatu ture". 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
4943Loading...
02
sababnii Dubbiin bade! ummanni islaamaa salphate...kabajaa dhabe bakka hundatti ajjeefamaa fi buqqaafamaa jiruu~ garaagarummaan dhiraa fi dubartii giddu jiru dhaabatanii fincaa’u fi ta’aanii fincaa’u qofa waan taheefi. Kormii bineensaalle diina alagaa gamtaa isaarraa qolachuuf ni lola, ni qabsa'aa. Hindaanqoon cuucii isirratti duuti male cuucii isii dinaaf dabarsite hin keennitu. Haala ummata islaamaa bara kanaa yoo ilaalte dhiroonni isii korma bineensaa fi beeylada gad tahaniiru. Abbaan isaa, haatii isaa, haadha manaan isaa fi ilmaan isaa oso ajjeefamanu ilaaluu  hin socho'uu. Dhiirummaan isaa waraaqaa adda ofitti maxxanfatanii  akka saree magaalaa kessa iyyaa naanna'urraa hindabarfatu (hiriira nagaa isa jedhan sana). Seenaa qabna seenaa keenya ofduuba mil'anne haa ilaallu yaa dargaggoo muslimaa! 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
5120Loading...
03
" oso lubbuun kessan Qulqulluu taate silaa jecha Rabbii kessan Qur’aanaa qara'urraa hin quftan ture ". Usmaan Radiyallaahu Anhu 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
8983Loading...
04
https://t.me/HQ_Gaaffi/55 ☝️kana tuqaati sagantaa Raadiyoo torbee 76ffaa dhaggeeffadhaa! sagantaa baay'ee midhagaa tahe nuf dhiheessan namoota biroofis erga!
8611Loading...
05
of gaafadhu? namichi kun... - soreessa - adii bareedaa ykn araba - saba kabajamaa - doktora ykn Profeser - nama hordoftoota hedduu qabu - hayyuu beekamaa fi wantoota adunyaa irratti namoonni argachuuf hawwan martu oso harka isaa jiraate  wantii amma isa fayyaduun jiraa?? Yaa namaa du'aa kee irraa yoon baranne enyurraa barattaa?? 📥 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
1 7228Loading...
06
Guyyaan guyyaa kibxataatii. . . Hiryootan koo lama waliin taane qabrii nurraa xiqqoo fagaate argamu tokko ziyaaruuf deemne. Bakka qabrii geenye  oliif gadii naanna'aa daawwachu eegalle. Hundi keenyatu adda faffacaanee turre. Isaanirraa xiqqoo fagaadhe kophaa dhaabadhe oso jiru... fooliin wahii dhufee funyaan na seene. Fooliicha hordofee Hennaa gara bitaa kootitti garagalu  tisiisonni muraasnii qaawwa wahii irratti barriisaa argeen. Hammuma gara qaawwichaatti dhihaadhaa dhufeen fooliin funyaan na seene sun dabalaa dhufe. Wanta baay'ee na rifachiisee tokko arge dhaabadhe!  takkaa waan akkanaa suuraa ykn vidiyodhaan male qaamaan ija kootin arge hinbeeku. Ijjii koo bolla sana kessaa akka waan malakal mawtiin argee wahii dhaabbate haafe.  Akkuma xiqqoo tasgabbaa'een  hiryoota koo lamaan iyyee waame.  " ko.. kottaa... qabrii bishaan lolaa jigse banaa jiru arge" jedhaa waameen.  Qabriicha kessa lafee nama guutu garu foon ofirraa hinqabne argee. Dugdaan ciisee samii ilaala. Foon tokko ofirraa hinqabu. Mataadhaa haga milaa lafee qofa.  Abbaan qabrii kanaa enyuu akka tahee hinbeeku kan obboleessa kenya Muslimaa tahu isaa male.  Sila garuu muslima tahu isaa male wanti biraa maal isa fayyadaan?? Lafe qabrii kana kessa cisaa jiru argitee... oromo ykn amhaar tahu isaa beeku hindandeessu. Oh  saba isaa dhisii faranjii adii ykn gurraacha Habashaa tahu isaa hinbeektu. Lafe Qulqulluu foon ofirraa hinqabneetu cisee jira. Faranjummaan ykn Oromummaan akkasumas bifti fi sabummaan  enyummaa dunyaa gubbaa gaafa lafeen kee foon uffate sana jiraataa turteedha. Dhaabadhe xinxaluu jalqabee! Qabrii kana kessa namicha lafe tahe cisaa jiru kana malee... maallaqa isaas tahe konkolaataa isaa hin agarre. Akkasumas qophaa isaa dukkana ija jaamsun marfame malee maatii isaas tahe ijoollee isaa isa waliin hin agarre. Hundii isaanii bolla tokkotti awwaalanii qophaa isaa isa dhisaniini irraa gara mana isaanitti deebi'anii kolfuu fi taphachuu eegalaniru. Hojii isaatu qofa isa waliin haafe! Ee salaata, sooma, sadaqaa fi da'awaa muslimootaaf godhu akkasumas kkf qofatu isa waliin haafe.  Haa wanni biraas haafera... Yoo Nama karaa Rabbii kessatti qabsaa'u ta’ee  karuma Rabbii kessatti wareegame tahee... qaama jijjirrate male gabrichi kun hinduune. Ee! lubbuun isaa qaama namummaa isaa kessaa baate gara qaama sinbiraatti seente jannata kessa bakka barbaaddetti barriisuuf ol baate. Qabrii ziyaaruun baay'ee jaalladha! Qalbii koo jiisa. Lubbuun koo... "Shahiida taate male dunyaa kana kessaa hin bahiin" naan jeetti. Shahiduummadhaan male karaan du'a jalaa itti baqatan hinjiru. Qabrii ziyaaruu baay'isaa inni mana kessani. قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ : " أَكْثِرُوا ذِكْرَ هَاذِمِ اللَّذَّاتِ ". يَعْنِي الْمَوْتَ. " du'a mi'aawina addaan kutaa tahe yaadachu baay'isaa" ...✍Al~Oromiiyy 📥 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
1 5459Loading...
