cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

GAADDISA SABAA

QABIYYEE CHANALA KANAA! ══════════════════ ➮ Odeeffannoo Barnootaa 👩‍🏫 ➮ Waliin Dubbii Barattootaa🗣 ➮ Kitaaboota kutaa 1-12 📚 ➮ Wal Barnoota Barattootaa 🤝 ➮ Sagalee Barattoo keenyaa💪 ➮ Work sheet Barattoota 📝 ➮ Kitaaboota dabalataa📕

إظهار المزيد
فنلندا629لم يتم تحديد اللغةالتعليم14 976
مشاركات الإعلانات
10 201
المشتركون
-524 ساعات
-47 أيام
+21030 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Repost from GAADDISA SABAA
Guyyaa 4 qofaatu hafe warri ammayyuu hin jalqabin jirtan Tap Tap godhaa May 30 booda carraan maallaqatti jijjiiramuu isaa baldhaadha. #Hub: Ammatti SwapTap malee ani kan biraa wantin beeku hin jiru kan biraa taphachuus hin barbaadu baay'een isaanii fake waan ta'aniif. Ni yaadattu yoo ta'e Not Coin abbaan Telegram waan harka keessaa qabuufan amane dhugaas ta'e. SwapTab kanas akka amannu kan nugodhu kan SOLANA ta'uu isaati. SOLANAN ammoo durumaanuu(2020) irraa eegalee gabaa Crpto Currency keessa jira. Asiin seenaa Start godhaatii hamma dandeessan taphadhaa. Tartiiba isaa. 1. Linkii gadii kanaan seentu 2. Bot isinii dhufu start gootu. 3. Start now kan jedhu sana tuqxu. 4.wanta isinii fidu sana taptap gootu. sanaan booda coin sana isiif lakkaawa .jabaadha. https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_1309068252 🎁 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_1309068252 🎁
إظهار الكل...
👍 2
إظهار الكل...
Oromia Education Bureau

Oromia Education Bureau is strongly working on improvement of quality education in Oromia Regional State and all over the Country.

