HUNDAAF CANCALA KEEYRII.
♻️Kaayyoon garee Kanaa الدين النصيه Diin irratti waan gaarii(nasihaa)Waliif dhaamuudha. Qophiileen keenya...👇👇👇 1.Gorsa gaggaarii, 2.Seenaalee Sahaabotaa,seenaa Garagaraa 3.Gaaffii Fi Deebii adda addaa Kan isiniif dhiyyeessudha. @Hundaafkeeyri11_bot
إظهار المزيدجاري تحميل البيانات...
Find out who reads your channel
This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.المشاركات | المشاهدات | الأسهم | ديناميات المشاهدات |
01 እኛንም ያረቢ....💙🥺
በእጃችን እኛም እንድንነካ
የረሱል ዚያራ እኛም ሄደን መካ
ያ ረህማን ወፍቀን 🙏❤️🩹
@Abdetaahmedd | 20 | 0 | Loading... |
02 Eid Mubarak again | 19 | 0 | Loading... |
03 Ka’abaa ykn Beytii Samii Keessaa Beektuu ?!
Akkuma warri ardii masjida qabu,samii keessas masida Malaa’ikaatu jira. Masjidni kuni Al-Beytul Ma’amuur jedhamuun Qur’aanaa fi Hadiisaan ifoome.
Beytiin guddichi samii torbaffaa irratti argamu kana RABBIIN Suurat Ax-Xuur keessatti ittiin kakate
(وَالْبَيْتِ الْمَعْمُورِ )
“ Mana -Beytal Ma’amuur- inis nan kakadha “
Suuraa Xuur { 4 }
Hadiisa keessattis Ergamaan RABBII ( Sallallaahu Aleyhi Wasallam ) akkana jedhan;” Gaafa gara samii ol fuudhame san… Gara Beytal Ma’amuur geeffame. Achumaan “ Yaa Jibriil “ kuni maali ? Jedhee gaafadhe. Jibriilis “; Kuni Beytal Ma’amuur jedhama. Guyyatti Malaa’ikootni kuma torbaatamatu seena. Yeroo carraa takka seenan,gonkumaa (Abadan) itti hin deebi’an “ naan jedhe !!!
Gabaasa Imaam Ax-Xabariin gabaasan keessatti,Ergamaan RABBII (Sallallaahu Aleyhi Wasallam ) akkana jedhan;” Beytal Ma’amuur masida samii keessaati. Kallattii Ka’abaa -Ardii irra jirtu- tanaan jira. Osoo -Beytiin samii keessaa sun- kan kuftu taatee,silaa isii tanarratti kufti… “
صحح إسناده العلامة الألباني مرسلا.
Argitanii? Beytiin makkaan jirtu tuni,kallattiidhaan isii gubbaan samii torbaffaa keessa beytiin biroo jirti.
Subhaanallaah!
Dura bu’aan Uumaa RABBII Ergamaan Keenya (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) gaafa samii bahan,yeroo samii torbaffaa irra gahan,manguddoo fuulaan isaan fakkaatu,kan beytii tanatti erkatee taa’u argan. Achumaan Jibriiliin “Kun Eenyu Yaa Jibriil !?” Jedhaniin. Jibriilis “Kun Abbaa kee Ibraahiimi. Dhaqii nagaya gaafadhu “ naan jedhe jedhan….
صلى الله وسلم على نبينا وعلى أبي الأنبياء أبراهيم الخليل.
https://shorturl.at/ftyKS | 64 | 1 | Loading... |
04 “ JANNATA keessatti lallaba tokkotu baha;” Yaa warra JANNATAA. Fayyaa malee dhukkubni isin hin tuquu muramte! Dargagummaa malee dulloomuun hin jiruu muramte! Jiraachuu malee duuti hin jirtuu muramte! Bashannanuu malee rakkoon hin jirtuu isiniif muramte “ jechuun lallabni baha jedhan Abbaan Qaasim Nabi Muhammad
صلى الله عليك وسلم !
Yaa fooqii jannataa kan biyyee fi dhakaan tokko keessa hin jirre warqii malee! Kan dhukkeen shittoo,kan biyyeen warqii!
Yaa bareeduma dubartii ganda sanii,kan xuriin gosa gosaa irratti hin argamne. Tan dubrummaan irraa hin dhumne!
Yaa Dhugaatii fi nyaata biyya sanii,kan fincaanii fi hagatti hin jijiiramne. Dafqa shittoo caala urgaa’u tahee fiilu.
Yaa Firaashaa fi afaa ganda sanii,kan kirriin keessa isaa faaya Istabraq jedhamuun hodhame,kan gubbaan maal hayya!?
“ Waan gurri hin dhagahin,waan ijji hin argin,waan sammuun namaa hin tilmaamin,Jannata keessatti walitti qabame “ jedhan Abbaan Faaximaa صلوات ربي وسلامه عليه
Har’i carraa dalagaati, bor ammoo badhasa galataati!