07
Kennaa fi salaamataa Aadaa warroota dhihaa oso nutii quba hinqabaatin nutti seene  nama beeknuun malee " as wr wb" hinjeennu ykn hinduubifnu... akkasumas niitiin abbaa manaa isitiif- Abbaan manaa niti isaatiif malee  muslimni obboleessa isaa muslimaaf hennaa kennu baay'inaan hin argamu. Salaamataan fi kennaan wantoota jaalala cimseenidha. Kennaan lubbuu namaa kessa jaalala hoora. Salaamataan hariiroo muslimootaa jabeessa.  Muslima tokko karaa irratti yoo argitee salaamataa jettu malee bira hindabriin. Obbolummaa imaanaa muslimoota gidduu du'aa dhufe sana akka haaraa jiraachisa. Tokkummaa muslimoota dagaagsa. Akkasumas obboleessa kee ykn hiriyaa kee muslimaa tokkoof  haadiyyaa (kennaa) kenniifii. Dirqama kennaa guddaa fi waan qaalii tahu hinqabu. Wanuma Rabbiin sif laaffise wahii obboleessa muslimaa kee tokkof kennii. Shakki male ilaalchi sif qabu ni jijjirama..jaalalli sif qabu ni dabala.  Kana gochu keetin fuula Rabbii barbaadachu kee lubbuu kee yaadachisu hin dagatiin. Hojiin kamtu niyyaa male fudhatama waan hinqabneef. Sunnaa nabii Rabbii ﷺ dagatamaa dhufe kana haa jiraachifnu... قَالَ : قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ : " لَا تَدْخُلُونَ الْجَنَّةَ حَتَّى تُؤْمِنُوا، وَلَا تُؤْمِنُوا حَتَّى تَحَابُّوا، أَوَلَا أَدُلُّكُمْ عَلَى شَيْءٍ إِذَا فَعَلْتُمُوهُ تَحَابَبْتُمْ ؟ أَفْشُوا السَّلَامَ بَيْنَكُمْ ". " haga amantanitti jannata hin seentan, haga wal jaallattanitti hin amantan, sila isin dheeru gocha wahiitti yoo isa gootan wal jaallattan? Salaamataa gidduu kessanitti facaasaa (baay'isaa)". 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
1 48710Loading...
08
Sunnaa! Ilaalchi sunnaa nabii Rabbiitif qabnu kun baay'ee nama dhiiba. Ibaadaawwan waajiba tahan alatti jiran sunnaadha jenne yaadurraan kan ka'e  sunnaawwan kan akka... - siwaaka - salaatawwan kudha lamaan salaata waajibaa booda jiran - layli salaatu - kophee mirgaan ka'atanii bitaadhaan baafachu - quba sadiin nyaachu.. ta'anii dhugu fi sunnaawwan lakka'amanii hindhumne kkf itti dhiimmamne hin hojjannu ykn daganne jirra. Wantii tokko sunaadha male waajibaa miti jechu waan dhageenyeef qofa... wanta saniif xiyyeeffannoo akka itti hin keennine nu godha. Nama bishaan dhaabate dhugu tokko argitee.. ta'anii dhugun sunnaa nabii Rabbiiti ﷺ taa'iiti dhugii yoo jetteen... "sunnaadha miti? Yoo hojjachu baadhes badiin waan narratti hin katabamneef rakkoo hinqabu!" jedhe. Jaalala isaaniif qabnu maaliin mul'ifna? jannata kessa  isaanii waliin ollaa tahu hawwiina garu sunnaa isaanii daganne akkamitti waan hawwiine arganna? sahaabonni wanta tokko sunnaadha nabiin Rabbii ﷺ gocha kana raawwataniiru yoo jedhaman gocha sana akka waan waajiba isaanirratti tahe wahii hennaa hojjatan argita. Kana jaalalli dhugaa! Akkanatti jaalalli fi isaan jala deemun kan ibsamu. Gocha tokko sunnaa tahu isaa beekte sunnaa tahu isaatiif qofa kan irraa baqattu tahe lubbuu keetif nifaaqummaa sodaadhu. Haguma dandeessen sunnaa jabeeffadhu qabi.   Nutis wantii tokko sunnaa tahu yoo beenne jabeeffannee qabuutu nurra jira. faana isaanii hordofu qabna. Akkuma Rabbiin kenya jedheetti...   ﴿لَّقَدْ كَانَ لَكُمْ فِى رَسُولِ ٱللهِ أُسْوَةٌ حَسَنَةٌۭ لِّمَن كَانَ يَرْجُوا۟ ٱللهَ وَٱلْيَوْمَ ٱلْـَٔاخِرَ وَذَكَرَ ٱللهَ كَثِيرًۭا﴾ Dhugumatti, ergamaa Rabbii keessatti nama Rabbiifi Guyyaa Aakhiraa sodaatee Rabbiin baay’inaan yaadatuuf hidhannaa gaariitu jira 📥 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
1 60913Loading...
