ar
Feedback
ABBI TECH

ABBI TECH

الذهاب إلى القناة على Telegram

Chaanaalii "ABBI TECH" ✅ Games ✅ APPS ✅ Programming ✅ Tech News ✅ Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❤️ Join & Share with your friends! 📥 Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et

إظهار المزيد
4 719
المشتركون
-624 ساعات
-247 أيام
-10030 أيام
أرشيف المشاركات
Dizaayinerri dureettiin beekamtuu addunyaafi barreessituun #Crisda _Rodriguez, Dhukkuba #kaanseriitiin qabamtee du'uu isheetiin dura #qabsiisa ishee irratti akkas jechuun barreessitee turte. 1) Konkolaataawwan qaalii addunyaa kanarra jiru jedhaman keessaa tokko bakka suphiinsaakoo(Garaaaajiikoo) keessa dhaabbatee jira. Amma garuu #Wiilsheriidhaanan socho'a. 2) Manakoo keessa uffataawwaniifi kopheewwan qaqqaalii dizaayineroota fifilatoomaatiin hojjetaman hedduutu jiru. Amma garuu #erbee haphii Hospitaalaa naaf kennamteenin qaamakoo haguuggadhee jira. 3) Akkaawontii Baankii koorraa #qarshii hamma barbaachisuu olittin qaba. Hamma garuu itti fayyadamuu hin danda'u. 4) Mannikoo mana gosa #Palace jedhamuuti. Amma ani garuu kutaa xiqqoo hospitaalaa keessaa naaf kennamte kessa #Siree xiqqoo tokkorran ciisa. 5) Dubartiin dur Hoteela abbaa Urjii shanii tokkorra gara isa kan biraatti akka feetee deemtee bashannantu, har'a Hospitaalichuma keessaa kutaa #Laaboraatoorii isa tokkorraa gara kutaa Laaboraatoorii isa kan biraatti oliif gadi jooruun dirqama anatti ta'eera. 6) Dur namoonni dhibbootaan lakkaa'aman guyya guyaatti nuuf mallatteessi jedhanii na rakkisu turan. Har'a garuu #Ogeessi(Dr) ana wal'aanu, guyyaa tokkollee naaf mallatteessi jedhee na gaafatee hin beeku. 7) Almaazotaafi warqeewwan qaqaalii ta'an kan an mataakoo ittiin miidhagfadhu gosa torban qaban ture. Amma garuu kana gochuu hin danda'u. #Rifeensa hin qabu waanan ta'eef. 😎 Dur Xiyyaara dhuunfaa kootiitiin qofaakoo addunyaarraa iddoon barbaade deeman ture. Amma garuu yeroon socho'uu barbaaduyyuu, #gargaarsi namoota lama dirqama na barbaachisa. 9) Dur guyyaa guyyaan nyaatawwan filataman kan gosa #Biiffee jedhamaniin sooradhan ture. Amma garuu nyaannikoo guyyaatti #qoricha Tabileetti Firee lamaafi coba #Ashaboo xiqqoo kan galgala naaf kennamtuudha. Qabeenyi kun hundiifi gammachuun durii sun hundi garuu amma na fayyisuu hin dandeenye! Dhuguma jireenya dhugaa jechuun, Waaqaa wajjin jiraachuufi abboommii isaafis bitamuu jechuudha. . Kan Barreesse 👇 Lataan Kan Addaamuuti Kanan dubbiserraa! @Abbi_Tech

