cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

FAZAKKIR㋛︎

Wal Yaadachiisumaaf!😊🫀 Yeroon waan tokko si gorsu akkan si caalu sitti himuufii miti, akka ati na caaltuufi malee!.🖤🥀 @fazakkir12

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
1 583
المشتركون
-124 ساعات
+67 أيام
+2830 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Dhugumatti karaan sun fagoo taʼuu mala...Garuu kaleessa caalaa har'a itti dhihaannee jirra!.🖤🥀 @fazakkir12
إظهار الكل...
21😢 1
Jireenya keessatti Namni dadhabee beeku si qofaa miti!... Gaddaa fi mufannaan kan itti dhagahamu si qofa miti!... Si qofa miti namni waa hedduu barbaade dhabe! Namni hundi qormaata if dandahe qaba.. Waraana itti moo'amuu qabu namuu ni qaba!.      Daandii kee namoota biroo wajjin wal hin madaalin..Milkaa'ina kee nama biraatiin hin madaalin!...Gammachuu kee nama biraa keessa hin barbaadin!.. Mataa kee matuma keeti waliin wal bira qabi!...Kaleessa bakka turte caalaa ta'uuf yaali..namoota irraa baradhu garuu isaan ta'uuf hin yaalin!. Ati ka tahuu qabdu waan tahuu qabdu qofa!.   Abjuu kee hanga galmaan geessutti falmi!.🖤🥀 @fazakkir12
إظهار الكل...
13🥰 1
Amantaa ISLAAMA keessattii "Guyyaa Haadha/Mother's day" ja'amu hin jiru. Haadha tee yeroo hunda kunuunsi isiin Yeroo hunda dhugaa ta si jaalattuudha!.🖤🥀 @fazakkir12
إظهار الكل...
23
Namni akkanumatti Eessa deemta? eessa dhufte? Ja'ee sin gaafatu nama kiyya ja'e yoo si khabaje malee!.🖤🥀 @fazakkir12
إظهار الكل...
💔 16
Yeroon waan kee tahe hunda oofaa sitti fida ati Obsumaan eegi!.🖤🥀 @fazakkir12
إظهار الكل...
14
Miira takka takka ibsachuun hedduu ulfaata!.🖤🥀 @fazakkir12
إظهار الكل...
9💔 4
Jireenyi kun ajaa'iba. Harka duwwaa dhuftee waan hundaaf falmatta, dhumarratti waan hunda dhiistee harka duwwaa deemta. Hojii gaarii malee!.🖤🥀 @fazakkir12
إظهار الكل...
19❤‍🔥 8
Namoota si hubachuuf fedhii hin qabneef gonkumaa of hin ibsin. Yeroo hundumaa waan itti amananiin sitti murteessu. Kanaaf isaan irraa of fageessi waan hojjettu hojjechuu itti fufi. Yaadni isaanii akkaataa jireenya kee akka hin jijjiirre!.🖤🥀 @fazakkir12
إظهار الكل...
19🥰 2
Yoo waan hunda akka dhabaa jirtu sitti dhaga'ame, mukkeen waggaa waggaan baala isaanii dhangalaasuun guyyaa fooyya'aan akka dhufu eeguun dheerachuu isaanii yaadadhu!.🖤🥀 @fazakkir12
إظهار الكل...
👌 14 2
Of jaallachuu... Of kabajuu...Yeroo ofiif kennuu... Gatii Ofiif kannuu #BARADHU!.🖤🥀 @fazakkir12
إظهار الكل...
16💔 2
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.