09
https://t.me/HQ_Gaaffi/50 ☝️kana tuqaati vidiyoo isinif dhufu nuf affeeramaa!
1 8392Loading...
10
https://t.me/HQ_Gaaffi/46 ☝️kana tuqaati vidiyoo isinif dhufu nuf affeeramaa!
10Loading...
11
Mee akkanas yaadaa! Guyyaa qiyaamaa gaafa daa'imnii rifate haarrii baasu sana...Gaafa iccittiin dhokate  martu ifa baatu sana...Gaafa mizaanni dhaabame hojiin namaa madaalamu sana... #Caatiin mizaan kamirra kan kaa'amu sitti fakkaata?         Khayrii ⚖ sharrii 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
1 7503Loading...
12
Haamileen kee duumessaa ol haa ta'u Muslimni kaka’umisi isaa olaanaa. Ilaalchi isa bal'aa. Yaaddoon isaa ofii dabree ummata Islaamaa maraaf tahu qaba. Yaaddon kee Maal yaadhe bulu oso hin tahiin... - akkamitti jijjiirama guddaa Islaamaaf adunyaa irratti galmeessu! - akkamitti muslimoota adunyaa... akka zamana sahaabaa fi salafootaa hoggansa tokko jalatti sassaabu. - akkamitti ummata islaamaa jaalala dunyaatiin laaqame jennaan yahuudaan fi nasaaraan akka feetetti ajjeesaa fi itti taphataa jirtu kana dhaabsisaa fi kkf... tahu qaba. Nabiin Rabbii  ﷺ hennaa rasuula tahe adunyaa kanatti ergamu tokkicha isaa ture. Isa malee Adunyaa kana kessa muslimni biraa hinturre. Waamichaa fi Qabsoo hadhaawaan booda adunyaa muslimootaan guute. Atis ni dandeessa! Dura ofii dammaqi! Ija banadhu. Kitaabaa fi sunnaa qabadhu. Seenaa gotoota islaamaa kan akka khaalid ibnu waliid, umar ibnul khaxxaab, salahaddin al ayyubi fi abubakar Al baagdaadii qu'adhu. Fakkeenya isaan godhadhu. Akka isaanii tahudhaaf hamilee qabaadhu. Namoonni seenaa hojjatanii dabran martu akkuma kee ji'a sagal gadaamessa kessa dabarsan. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 8945Loading...
13
Beekumsa! beekumsi ulfina. Qomaafi sammuu namaa bal'isa. Qajeelumaaf sababa guddaa taha. Rabbiitti nama dhiheessa. Beekumsi hunda caalu beekumsa diiniiti. Haguma diinii kee beektun ibaadaan kee bareeda. Haguma Beekumsa Rabbiif qabduu dabalaa dhufeen sodaan Rabbiif qabdu dabalaa dhufa. Haguma Rabbiin sodaatten daangaa isaa eggatta, badii irraa fagaatta, ajajawwan isaa raawwatta. Beekaa ykn hayyu jedhamuuf hin baratiin. Akka beektu namoonni haa beekaniif beeksiisuuf hin cinqamiin. Beekumsi tokko haga hojirra olutti beekumsa hin jedhamu!  Beekumsi Rabbiin biratti ragaa sif taha akkasumas ragaa sirratti taha. Yoo wanta beektun hojjatte beekumsi kee sif ragaa taha. Yoo wanta beektun hojjachu baatte beekumsi kee sirratti ragaa taha.  Kanaaf hojjachuudhaaf male beekumsa kusachuudhaaf qofa hin baratiin.   يَرْفَعِ ٱللهُ ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ مِنكُمْ وَٱلَّذِينَ أُوتُوا۟ ٱلْعِلْمَ دَرَجَٰتٍۢ ۚ وَٱللهُ بِمَا تَعْمَلُونَ خَبِيرٌۭ Rabbiin isin irraa warra amananiifi isaan beekumsi kennameef sadarkaa baay’ee isaan ol kaasaRabbiinis waan isin hojjattan keessa Beekaadha. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 45312Loading...
14
#Diinii_ka_qabdu_filadhu! Fitnaawwan bara kana kessa baaya'atanii argaman kessaa (sagaagalummaa) zinaadha! Dargaggoonni muslimaas kanumaan qormaataman. Dargaggeessa diini isaa irratti jabaadha hennaa salaatu, soomuu, sadaqatu fi hojiwwan galateeffamaa hojjatu argituun sun dubartii wahii hiriyaa zinaa (girl friend) godhate hennaa qabatu argita.  maaf karaa halaalaan hinfuutun nikaa hin hidhattuu jennaan... maallaqa, mana dhunfaa, konkolaataa fi wantoota jiru kenya midhagsan sana hinqabu jedha. Kuni garu zinaa hojjachuuf sababa hintahu. Sababni kamu badii guddaa akkanaa kana hojjachuuf fudhatama hinqabu. Nabiin Rabbii ﷺ namni baasii bultii ijaarrachuuf dandeessisuun hinqabaanne akka soomu ajajaniin. Kanaan ala  intala diinii qabdu fi jiruu adunyaa kanaaf bakka hin qabne, diinii isirratti cimtuu, yaaddoon fi cinqiin isi ganda akhiraatif tahe barbaaddadhu. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 1294Loading...