Yaa RAHMAAN tola keetiin Firdowsiin nu fidi.Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa
Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram: https://t.me/ummatiitube
Facebook: https://shorturl.at/lFU16
Youtube: https://shorturl.at/ftyKS
Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa! | 90 | 1 | Loading... |
05 #Hortee_gaarii
✍ Haadha manaatiin eegale, haati manaa tollaan, horteen ishee irraa daraarus midhaaga waan taheef.... 👇
﴿والذين يقولون ربّنا هَب لنا من أَزواجِنا وَذُرِّيّاتِنا قُرَّةَ أعيُنٍ﴾ [الفرقان: ٧٤]
“ Isaannan jedhan, Rabbii keenya dubartoota keenyarraa fi daraaraa keenyarraa dasii ijaa nuuf kenyi....” [Furqaan: 74}.
Rabbiin jaartii gaarii isiniif haa kennu.....
💐🌹 | 59 | 1 | Loading... |
06 #Sirkaa.....😢
Aamiin jedhaa...
👉 Nama isaan beelesse Rabbiin beela baraa Rabbiin isaaniitti haa buusu,
👉 nama isaaniitti mala baase Rabbiin isaan haa salphisu,
👉 Nama qe'ee isaanii irraa isaan buqiise, Rabbiin dachee itti haa dhiphisu....
Aamiin Yaa Allaah..... 🤲 | 67 | 1 | Loading... |
07 Loltoonni Falasxiinota naannoo Giddugaleessa Gaazaa keessa jiran kudhanootaan lakkaa’aman sirna awwaalchaa ajajaa hidhattootaa waraana Israa’eliin ajjeefame irratti hirmaatan. Loltoonni kunneen ajajaa isaanii isa kufe kabajuuf rasaasa qilleensa irratti biifatan kunis waraanni Israa'el naannoo #Gaazaa keessatti argamuu fi hordoffiin qilleensaa itti fufiinsa qabu ta'us. Gama biraatiin ammoo #Hamas haleellaa humnoota Israa'el Gaazaa magaalaa #Rafah irratti raawwatame galmeessee viidiyoo gadhiisee jira.
Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa
Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram: https://t.me/ummatiitube
Facebook: https://shorturl.at/lFU16
Youtube: https://shorturl.at/ftyKS
Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa! | 68 | 1 | Loading... |
08 Media files | 49 | 1 | Loading... |
09 Hojiiwwan Guyyoota Zul Hijjaa Kanatti Hojjetamuu Qaban Keessaa Shan:
1️⃣Soomu: Guyyoota Kanneen Keessa Soomu Yoo Danda’ame Guyyoota Zul-Hijjaa Irraa 1-9 Walitti Aansuun Soomu. Maalif? Soomni Mataan Isaa Qaama Hojii Gaariiti. Kana Malees, "Nabiyyiin (Saw) Guyyaa Sagali Zul-Hijjaa Soomana Turan."
2️⃣Zikrii Baay’isuu:- Faarfanna Rabbii (Alhamdulillah), Takbiira (Allahu Akbar), Tesbih (Subhanallah) Fi Tahlil (La Ilaha Illallah); Sagalee Isaa Ol Kaasuu Fi Zikroota Kana Tolchuu Jaallata Ibaadaa Isaan Yaadachiisuufi Maqaa Rabbii Ol Kaasuuf Hadiisa Abdullaah Ibnu Umar Dabarsan Keessatti Nabiyyiin (Saw) Akkana Jedhan Guyyoonni Rabbiin Biratti Guddaa Ta’anii Fi Hojiin Gaariin Guyyoota Kurnan Kana Caalaa Jaalatamaadha, Kanaaf Tahliila; Takbiiraa Fi Tahmida . Ulfinni Rabbiif Haa Ta'u! Laa Ilaha Illallah Walahu Akbar Walilahilhamd
3️⃣Salaata: Guyyoota Kanatti Salata Fardii Yeroodhaan Gara Masjiida Dhaquun Salaata Sunnaa Baay’isuun Guyyaa Hunda Gocha Jaalatamaadha, Garuu Guyyoota Kanatti Gocha Baay’ee Jaalatamaadha.
4️⃣Guyyaa ``Arafaa Soomu: Rasuulli (Nageenyi Isarratti Haa Jiraatu) "Nama Guyyaa ``Arafaa Soomane, Cubbuu Waggaa Darbee Fi Bara Dhufu Rabbi Dhiisaf Jedhan." (Muslim) .
5️⃣Sadaqaa Dabaluu, Qur'aana Qara'uu Fi Ibaadaa Biroo Baay'isuun Hojiiwwan Guyyoota Kurnan Kana Keessatti Cimsuu Qabnuudha.
Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa
Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram: https://t.me/ummatiitube
Facebook: https://shorturl.at/lFU16
Youtube: https://shorturl.at/ftyKS
Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa! | 59 | 1 | Loading... |
10 Obbolessi Gaachan ! Abuukii Rabbiin obsa si ha kennu.
#Ethiopia |~ Ustaaz Abubakar Ahmed.. sirna awwaalcha obboleessa bakka awwaalchaa Kolfeetti Rawwatame Jira . Rabbiin jannata isaaf haa kennu, du’aan hin irraanfannu, rabbi sabrii nuuf haa kennu..🤲
Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa
Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram: https://t.me/ummatiitube
Facebook: https://shorturl.at/lFU16
Youtube: https://shorturl.at/ftyKS
Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa! | 39 | 0 | Loading... |
11 ሁሉ ነገረቸው ወድሟል ግን አላህ ያመሰግናሉ ቤቶቻችንንም ከዚህ በተሻለ እንገነባለን እያለች ነው የእምነታቸው ጥንካሬ የሚገርም ነው አንድ ሰው ድንያ ላይ የቱንም ነገር ቢያጣ እምነቱን እስካላጣ ድረስ ሊታገሱት የሚችል ነው አላህ ለዚህ ህዝብ ያደረገለት ትልቅ ነገር እምነታቸውን መጠበቁ ነው | 48 | 0 | Loading... |
12 Wahiif yeroo laatuun gaariidha. Nama ati akka maleeykatti beeytu, ka sheeyxaanaatu jira. Nama ati sheeyxaanatti beeytu, ka maleeykaatu jira.
Waa hundaafuu yoo yeroo laatte, haga tokko adda baafatt. Sheeyxaanota bifa maleeyka uffatan hedduu saaxilta. | 45 | 0 | Loading... |
13 #Sirkaa.....😢
Aamiin jedhaa...
👉 Nama isaan beelesse Rabbiin beela baraa Rabbiin isaaniitti haa buusu,
👉 nama isaaniitti mala baase Rabbiin isaan haa salphisu,
👉 Nama qe'ee isaanii irraa isaan buqiise, Rabbiin dachee itti haa dhiphisu....
Aamiin Yaa Allaah..... 🤲 | 37 | 0 | Loading... |
14 Dargaggoota Itiyoophiyaa lama dorgommii Qur'aana idil addunyaatiin bu'aa olaanaa galmeessisaniif carraan Hajjii kennameera.
Dilbata, Caamsaa 24, 2016 Dhul Qa’daa 24 – 1445
Manni Maree Olaanaa Dhimma Islaamummaa Itiyoophiyaa Dargaggoota Itiyoophiyaa lama dorgommii Qur'aana idil addunyaa irratti bu'aa olaanaa galmeessisaniif carraa Hajjii kenneera. Abdul Wahab Ibraahim fi Muhammad Mahmud dargaggoota hajjii gochuuf viizaa argatan ta'uun ibsameera.
Manni Marichaa sirna Dilbata Caamsaa 24, 2016 waajjira kana keessatti gaggeeffameen dargaggootaaf arjooma kana beeksiseera. Dargaggoonni lamaan Hajjii raawwachuuf viizaa argachuu isaanii kan beeksise Pirezidaantii Sheek Hajii Ibraahim ture.
Dorgommii kana irratti biyyoonni 60 ol kan hirmaatan yoo ta’u, Abdulwahab Ibraahim ammoo Kiratal Asheriin tokkoffaa yoo ta’u, Muhammad Mahmud ammoo juz soddomaan lammaffaa ba’eera.
Dargaggoo Abdul Wahaab fi Muhaammad Waldaa Qur'aanaa Zayd Ibnu Thabit keessatti Qur'aana barachaa akka turan ni beekama. | 41 | 0 | Loading... |
15 🌴 Dhaamsa Ramadaana Boodaa...
❶. Somana kan Ramadanaatitu dhume malee.. Soomanni sunnaa kan Rabbitti si dhiheeysu hin dhumne.. hedduutu hafe.. jabeeyfadhu..
❷. Qur'aanni Ramadaana qofaaf hin buufamne. Yeroo Ramadaanan alaatis qara'amuu qaba.. Ramadaanni baheef qur'aana Rabbiitiin hin oodin..
❸. Masjiidni (manni Rabbii) Baatii Ramadaana qofaaf hin banamu.. Amata guutuuf banaadha.. Mana Rabbii keetii hin onsin..
❹. Salaatni niis yeroo soomana qofa waajiba hin godhamne.. Amata guutuu dirqamni isaa itti fufa.. Ramadaana qofa salaattee dhiisudhaan Rabbii khe fitti hin dallansiisin..
❺. Salaatni (dhaabbanni) leyliidhaatiis Ramadaana kheysa kharaa hin godhamne.. Ramadaanaan alattiis sunnaa akkaan jajjabduudhaatii.. iimaana keetiin tiyfadhu..
❻. Sunnaan witrii tiis sunnaa jajjabduudha.. wasiyyaa Rasuulaatii s.a.w.. dhaamsa Nabii keetii s.a.w harka itti maradhu.. itti ciniinnadhuu.. aadaa godhadhu..
❼. Rahima khe maxxanfachuunis abooradee Ramadaana qofaan sirraa hin dhumtuu quba qabaadhu.. Haqni isaanii amata guutuu ni jiraa.. yeroo hunda isaan ziyaaruu fi hariiroon teeysan tiyfachuudhaan Rahmata Rabbii arkadhu..
❽. Wasanni Rabbii (diliileen) Ramadaana kheeysa qofa hin haraamoytu.. akkuma ramadaana kheysa haraamirraa fagaattu daran Ramadaan alattiis wasana Rabbii keetii tiyfadhu..