Biyyoota Ulaagaa Qabanii fi Sagantaa Qo’annoo Iskoolaarshiippiin bara barnootaa 2023/2024 kan kennamu lammiilee biyyoota armaan gadii qofaaf: Bosniyaa fi Herzegovinaa, . Kaamboodiyaa, . Itoophiyaa, . Joorjiyaa, . Moldoovaa, . Yukireen, . fi Zaambiyaa ta’uu ibsameera. Iskoolaarshiippiin kun barnoota lammiilee biyya alaa biyyoota sadaffaa guddachaa jiran irraa dhufan beeksisuuf qofa kan ooludha. Kanaafuu, lammiin Rippabiliika Cheek, yookaan lammii Gamtaa Awurooppaa, yookaan lammii biyya alaa kamiyyuu naannoo Rippabiliika Cheek keessatti hayyama jireenyaa dhaabbataa qabu kamiyyuu, kanaaf, scholarship gaafachuu hin danda’u. Iskoolaarshiipiiwwan Mootummaa jedhaman kun dheerina barnootaa sadarkaa isaa eeggate akka uwwisaniif kan qophaa’anidha: in Sagantaa qo’annoo Maastarsii Hordoffii dabalataan koorsii qophii afaan Cheek waggaa tokkoo (kan leenjii dirree addaa biroo wajjin walitti makamu). Iskoolaarshiippiin mootummaa gosa kanaa sagantaalee digirii jalqabaatiin eebbifamaniif kennama. Sagantaa qo’annoo naannoolee qo’annoo filatamoo ta’an irraa qofa galmaa’uu kan danda’an yoo ta’u, barnoonni afaan Cheekiin itti kennamu qofa. Akkaataa gosa barnootaa irratti hundaa’uun iyyattoonni akka idileetti qormaata seensaa yunivarsiitii dhimmi ilaallatu keessatti taa’uu qabu. Qormaata seensaa milkaa’inaan darbuun badhaasa scholarship argachuuf haal-duree ta’a; sagantaa qo’annoo Mastersii Hordoffii ykn sagantaa qo’annoo Doktarummaa keessatti. Iskoolaarshiippiin mootummaa gosa kanaa sagantaa qo’annoo Bachelor ykn Master irraa eebbifamaniif, akkaataa wal duraa duubaan, sagantaa qo’annoo afaan Ingiliffaatiin barsiisuudhaan galmaa’aniif kennama. Iyyannoo Dhiyeessuu fi Yeroo Xumuraa Tokkoon tokkoon iyyataa yoo xiqqaate hanga Adoolessa 30 bara 2022tti unka iyyannoo elektirooniksii guutuuf dirqama qaba.Iyyataan milkaa’e bara barnootaa 2023/2024tti barachuu jalqaba. Odeeffannoon bal'aan haalawwanii fi dambiiwwan badhaasa scholarship irratti kenname "Qajeelfama Kenniinsa Iskoolaarshiipii Mootummaa Rippabiliika Cheek" kan dirqama qabu keessatti, afaan Cheek fi Ingiliffaan ba'e: Afaan Cheek: @Abbi_Tech

Password kompiitara namaa akkamiin cabsuu dandeenya ? CMD fayyadamuun akkamiin kompiitara namaa password isaa cabsuu dandeenya ? Kana gochuuf jalqaba ... 1.Compiitaricha Start jenna 2.Bakka Search godhamutti CMD jennee barreessuun search goona 3.Command prompt kan jedhurratti righ click tuquun Run as administrator kan jedhu filanna 4.User account control... yes or No sanduuqa jedhu...yes jenna sana booda iskiriiniin kompiitarichaa gurraacha'a 5.net user jechuun enter tuqaa Fayyadamtoota kompiitara sanaa siniif tarreessa,itti aansuun fayyadamtoota jiran keessaa tokko filattu fkn..fayyadamaan Tolasaa jedhamu otuu jiraate net user Tolasaa 1234 Jettanii yeroo barreessitan The Command completed succesfully kan jeshu siniif dhufa Kana jechuun password haaraan 1234 ta'eera jechuu dha. 6.Exit jettanii yeroo barreessitan cmd'n ni cufama Xumurameera amma password keessan isa haaraa galchuun kompiitaricha banattu ♻️JOIN AND 🔗SHARE ╔════════════╗ 🧑‍💻JOIN: @Abbi_Tech 🧑‍💻START: @Oro_Apps_Store_Bot ╚════════════╝ ⇲