15
Assalamu aleykum waraahamtuallahi wabarakaatuh Obboleewwan maatii channel #Islaamummaa_100%  akkam jirtu nagumaa?   Mee obboleewwan tenya afaan arabaa ykn afaan ingiliffaa sirritti dubbisuu fi dhagahuu dandeessan  gama @Qaribanbot nu dubbisaa. Obboleewwan kaanis yaada chaannel kanirratti qabdan ykn komi qabdan ykn wamti idaa'amu fi hir'ifamu qaba jettan.. Guyyaatti barreffamoota hagana nuf maxxansaa  wanti gadhiftan nujalaa hir'ate kan jettanis yoo jiraate  asumaan @Qaribanbot yaada kessan nuf ladhaa. https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 3421Loading...
16
Sahaabota kessa tokko oso adunyaa ammaan kana kessa jirru tana arge   adunyaa shayxaanaa male muslimni tokko waan kessatti argamu hin se'u! 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 6001Loading...
17
#Hojii_manaa Al tokko tokko lubbuun namaa kun waan ijaan argiituun fi waan qaamolee miiraa isiitiin gargaaramte mirkaneeffachuu dandessuun malee  wanta itti himamuu tokkotti amanuun itti ulfaata.  Yeroo baay'ee Rabbiin ibidda jahannamiin nu sodaachisa akka azaaba laleessa irraa of eggachuu qabnu nu gorsa. Hojii manaa armaan gadii kana hojjadhaati  wanta isinitti dhagahe @Qaribanbot asirratti nu ka'aa!  Hojii Manaa♨️ ❗️afaan kessan kessa wanta baay’ee mi'aawaadha jettan (chakkoleetti ykn biskuti ykn kireemi..damma ykn annan..) waan feetan afaan kessa galfadhaati nyaataa...♨️ laaytara ykn kibriitii tokko qabsiisaatii haga dhaamtutti quba kessan arraba abiddaa irra qabaatii gubaa!   ----------- ⚠️Gocha kanarraa barumsa guddaa argattu! @Qaribanbot  ☜ baruumsa maalii akka irraa argattan nuf qoodaa! Ykn maal akka isinitti dhagahame 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
3 4163Loading...
18
Ittii haa fufnu. . . Haadisa armaan olii kanarraa wantoota hubachu qabnu - zamana boodaa irratti namoonni sunnaa nabii dhisanii sunnaa biraa hordofan ni dhufu. - lallabdoota nurraa tahan (ustaazot, sheeykhotaa fi kkf) tokko tokko ummata gara  jahannam kan waaman ni dhufu.  Namna isaaniif owwaate jahannamitti darbatuun. Wanni beeku qabnu namoonni kun kottaa gara jahannam seenaa jedhaa miti kan nama waaman  karaa  qajeelaa fi jannataa isin qajeelchina jedhaati kan namota waaman. Akkuma hadha  ustaazonni fi sheeykhonni tokko tokko Qur’aanaa fi haadisa  akka mira isaanitin wal simuutti ragaa godhatanii namoota filannoo dimokraatawaa irratti akka hirmaatan waamicha godhu. Namni isaaniif owwaate filannoo irratti hirmaate jahannamitti darbatame. Gorsa nabii Rabbii ﷺ fudhanne garee haqaa fi jannata seentu sanii ragaa irratti hundoofne mallatoowwan isi waan beekneef  barbaacha kenya cimsinee itti haa fufnu. Hubachiisa ⚠️  Barreeffamota Mataduree kanaan waliin wal qabate channel armaan gadii kanirratti waan maxxansiinuf...akka channel Haq~Ibsaatti seenten isin gaafanna! ↡    ↡    ↡     ↡     ↡     ↡    ↡ https://t.me/HQ_Gaaffi https://t.me/HQ_Gaaffi
2 5822Loading...
19
Barbaacha kenna itti haa fufnu. . . Akhiru zamaan kessatti ummanni nabii Rabbii ﷺ bakka 73tti akka qoqqodaman ragaadhaan argine turre. Kanneen kessaa gareen tokko jannata yoo seentu warrii hafan 72 immo ibidda seenu.  Rabbiin warra jannata seenan irra nu haa godhu jenna! Ragaawwan gara garee haqaa kanatti nu qajeelchan irraa haadisa tokko argine turre. Mallattoowwan gare kanirratti argaman kessaa  garee kun haqa irratti kan loltuu fi haga guyya qiyyaamaa kan jiraattu tahu isidha. Hadha immo ragaa biraa gara garee kanatti nu qajeelchu ilaalla. Mee xiyyeeffannoo tenya yeroo muraasaaf haadisa kanarratti haa goonu... سَمِعْتُ حُذَيْفَةَ بْنَ الْيَمَانِ ، يَقُولُ : كَانَ النَّاسُ يَسْأَلُونَ رَسُولَ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ عَنِ الْخَيْرِ، وَكُنْتُ أَسْأَلُهُ عَنِ الشَّرِّ ؛ مَخَافَةَ أَنْ يُدْرِكَنِي، فَقُلْتُ : يَا رَسُولَ اللَّهِ، إِنَّا كُنَّا فِي جَاهِلِيَّةٍ وَشَرٍّ، فَجَاءَنَا اللَّهُ بِهَذَا الْخَيْرِ، فَهَلْ بَعْدَ هَذَا الْخَيْرِ شَرٌّ ؟ قَالَ : " نَعَمْ ". فَقُلْتُ : هَلْ بَعْدَ ذَلِكَ الشَّرِّ مِنْ خَيْرٍ ؟ قَالَ : " نَعَمْ، وَفِيهِ دَخَنٌ ". قُلْتُ : وَمَا دَخَنُهُ ؟ قَالَ : " قَوْمٌ يَسْتَنُّونَ بِغَيْرِ سُنَّتِي، وَيَهْدُونَ بِغَيْرِ هَدْيِي، تَعْرِفُ مِنْهُمْ وَتُنْكِرُ ". فَقُلْتُ : هَلْ بَعْدَ ذَلِكَ الْخَيْرِ مِنْ شَرٍّ ؟ قَالَ : " نَعَمْ، دُعَاةٌ عَلَى أَبْوَابِ جَهَنَّمَ، مَنْ أَجَابَهُمْ إِلَيْهَا قَذَفُوهُ فِيهَا ". فَقُلْتُ : يَا رَسُولَ اللَّهِ، صِفْهُمْ لَنَا. قَالَ : " نَعَمْ، قَوْمٌ مِنْ جِلْدَتِنَا ، وَيَتَكَلَّمُونَ بِأَلْسِنَتِنَا ". قُلْتُ : يَا رَسُولَ اللَّهِ، فَمَا تَرَى إِنْ أَدْرَكَنِي ذَلِكَ ؟ قَالَ : " تَلْزَمُ جَمَاعَةَ الْمُسْلِمِينَ وَإِمَامَهُمْ ". فَقُلْتُ : فَإِنْ لَمْ تَكُنْ لَهُمْ جَمَاعَةٌ، وَلَا إِمَامٌ ؟ قَالَ : " فَاعْتَزِلْ تِلْكَ الْفِرَقَ كُلَّهَا، وَلَوْ أَنْ تَعَضَّ عَلَى أَصْلِ شَجَرَةٍ، حَتَّى يُدْرِكَكَ الْمَوْتُ وَأَنْتَ عَلَى ذَلِكَ ". Huzayfaan Rabbiin isarraa haa jaallatuti akkana jedha: namoonni rasuula Rabbii ﷺ waa'ee khayrii gaafatu ture, ani immoo waa'ee sharrii gaafadha ture; na tuqa jedhe sodaachu kotiin.  yaa rasuula Rabbii Nuti  jaahiliyyaa fi sharrii kessa turre, Rabbiin khayrii kanaan nuf dhufe, khayrii kanaan booda sharrii ni jiraa? Jedhe gaafadhe. "Eyyeen" naan jedhe. Sharrii kanaan booda hoo khayriin ni jiraa? Ni Jedheen . "Eyyeen, uraatu kessa jira" Naan jedhe. "Maal inni uraan sun" ni jedheen . " namoonni karaa kootiin ala karaa godhatanii qabu, qajeelfama kootiin ala qajeelu, isaanirraa beekte isaan balaaleffatta" naan jedhe. "khayrii kanaan booda hoo sharri ni jiraa" ni jedheen . " Eyyeen, (daa'ii) waamtoota gara balbala jahannam waaman, namni isaaniif owwaate isitti darbatuun" naan jedhe. " mee mallattoo (siifa) isaanii nutti himaa yaa ruusal Rabbii " nin jedheen. "Eyyeen, isaan ummata kenyarraayyi, arraaba kenyaan dubbatu" naan jedhan. Yaa Rasuula Rabbii zamana sana dhaqqabe maal akka godhu na gorsita? Nin jedhen "jama'aa muslimotaa fi imaama isaanii qabatta" naan jedhe. Yoo jama'aas tahe imaamas hin qabaatiin hoo maal godhu?  Nin jedhen. "garee hunda dhifte haga duuti sitti dhufutti muka tokko jala jiraadhu" naan jedhe. Itti fuufa... 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 68815Loading...
20
Ilmii namaa hennaa dhalatu hawwii dunyaadhaaf qaburraan  kan kahe harka isaa walitti qabe dhalata... hennaa du'u garuu dunyaa kessaa homaa akka fudhate hinbaane agarsiisuuf harka isaa diriirse gara bolla isaa adeema. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 3495Loading...
21
Garee kamtu garee haqaa fi qajeelaadha?? Namoonni baay’een zamana dhumaa irratti gareen hedduun islaamummaatti of butan fi karaa haqaa irratti akka qajeelaa jiran dubbatan waan jiraniif  gareen haqaa isi kam akka taate  waan isaan dhibeef  gareewwan addaddaa kessa Hennaa burjaaja'an agarta.  Yaa Obboleewwan akhiraa hordoftoota kenya  sammuu kessan banaa, ilaalcha kessan bal'isaa, hubannaa kessan guddisaa  achii booda qalbii haqaaf banaa taateen  barruu ragaa Qur’aanaa fi haadisa irratti hundaa’e barreeffame kana dubbisaa. - Garee kamtu gare haqaati? - garee kamtudha gareewwan 73 kessaa garee jannata seentu? Zamana boodaa kessatti muslimoonni bakka 73tti akka qoodaman haadisa armaan gadii kanarraa hubanna. أنّ رَسُولَ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ قَامَ فِينَا فَقَالَ : " أَلَا إِنَّ مَنْ كَانَ قَبْلَكُمْ مِنْ أَهْلِ الْكِتَابِ افْتَرَقُوا عَلَى ثِنْتَيْنِ وَسَبْعِينَ مِلَّةً، وَإِنَّ هَذِهِ الْأُمَّةَ سَتَفْتَرِقُ عَلَى ثَلَاثٍ وَسَبْعِينَ : اثْنَتَانِ وَسَبْعُونَ فِي النَّارِ، وَوَاحِدَةٌ فِي الْجَنَّةِ ". إسناده صحيح "dhagahaa warroonni kitaabaa isin dura dabran bakka torbaatamii lamatti qoqqodaman, ummanni kun ammoo bakka torbaatamii sadiitti qoqqodamti: torbaatamnii lama ibidda seena, isin tokko ammoo jannata seenti". Nabiin Rabbii dhugaa dubbate wallaah!  