❾. Adawwichi kheenya guddaan (sheyxaanni) hidhamuun isaa Ramadaana qofa akka tahees hubadhu.. Ramadaan alatti gad dhiifamaadha.. iimaana Ramadaana kheysa arkatte kana waraana godhachuun itti duuli.. qabsoo itti godhi.. Rabbii kheetiin gargaarsifadhu..
❿. Soomanaafi ibaadaa tee akka Rabbiin sirraa qeebalu kadhaa heddumeeysi.. // namni hedduun Ramadaani banaan akka waan isaaf qeebalamuun shakkii hin qabneetitti yaada.. mu'uminni garuu ni yaaddawa.. ummanni salafaa (gaggaariin nu dura dabran) ramadana booda ji'a jaha akka Rabbiin irraa qeebalu kadhatan.. atiis akka Rabbin sirraa qeebalu kadhaa heddumeeysi..
⓫. Namni Ramadaana soomanee shawwaalarraa jaha itti aanse.. akka nama amata guutuu soomaneeti ja'an ergamaan Rabbii s.a.w.. soomanuu hin dagatiin..
Guyyaa jahan walitti dhaabdee soomanuus ni dandeeysa.. addaan mummurtee somanuus ni dandeysa...
Rabbiin Nurraa haa qeebalu.. warra bara hedduu daddeebiee soomanu nu haa godhu...
Join 👇👇👇
https://t.me/hundaafkeeyri | 40 | 0 | Loading... |
16 WAA SADII" KANAN BOHAARAA!
*********
Waa sadii ilkaan malee nama nyaata
1 Yaada
2 Jaalala
3 inaaffaa
ILMI SADII
1 Kan abbaa caalu
2 kan abbaa dhaalu
3 kan abbaa dhaanu
Waa sadii waa sadiirraa eegan garuu isumaan eegan
1). Dargaggeessa shamarree irraa eegan garuu isumaaf eegan
2). Waraabessa harree irraa eegan garuu isumaaf eegan.
3). Dubarti gumbii irraa eegan garuu ishumaaf eegan
Waa sadii waa sadiin tola.
1). Haasawan hiriyaan
2). Hojiin karooraan
3). Jaalalli amanamummaan
Ani sadiin beeka sadii waaqatu beeka.
1). Hamman nama jaaladhu beeka,hamma namni na jaalatu waaqatu beeka.
2). Bor akkan hojjedhu beeka,waanan hojjedhu waaqatu beeka.
3). Akkan du'u beeka,guyya isaa waaqatu beeka.
Waa sadii hin dagatin
1). Eessaa akka kaate
2). Eessa akka jirtu
3). Eessa akka dhaqxuu.
Jaalalli waa sadii
1). Isa jaalateef HIV
2). Isa jaalatameef DV3,
3). Isa ilaaluuf DSTV
Waa sadii nu haa baraaru
1). Jaarsa dhugaa dabsu
2). Bishaan dhagaa cabsu
3). Nama nama arrabsu
GALATOOMAA!
https://t.me/hundaafkeeyri | 33 | 0 | Loading... |
17 Ilmi namaa hundii ni dogongoraa
Galanni khan warra dogongora
Kheenya nutti dhihaate nuuf himaniif
Akkasumas bakka nuti hin jirretti
Maqaa keenya gadi qabuuf warra hin yaadin galanni isaanan ofii deegarsa ofii isaanii dhoksanii
Nu irratti quba hin laatiniif
Galanni isaanan dogongora kheenya waan ittiin buhaaran
Khan hin godhatiniif galanni
Isaanan dogongora kheenya
Nuuf himanii akka sirreeffanu
Nu godhaniif galannii isaaniif......🙏
@dubartiimuslimaa | 34 | 0 | Loading... |
18 Jannata keessa laga Al-Khowsar jedhamutu jira. Lagni kuni ija lamaan Jannata keessaa gara alaatti gadi dhangala’a. Bishaan achitti walitti qabamu Al-Howdh jedhama. Al-Howdiin kuni dirree Mahshar lafarra ciisa. Lameenuu laggeen Nabi Muhammadiif RABBI badhaasa aakiratti badhaasaaf qopheesse !!
Al-Howdiin kuni osoo siraaxa gama achi hin bahin siraaxaa asitti argama. Namuu laga san habbuuqqatee qoma dheebuun bobahe qabbaneessuuf achitti fiiga. Garuu Ummata Sunnaa isaanii qabate qofaaf hayyamni kennama.
Miidhaginaa fi guddina laga sanii Nabi wayta himan dhagahi;”
Lagni koo Al-Howdh,bal’inni isaa deemsa baatii tokkoo dheerata,bishaan isaa aannan caala addaata. Mi’aan isaa damma caala mi’aawa. Fooliin isaa miskii caala urgaa’a. Hedduminni kubbaayyaa (Glass) isaa baay’ina urjii samii caala. Namni laga san takka habbuuqqate,abadan hin dheebotu “
Jedhan
رواه البخاريّ
!!! Yeroo himanuu akkatti namatti tolu argitee !?