👉sketchware Pro👈 ✅Beekumsa Koodii/programming tokko malee application mataa keessanii hojjachuuf isin gargaara. ⚡️Pro apk. ♻️JOIN AND 🔗SHARE ╔════════════╗ 🧑‍💻JOIN: @Oro_Tech_Tips 🧑‍💻START: @Oro_Apps_Store_Bot ╚════════════╝ ⇲

የቅዳሜ ምርጥ ጨዋታ ማን ያሸንፈል ብላችሁ ትገምታላችሁ? ለማንስ ይወራረዳሉ? አሁኑኑ በቤትኪንግ ይወራረዱ ያሸንፉ! 21 በሃላፊነት ይጫወቱ!
የቅዳሜ ምርጥ ጨዋታ ማን ያሸንፈል ብላችሁ ትገምታላችሁ? ለማንስ ይወራረዳሉ? አሁኑኑ በቤትኪንግ ይወራረዱ ያሸንፉ! 21  በሃላፊነት ይጫወቱ!

ቤትኪንግ ሽልማቶችን ይዞ መቶል፣ ወደ ማህበራዊ ገፆቻችን በመሄድ የተለያዪ ሽልማቶችን ተሸላሙ!21 በሃላፊነት ይጫወቱ!
ቤትኪንግ ሽልማቶችን ይዞ መቶል፣ ወደ ማህበራዊ ገፆቻችን በመሄድ የተለያዪ ሽልማቶችን ተሸላሙ!21  በሃላፊነት ይጫወቱ!

ተመዝግበው የመጀመሪያ ምድቦን 3 አይነት 1.3 ነጠብ ያላቸው ምርጫዎች ላይ ሲመድቡ ነጻ የ20 ብር ቦነስ ያገኛሉ። 21 በሃላፊነት ይጫወቱ!
ተመዝግበው የመጀመሪያ ምድቦን 3 አይነት 1.3 ነጠብ ያላቸው ምርጫዎች ላይ ሲመድቡ ነጻ የ20 ብር ቦነስ ያገኛሉ።     21 በሃላፊነት ይጫወቱ! 

FreelanceEthiopia (Afriwork) በትርፍ ሰዓትዎ ከሚሰርዋቸው ሥራዎች ጀምሮ እንደ ትምህርት ደርጃዎ፣ የሥራ ልምድዎ እና ፍላጎትዎ በሁሉም አይነት ዘርፎች ሁሉንም አይነት ሥራዎች በአንድ
FreelanceEthiopia (Afriwork)  በትርፍ ሰዓትዎ ከሚሰርዋቸው ሥራዎች ጀምሮ እንደ ትምህርት ደርጃዎ፣ የሥራ ልምድዎ እና ፍላጎትዎ በሁሉም አይነት ዘርፎች ሁሉንም አይነት ሥራዎች በአንድ ቦታ ያገኛሉ።

እንደ መብረቅ የፈጠነ የገንዘብ ወጪና ታላላቅ ሽልማቶች ከእግር ኳስ ጋር ተመልሰዋል፡፡ 21 በሃላፊነት ይጫወቱ!
እንደ መብረቅ የፈጠነ የገንዘብ ወጪና ታላላቅ ሽልማቶች ከእግር ኳስ ጋር ተመልሰዋል፡፡ 21  በሃላፊነት ይጫወቱ!

ደማቁ የእግር ኳስ ጊዜ ተመልሷል!! 🎉የሚወዷቸው ቡድኖች፣ የሚያደንቋቸው ተጫዋቾች፣ የምትናፍቋቸው ደጋፊዎች ተመልሰዋል፡፡እየተዝናናችሁ በቤትኪንግ ተወራረዱ! ዝግጁ ናችሁ? 21 በሃላፊነት ይጫወቱ!@
ደማቁ የእግር ኳስ ጊዜ ተመልሷል!! 🎉የሚወዷቸው ቡድኖች፣ የሚያደንቋቸው ተጫዋቾች፣ የምትናፍቋቸው ደጋፊዎች ተመልሰዋል፡፡እየተዝናናችሁ በቤትኪንግ ተወራረዱ! ዝግጁ ናችሁ? 21 በሃላፊነት ይጫወቱ!@BetKing_Ethio

