cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

አርሰናል ብቻ Arsenaal Qofa

ለየትኛውም የአርሰናል ዜና አለው! Oduu Arsenaal kamiifuu Jira! Join! 👇 ⚽️ ARSENAL ⚽️ 🔴 "London Is Red" 🔴

إظهار المزيد
Ethiopia2 926لم يتم تحديد اللغةالرياضة8 634
مشاركات الإعلانات
6 874
المشتركون
-724 ساعات
-387 أيام
-8730 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
🚨 UPDATE: Mikel Arteta ✅ አርሰናል ለሚኬል አርቴታ አዲስ ኮንትራት ፕሮፖዛላቸውን አዘጋጅተዋል ንግግሮችም በቅርቡ ይደረጋሉ። አርሰናል በሚኬል አርቴታ እጅግ በጣም ደስተኞች ናቸው፤አርቴታም እንዲሁ በአርሰናል ደስተኛ ነው ሁለቱም ጋር ያለው ስሜት ተመሳሳይ ነው፤ይህንን ፕሮጀክት አብረው መቀጠል ይፈልጋሉ። ሚኬል አርቴታ በአውሮፓ ውስጥ ካሉ ትልቅ ተከፋይ አሰልጣኞች ውስጥ አንዱ ይሆናል እንዲሁም ከአዲሱ ኮንትራት ጋር ተጨማሪ ስልጣን ሊሰጡት አስበዋል። [ፋብሪዚዮ ሮማኖ] ✅ Arsenaal yaada kontiraata haaraa Mikeel Artetaaf qopheessee yeroo dhiyootti mariin ni gaggeeffama. Arsenaal Mikel Artetatti baayyee gammadeera, Artetanis Arsenaalitti gammadeera, lamaan isaanii iyyuu akkasuma itti dhagahama, pirojektii kana waliin itti fufuu barbaadu. Mikel Arteta leenjistoota Awurooppaa keessatti kaffaltii olaanaa argatan keessaa tokko yoo ta'u, kontiraata haaraa isaatiin aangoo dabalataa ni kennamaaf. [Fabrizio Romano]
إظهار الكل...
🔥 9 5👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 አርሰናል ዊሊያም ሳሊባን በፓሪሱ ኦሎምፒክ ላይ ሃገሩን ወክሎ እንዲጫወት ፍቃድ ላይሰጥ ይችላል። [ሌ ፓሪሲየን ስፖርት] 🚨 Arsenaal Wiliyaam Saalibaan Olompikii Paaris irratti biyya isaa bakka bu'ee akka taphatu hayyamuu dhiisuu mala. [leparisiensport]
إظهار الكل...
👍 7 1🔥 1👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
🚨🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 የአርሰናል ሁለቱ ተጫዋቾች ቡካዮ ሳካ እና ዲላን ራይስ የእንግሊዝ ካምፕ ደርሰዋል።💥 🚨🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Taphatooni Lamaan Arsenaal Bukaayyoo Saakaa fi Deeklaan Raayis gara mooraa Ingilaandii gahaniiru.💥
إظهار الكل...
20👍 5🥰 2🤩 2
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 ሚኬል አርቴታ በፕሪምየር ሊጉ ከፍተኛ ደሞዝ ከሚከፈላቸው አሰልጣኞች አንዱ ለመሆን ተዘጋጅቷል፣ አዲሱ ውል በአመት ከ10 ሚሊየን ፓውንድ በላይ እንደሚሆን ይጠበቃል። 🚨 Miikeel Arteetaan leenjistoota Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti kaffaltii olaanaa argatan keessaa tokko ta'uuf kan jiru yoo ta'u, walii galteen isaa haaraan waggaatti £miliyoona 10 ol akka ta'u eegama.
إظهار الكل...
👍 14👏 2 1🤡 1
