cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Garee Suparvaayizaroota Barnootaa A/Qumbii

Time is gold Barumsi bu'uura dinagdee biyya tokkooti,kanaaf wallaallummaa dhabamsiisuuf haa tumsinuu!!!

إظهار المزيد
فنلندا2 407لم يتم تحديد اللغةالتعليم57 716
مشاركات الإعلانات
1 691
المشتركون
+2024 ساعات
+287 أيام
+20630 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

@Hojiif Bakka Kenninee Yoo Hojjenne Hanga Hojjetamuu Qabu Inuma Hojjenna.Osoo Bira Teenyuu Sababa Kufaa Dhiyeessuun Hafuu Qaba.Osoo Jirruu Duguggannee Hojjechuu Qabna.Ergamni Barnootaa Kamuu Nuuf Dhimma Jiraachuu fi Jiraachuu Dhabuuti. "Kannifni Bakkuma Nuti Waan Sasalphaa Hojjechuu Dadhabnee Shorroqnutti DAMMA Hojjechaa jira" ilbisni Xiqqoon Yommuu Nu Caaltu......
إظهار الكل...
Hoggansi boondii kana karoora keessan hin xumurin hoggansa taatanii akka wajjiin itti fufuu hin dandeenye hubadhaa
إظهار الكل...
Duub-deebii B. boondii M.b 2016.docx0.18 KB
Photo unavailableShow in Telegram
👍 1👏 1
#BARNOOTA_GANNAA Barsiisotaaafi Hoggansa MB #Leenjii_Gannaa_Hin_Xumurin Yunivarsiitiwwan Xumursiisuu Akka Qaban Kallattiin Kaa'ame. ---------------------- BBO- 14/10/2016 Barsiisotniifi Hoggansi Manneen Barnootaa #Sagantaa_Gannaatiin_Yunivarsiitiiwwan_adda_addaa_keessatti_sadarkaa_barnoota_isaanii_fooyyeffachuuf_leenjii_fudhataa_turan, sababa weerara COVID-19 fi Qormaata Barattoota Kutaa 12ffaa Yumivarsiitoota keessatti kennamaa tureen #addaan_kutanii_turan_hundi_Ganna bara 2016 irraa eegalee leenjii foyyeffannaa sadarkaa barnootaa isaanii akka xumuruu qaban Ministeerri Barnootaa xalayaa Waxabajjii 13/2016 Yunivarsiitiiwwan adda addaatiif barreesseen beeksiseera. Kanaafuu,Barsiisotniifi Hoggantootni Mannaan Barnootaa #kanaan_dura_sadarkaa_barnootaa_keessanii fooyyeffachuuf_Leenjii_Gannaa_Yunivarsiitiwwan_adda_addaa_keessatti_jalqabdanii_otuu_hin_xumurin_haftan_hundi leenjii keessan akka itti fuftan kallattii kaa'ameen hordoffii akka taasiftan jechaa, xalayaa Ministeerri Barnootaa barreesse ilaalaa.
إظهار الكل...
👍 2
IMG_20240619_101432_9.jpg1.93 MB
03:14
Video unavailableShow in Telegram
VID_20240619_101530.mp4393.02 MB
IMG_20240619_101332_2.jpg1.07 MB
IMG_20240619_101454_1.jpg1.17 MB
IMG_20240619_101615_457.jpg11.82 MB
👍 1
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.