cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Nuura Qalbii 🚥

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
4 305
المشتركون
+624 ساعات
+117 أيام
+5830 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Waa 30 Kan Sababa Gammachuu Fii Milkii Namaaf Ta’an ••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• 1. Waan Rabbi sii kanne xinxaalii galata galchi... 2. Wanti dabre dabree san yaaduun yeroo tee ifirraa hin fixin.. 3. Guyyaan kee kanuma kana kessa waan gaarii hojjadhu... 4. Waan fulduraa hanga dhufutti waa'ee isaa yaaduu dhiisi... 5. Namni si komachuu hin dhiisuu,xiyyeff annaa hin kanniniif.. 6. Galata namarraa hin eegin,waan hojjattu Rabbumaaf hojjadhu... 7. Namatti tola ooli.... 8. Boqonnaa kee hojii keyriitin xumuri... 9. If tahii jiraadhu,nama biraa fakkachuun of hin rakkisin.... 10. Murtii Rabbii jaalalaan qeebali.. 11. Rakkoo waliin ballootu jira jechuu beeki.. 12. Rakkoo sitti dhufte obsaan furmaatatti jijjiiri..... 13. Hoggaa rakkatte kan si gargaaru Rabbi qofa tahuu beeki 14. Dhimma namaa caalaa dhimmi kee si haa rakkisuu... 15. Waan Rabbiif jattee yoo dhiiste kan bakka siif buusu Rabbi tokkicha tahuu beeki..... 16. Jiruun dhugaa jiruu iimaanaati(jiruu Rabbitti amantee ajaja isaa hordofuu) 17. Waa itti fayyadamte haaluma gaariin itti fayyadami...ana booda namni itti hin fayyadamin jettee hin ballessin... 18. Zikrii Rabbiitin qalbiin tasgabboyti.... 19. Waan Rabbiin namaaf kannerratti nama hin hassadin... 20. Jiruu tana akkuma isiin sitti dhuftetti qeebali.. 21. Namoota balaan itti buute laalii obsi... 22. Salaata jabeessi,Dhamsa nabiyyii kan dhumaatii.. 23. Gahaan kiyya Rabbii,inni irkoo kiyya tahuun waa tolee ji'ii itti irkadhu... 24. Dachii Rabbi kessa deemi barnoota irraa fudhu.. 25. Hoggaa rakkoon sitti buute obsa gaarii obsi,kan dirqamaan obsitu osoon tahin fadhiin obsi.. 26. Rakkoo waa hundaa ofirratti hin deebisin 27. Wanti, xiqqoon kararraa si meysin kaayyoo tee qabadhuu socha'i.. 28. Waan Rabbi si qoode jaaladhu irra caalaa namaa taata... 29. Lubbuu tee jannata ballinni isii samii fi dachii san yaadachiisi..keyrii irratti akka kakaatu taasisi... 30. Jiruu tee hunda kessattu jiddu-galessaa tahi...... #Dr_Aaid_Al_QARNII ..(RABBIIN GALATA ISAA JANNATAAN HAA DEEB'UUF) ✔RABBIIN NAMA MILKII DUNIYAA FI AAKHIRAA ARGATU NU HAA TAASISU....... Share Waliif Godhaa Tasa Namni Irraa Fayyadamu Hin Dhabamu. https://t.me/Nuura_qalbii
إظهار الكل...
🙏 6👍 4💯 1
Photo unavailableShow in Telegram
Ergaa kana Namaaf Affeeruun Badhaasa Torbee Kanaa Badhaafamaa. Kun Baankii Oromiyaati 1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=2074778048 2. Itti Aansuun Start kan jedhu tuqaa 3. Join Channel Kan jedhu Tuqaa 4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa 5. Continue kan jedhu tuquun Liinkii ittiin namoota affeertan argattu 6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif namoota qooda Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 f qoodaa Hanguma Namootaaf qooddanniin hangi badhaafamtanis dabalaa deema. Badhaasni keenya torbeetti yeroo hunda Badhaafamtoota ni qaqqaba መልዕክቱን ያጋሩ፣ የዚህ ሳምንት ተሸላሚ ይሁኑ! ይህ ኦሮሚያ ባንክ ነው! 1. በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=2074778048 2. በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ 3. Join Channel የሚለውን ይጫኑ 4. ወደ ቦቱ ይመለሱ 5. Continue የሚለውን ተጭነው የመጋበዣ ሊንክዎን ያግኙ 6. መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ በየሳምንቱ ተሸላሚ ይሁኑ! ሽልማቱ ሁሌም በየሳምንቱ አርብ ለተሸላሚዎች ይደርሳል፣
إظهار الكل...