#Barattoota_kutaa_6ffsafi_8ffaa Qormaata Naannootiif qopheessun(#shaakalsiisun) murteessaadha jedhame. ------------------- BBO- Caamsaa 17/2016 Qormaata xumura sad. 1ffaa(Kutaa 6ffaa)fi giddu galeessaa( kutaa 8ffaa) naannoo bara 2016 torban lama boodaa kennamu ilaalchisee barattootaa kutaa 6ffaafi 8ffaa gamanum shaakalsiisun barbaachisaa ta'uun himameera. Qormaata moodeela kutaa 6ffaafi 8ffaa guyyaa 14-16/2016 akka waliigalatti kenname kennamee ture bu'uura gochuun keessattuu, barattootni kutaa 6ffaa qopheessuun/shaakalsiisuun murteessaa jedhameera. Qabxiileen irratti xiyyeeffatamu qaban keessaa gurguddoon; #Maqaa_guutuu_qubee guddaan(capital letter) fayyadamuun barreessuu, #Godina/magaalaa, aanaafi maqaa mana barnootaa, #Lakk. galmee(Admission Number) #Koodii_Akaakuu_Barnootaa(Subject Code) #Deebii_qormaataa saanduqa kenname keessatti of eeggannoon akka gurraachessan shaakalsiisuu, #Gaaffilee_dubbisuun yeroo murtaa'e keessatti deebii kennuu, _Saanduqa_gurraacha'uu qabu guutuusaa haalan gurraachessuu, #Haala_guutichaafi_gurraachessuu waraqaa deebii irratti taasifamu shaakalchiisuun hundaa'ol murteessaa ta'uu, #Gaaffii tokkoof deebiin kan deebi'u daqiiqaa tokko keessatti qofa waan ta'eef, gaaffii tokkoof daqiiqaa tokkoofi gaditti akka deebisuu danda'an shaakalsiisuu, #Akaakuu barnootaa tokkoof ss'aatii/daqiiqaa kennameef keessatti akka xumuruu qaban shaakalsiisuun barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa qorumsa naannootiif qopheessuu akka qaban hoggantootni waajjira barnootaa godinaalee adda addaa yaada kennaniiru. Kanaafuu, barattootni keenya qabxii gaarii akka galmeessisan hoggantootni manneen barnootaa, barsiisotniifi maatiin barattootaa barattoota shaakalchiisuufi tasgabbiin qormaata akka fudhatan daran jajjabeessuun keessan itti fufuu qaba jenna. #CARRAA_GAARII ! @Oromian_Education_Bureau @Oromian_Education_Bureau
إظهار الكل...
👍 8👏 5
#qormaata_biyyoolessaa #kutaa_12ffaa "Intarneetii irratti haleellaa saayibarii raawwachuun qormaata hatuuf hin yaalamu jennee hin eegnu. sana ittisuuf qophiin taasifameera" - Tajaajila Madaallii Barnootaa fi Qormaataa. Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa Interneetii / #online irratti gaggeeffamu hanna ittisuuf qophiin taasifamuusaa Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa beeksise. Daayirekatara olaanaa tajaajila kanaa Dr. Isheetuu Kabbadaa ibsa EBC’f kennaniin; "Addunyaa kanarra wanti rakkoo hin qabne hin jiru. Wanti hundi rakkoo/mudaa mataa isaa qabaata, garuu filannoon keenya dandeettii rakkoo kana littisuu ijaaruudha," jedhan. "Intarneetii irratti haleellaa saayibarii gaggeessuun qormaata hatuuf hin yaalan jennee hin eegnu,"  kan jedhan Daayirektarri kun, " "Dhaabbilee dandeettii qabaniin qophii barbaachisaa ta'e taasisaa jirra," jechuun beeksisaniiru. "Warri qormaata kana irratti burjaajii uumuu barbaadan miidiyaa hawaasaa irratti, akkasumas warri qormaata irratti duuluuf yaadaa jirtan, kun dhimma #siyaasaa, #amantaa akka hin taane beekuu qabu, barattoonni bor biyyatti ba’a akka hin taaneef irra deebiin yaaduu qabu" jechuun dhaamaniiru. @Gaaddisa_Sabaa @Gaaddisa_Sabaa
إظهار الكل...
👍 3💩 1
Guyyaa 5 qofatu hafe warri ammayyuu hin jalqabin jirtan Tap Tap godhaa May 30 booda carraan maallaqatti jijjiiramuu isaa baldhaadha. #Hub: Ammatti SwapTap malee ani kan biraa wantin beeku hin jiru kan biraa taphachuus hin barbaadu baay'een isaanii fake waan ta'aniif. Ni yaadattu yoo ta'e Not Coin abbaan Telegram waan harka keessaa qabuufan amane dhugaas ta'e. SwapTab kanas akka amannu kan nugodhu kan SOLANA ta'uu isaati. SOLANAN ammoo durumaanuu(2020) irraa eegalee gabaa Crpto Currency keessa jira. Asiin seenaa Start godhaatii hamma dandeessan taphadhaa. Tartiiba isaa. 1. Linkii gadii kanaan seentu 2. Bot isinii dhufu start gootu. 3. Start now kan jedhu sana tuqxu. 4.wanta isinii fidu sana taptap gootu. sanaan booda coin sana isiif lakkaawa .jabaadha. https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_1309068252 🎁 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_1309068252 🎁
إظهار الكل...
👍 5
Repost from Gola Aartii🎼
#Namoota_notcoin_gurguruu_barbaaddaniif Namoonni Notcoin hojjettanii gurguruu barbaaddanii fi namoonni #NOTCOIN hojjettanii garuu #toncoin,#USDT fi kkf itti isiniif jijjiramuu dide karaa telegram koo @Thinkpositive11 kanarratti  na qunnamaa. @Thinkpositive11 Dabalataanis gaaffilee garaa garaa yoo qabaattan group @bittaafgurgurtaa kana irratti na gaafadhaa. #Nagaan_bulaa @ifaatech #for_bright_technology_service
إظهار الكل...
TapSwap ilaalchisee wantoonni beekuu fi gochuu qabnu. 1. TapSwap'n akkuma Not coin crypto currency haaraa gabaa Dijitaalaa seenaa jiru ta'ee ammatti kan coin bilisaa bittinsaa jiruudha. Amanamummaan isaas kan Not coin gadi miti. Garu dhugummaan isaa 100% miti. 2. May 30 ibsi ni kennama. May be, akkuma Not coin'n amma gurguramaa jiru kana TapSwap'nis sana booda  gurguramuu jalqaba ta'a. 3. Akkam haa goonu? ✔Tarii akkuma Not coin sana dhugaa ta'uu waan maluuf ofii keenyaa gatii osoo hin itti hin baasin(yeroo yoo qabaanne) callifnee Tap Tap gochuudhaan coin bilisaa haa sassaabbannu. ✔Yeroo hunda harka keenyaan Tap Tap gochuun yeroo keenya qisaasessuu hin qabnu. Boast keessa gallee coin 200,000'n Tap Bot yoo bitanne yoo nuti offline taanes ofumaan taphata. ✔Task warra jalqabaa qofa hojjachuudhaan coin gara Miliyoona tokkoo walitti qabachuu in dandeenya. Task'n akka isiniif baay'atuufimmoo Application VPN on godhadhaa. #Hub: Task jechuun Telegram jaraa join gochuu fi Twitter isaanii follow gochuu faa yoo ta'u link Twitter isin gaafatu bantanii qofa yoo deebitan rakkoo hin qabu dirqama follow gochuu hin qabdan. Telegram jaraas join gootanii kaatanii erga task fixxanii booda leave gochuu in dandeessu. ✔ Boast keessa galaatii Tap guru (bonus) guyyaatti al tokko yoo isiniif bane tuqaatii dafaa dafaa Tap godhaa(Tap takka shaniin siniif baay'isa). ✔Boast keessa seenaatii coin qabdaniin; Multitap, Energy limit fi Recharging speed bitadhaa. ✔League tokkorraa isa itti aanutti yemmuu dabartan bonus waan qabuuf ishees claim godhaa. Warri kana dura hin eegalin link kanaan seenaatii 'Start" godhaa taphadhaa waan hin beekanii👇 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_1309068252 🎁 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_1309068252
إظهار الكل...
👍 2
👍 5
Mammaaksaa fi Jechamoota: https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_1309068252 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift Warren kanaan dura notcoin isin darbe amma carraa biraa qabdu link kana fayyadamuun qarshii hojjechuu ni dandeessuu...... arguun amanuudha! https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_1309068252 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_1309068252
إظهار الكل...