JOIN TAPSWAP!🤞 Its Verified bot channel..Just Like 'NOTCOIN try your chance here!🙏?? 👉 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_1190663982 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
إظهار الكل...
👍 6 2💯 2👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 በዚህ ክረምት የአርሰናል የመሀል ሜዳ ኢላማ ሆነዋል: 1. ፍሬንኪ ዴ ጆንግ 2. ብሩኖ ጉማሬስ 3. ማርቲን ዙቢሜንዲ 4. ጆአዎ ኔቭስ 5. ዳግላስ ሉዊዝ 6. ኪየርናን ዴውስበሪ-ሆል 🚨 Ganna kana sarara gidduu Arsenaal irratti xiyyeeffate: 1. Firaankii De Joong 2. Biruunoo Giimaaraas 3. Maartiin Zubimendi 4. Joo'oo Neevees 5. Daaglaas Luwiiz 6. Kiernan Dewsbury-Hall
إظهار الكل...
👍 11🔥 3 2👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 ፉልሀም አዲሱ የኤሚል ስሚዝ ሮው ፈላጊ ክለብ ሆኖ ብቅ ብሏል። [ዴሊ ሜል] 🚨 Fuulhaam kilabii haaraa Emile Smith Row barbaadu ta'ee mul'ateera። [Daily Mail]
إظهار الكل...
👍 12😁 4 2😢 1
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 አርሰናል ቶማስ ፓርቲን በገበያ ላይ አዉጥቷል። ናፖሊ በአሁኑ ሰአት ለቶማስን ፍላጎት እያሳየ ነው አርሰናል ለእሱ £15M ይፈልጋል። ቶማስ ፓርቲ በክረምቱ አርሰናልን ይለቃል ተብሎ ይጠበቃል።💥 🚨 Arsenaal Toomaas Paartee gabaaf dhiyeese jira. Naapooliin yeroo ammaa kana Toomaasiif fedhii agarsiisaa jira, Arsenaal £15M isa irra barbaada. Toomaas Paartiin ganna kana Arsenaal gadhiisee ni deema jedhamee eegama.💥
إظهار الكل...
11👏 4🥰 1🤔 1
Photo unavailableShow in Telegram
⭕️ ኤደን ሃዛርድ ከኖርዌይ ምርጥ እግር ኳስ ተጫዋች ማን እንደሆነ ተጠይቆ፡ 🗣 ሃዛርድ: "ኦዴጋርድ" 🔴 ጋዜጠኛ፡ “ሀላንድ አይደለም! ኦዴጋርድ?” 🗣 ሃዛርድ: "ኦዴጋርድ ነው ምክንያቱም ከእሱ ጋር ስለተጫወትኩ ነው።" ⭕️ Eden Hazard taphataa kubbaa miilaa cimaa Noorweey keessa eenyu akka ta'e gaafatamee: 🗣 Haazard: "Odegaard" 🔴 Gaazexeessaa: "Haalaand miti!" Odegaardi?” 🗣 Haazard: "Odegaardidha sababiin isaas waanan isa waliin taphadheef."
إظهار الكل...
👍 12 3💯 3🥱 1
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 አሮን ራምስዴል በእርግጠኝነት ይለቃል ተብሎ ይጠበቃል ነገርግን እስካሁን ድረስ ከየትኛውም ክለብ ጋር ምንም የላቀ ንግግር የለም ስለዚህ አርሰናል ከሱ ምን ያህል እንደሚያገኝ እስካሁን ግልጽ አይደለም። የሱ ተተኪ ለዴቪድ ራያ መጠባበቂያ ሆኖ እንዲያገለግል ከማደረጋቸው በፊት ለራምስዴል የሚቻለውን ምርጥ መፍትሄ ማግኘታቸውን ማረጋገጥ ይፈልጋሉ። [ፋብሪዚዮ ሮማኖ] 🚨 Aaron Ramsdale bahuun isaa beekamaadha, garuu hanga ammaatti kilabii kamiinuu waliin mariin olaanaa waan hin godhamneef Arsenaal hangam akka isarraa argatu ifa miti. Raamsdeeliif furmaata hundarra gaarii ta'e argachuu isaanii mirkaneessuu barbaadu, osoo bakka bu'aa isaa akka lammaffaati Deevid Raayaatti kan aanu osoo hin argatiin hin gadhiisan. [Fabrizio Romano]
إظهار الكل...
👍 8 2🔥 2🥰 1