cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Horaan Dhagaa Irratti Hora.

⏩Bara baraan lafa irra jiraachuudhaaf miti, seenaa hafee jiraatu hojjennee darbuudhaaf dhalanne! 👌☝INSHAA ALLAAH KOOS DADHAABU,KEE HIN DADHAABU NAA DUKKAA BU'I! @Asliioromoo84 @Hawwi567 @Hawwii5834

إظهار المزيد
فنلندا1 572لم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
754
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-37 أيام
-3630 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Suuraa / Viidiyoo Qullaa Waliif Erguu Kutaa 1ffaa 🔯Sababa ergamuuf ◉ Suura yookin viidiyoo qullaa waliif erguun kun wantoota qullaa qaama namaa agarsiisaan suuraan, viidiyoodhaan bilbilaa/kompiitaraan waliif daddabarsuudha.Yeroo ammaa kana wanti kun baramaa dhufeera.Nama faana barreeffama walii babaarreessaa xiqquma osoo hin turree suura qullaa waliif erguun babal'ateera. ◈ Sababa ergamuuf : ➲ Of agarsiisuuf : Dhalaan takka hiriyyaa ishee qaama ofii hundaa argisiisuuf. Akkasumaa inni dhiiras qaama isa ishii argisiisuuf. ✔Dhiirri tokko suura qullaa jaalallee isaa bilbila keessaa yoo qabaate ishii akka barbaade akka gochuu danda'u hiriyoota isaatti of agarsiisa. ➲ Jaalalaaf : Nama jaalattu tokko naa ergi erga jedheenii erguuf kaati, yoon erguu baadhe na jibba, na dhiisuu danda'a jettee waan yaadduuf. ➲ Amanamtummaa ofii dabaluuf : Dubartiin of kaaftee ergitu tokko akka waan guddaa jaalallee ishiitif ooltetti of lakkoofti. Waan jaalattuuf jaalala ishii ibsuu ishiiti. Itti fufaa..... Kutaa 2ffaa 🔯Rakkoo inni geessisu kan jedhuun hangaa walitti deebinu Guyyaan kun Kan nyaataan kan itti siifayuu Kan yaadin kan itti milkaa'uu isiiniif haa ta'uu. Linkii keenyaa hiriyyoota keessani fi garee keessa jirtaan hundaafu qooda. Galanni keessan Guddaadha 🌹🌹Join & share 🌹🌹 gochuu hin irranfatinaa. 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/asliioromoo849 https://t.me/asliioromoo849 https://t.me/asliioromoo849 https://t.me/asliioromoo849 https://t.me/asliioromoo849
إظهار الكل...
Horaan Dhagaa Irratti Hora.

⏩Bara baraan lafa irra jiraachuudhaaf miti, seenaa hafee jiraatu hojjennee darbuudhaaf dhalanne! 👌☝INSHAA ALLAAH KOOS DADHAABU,KEE HIN DADHAABU NAA DUKKAA BU'I! @Asliioromoo84 @Hawwi567 @Hawwii5834

00:27
Video unavailableShow in Telegram
إظهار الكل...
1.68 MB
Suuraa / Viidiyoo Qullaa Waliif Erguu Suuraa/viidiyoo qaama qullaa waliif erguu kana jedhuu kana hangaam takka beektu mee? Yoo beektaan nuu barsiisa. Yoo hin beekne kotaa baraadha kinootti. Waa'ee suura/viidiyoo qaama qullaa waliif erguu jedhuun walii qabaate kutaalee 3tti qoone isiiniif dhiheessuuf qophii xumuree jiraa Kan jedhuudha 1ffaa👉 ◈ Sababa ergamuuf 2ffaa👉 ◈ Rakkoo inni geessisu 3ffaa👉 ◈ Furmaata kan jedhuudha Kana immoo hundi keenya baruu fi beeku qabnaa.kanaafi namoonni baruu barbaadan seenaan akka dubbisaniif garee keessa jirtaan fi hiriyyoota keessani hundaafu qoodan dhamsaa keenya yeroo hundaatti. Bakka jirtaanitti hundatti rabbiin nagaayaan bobbaase isiini haa galchuu nuuf jiraadha Isiini Jalaana❤🌲❤ 👌 Sammuun kee fooddaa ati addunyaa ittiin ilaaltu waan ta'eef yeroo hundumaa banaa taasisi. 🌹🌹Join & share 🌹🌹 gochuu hin irranfatinaa. 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/asliioromoo849 https://t.me/asliioromoo849 https://t.me/asliioromoo849 https://t.me/asliioromoo849 https://t.me/asliioromoo849
إظهار الكل...
Horaan Dhagaa Irratti Hora.

