cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Darsii Usuulu salaasa

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
223
المشتركون
+124 ساعات
+17 أيام
+230 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Repost from N/a
Milkaawaan Namaa; Nama Rabbiin ﷻ Qur'aana qara'uutti,barachuutti,barsiisuu fii itti ta'aabuudhatti biizii isa godhuun isa khabajeedha. Kuni Mata galaa fii ijoo Hojii anbiyootaati ture. 💜
إظهار الكل...
Repost from N/a
Milkiin; Dhugumaan Rabbi ﷻ irratti irkachuufii ergasii Waan Rabbiin ﷻ siifii sirratti Murteesse jaalachuu kheeysa jirta. Silaa kakadhu jedhamee Wallahi irrattiin kakadha. 💜. اللهمّ ارزقنا صدق التّوكّل وتمام الرضى بقضائك💜
إظهار الكل...
Repost from N/a
Yaa Warra balbala Rayyaan; Ji'a Muharram keessa soommanuun Soomana ji'a Ramadaanaatti aansee irra Caalaa Soommanaati. Rasuulli ﷺ " Sooma Ramadaanaatti aansee irra caalaan soommanaa Sooma ji'a Muharrami. Salaata Dirqamaatti aansee irra caalaan salaataa; Salaata halkaniiti " jedhan. رواه مسلمٌ.💜.
إظهار الكل...
Repost from N/a
Ganna ganna yeroon fajrii fii asrii boodaa dheeraadha. Inni bareedaan; hifzii fii muraaja'aa subhii booda,kitaaboota dubbisuu fii mutuunoota ilmii haffazuudha. Yeroo boqonnaa dheeraa khana irraa fiirii buufadhu. Barattootaan baana.💜
إظهار الكل...
Repost from N/a
★|[ Gaafa gara namootaa irkachuun kee baay'atee isaan irra faayidaa khajeelte; balbala salphinaa fii hadhaawaa seentee jirta. Kanaaf jecha Nama gara rabbii isaa khajeellaa qabaate Rabbiin ﷻ Rahmataa fii tasgabbeeysa isaatiin isa bohaarseeti makhluuqa kadhachuurraa isaaf of gahee yeroo isaan kadhate didiinsa isaanitirraayillee nagaya isa baasa. Rabbiin ﷻ irkoo ari'aamaa hundaa fii bakka deebii darbamaa bakka dhabaa hundaati. Subhaanahu Al-barru Al-Rrahiim ]|*. 💜
إظهار الكل...
Repost from N/a
★. *|[Namni tokko gaafa gara rabbii haajomummaa isaa mul'ifatee isa kadhatee,walitti fufiinsaan kalaamaa allaahaatii ﷻfii kalaamaa rasuulaa ﷺ,kalaama sahaabootaa,taabi'ootaa fii imaamman muslimtootaa keessa gad lallaaluu baay'ise; Kharaan Qajeelloo isaaf banama. ]|*💜
شَيْخُ الْإِسْلَامِ ابْنُ تَيْمِيَّةَ - رَحِمَهُ اللَّهُ تَبَارَكَ وَتَعَالَى- 【 مجموع الفتاوىٰ (٥ / ١١٨)】
إظهار الكل...
Repost from N/a
★*|[ Dhimmoota Jaalala Allaahaa ﷻ Namaaf argamsiisan keessaa tokko; Sababoota biizii nama godhan kan Rabbii ﷻ fii qalbii addaan gaarraddu irraa fagaachuudha. ]|*💜.
[الإرشاد إلى صحيح الاعتقاد للشيخ الفوزان حفظه الله (صـ٨٨)].
إظهار الكل...
Repost from N/a
★. Nama Suurat Al ikhlaas,Suurat Al-Falaq fii Suurat Al-Nas Yeroo bariisifatee fii dhiisifate yeroo Sadii Sadii qara'e Sharrii fii hamtuu waan hundaa irraa isaaf of geeysi💜
خرجنا في ليلةِ مَطَرٍ وظُلْمَةٍ شديدةٍ نطلبُ رسولَ اللهِ صلى الله عليه وسلم لِيُصليَ لنا ، فأدركناه ، فقال : أصليتم ؟ فلم أقلْ شيئًا ، فقال : قلْ . فلم أقلْ شيئًا ، ثم قال : قلْ. فلم أقلْ شيئًا ، ثم قال : قلْ : فقلتُ : يا رسولَ اللهِ، ما أقولُ ؟ قال : قل هو الله أحد والمُعَوِّذَتين حينَ تُمسي وحينَ تُصبحُ ثلاثَ مراتٍ تُكفيك مِن كلِّ شيءٍ. الراوي : عبدالله بن خبيب | المحدث : الألباني | المصدر : صحيح أبي داود الصفحة أو الرقم: 5082 | خلاصة حكم المحدث : حسن
إظهار الكل...
Repost from N/a
★.*|[ Allaaha Allaaha! Yaa obboleewwan kiyya gorsa fii nasiihaa isiniif godhamtu fudhadhaa osoo guyyaan saaxilamuu fii salphifamuu hin dhufneen duratti ]|*💜
ابن الجوزي رحمه الله بستان الواعظين ٥٩
إظهار الكل...
Repost from N/a
★. Irra Caaltuu fii irra fayyadduun Zikrii kan qalbii fii arrabni irratti waliin argamee bakka tokkotti raawwatan,zikriin sun zikriilee Nabiyyii irraa kan taatee fii kan Namni zikrii godhu sun hiikkaa fii waan zikricharraa barbaadame qaamaa fii qalbiin gad lallaalaa bira jiraateedha. ]|*💜
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.