⚙Turtii dhagaa bilbila keenyaa hamma tokko fooyyeessuuf. 🧩 Jalqaba appi chargi keessan hedduminaan fayyadamu adda baaftanii beekuun, kan hin barbaachifne, uninstall gochuu. 🧩 Appiilee akka, Twitter, instagram, fb,messanger,E-mail fa'a banttii dhiisuu dhabuu. 🧩 Bluetooth, WiFi, Gps/location bantanii dhiisuu dhabuu, keessattu gps. 🧩 wallpaper socho'aa fayyadamuu dhabuu. 🧩 Brightness bilbila hir'isuu. 🧩 Turtii bilbila waliin qabdan, keessattuu waan akka dataa, vidiyoo dhedheeroo, game fa'a hir'isaa fayyaadhaafi hir'isuun gaariidha. 🧩Chargera filatamaa fayyadamaa. 🧩 Xumuura irrattii charge yeroo gootani irraa buqqiftan hamma 100 guutuu hin eeginaa, ammas yeroo charge irra keessan hamma 15 gadi dabree 0 ta'uu hin eeginaa. ♻️JOIN AND 🔗SHARE ╔════════════╗ 🧑‍💻JOIN: @Abbi_Tech 🧑‍💻START:@Abbi_Tech ╚════════════╝ ⇲

የኪንግስ ጥቅልን እናስተዋውቅዎ! በማንችስተር ዩናይትድ ፣ ማንችስተር ሲቲ እና አርሰናልን ብለው ይወራረዱ እና ሁሉንም ለማሸነፍ ይጫወቱ ። በትላልቅና በማይታለፉ የኦዶች ጭማሪ እየተደሰቱ ያሸንፉ። አ
የኪንግስ ጥቅልን እናስተዋውቅዎ! በማንችስተር ዩናይትድ ፣ ማንችስተር ሲቲ እና አርሰናልን ብለው ይወራረዱ እና ሁሉንም ለማሸነፍ ይጫወቱ ። በትላልቅና በማይታለፉ የኦዶች ጭማሪ እየተደሰቱ ያሸንፉ። አሁኑኑ ይወራረዱ! 21 በሃላፊነት ይጫወቱ!

Shere

AnimatedSticker.tgs0.02 KB

Website kan fayyadamuun kubbaa miilaa Afaan Ingiliiffaa fi Afaan Arabic Lalu dandeessan 👇 King-shoot.tv(this one is better )

🆔 Applock – Fingerprint Premium v1.45 ♻️App kana fayyadamnee appilkeeshinoota bilbila keenyarra jiran password/pattern dhaan cufuu dandeenya. Akkasumas, bilbilli keenya ashaaraa yoo qabaate saniin fayyadamuu dandeenya. 📢 @Oro_Apps

🥳🥳🥳Bot Haaraa Appilkeeshinoota baay'ee bakka tokkotti irraa argattan!😱 👌🏾Kaffaltii tokko malee bilisaan👌🏾 🤖Bot Link👇👇👇👇👇👇👇 👉 https://t.me/Oro_Apps_Store_Bot 👉 https://t.me/Oro_Apps_Store_Bot 👉 https://t.me/Oro_Apps_Store_Bot 🙏Hiriyoota keessaniif #share gochuu hin dagatinaa!👍 @Abbi_aabot @Abbi_Tech

🥳🥳🥳Bot Haaraa Appilkeeshinoota baay'ee bakka tokkotti irraa argattan!😱 👌🏾Kaffaltii tokko malee bilisaan👌🏾 🤖Bot Link👇👇👇👇👇👇👇 👉 https://t.me/Oro_Apps_Store_Bot 👉 https://t.me/Oro_Apps_Store_Bot 👉 https://t.me/Oro_Apps_Store_Bot 🙏Hiriyoota keessaniif #share gochuu hin dagatinaa!👍