cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Waanofii Media Network

Kubbaniyaan Aksiyoona Waanofii Gaaddisa hawaasummaa, misoomaaf dinagdee keenya jalatti cimsannu!

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
206
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
+17 أيام
+130 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Gidduu-Gala Qorannoo Qonna Amboo fi Gidduu-gala Qorannoo Qonna Ginciitti argamuun saayinsaa oomisha nyaata handaaqoo, beeyladaa fi nyaata loonii irratti leenjii derree gadi fageenyaan fudhannee jirra. Dabalataanis daaggarsa ogummaa barbaachisu hunda nuuf taasisuun nu gahoomsuuf qophii ta'uu isaanii nuuf ibsanii jiru. Haala kana nuuf mijeessuun gargaarsa barbaachisu kanneen nuuf gochaa jiran addatti Dr. Girmaa fi Dr. Tasfaayeef maqaa boordii kubbaaniyaa keenyaan galata addaa isaaniif qabna.
إظهار الكل...
🙏 3
Gidduu-Gala Qorannoo Qonna Ambootti Gidduu-gala Qorannoo Qonna Ginciitti Argamuun argamuun nyaata saayinsaa oomisha nyaata handaaqoo, beeyladaa fi nyaata loonii irratti leenjii derree gadi fageenyaan fudhannee jirra. Dabalataanis daaggarsa ogummaa varbaachisu hunda nuuf taasisuun nu gahoomsuuf qophii ta'uu isaanii nuuf ibsanii jiru. Haala kana nuuf mijeessuun gargaarsa guddaa guddaa kanneen nuuf gochaa jiran addatti Dr. Girmaa fi Dr. Tasfaayeef maqaa boordii kubbaaniyaa keenyaan galata addaa isaaniif qabna.
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
01:25
Video unavailableShow in Telegram
34.46 MB
02:13
Video unavailableShow in Telegram
53.91 MB
Hojii gaggeesitoonni Kubbaaniyaa keenyaa Insitiitiyuutii Qorannoo Qonnaatti Gidduugaleessa Qorannoo Qonnaa Baakkoo daawwachuun muuxannoo gudduugalicha waliin ta'uun beekumsa, muuxannoo fi bu'aalee qorannoo gidduulacha irraa argaman qooddachuun garahojiitti jijjiruuf waliigaltee godhanii jiru. Bulchiifnii fi Beektonni(ogeeyyiin) Insiituyuutichaa carraa of harkaa qaban hundaan Kubbaaniyaa keenya bira dhaabbachuun deegarsa ogummaa fi techniliijii of arkaa qaban kamiinuu nu deegaruuf waadaa nuu galanii jiru. Qaata Ceene!
إظهار الكل...
👍 5 3👏 1
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.