Kun har’a gareewwan addaddaa islaamummaa himatan hedduu agarta. . . Ikhaawaanal muslimiin, salafiyyaa, tijjaaniyyaa, ahbaash, Qur’aaniyyaa kkf hedduu  73 guutuufi dhabu isaani Rabbiitu beeka. - egaa  Gareewwan torbaatamii sadan kannen kana kessaa isii kamtu garee jannataatii?? - ummanni islaamaa shakki male bakka 73 (torbaatamii saditti) akka qoqqoodamu yoo beekne...garee kam jala deemu akka qabnu fi garee jannataan nuun geessu  barbaanne isitti makachuun dhimma filannoo biraa hinqabneedha. Akkuma kanaan dura irra deddeebbin dubbaneetti  bu'urri kenya ykn safartuu kenya ykn wanta tokko wantii madaallu... - Qur’aana - haadisa - jecha sahaabotaa... male  namoota beekamoo ykn ustaazot Abaluu fi Abalu miti. Egaa garee haqaa kana akkamitti argachu dandeenya gareewwan torbaatamii sadan kanneen kessaa? Haadisa biraa kessatti nabiin Rabbii ﷺ akkana jedha... سَمِعْتُ رَسُولَ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ يَقُولُ : " لَا تَزَالُ طَائِفَةٌ مِنْ أُمَّتِي يُقَاتِلُونَ عَلَى الْحَقِّ ظَاهِرِينَ إِلَى يَوْمِ الْقِيَامَةِ ". "ummata koo kessaa gareen haqa irratti loltuu hin dhabamtu (ni jiraatti) haga guyyaa qiyaamaa olaanoodha" gabaasni kan muslimi. Mee har’a haadisa kanarratti dhaabbadhutii gareen haqa irratti loltu barbaadii. Gareen kun jiraachu isi shakki hin qabu. Sababani isaas nabiin Rabbii ﷺ "gareen haqa irratti loltuu hin dhabamtu" jedhaniru. Gareen haqaaf loltuu dirqama jiraachu qabdii  baraa jaarraa hunda kessa muraasa taatus gareen haqa qabatte islaamummaa qabsooftu ni jirti. Hayye yoo gareen kun jiraatte... gareen kun essa jirti?🤔  Haadisa ammaan kana dubbanne masjiida kessas warraabbi sagalee addaddaa kessatti sheeykhonni ykn ustaazonni hennaa dubbatu baay'ee hin dhageessu. Sababni isaas.. - gareen kun garee qabsoo fi lolaatii  - gareen kun garee motummaa seera Rabbiin bulchan hunda diina godhatte loltuudha. - miseensonni garee kanaa  adunyaadhaaf kessummoota ykn addataadha. Maqaa shororkeessitoota jedhu itti maxxanfame namoonni isaanirraa akka baqatan godhamaniru... sababawwan kanaaf kanneen birootin haadisini armaan olii kun haala ifa taheen ummata muslimaaf yammu himamu yeroo baay'ee hin dhageessu. Eegaa obboleeyyan koo  ragaa Qur’aanaa fi haadisa irratti hirkanne  garee kana waliin barbaadu kenya itti haa fuufnu nu waliin jirtu?? Ija banadhaa! Gurra kessan as kennaa! Sammuu kessan sochoosaa!   Dhimmichi dhimma akhiraatii!  Yeroon gaabbii dhufu isaatiin dura haa dammaqnu! eegaa maal jettu itti haa fuufnu barbaacha kenna?? 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 97710Loading...
22
Assalaamu Aleykum waraahmatullahi wabarakatuh Obboleessi kenya tokko gama kessaan gaaffiiwwan tokko tokko gaafate ture.... Akkasumas haala ummata islaamaa ammaan tana kessa jirtu irratti waa xiqqoo faayidaa qabdu wahi kaase ture. Gaaffiwwan isaa fi barreffama isaa Obboleewwan hordoftoota kenyaaf maxxansine faayidaa irraa argatu jenne yaaduun asii irratti isinif maxxansin. 👇👇👇
2 7720Loading...
23
Mee haa dammaqnu! waggoota dheeraaf ragaa malee jechoota namaa fi miira lubbuu kenya hordofaa turre. Dhimma diinii kenyaa  namoota muraasa Abbootii Amantiiti jedhamaniif dabarsiine kenniine  ofii dunyaatti fulleffanne.  -Masjiinni yoo gubate...Abalun maal jedhe? -muslimoonni yoo ajjeefaman...Abalun maal jedhe? -gare gara qabsoo fi diiniif tumsuutti muslimoota kakkaaftu yoo argiine... mee Abalun waa'ee gare kanaa maal jedhe? Abaluun kee!  Namuma akka keeti ji'a sagal gadaamessa kessa taa’e dhalateedha. Waahyyiin Rabbii irraa itti hin bu'u.  Kanaaf tahu kan qabu Abaluun maal jedhe oso hin tahiin... 1ffaa Rabbiin maal jedhe? 2ffaa nabiin Rabbii ﷺ maal jedhan?  3ffaa  sahaabonni nabii ﷺ maal jedhan? 4ffaa  ulamaa'onni salafaa maal jedhan? .. . Jechu qabana male akka  jaamaa cal jenne Abalu jala deemu hinqabnu. Haa dammaqnu yaa obboleewwan koo. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
3 3582Loading...