“ Nama Karaa Isaani Hordofe Bishaan Kowsar Irratti Wal Argu rabbi anu haa Godhu Aamiin . | 35 | 0 | Loading... |
19 Asalamualeykum waarahmattullahi waabaarakatu
Yaa ummata
محمد صلى الله عليه وسلم
Hikka Qur,ana surah an Naas
قُلْ اَعُوْذُ بِرَبِّ النَّا سِ( 1)
Jedhi Gooftaa namaattin maaganfadha
مَلِكِ ٱلنَّاسِ (2)
Mootii namaatti,
An-Nas 114:3
إِلَٰهِ ٱلنَّاسِ
Gabbaramaa namaatti,
An Nas 114.3
An-Nas 114 :4
مِن شَرِّ ٱلْوَسْوَاسِ ٱلْخَنَّاسِ
Hamtuu waswaasii dhokatuufi mul’atuu irraa,
An-Nas 114:5
ٱلَّذِى يُوَسْوِسُ فِى صُدُورِ ٱلنَّاسِ
Isa qoma namaa keessa waswaasu irraa,
An-Nas 114:6
مِنَ ٱلْجِنَّةِ وَٱلنَّاسِ
Jinniifi nama irraa kan ta’e (irraan maganfadha).”
👇👇 join my channel👇👇
@Hawwiiislamictube
@Hawwiiislamictube | 32 | 0 | Loading... |
20 Rakkoo meeqa qabna khan Rabbiif male ilma namatif himuun hin taane
imimmaan fuula Rabbii qofatti male gad naquun hin taanetu jira
Haajaa meeqa qabna khan Rabbi male ilmi nama nu furuu hin dandeenye
iccitii hedduu qabna khan Rabbiif male ilma namatif himuun hin taane...😔
Yaaa Allaah 🤲🤲🤲🤲🤲🤲💔💔💔 | 28 | 0 | Loading... |
21 Innaa Lillaah wa innaa ileyhi raaji'uun
Ustaz Abdulaxiif Aliyu Maiyaki ja'aniin. Yeroo hedduu maqaa #MuftiYaks jedhamuun beekkama.
Yeroo dheertuu ture joollummaarraa nama daa'waa godhaa tureedha. Umrii dargaggummaa tanaan gama fuula Rabbii deeme.
Eda Hospitaala Waliigalaa Abujaatti akhirame. Rabbiin jannatal firdowsiin isa haa qananiisu.
@DrZakirNaikAfaanOromoo | 32 | 0 | Loading... |
22 𝗛𝗮𝗮𝘁𝗶 𝗠𝗮𝗻𝗮𝗮 𝗧𝗲𝗲…. 🎊🎊🎊
𝟭. 𝗨𝘂𝗺𝗮𝗺𝗮 𝗥𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶𝗻 𝗞𝗮𝗯𝗮𝗷𝗮𝗮𝗻 𝗨𝘂𝗺𝗲
Rabbiin akkuma si bareechee kabajaan si uume, dubartiis kabajaan uume. Uumama Rabbiin kabaje salphisuun immoo wollaalummaadha.
𝟮. 𝗔𝗺𝗮𝗮𝗻𝗮𝗮 dha.
Rasuulli Rabbii (saw) Dubartiin Amaanaadha jedhan. Namni amantii qabu amaanaa Rabbiin isa irra kaaye ni eeggata. Maatii Isii guddise, firaa fi biyya isii hunda dhiiftee of siif kennitee si wajjiin galti. Ati immoo Bineensa daggalaa itti hin tahin.
𝟯. 𝗛𝗮𝗮𝗱𝗵𝗮 𝗜𝗹𝗺𝗮𝗮𝗻𝗶𝗶𝘁𝗶.
Haati ilmaan gaggaarii ati ittiin dhaadattuu haadhuma manaa tee tan ati tuffattu san. Lubbuu ofii kennitee ilmaan si badhaafte, dandeettu badhaasi. Dadhabdu kunuunsi, kabaji.
𝟰. 𝗝𝗮𝗮𝗹𝗮𝗹𝗮
Osoo isaan jiraachuu dhabaatanii bar, Anii fi Atis mana booyaa miilaan dhaabatee Magaalaa keessa deemu taanaa.
Jaalala Ati argataa jirtu kana bar, hedduun namaa dhabee rakkatee jira. Jaalala kenniif. Irraallee fudhu.
𝟱. 𝗚𝗮𝗯𝗿𝗮𝗮 𝗠𝗶𝘁𝗶
Haati Manaa bilisummaa qabaachuu qabdi. Haqni Isii eeggameefii gammachuun jiraachuu qabdi. Humnaan hidhamtuu kee hin godhiniin. Yoo dhiira taate jaalalaan hidhi. Waan Rabbii Isiitiin wal Isii dhabsiisu irraa yoo fagaatte, bilisummaa kenniif.
𝟲. 𝗛𝗼𝗷𝗷𝗮𝘁𝘁𝘂𝘂 𝗠𝗮𝗻𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶 𝗠𝗶𝘁𝗶
A. Hojiin haadha manaa keetii hojii hojjattuu manaa ta’uu hin qabu. Si gargaarti, si gammachiifti, siif bilcheessiti, xurii kee sirraa miicci, kana irraanuu firaa fi hiriyoota kee guurtee fiddee siif keessummeessiti.
