cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Gaammee Media

Join our Gaammee Media community for the ✅ Latest news ✅Tech-Info ✅Education info Owner👉 @Bek_i I write educational and Technology Informations.

إظهار المزيد
فنلندا1 950الإنكليزية107 310الكتب7 918
مشاركات الإعلانات
2 550
المشتركون
-224 ساعات
-147 أيام
-2830 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Repost from OTechs
CEX.IO Verify Ta'ee jira. CEX.IO jechuun Exchange akkuma 🛒 Binance ta'ee yeroo Dhiyootti Token Mataasaa Launch Goochuuf Sochii Jalqabee jira. Isinis amma Start Tuqxanii Tap Tap Goochuun, Task hojjechuuniifi Nama Affeeruun Point sassaabbachuu dandeessu. Warri hin jalqabne ammuma jalqabaa 👇👇👇👇 https://t.me/cexio_tap_bot?start=1716399236378186 https://t.me/cexio_tap_bot?start=1716399236378186 Odeeffannoolee Airdrop fi Technology Dhaaf 👇👇 @O_Techs @Gaammee_Media_Channel
إظهار الكل...
Repost from OTechs
Photo unavailableShow in Telegram
Tapswap 100% Real Ta'uunsaa Mirkanaa'ee jira. Yeroo dhihoottis Blockchain 🤑TON irratti list Akka Ta'u warri 🤑TON Beeksisanii Jiru. ✉️Warri Hin jalqabne 👇 👇 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_1263404935
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
✅Namoonni Sim Card 🏦Safaricom Qabdan Hardha Galgala Sa'aatii 3 irraa kaasee Package YouTube 📱 waan jiruuf fayyadamuu dandeessu. 📱 Jalqabsiisuuf akkuma Sa'aatii 3 ta'een *700# jedhaa Bilbilaa sana booda hanga Sa'aatii 4 Ta'utti Youtube waan barbaaddan buufachuu dandeessu. @O_Techs @O_Techs
إظهار الكل...
إظهار الكل...
Community

Start this amazing journey now ⚡️

👍 1
Repost from OTechs
🐹 HAMSTER Kucoin Irratti Premarket dhaan gurguramuu jalqabuufi. 🤩 🍸Warri Verification darbuu dandeessan Ammumaan KYC Verify godhadhaa. @O_Techs @O_Techs
إظهار الكل...
Repost from OTechs
Photo unavailableShow in Telegram
🤑$Not kana Booda Abbaa hin qabu. Kana booda Notcoin🤑 abbaa akka hin qabneefi kan Community akka ta'e Karaa Channel isaanii beeksisanii jiru. Kanaafis Kana booda $Not 🤑 yeroo ammaa Gabaa keessa naanna'aa jiru 102B $Not malee kan biraa gara gabaatti dabaluun hin danda'amu. Kunis immoo namoota $Not Hold goochaa jirtaniif baay'ee isin gargaara. Kanaboodas yoo dandeessan akka hold gootan malee akka gurgurtan an karaakoo isin hin goorsu. ⚠️ #Ilaalcha Mataakoodha isin waan barbaaddan murteessuuf Mirga qabdu. ✉️@O_Techs ✉️@O_Techs
إظهار الكل...
Repost from OTechs
Photo unavailableShow in Telegram
#IO list Airdrop June 11 yookaan Guyyoota 2 booda #Binance 🛒 Irratti list ta'u dha. Yeroo ammaa gara bot isaanii deemtanii Namoota Affeeruun walitti Qabachuu Dandeessu. Sana booda Battala List ta'een Withdraw Gootanii gurgurachuu dandeessu. #Isin darbuu hin qabu. ✉️ Namoonni hanga ammaatti hin jalqabne link Kana fayyadamaa. 👇👇👇 https://t.me/Ionet_airdrop_bot?start=r06203134530 @O_Techs
إظهار الكل...
Repost from OTechs
Photo unavailableShow in Telegram
✉️Namoonni 🐹Hamster Kombat hojjechaa jirtan 👛wallet keessan waliin connect Godhaa. @O_Techs @O_Techs
إظهار الكل...
👍 3
Repost from OTechs
Photo unavailableShow in Telegram
✉️ Telegram Feature Haaraa Beeksisee Jira Feature haaraa amma beeksisan Telegram Star 🤩 kan jedhamu yeroo Ta'u kunis immoo Namoota Telegram Irratti waan adda addaa gurguruu fi bituu barbaadaniif akka Currency tti tajaajila jedhamee jira. Telegram Stars 🤩 kun TikTok Coin 🎥 waliin kan walfakkaatu yeroo Ta'u yeroon booda immoo namoota Channel hoggananiif feature gift 🎁 laachuu dandeessisu qopheessaa jiraachuu himanii jiru. Madda Odeeffannoo Teeknooloojii ✉️@O_Techs ✉️@O_Techs
إظهار الكل...
👍 2