cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

COBA SAMMUU

Chanaaliin Kun walaloo, asoosama,jechoota barsiisoo tahantu irratti katabama. Bo'aaruuf chanala kana join godha.

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
219
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

.... OF! Qooseen qolatee jira Kubbaa mataa gararra. Garuu qofaa hin jiraatu Adda ba'ee qaama irraa. Qubni keenya lammaffaan Qaawwa qofa agarsiisa. Karri qubi seene ammoo Dhundhuma safarsiisa. Oroogaan rooca hodhu Kalaalaaf citaa xaraga. Albaadhessi quufe Dubbannaa nama lagaa. Xombooree mootii taateef Korma adalaat dalagaa. Ogeessi qaroo qabu Tiruu mixii mullisaa. Guwwaan awwaala deeme Suuraa reeffaa dubbisa. Agartuun namaa lakkuudha Ta'us Wal hin agartu. Jabaa ofii isaa qoru Bu'aan qalbii isaa hin cortu Warra suuta ejjetu Qoreen daandiirraa in qortu Ofiikoo of ilaalee Dubbadhuu waa'ee namaa? Utuun of hin ilaalin Dubbannaan Nan miidhama. Seenaanu Nan jaallatu Tooraa baasa maqaako. Of ilaaluu dagadhee Maafan jeeqa nagaako. Dhalootni maaf gufata Maa meelata karaako. ... Of ilaaluu! Ulfaadhee akka arbaa Salphadhus akka baalaa. Namni arka naaf reebuu Dursa qophaa'uut caala. Warra cimee dhaabateef Alagaaniyyu jaala. Of ilaaluu!
إظهار الكل...
Oduu Gammachiisaa Fedhii keessan irratti hundaa'uun chaaneloota Beekamoo fi babbareedoo qabannee isiniif dhufneerra Maarree #Join gochuun nuttu dabalamaa jenna 👇👇👇👇
إظهار الكل...
Jechoota Beektotaa
Seenaa adda addaa
Oduu guyyaa guyyaa
Aadaa Oromoo
Muldhatan qaba
Abdii Sabaa
Chaaneloota Beekamoo
Siyaasa
JOIN JOIN JOIN
Repost from OGUMMAA(A.U)
#SEENAA_OGUMMAA (A U) ...... Chaanelli Ogummaa hundeeffama isaa irraa jalqabe hojii gaarii fi boonsaa hojjechaa akka ture hordoftoonni Ogummaa ragaadha. Haa tahu malee,gaaffii namoonni @OGUMMAA_A_U kun Kan eenyuuti? jechu nu gaafachaa turan. Gaaffii Keessaniif har'a guyyaa hundeeffama chaanela keenyaa waggaa tokkoffaa isaa waliin Wal qabsiifnee ilaalla. Eebla, 10 2014 Kan hundeeffameedha. Ogummaan akkamitti hundeeffame? Eenyun hundeffame? Ani baraataa Yuuniversiitii salaaleeti. Barnoota koo waggaa sadaffaa osoon baradhuu kitaabota tokko tokko nan dubbisan ture, achumaan cuunfaa kitaabota dubbisuu eessatti Walitti qabachuu qaba jedhee yaadee, chaanela kana bane. Kana jechuun ofii kootiifan banadhe, achi booda namoota tokko tokkoof Qooduu qaafan jalqabu chaanelichi ergaa guddaa dabarsaa akka jiruufi, guddachuu akka qabu na jajjabeessan. Achumaan barattootuma waliin salaalee Yuuniversiitii waliin barannu #Admin gochuun barsiisuu eegalle. Chaanelli keenyas baay'ee fudhatama kan argatee fi yeroo yartuu gidduutti keesaatti hordoftoota kan horatedha. Wantoota chaanelli keenyaa dhiyeessaa turan keessaa muraasni; ✍ Namoonni dubbisuu danda'an fedhii dubbisaa caalatti akka horataniif kitaabota babbareedoo maxxansaa turre. ✍ Jechoota beektotaa kan hamilee namatti horanii fi kaka'umsa nama keessatti uuman. ✍ Dhimma jireenyaa guyyaa guyyaa fi wantoota barbaachisoo ta'an kan dhiyeessaa turedha. Hammas gara fuulduraatti waliin adeemuuf yaadonni isin nuuf kennitan hamilee keenya waan tahaniif yaadota nuuf barreessuu nu jajjabeessuus hin dagatiinaa isiniin jenna. Link ittiin na quunnamaa turtan, @Abdiurgesa yoo ta'u maqaan Koo garuu #Abraham_Urgeessaa n jedhama. @OGUMMAA_A_U Kan jedhu keesaatti A.U (Abraham Urgesa) jechuudha. Amma barnoota koo waggaa afraffaan baradha. Galatoomaa 🙏 Galatoomaa 🙏 Yaada yoo qabaattan nu quunnamaa! OGUMMAA MIIDIYAA HAWAASA BAL'AA!!!! JOIN: @OGUMMAA_A_U JOIN: @OGUMMAA_A_U
إظهار الكل...
أرشيف المشاركات
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.