B. Nama guyyaa guutuu ibiddaa fi dafqaan waddaa oolte galgala gammachuuf yoo eeggattu xiqqomallee namoomni sitti hin dhagahamuu?
C. Waan dandeettu hunda keessatti gargaari.
𝟳. 𝗪𝗮𝘆𝗮𝗮 𝗤𝗮𝗮𝗺𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗦𝗶 𝗔𝗮𝗻𝘁𝘂
Namni Isii Caala sitti aanu hin jiru.iccitii hedduu wajjiin qoodattan. Wanti iccitii walii himuun dhoorkaa ta’ee fi ulfaateef bar sababaadhaani.
Uffata qaamatti aansituu yeroo hunda uffattu immoo qulqullinaan eeggachuu qabda. Keessi Isaa yoo xuraa’e si nyaata, si hoosisa ykn dhibee sitti ta’a.
𝟴. 𝗨𝘁𝘂𝗯𝗮𝗮 𝗳𝗶 𝗜𝗳𝗮𝗮 𝗠𝗮𝗻𝗮𝗮𝘁𝗶
Manni ati mana kiyya jettee ittiin dhaadattu, osoo isiin jiraachuu baattee bar mana ifaan keessaa dhaame. Mana Utubaa hin qabne jechuudha.
𝟵. 𝗠𝗶𝗶𝗱𝗵𝗮𝗴𝗶𝗻𝗮 𝗧𝗲𝗲𝘁𝗶
A. Haati manaa tee rizqii Rabbiin siif katabee walitti isin fide.kitaaba keetii usii dubbisi.
B. Waan Rabbiin siif kenne immoo hin tuffatin. Hanga dandeettuun wajjiin midhaaguuf yaali.
C. Makiinaa ofii abbatu waldhaannata. Gabbiinaa gaarii keessa taa’uu yoo feete, Makiinaa kee qulqullinaan qabadhu.
𝟭𝟬. 𝗚𝗮𝗮𝗰𝗵𝗮𝗻𝗮 𝗛𝗮𝗿𝗮𝗮𝗺𝗮 𝗜𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗦𝗶 𝗜𝘁𝘁𝗶𝗳𝘁𝘂.
A. Dhugaa dubbachuuf osoo Isiin jiraachuu dhabdee, waan mataan si oowwuuf hin beektu. Pain killer tiyya jedhiin
B. Haati manaa tee hamtuu hedduu irraa ittiftee si keessummeessiti. Rabbiin galatoomfadhu.
C. Osoo haadha Manaa qabaachuu dhabdee bar, Ashaangulliitii Maasaa boqqolloo keessa qamisii uffatee dhaabatu hunda kajeeluus dandeetta.
D. Rasuulli Rabbii (s.a.w) Shittoo fi Dubartii ni jaaladha jedhan. Ati hoo maaf diina godhatta ree? Jaalalti tan Rabbiin Hayyama siif godhe qofa. | 41 | 0 | Loading... |
23 Namnni faayidaaf jedhee si
Jaallate yeroo wanni inni si
Jallateef suŋ dhume si dhiisee
Deema diiniif jecha khan si jaallate
Immoo yeroo hunda si jaallataa
Jiraata.
Ibnul qayyim rahimahullah
Bu'urii:- miftahu daaru sa'adah(114-1)
@hundaafkeeyri | 35 | 0 | Loading... |
24 Media files | 42 | 0 | Loading... |
25 #ትልቁ_ኪሳራ_ማለት_ይህ_ነው
ጀነት ስፋቷ የምድርን እና የሰማያትን ያህል ሁና ላንተ በሷ ቦታ ሳይኖርህ ሲቀር...ትልቅ ኪሳራ ነው።
እያንዳዳቹ ሁለት ቤት አላችሁ አንድ ጀነት ውስጥ አንድ ጀሃነም ውስጥ … ጀሃነም ከገባቹ ጀነት ውስጥ ያለውን ቤታችሁን የጀነት ነዋሪዎች ይወርሱታል።
ሶሂህ አልጃሚኢ 5675 | 41 | 0 | Loading... |
26 Osoo mana nama biraatiif hin kabin dura,jalqaba mataa keetii,mana kee utubadhu.
ila
Aqliin nagaa hin qabne,waan feete gootuuf,qeeqa kee malee,faaruu kee irraa hin dhageettuu,waan argitu xiinxallii gadi taa’i.
Jaaloo
Barattu carraadha malee inni homaa hin beeku, qabaattu ni hate malee,yeroo gabaabaa kanatti qabeenya akkanaa hin horatu,fuutee heerumtu immoo,namatu gargaare malee,inni haqa hin godhatu,isiin hangana hin geettu,jaalala namaa horattu,na argaaf malee,namni dhugaaf itti hin, seeqatu jechuu irraa uf duuba hin garagalanii itti dhiisi.
