cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

😅Qoosaa™😅

Qoosaa dhaggeeffattee kolfuu ni feetaa? Egaa kottu channel kana join godhiitii taa'i kolfaa boo'i ʙ4 ᴜ ʟᴇᴀᴠᴇ ᴘʟᴇᴀsᴇ ᴛᴇʟʟ ᴜs ᴛʜᴇ ᴘʀᴏʙʟᴇᴍ😔

إظهار المزيد
فنلندا946لم يتم تحديد اللغةالفوضى والترفيه5 487
مشاركات الإعلانات
6 357
المشتركون
+324 ساعات
+217 أيام
+3130 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Tokko karaa irratti natti dhuftee na dubbiftee kaatee maal naan jette seetan "Waanin Si beeku natti fakkaate fuulli kee naaf haaraa miti" naan jette . .Animmoo maalin jedhe seetan Eeyyee my sister ergan dhaladhee kaasee fuuluma kanan fayyadamaa jira Jijjiiree hin beekun jedheen 😂🤣🤣 Join Us @qoosaa_oromo👏 @qoosaa_oromo👏
إظهار الكل...
😁 8
Gatiin Ton coin tokko doolara 7 ol bahaa jira yeroo dhihootti doolaara 10 ni seena jedhamee eeggama. Ton coin bilisaa tartiiba isiniif dhufu hordofuun kuffachuu dandeessu https://t.me/preton_drop_bot?start=7f0cdb6c-ce29-42f4-ae76-d131afd53bb4
إظهار الكل...
$PRETON DROP

Preton community: @preton_eng

https://twitter.com/preton_official

Warri telegramni kessan Premium ta'e not coin claim gochuu dandeessu. Kuun kessan eggadha. Hangasitti bootii haaraa TON coin irraa argachuu dandessan qabadhee dhufeera. Gatin Ton coin tokko kalessaa doolaara 7 gaheera ammas Ton Coin Bainance iratti list ta'uf waan ta'eef gatiin isaa hanga doolaara 10 gahuu danda'a yeroo dhihootti kanaaf dafaa walitti qabadhaa. Bootii TON COIN iratti hojechuu dandessan 👇 https://t.me/preton_drop_bot?start=7f0cdb6c-ce29-42f4-ae76-d131afd53bb4
إظهار الكل...
$PRETON DROP

Preton community: @preton_eng

https://twitter.com/preton_official

Kan ani jedhu🤔 Namichi jalqaba Aannan Argate, Harma Sa'aa bira maaltu isa geesse garuu😜🤔😳 @qoosaa_oromo
إظهار الكل...
🤔 7😁 5👍 2
Namoonni of tahuu hin dandeenye dhimma kee hojii manaasaanii godhatu🙄 @qoosaa_oromo @qoosaa_oromo
إظهار الكل...
👍 7😁 5
Soba guddaa miilaan ol ka'ee deemu tokko comment jalatti sobaa mee!😒
إظهار الكل...
😁 9👏 1
Addunyaan guutuun yaaddoo guddaa keessa galtee jirti.🥺 ✍️ Kaleessa national geographyn akka gabaasetti bofa takkaa mul'atee hin beeknetu argame. Bofti kun jalqaba yeroo dhalatu dheerina hamma cm 2 ga'a. Sekondii 4 gidduutti nyaata yemmuu nyaatu cm 5 Dabala.🐍😳 ✍️ Saayintistoonni addunyaas baay'een keemikaala garaa garaan ajjseesuuf yaalaniis ajjeesuu hin dandeenye. Bofti kun du'uu kan danda'u yoo ofiin of ciniine qofadha. Ilaaligaa amma utuma dheeratuu itiyooohiya ga'aa jechuudha. 🙃 ✍️ Kan baay'ee nama yaaddesuudha. 🐍 Biyyi bofi kun keessatti argamemmoo . . . 👉 Nokia 330 karaa Game kan jedhu jala galtee, Snake Xenzia game jedhamu keessatti argama. 🥴
إظهار الكل...
😁 13👍 1
Takka arra bilbiltee "ati ijaa fi gurra khiyyaa bar" naan hin jattu seetanii¡ Obboleeytii tiyya OMN jatteeti bibilte moo??😜 > share @qoosaa oromo ✅𝗝𝗼𝗶𝗻🌳@qoosaa_oromo😁
إظهار الكل...
😁 8👍 2
Ajaa'iba😂     Tokkotu hospitaala dhukkubsattootni 4 keessa ciisan keessa siree qabatee ciisa.. Ganama dhukkubsattootni arfanuu baay'ee aadu turan sa'a booda garuu arfanuu callisani inni qofaansaa aaduun isaa Waan isa dhiphiseef..maal yoo jedheen gaariidha?. Jara keenya sababa dhufneef otoo irraanfachuu baannee gaarii mitii maalinni cal jechuun Hin jedhu seetanii...😂😂
إظهار الكل...
😁 11👍 4 1
Halkan Sa'atii 6 booda Nama hundumaaf Dv ni ilaalla! Haala Armaan gadiitiin barreessaa as jalatti ergadhaa 1, Confirmation Number 2, Maqaa Akaakayyuu 3 bara dhalootaa Hubachiisa Confirmation number keessan ergachuuf Nama 50 add godhuu qabdu! 👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Garee_qoosaa Dursitanii galm'uuf 👇👇👇👇 @Garee_qoosaa Irraa nu qunnamuu dandeessu Carraa gaarii hunda keessaniifuu🙏🙏🙏🙏🙏
إظهار الكل...
Garee Qoosaa🤣

Qoosaa dhaggeeffattee kolfuu ni feetaa🤣

👍 4