24
  ﴿فَجَآءَتْهُ إِحْدَىٰهُمَا تَمْشِى عَلَى ٱسْتِحْيَآءٍۢ Ergasii tokkoon isaan lamaanii saalfachaa deemuun isatti dhuftee..} Achii booda hoo? Nabiyyi kabajamaatti heerumte! Bultiin gaarii kan argamu qullaa ganda kessa naanna’uudhaan oso hintahiin  hayaa'a saalafannaa fi diinii kee jabeeffattee qabachuu keetiin. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 9458Loading...
25
Namnii qabsoo fi lola male olaantummaa fedhu  nama sammuun isaa isa ganteenidha. Nabiin Rabbii ﷺ waggaa 13 ummata makkaa gara islaamummaatti waamaa turan  garu namoota baay’ee muraasa tahan qofa waamicha isaaniif owwaatee Islaamummaatti seene. Erga makkaa kessaa ari'ame madiinaa deeme keyyattoonni qabsoo fi lolaa bu'an booda waggaa gabaabaa kessatti olaantummaan islaamaa dachii kessatti mirkanaa'e makkaanis ni banamte. Ummata ammaa kana maaltu gowwamse jennaan  marii fi kadhannaadhaan  olaantummaa argachuuf kajeela?? 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
3 6676Loading...
26
ﻳﺎ ﻣﻦ ﻛﻨﺖ ﺭﺣﻴﻤﺎ ﺑﻲ ﻋﻨﺪ ﻣﻴﻼﺩﻱ ﺍﺭﺣﻢ ﺑﻌﻔﻮﻙ ﺿﻌﻔﻲ ﺇﺫﺍ ﺟﺎﺀ ﻣﻴﻌﺎﺩﻱ @DAARU_SALAAM1
3 1412Loading...
Ibnu qayyiim akkana jedhe. . . " oso hojiin (ibaadaan) ikhlaasa male faayidaa qabdii tahe silaa Rabbiin munaafiqota hinkomatu ture". 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
إظهار الكل...
👍 3 1
sababnii Dubbiin bade! ummanni islaamaa salphate...kabajaa dhabe bakka hundatti ajjeefamaa fi buqqaafamaa jiruu~ garaagarummaan dhiraa fi dubartii giddu jiru dhaabatanii fincaa’u fi ta’aanii fincaa’u qofa waan taheefi. Kormii bineensaalle diina alagaa gamtaa isaarraa qolachuuf ni lola, ni qabsa'aa. Hindaanqoon cuucii isirratti duuti male cuucii isii dinaaf dabarsite hin keennitu. Haala ummata islaamaa bara kanaa yoo ilaalte dhiroonni isii korma bineensaa fi beeylada gad tahaniiru. Abbaan isaa, haatii isaa, haadha manaan isaa fi ilmaan isaa oso ajjeefamanu ilaaluu  hin socho'uu. Dhiirummaan isaa waraaqaa adda ofitti maxxanfatanii  akka saree magaalaa kessa iyyaa naanna'urraa hindabarfatu (hiriira nagaa isa jedhan sana). Seenaa qabna seenaa keenya ofduuba mil'anne haa ilaallu yaa dargaggoo muslimaa! 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
إظهار الكل...
👍 5
" oso lubbuun kessan Qulqulluu taate silaa jecha Rabbii kessan Qur’aanaa qara'urraa hin quftan ture ". Usmaan Radiyallaahu Anhu 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
إظهار الكل...
Islaamummaa 100%

لَقَدْ جِئْنَاكُم بِالْحَقِّ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَكُمْ لِلْحَقِّ كَارِهُونَ dhugumatti, Nuti haqaan isinitti dhufnee turre, Garuu irra baay’een keessan haqa jibbitoota turtan.

9👍 2
https://t.me/HQ_Gaaffi/55 ☝️kana tuqaati sagantaa Raadiyoo torbee 76ffaa dhaggeeffadhaa! sagantaa baay'ee midhagaa tahe nuf dhiheessan namoota biroofis erga!
إظهار الكل...
👍 3 1
Photo unavailableShow in Telegram
of gaafadhu? namichi kun... - soreessa - adii bareedaa ykn araba - saba kabajamaa - doktora ykn Profeser - nama hordoftoota hedduu qabu - hayyuu beekamaa fi wantoota adunyaa irratti namoonni argachuuf hawwan martu oso harka isaa jiraate  wantii amma isa fayyaduun jiraa?? Yaa namaa du'aa kee irraa yoon baranne enyurraa barattaa?? 📥 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
إظهار الكل...