Obbolaa
Mootummatti siqe malee,namatu gargaare malee, sobee achi gahe malee,hatee hinjifate malee,kijibee harkatti galfate malee,nama ganee duroome malee, arraba mi’aahee sassaabbate malee inni as gahuu hin dandahu,isiin humna isiitii miti jedhamuun kee hin ooluu kana eegaa socho’i.
Namana
Aqliin gurguddoon,waan haarawa oomishtii beeki,Aqliin jiddu jireettiin,hujii irraa dubbattii laali,Aqliin xixinnoon,dhimma namaa irraa dubbataa ooltii xiinxallii,bakka si madaaluufi nama si madaalu wajji imali.
Hey
Lubbuun bakka lamatti qoodamtu hinjirtuu beeki, yookaa sammuu kee jalatti buluu,yookaa sammuu nama biraa jalatti buluu malee,hiree hiramuu hin qabduu beeki.
Yes
It's great to stand up for yourself.
©️Ustaaz Sufiyaan Usmaan
https://t.me/hundaafkeeyri | 43 | 0 | Loading... |
27 #Jaarsaa_fi_jaartii(Ijaarsaa fi ijaarsi)....
✍ Nama wajjiin jaartanii arrii wajjii filattan argachuun waan bareeda, garuu nama manguddomtanis caayaa ijoollummaa fi darggaggummaa bira kutte sana keessa si jiraachisu argachuun, kan duraa caala sirritti bareedaadha...!!
@Ibro
Nama akkasii Rabbiin siif haa hiru..... 👇
https://t.me/hundaafkeeyri | 32 | 0 | Loading... |
28 ilma Rabbitu namaa kenna,Mootummaan kan Rabbii guddaati,Shek Amiin ibroo Rabbitu badhaase,tolaafi badhaafamuu kana immoo,uumatti haadhaa abbaatu golaa gadi namaa guduunfaa mee iyyaafadhaa .
لله ملك السماوات والأرض يخلق ما يشاء يهب لمن يشاء إناثا ويهب لمن يشاء الذكور أو يزوجهم ذكرانا وإناثا ويجعل من يشاء عقيما إنه عليم قدير .
ila
Nama garii,Rabbiin gammachuu biyya lamaaniitiin barbaada,biyya lafaa irrattis,waan qalbiin isaa feete godhaaf,erga gama isaa godaanes,isaafi hortee isaatis nagaahafi qajeeltoo kenneefii badhaasa biyya lamaanii taasisaaf.
Jaaloo
Nabiin Rabbii (SAW)ilmi namaa waa Sadiin akka utubamu nuuf eeeanii jiruu xiinxalli,sana keessaa,ilma gaarii,kan mu’mina tahe,kan abbaa isaatii du’aa’ii godhu jedhee argi.
ولد صالح يدعو له
Ekaaa
Abbaa kabajamaa kan haftee Anbiyootaa tahee,ilmii dhaalee nama dhaalchisu qabaachuun,ilma kabajaa kan abbaa irraa ilmii dhaalee hawaasa itti yaamu argachuun,kan osoo lubbuun jiran walii tumsa bahanii gama Rabbiitti nama yaaman arguun kabaja Rabbiin nama badhaasee daawwadhuu,waa irraa baradhu.
Eeee
akka Anbiyootaa san,kabaajaa isiniin malu isinii haa kennu,MashaAllah ijji hamtuun isin hin argin.
عن ابن عمر رضي الله عنهما عن النبي صلى الله عليه وسلم قال: «الكَريمُ، ابنُ الكَريمِ، ابنِ الكَريمِ، ابنِ الكَريمِ يوسفُ بنُ يعقوبَ بنِ إسحاقَ بنِ إبراهيمَ -عليهم السلام.
Hey
Eebba kitaabaa yookaa dhaamsa kitaabichi dabarsu qofa osoo hin taane,nama hedduuf fakkeenya gaarii isaanii qofaaf irratti argamuun waajiba. | 27 | 0 | Loading... |
29 🍃قال النبي ﷺ : "خيرُ يومٍ طلعت عليه الشمس يوم الجمعة فيه خُلق آدم وفيه أدخل الجنة وفيه أخرج منها ولا تقوم الساعة إلا في يوم الجمعة"
رواه مسلم 854
🎈Ergaman rabbii S.A.W akkana ja'an "irra caalaan guyyaan aduun kessati baate guyya jummaati, guyyan jumma guyyaa abbaan kenya aadam uumame, guyya jumma guyya abban kenya AADAM jannata seensifame, akkasuma guyya jummata jannata kessa baafame, ammas guyyuma jumma qiyaaman dhaabbatti ja'e"
🍃 🍃 🍃🎋🎋🎋🎋
✏من سنن يوم الجمعة
✏Sunnaaleen guyya kana kessa dalaguun barbaachisa.
1-الإغتسال
👉Qaama dhiqachu
2-التطيب
👉WAAN urgaawu dibatu(shitto)
3-لبس الجميل
👉Uffata qabnurra irra baareda uffatuu
4-التسوك
👉ilkaan suwaakatu
5-التبكير إلى المسجد
👉Ganamaan gara masjida dhufuu
6-قراءة سورة الكهف
👉Suratul-khahfi qara'u
7-الإكثار من الدعاء
👉DUA'II heddumessu
8-الصلاة على نبينا ﷺ
👉Nabiirratti salawaata buusu
▪▪▪▪
➖🍃➖➖➖➖
👇👇 join my channel👇👇
https://t.me/hundaafkeeyri | 31 | 0 | Loading... |
30 ✨ FRIDAY REMINDER ✨
‣ Recite Surah al Kahf
‣ Send blessings upon the beloved Prophet ﷺ
‣ Perform Ghusl.