⏩Bara baraan lafa irra jiraachuudhaaf miti, seenaa hafee jiraatu hojjennee darbuudhaaf dhalanne! 👌☝INSHAA ALLAAH KOOS DADHAABU,KEE HIN DADHAABU NAA DUKKAA BU'I! @Asliioromoo84 @Hawwi567 @Hawwii5834

Akkam ngy jirtaan kabaajamtoota fi jalaatamtoota obbolleeyyaan koo? Baduu koof dhiifamaa isiini gaaffadha.
إظهار الكل...
As Wr Wl Jirraa jirtuu Obbolleeyyaan Koo kan biyyaa ormaa jirtaaniti fi biyyaa keenya Oromiyaa keessa jirtaan  kan afaan oromoo dubbisuu fi dubbaachuu dandeetan kan garee kana keessatti argamtaan hundi keessanu. Offii koo irraa yoo jalqabee garilee hedduu keessa jiraa wanti naa dhibuu tokko garilee ani keessa jiruu sani keessatti afaan oromoo dubbaachus tahee barreessuun qaani waayyi nati fakkaate namoonni afaan oromoo dubbaatani fi barreessaan akka harree adiitti. Haalli kuni immoo afaan keenya akka dhokaatu fi dubbaata dhabuu akkasumaas warra afaan keenya baraachu barbaadan akka hin baranee taasisa. Kotaa waliin walii taane afaan keenya barannee warra hin beeknee haa barsiisnu afaan ormaa jalaa fiigu haa dhiisnu. Duraan dursee wanti isiini naaf hubaatan inni ijoon ani afaan keenya haa guddisnuu yoo isiiniin jedhuu ofii kiyyaafu bekke miti.Haatahuu garuu isa beeku barsiise isa hin beekne baraachuun dirqaama koo bahuudhaaf malee. *"SABAA OFIIF QABSAA'UU JECHUUN DIRQAAMA MEESHA WARRANAA QABAATAN BOSONAA SEENU QOFAAN MITI"*. 👌Qaamni ani Oromoodha ofiini jettuu biyyaa keessas jiraadhu feetus biyyaa ormaa bakka jirtuutti aadaa,duudhaa,safuu, afaan fi seenaa sabaa kee guddisuu feedhi ni qabdaa tanaan wanti si dhorkuu tokkos jiraa nati hin fakkaata yoo ofii dagaachuu kee qofaa tahee malee.Kanaafuu geessituu/link armaan gadii tuquun gara garee keenyaati dabaalami. Hiriyyoonni kees kan akkumaa kee seenaa sabaa ofii guddisuu fi dagaagsuu barbaadan bakka hundaa jiruu waan taheef ergaa kana guutuu isaa garee keessa jirtuu hundarratti qoodi. 👌Barataas taatu feetu barsiisa, Dhukkubsataas taatu feetu Doktoraa, Hiyyeessas taatu feetu durreessa Sadarkaa kam irrayyu yoo jirtee bakka jirtuu hundatti dursaa Eenyummaa keef keeni. Maaloo oromummaan isiini kaadhe kotaa afaan keenyaaf haa dhaabaanuun dhamsaa kooti obbolleeyyaan koo.👌 "WALII TAANE WALIIN AFAAN KEENYA AFAAN ADDUNYAA HAA TAASISNUU!" https://chat.whatsapp.com/JJ1394MlkaeJxRg6WdDKzh https://chat.whatsapp.com/JJ1394MlkaeJxRg6WdDKzh
إظهار الكل...
Guddinaa Afaan Oromoo ❤💚❤