RABBIIN ISINIIF HAA TAASISUU !!! ••••••••••••••••••••••••••••••••••• • Boqonnaa Keessan Salaata Isiniif Haa Taasisu • Dubbii Teessan Qur’aanaa Isiniif Haa Taasisu • Deeminsa Keessan Gara Masjida Isiniif Haa Taasisu • Yaanni Keessa Hunda iimaana Rabbiin Isiniif Haa Taasisu • Jaalallee Keessan Rasuula S.A.W Isiniif Haa Taasisu • Qabeenya Keessan Isiniif niif Haa Taasisu • Uffata Keessan Shari’aa Isiniif Haa Taasisu • Fakkeenya Keessan Sahaabaa Isiniif Haa Taasisu • Hawwwii Teessan Hunda Jannata Isiniif Haa Taasisu • Jecha Keessan Kan Dhumaa Shahaadaa Isiniif Haa Taasisu • Yaadaa fii Muraada Keessan Hunda Rabbi Isiniif Haa Guutu • Gufuu fii Gufaata Hunda Jalaa Najaa Isin Haa Baasu Barreeffama Kana Dubbisaatii Share Waliif Godhaa https://t.me/Nuura_qalbii
إظهار الكل...
👍 3🙏 1
🚨 TapSwap dhumuuf guyyaa 2 qofatu hafe!!! Gaafa yeroo qabdanitti waanta kana osoo itti hin fayyadamin isin darbinaan booda itti gaabbitu. kanaafuu amma jalqabuu hin dagatinaa. Amma jalqabdanis torban keessatti COIN miiliyoona keessa galuu dandeessu. Warreen jalqabuu barbaaddan liinkii armaan gadiin eegalaa. Teessanii FAKE dha jechuurra hojjettanii waanta dhufu ilaaluu wayya! Namoonni hedduun akkuma kana NOTCOIN osoo hin hojjetin darbeeraan Ammas carraa 2ffaa kanatti osoo isin hin darbin fayyadamaa 👇👇👇 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_2074778048 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
إظهار الكل...
👍 3
Bulugu'a Kitaabu_Xahaara Hadiisa 25_26 • Sheikh Aliyyi Ismail
إظهار الكل...
👍 7
#Nabi_Muhammad irratti Salawaata Buusuun Raahaa Qalbiiti♡ﷺ🍂S A W🤍
إظهار الكل...
👍 7
"Onneen kiyya xiqqishoo qoma keessa jirtu ta'uu beekullee, Akka addunyaatti akka bal'oo fi guddoo taate Namoota keessa seenaniitu beekaa" jedhe. #Dear #Heart
إظهار الكل...
👍 6
YESUUS EESSAAN WAAQA TA'A? Yesuus "Waaqayyo" akka hin taane waan dhugaa ba'an keessaa inni guddaan Yesuus afaan isaatiin "#Ani_Waaqayyoon_qaba" jechuu isaati. Keyyattoota armaan gadii dubbistanii, dhugaa ofuma keessanii murteessitu. ➊. (Wangeela Yohaannis 20:17) “ኢየሱስም፦ ገና ወደ አባቴ አላረግሁምና አትንኪኝ፤ ነገር ግን ወደ ወንድሞቼ ሄደሽ፦ እኔ ወደ አባቴና ወደ አባታችሁ ወደ አምላኬና ወደ አምላካችሁ ዓርጋለሁ ብለሽ ንገሪአቸው አላት።” “Yesus immoo, "Ana hin qabin! Ani amma iyyuu gara abbaatti ol hin baane; gara obboloota koo dhaqii, 'Ani gara abbaa kootii fi abbaa keessaniitti, gara Waaqayyo kootii fi Waaqayyo keessanitti ol nan ba'a' jedhii isaanitti anaaf himi!" jedhee ishee abboome.” Yesuus Waaqayyo yoo ta'e akkamitti gara #Waaqayyoo kootti na deema" jedha? Yesuus Waaqayyo yoo ta’e, gara samiitti yeroo ol baafamu, akkamitti "Waaqayyo qaba" jechuu danda’a? ➋. (Maarqos 15:34) “በዘጠኝ ሰዓትም ኢየሱስ፦ ኤሎሄ፥ ኤሎሄ፥ ላማ ሰበቅታኒ? ብሎ በታላቅ ድምፅ ጮኸ፤ ትርጓሜውም አምላኬ፥ አምላኬ፥ ለምን ተውኸኝ? ማለት ነው።” “Sa'aatii sagalittis Yesus sagalee guddaadhaan, "Elo'ii, Elo'ii lamaa sabaktanii?" jedhee waammate; kunis, "Waaqayyo ko, Waaqayyo ko maaliif na dhiifte?" jechuutti in hiikama.” Yesus dhuguma "Waaqayyo" yoo ta'e, akkamitti #Waaqayyoo_koo" jedha? Waaqa lama qabnaa? ➌. (Maarqos 12:29) “ኢየሱስም መልሶ እንዲህ አለው፦ ከትእዛዛቱ ሁሉ ፊተኛይቱ፦ እስራኤል ሆይ፥ ስማ፤ ጌታ አምላካችን አንድ ጌታ ነው፥” “Yesus deebisee, "Inni hundumaa irra caalu, 'Dhaga'i, yaa Israa'el! Gooftichi Waaqayyo keenya kophaa isaa gooftaa dha.” Yesus "Waaqayyo" yoo ta'e, maaliif "Waaqayyo keenya" jedhe? Maaliif akka Waaqa qabu dubbata? ➍. (Wangeela Yohaannis 17:3) “እውነተኛ አምላክ ብቻ የሆንህ አንተን የላክኸውንም ኢየሱስ ክርስቶስን ያውቁ ዘንድ ይህች የዘላለም ሕይወት ናት።” “Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti.” Yesus "Waaqayyo tokkicha akka ta'e, akkasumas, Waaqayyo akka isa erge osoo dubbatuu, kiristaanonni maaliif ati "Waaqayyodha" malee "ergamaa" miti jedhu? ➎. (Wangeela Yohaannis 12:44) “ኢየሱስም ጮኸ፥ እንዲህም አለ፦ በእኔ የሚያምን በላከኝ ማመኑ ነው እንጂ በእኔ አይደለም፤” “Yesus sagalee isaa guddisee "Namni anatti amanu, isa ana erge sanatti amana malee, anatti amana miti;” Yesus yemmuu dubbatu; na duukaa bu’uun keessan, Waaqayyo isa na erge duukaa bu’uudha malee, ana waaqeffachuuf miti jedhe. kiristaanonni maaliif bakka isaa malee ol fudhatanii Yesuusiin waaqeffatu? ➏. (Wangeela Yohaannis 5:30) “እኔ ከራሴ አንዳች ላደርግ አይቻለኝም፤ እንደ ሰማሁ እፈርዳለሁ ፍርዴም ቅን ነው፥ የላከኝን ፈቃድ እንጂ ፈቃዴን አልሻምና።” “Yesus itti dabalee, "Ani humna kootiin homaa gochuu hin danda'u; abbaa koo irraa akkan dhaga'etti nan farada; firdiin ani faradus qajeelaa dha. Anoo yaada koo duukaa bu'uu hin barbaadu, 'yaada isa ana ergee duukaan bu'a malee.” Yesuus humna ofiitiin homaa gochuu hin dandeenye akkamitti Waaqa ta'a? Waaqayyo "Elshadaay" ta'e fi Yesuus humna isaatiin waan tokko illee gochuu hin dandeenye akkamitti tokko ta'u? ➐. (Yohaannis 13:16) “እውነት እውነት እላችኋለሁ፥ ባሪያ ከጌታው አይበልጥም። መልእክተኛም ከላከው አይበልጥም።” “Dhuguma, dhuguman isinitti hima, hojjetaan isa isa hojjechiifatu irra hin caalu, inni ergames isa ergate irra hin caalu.” "Yesuus, ani ergamaa dha. ergamaan immoo Waaqa isa erge irra hin caalu" jechuun osoo dubbatuu, kiristaanonni akkamitti "ati Waaqa" jedhanii dirqamaan isa gabbaru? Bakka biraattis; "Abbaan ana caala" jechuun dubbateera. Waaqayyon isa hunda caalu dhiisanii ergamaa gabbaruun qalbii dhabuudha. ➑. (Maarqos 13:32) “ስለዚያች ቀን ወይም ስለዚያች ሰዓት ግን የሰማይ መላእክትም ቢሆኑ ልጅም ቢሆን ከአባት በቀር የሚያውቅ የለም።” “Yesus itti fufee, "Guyyicha sana yookiis yericha sana garuu abbaa koo duwwaatu beeka malee, ergamoonni waaqa irraa; ilmis, namni tokko illees kana hin beekan.” Yesus guyyaan kaafamaa yoom akka ta’u hin beekne jedhee himaa jira. Waaqayyo tokko qofatu ishee beeka, ani hin beeku jedha. Kiristaanonni akkamitti Yesusiin akka Gooftaa waan hundumaa beekutti waaqeffatu? Kan waan hunda hin beekne, "Waaqayyo" ta’uu danda’aa? Mee itti yaadaa! https://t.me/Nuura_qalbii
إظهار الكل...
👍 3
Marti isin beekha Kan dhihoof halalaa Akkam jirta qomoo Yaa warra jaalalaa Sabboontoota oromoo Warra baha biiftuu Goota ilmaan Elemoo Harargee too jirtuu Dhiisaa humaa mitii Baga jiraattanii Lubbuun jaraannaanu Rakkoo agartanii Akkanatti hin haftuu Obsaa numa dabraa Namaan miidhamtanis Rabbi isin gargaaraa
إظهار الكل...
💔 8💯 4👍 2
https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_2074778048 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
إظهار الكل...