‣ Dress well and apply perfume (for men).
‣ Proceed to the mosque early.
‣ Sit closer to the Imam. Listen attentively to the Friday sermon.
‣ Make du'a in the last hour (i.e., after Asr).
اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد!
𝘖𝘩 𝘈𝘭𝘭𝘢𝘩, 𝘸𝘦 𝘢𝘴𝘬 𝘺𝘰𝘶 𝘧𝘰𝘳 𝘱𝘦𝘢𝘤𝘦 𝘢𝘯𝘥 𝘣𝘭𝘦𝘴𝘴𝘪𝘯𝘨𝘴 𝘶𝘱𝘰𝘯 𝘰𝘶𝘳 𝘱𝘳𝘰𝘱𝘩𝘦𝘵 𝘔𝘶𝘩𝘢𝘮𝘮𝘢𝘥 ﷺ.
#friday_reminder
𝗝𝗼𝗶𝗻 »» @hundaafkeeyri | 34 | 0 | Loading... |
31 #Jannah....
✍ Jannata keessa duuti hin jirtu; dhibeen hin jirtu; gaddaa f gadadoon hin jirtu; dhiphachuun hin jiru; nyaatanii mana fincaanii deemuun hin jiru.... gammachuu qofa...
Anaaf isinillee warra Jannataa nu haa taasisu Rabbiin....🤲
جعلنا الله وإياكم من أهل الجنة.
Join👇
https://t.me/hundaafkeeyri | 33 | 0 | Loading... |
32 "Gaazaa keessatti daa'imman akkamitti akka mataa muraman, namoonnis lubbuun akka gubaman ni argina".. Miseensi paarlaamaa Ispeen mootummaan biyya ishee hariiroo Israa'el waliin qabdu hunda akka kutu gaafatte.
Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram: https://t.me/ummatiitube
Facebook: https://shorturl.at/lFU16
Youtube: https://shorturl.at/ftyKS
Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa!#حرب_غزة | 34 | 0 | Loading... |
33 SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW | 26 | 0 | Loading... |
34 Bareedaa Aalamaa Nabi Muhammad
♡صلوات ربي وسلامه عليه♡
@hundaafkeeyri | 26 | 0 | Loading... |
35 ሀጅ ለማድረግ ለተነሳችሁ ወንድም እህቶች የሐጅ እና ዑምራን ድንጋጌዎችን ለመማር የሚረዳ ጠቃሚ አፕሊኬሽን ስለሆነ አውርዳችሁ ተጠቀሙበት።
@ahmedin99 | 27 | 0 | Loading... |
36 🔴 ውዱዑን አሳምረህ አድርግ!
ረሱል (ሰለላሁ አለይሂ ወሰለም) እንዲህ ብለዋል፦
“ውዱዑ አድርጎ ውዱዑን ያሳመረው ሰው፤ ኃጢአቶቹ ከጥፍሮቹ ስር እንኳ ሳይቀር ከአካላቱ ይወጣሉ።”
ሙስሊም ዘግበውታል: 245 | 25 | 0 | Loading... |
Ummatii Tube Daw'aa, Gorsa fi Dhaamsa Ulamaa'oota kan Dhiiheessuu yoo ta'u hordofnee irraa waa ha barannuu. Torbaanitti Viidiyo 2-5 kan gad dhiifamu ta'a inshaa Allah Hordooftani akka irraa barattan. Sagantaaleen keennaa Qur'aana fi Hadisa irratti kan hundaheedha. Subscribe yoo gootan akka Sadaqaa Jaariyatti niiyyadha. Like yoo gootan Qur'aana fi Hadisa irrattii nama heddu akka jajjabesitan niyyadha. Share gochuun Daw'aa nama bira akka gaahuu yoo gootan badhaasa rabbii irraa argattu. Comment irratti yoo nu jajjabessitan badhaasa rabbii irraa argattu. Ummatii Tube Fillannoo fi keennaa Maatii keessani fi Hiriyoota Keessanii! EEGAREE UMMATAA!!!
𝐅𝐚𝐠𝐠𝐞𝐞𝐬𝐬𝐢 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐢 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐃𝐚𝐛𝐫𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐟𝐮𝐮𝐟 𝐇𝐚𝐧𝐛𝐢𝐟𝐧𝐚! Eegaree Ummataa! YouTube: www.youtube.com/@Ummatiitube4546
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf𝐅𝐚𝐠𝐠𝐞𝐞𝐬𝐬𝐢 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐢 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐃𝐚𝐛𝐫𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐟𝐮𝐮𝐟 𝐇𝐚𝐧𝐛𝐢𝐟𝐧𝐚! Eegaree Ummataa! YouTube: www.youtube.com/@Ummatiitube4546