👍 11🥰 2😢 2😱 1
Guyyaan guyyaa kibxataatii. . . Hiryootan koo lama waliin taane qabrii nurraa xiqqoo fagaate argamu tokko ziyaaruuf deemne. Bakka qabrii geenye  oliif gadii naanna'aa daawwachu eegalle. Hundi keenyatu adda faffacaanee turre. Isaanirraa xiqqoo fagaadhe kophaa dhaabadhe oso jiru... fooliin wahii dhufee funyaan na seene. Fooliicha hordofee Hennaa gara bitaa kootitti garagalu  tisiisonni muraasnii qaawwa wahii irratti barriisaa argeen. Hammuma gara qaawwichaatti dhihaadhaa dhufeen fooliin funyaan na seene sun dabalaa dhufe. Wanta baay'ee na rifachiisee tokko arge dhaabadhe!  takkaa waan akkanaa suuraa ykn vidiyodhaan male qaamaan ija kootin arge hinbeeku. Ijjii koo bolla sana kessaa akka waan malakal mawtiin argee wahii dhaabbate haafe.  Akkuma xiqqoo tasgabbaa'een  hiryoota koo lamaan iyyee waame.  " ko.. kottaa... qabrii bishaan lolaa jigse banaa jiru arge" jedhaa waameen.  Qabriicha kessa lafee nama guutu garu foon ofirraa hinqabne argee. Dugdaan ciisee samii ilaala. Foon tokko ofirraa hinqabu. Mataadhaa haga milaa lafee qofa.  Abbaan qabrii kanaa enyuu akka tahee hinbeeku kan obboleessa kenya Muslimaa tahu isaa male.  Sila garuu muslima tahu isaa male wanti biraa maal isa fayyadaan?? Lafe qabrii kana kessa cisaa jiru argitee... oromo ykn amhaar tahu isaa beeku hindandeessu. Oh  saba isaa dhisii faranjii adii ykn gurraacha Habashaa tahu isaa hinbeektu. Lafe Qulqulluu foon ofirraa hinqabneetu cisee jira. Faranjummaan ykn Oromummaan akkasumas bifti fi sabummaan  enyummaa dunyaa gubbaa gaafa lafeen kee foon uffate sana jiraataa turteedha. Dhaabadhe xinxaluu jalqabee! Qabrii kana kessa namicha lafe tahe cisaa jiru kana malee... maallaqa isaas tahe konkolaataa isaa hin agarre. Akkasumas qophaa isaa dukkana ija jaamsun marfame malee maatii isaas tahe ijoollee isaa isa waliin hin agarre. Hundii isaanii bolla tokkotti awwaalanii qophaa isaa isa dhisaniini irraa gara mana isaanitti deebi'anii kolfuu fi taphachuu eegalaniru. Hojii isaatu qofa isa waliin haafe! Ee salaata, sooma, sadaqaa fi da'awaa muslimootaaf godhu akkasumas kkf qofatu isa waliin haafe.  Haa wanni biraas haafera... Yoo Nama karaa Rabbii kessatti qabsaa'u ta’ee  karuma Rabbii kessatti wareegame tahee... qaama jijjirrate male gabrichi kun hinduune. Ee! lubbuun isaa qaama namummaa isaa kessaa baate gara qaama sinbiraatti seente jannata kessa bakka barbaaddetti barriisuuf ol baate. Qabrii ziyaaruun baay'ee jaalladha! Qalbii koo jiisa. Lubbuun koo... "Shahiida taate male dunyaa kana kessaa hin bahiin" naan jeetti. Shahiduummadhaan male karaan du'a jalaa itti baqatan hinjiru. Qabrii ziyaaruu baay'isaa inni mana kessani. قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ : " أَكْثِرُوا ذِكْرَ هَاذِمِ اللَّذَّاتِ ". يَعْنِي الْمَوْتَ. " du'a mi'aawina addaan kutaa tahe yaadachu baay'isaa" ...✍Al~Oromiiyy 📥 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
إظهار الكل...
👍 3 3😢 3
Kennaa fi salaamataa Aadaa warroota dhihaa oso nutii quba hinqabaatin nutti seene  nama beeknuun malee " as wr wb" hinjeennu ykn hinduubifnu... akkasumas niitiin abbaa manaa isitiif- Abbaan manaa niti isaatiif malee  muslimni obboleessa isaa muslimaaf hennaa kennu baay'inaan hin argamu. Salaamataan fi kennaan wantoota jaalala cimseenidha. Kennaan lubbuu namaa kessa jaalala hoora. Salaamataan hariiroo muslimootaa jabeessa.  Muslima tokko karaa irratti yoo argitee salaamataa jettu malee bira hindabriin. Obbolummaa imaanaa muslimoota gidduu du'aa dhufe sana akka haaraa jiraachisa. Tokkummaa muslimoota dagaagsa. Akkasumas obboleessa kee ykn hiriyaa kee muslimaa tokkoof  haadiyyaa (kennaa) kenniifii. Dirqama kennaa guddaa fi waan qaalii tahu hinqabu. Wanuma Rabbiin sif laaffise wahii obboleessa muslimaa kee tokkof kennii. Shakki male ilaalchi sif qabu ni jijjirama..jaalalli sif qabu ni dabala.  Kana gochu keetin fuula Rabbii barbaadachu kee lubbuu kee yaadachisu hin dagatiin. Hojiin kamtu niyyaa male fudhatama waan hinqabneef. Sunnaa nabii Rabbii ﷺ dagatamaa dhufe kana haa jiraachifnu... قَالَ : قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ : " لَا تَدْخُلُونَ الْجَنَّةَ حَتَّى تُؤْمِنُوا، وَلَا تُؤْمِنُوا حَتَّى تَحَابُّوا، أَوَلَا أَدُلُّكُمْ عَلَى شَيْءٍ إِذَا فَعَلْتُمُوهُ تَحَابَبْتُمْ ؟ أَفْشُوا السَّلَامَ بَيْنَكُمْ ". " haga amantanitti jannata hin seentan, haga wal jaallattanitti hin amantan, sila isin dheeru gocha wahiitti yoo isa gootan wal jaallattan? Salaamataa gidduu kessanitti facaasaa (baay'isaa)". 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
إظهار الكل...
7👍 1

👍 3
https://t.me/HQ_Gaaffi/50 ☝️kana tuqaati vidiyoo isinif dhufu nuf affeeramaa!
إظهار الكل...
👍 7 2🏆 1
https://t.me/HQ_Gaaffi/46 ☝️kana tuqaati vidiyoo isinif dhufu nuf affeeramaa!
إظهار الكل...