cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Oromof Oromia

إظهار المزيد
فنلندا2 109لم يتم تحديد اللغةLinguistics13 492
مشاركات الإعلانات
189
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Rakkoon nageenyaafi walitti bu’insi naannoo Oromiyaa keessa jiru ija sabaa-himaalee jalaa kan dhokate fakkaata; hawaasa idil-addunyaa irraas xiyyeeffannaa hin arganne. Maaliif kana ta’e laata? Mootummaan ammoo naannicha keessatti nageenya uummata nagaa eeguu maaliif dadhabe? via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/bWCjB5h
إظهار الكل...
Oromiyaatti mootummaan maaliif nageenya namoota nagaa eeguu hanqate?

 Rakkoon nageenyaafi walitti bu’insi naannoo Oromiyaa keessa jiru ija sabaa-himaalee jalaa kan dhokate fakkaata; hawaasa idil-addunyaa irraas xiyyeeffannaa hin arganne. Maaliif kana ta’e laata? Mootummaan ammoo naannicha keessatti nageenya uummata nagaa eeguu maaliif dadhabee?

Afaan Oromoo qulqulluu dubbachuu shaakaalaa! ===================== 01. Ishii.................Tole 02. Baqqaa...........Niga'a 03. Qidaamee.......Sanbat-xiqqaa/sanbat-duraa 04. Xifir-qalamii......Haalluu qeensaa 05. Tsagur-mahaajaa........Qabduu rifeensaa 06. Xuux-mahaajaa........Qabduu harmaa 07. Qabattoo.........Saqqii/Shanqaqqoo 08. Kaalsii..........Shurraaba miilaa 09. Surree...........kofoo 10. Caammaa...........Kophee 11. Tamaarii..............Barataa 12. Shaanxaa............Boorsaa 13. Congaarraa......Garaacha 14. Shintibeetii......Mana-fincaanii 15. Waxii..............lttoo 16. Miizana..........madaala 17. Gaxarii...........Baadiyyaa 18. Katamaa........magaalaa 19. Meedaaa.......Dirree 20. Birdilibsii........Uffata-qorraa 21. Biradistii.........Distii-sibiilaa 22. Waraaj............na-buusi 23. Qannasi..........Hir'isi 24. Gaadanyaa......Hiriyyaa/michuu 25. Sargii................Cidha 26. Fooqii...............Gamoo 27. Caakkaa...........Bosona 28. Siqaayii.............Gidiraa 29. Dawwaluu.........Bilbiluu 30. Kuwaasii............kubbaa 31. Taragaagga'i............Tasgabbaa'i 32. Mastaawaqiyaa........Beeksisa 33. Qibaatii................Dibata 34. Daanyaa..................Murteesssaa 35 Barranyaa..........Eegaa-goolii 36. Qaxaruu..................mindessuu 37. Raddaatii...........Gargaaraa 38. Shufeerii...................Konkolaachisaa 39. Masgaba................Galmee 40. Silkii....................Bilbila 41. Hakiimii.............Ogeeessa-fayyaa 42. Zabanyaa...............Waardiyyaa 43. Damooza...........Miindaa 44. Maanooraa..............Man-jireeenyaa 45. Kibiriitii.................Qarraa 46. Birrii................Qarshii 47. Saantima..............Dumbulloo 48. Gizee.............Yeroo/waqtii/ennaa 49. Mannaariyaa... .........Buufata-Konkolaataa 50. Ni dabbara.............hin tolu/ni jibbisiisa . . Itti fufa Erga dubbistee booda hiriyoota keetii qoodi. 👍👍👍👍join👍👍👍👍
إظهار الكل...
00:29
Video unavailableShow in Telegram
Akkam jirtuu hundii kessaanuu?
إظهار الكل...
18.14 MB
1.59 MB
2.15 MB
HOJII DISHII(1).ps7.31 KB
Sirni barnootaa haaraan bara dhufu kutaa 9ffaa – 12ffaatti guutummaatti hojiirra oola jedhame Arsii , Sadaasa 8, 2015 (Oromof Oromia) – Sirni barnootaa haaraan bara dhufu kutaa 9ffaa – 12ffaatti guutummaatti hojiirra kan oolu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise. Yaa’iin barnootaa biyyaalessaa 31ffaan har’a Yuunivarsiitii Hawaasaatti eegalame. Waggoottan shanan itti aanaan rakkoolee qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojiileen dandeessisan hojjetamuu Ministir Deetaan Damee barnoota olaanoo Dookta Saamu’eel Kifleen dubbataniiru. Dhaabbileen barnootaa olaanoon barattoota… https://www.tahiradem243.com/afaanoromoo/sirni-barnootaa-haaraan-bara-dhufu-kutaa-9ffaa-12ffaatti-guutummaatti-hojiirra-oola-jedhame/
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Waajjirrii Dhimma Nageenya Biyya Keessaa Ameerikaa (DHS) lammiilee Itoophiyaa sababii waraanaatiin biyyatti deebii’u hin dandeenyeef Sadarkaa Eeguumsa Yeroo baatiiwwan 18’f kennuu beeksiise. via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/ykdGfLe
إظهار الكل...
Ameerikaan Itoophiyaanoonni sababii waraanaatiin biyyatti deebii’uu hin dandeenyee akka turaniif eeyyamte

Ameerikaan lammiilee Itoophiyaa sababii waraanaatiin biyyatti deebii’uu hin dandeenyee akka turaniif eeyyamte

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/sQwlTdy
إظهار الكل...
Humnootiin Tigraay marii nagaa Wiixata Afriikaa Kibbaatti gaggeeffamu irratti akka hirmaatan ibsame

Humnootiin Tigraay marii nagaa Wiixata Afriikaa Kibbaatti gaggeeffamu irratti akka hirmaatan ibsame

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/coS1uHC
إظهار الكل...

اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.