WhatsApp Group Invite

JAALALA / BULTII BILISUMMAA HIN QABNE Kutaa 4ffaa fi isaa xumuraa 🔯Akkam ta'uu qaba ? ✔Amanamtuu ta'uu: Yeroo hunda waan inni si shakku irraa fagaachuu. Jaalala isaaf qabdu itti agarsiisuu. Wantoota amanamuummaa kee dabaluu danda'u raawwachuu. ✔Mariisisuu: Jaalala kee erga itti hin sassannee, waan inni si shakku kamirrayyuu erga bilisa taatee ammas bilisummaa kan si dhorku yoo ta'e akka gocha akkanarraa tasgabbaa'ee of sirreessu yeroo inni miira gaarii keessa jiru afaan jaalalaatin itti himuun gaaridha. ◉ Jaalala isaa itti hin hir'isne, shakkii kamirrayyuu of qulqulleessiteera, mariisisteera. Har'a boru of fooyyeessa jettees waggaa heedduu obsiteera. Ammas inni omaa of sirreessuuf xiqquma kan hin sochoone fi ittuu gocha isaatti kan itti fufe yoo ta'e amma yoomitti obsa qabaattee mana hidhaa jiraachuf akka murteessite si qofatu beeka. 👌 Sammuun kee fooddaa ati addunyaa ittiin ilaaltu waan ta'eef yeroo hundumaa banaa taasisi. 🌹🌹Join & share 🌹🌹 gochuu hin irranfatinaa. 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/asliioromoo849 https://t.me/asliioromoo849 https://t.me/asliioromoo849
إظهار الكل...
Horaan Dhagaa Irratti Hora.

⏩Bara baraan lafa irra jiraachuudhaaf miti, seenaa hafee jiraatu hojjennee darbuudhaaf dhalanne! 👌☝INSHAA ALLAAH KOOS DADHAABU,KEE HIN DADHAABU NAA DUKKAA BU'I! @Asliioromoo84 @Hawwi567 @Hawwii5834

JAALALA / BULTII BILISUMMAA HIN QABNE Kutaa 4ffaa fi isaa xumuraa 🔯Akkam ta'uu qaba ? ✔Amanamtuu ta'uu: Yeroo hunda waan inni si shakku irraa fagaachuu. Jaalala isaaf qabdu itti agarsiisuu. Wantoota amanamuummaa kee dabaluu danda'u raawwachuu. ✔Mariisisuu: Jaalala kee erga itti hin sassannee, waan inni si shakku kamirrayyuu erga bilisa taatee ammas bilisummaa kan si dhorku yoo ta'e akka gocha akkanarraa tasgabbaa'ee of sirreessu yeroo inni miira gaarii keessa jiru afaan jaalalaatin itti himuun gaaridha. ◉ Jaalala isaa itti hin hir'isne, shakkii kamirrayyuu of qulqulleessiteera, mariisisteera. Har'a boru of fooyyeessa jettees waggaa heedduu obsiteera. Ammas inni omaa of sirreessuuf xiqquma kan hin sochoone fi ittuu gocha isaatti kan itti fufe yoo ta'e amma yoomitti obsa qabaattee mana hidhaa jiraachuf akka murteessite si qofatu beeka. 👌 Sammuun kee fooddaa ati addunyaa ittiin ilaaltu waan ta'eef yeroo hundumaa banaa taasisi. 🌹🌹Join & share 🌹🌹 gochuu hin irranfatinaa. 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/asliioromoo849 https://t.me/asliioromoo849 https://t.me/asliioromoo849
إظهار الكل...
Horaan Dhagaa Irratti Hora.

⏩Bara baraan lafa irra jiraachuudhaaf miti, seenaa hafee jiraatu hojjennee darbuudhaaf dhalanne! 👌☝INSHAA ALLAAH KOOS DADHAABU,KEE HIN DADHAABU NAA DUKKAA BU'I! @Asliioromoo84 @Hawwi567 @Hawwii5834

JAALALA / BULTII BILISUMMAA HIN QABNE Kutaa 3ffaa 🔯Sababiin dhiirri tokko bultii bilisummaa dhorkuuf ✔Dhiirri tokko tokko beekes ta'u osoo hin beekin sababa garaa garaa irraan kan ka'e yeroo bilisummaa jaalallee/haadha warraa isaa irraa mulqu ni mul'ata. Wanti inni akkas godhuuf kana jechuun ulfaatus garuu sababa mataa isaa ni qabaata. ✔Of Xiqqeessee ilaaluu: Isheen waan heedduu miidhagduuf salphumatti carraa ija dhiira biraa lixuu qabaachuu dandeessi. Yeroo jaalatu/fuudhu san dargaggoota heedduu harkaa baafatee ta'a. Jaalallee/Haati warraa isaa dhiirota baay'eedhaan kan barbaadamtuudha . Inni waan ishiin barbaaddu hunda guutuf humna dhabuu waan danda'uuf warri na caalan na harkaa baafatu jedhee yaadda'a. ✔Shakkii: Ani danda'ee waan ishiin feetu hunda guutuu hin danda'u jedhee yoo of amansiise, ishinimmoo abbaa waan ishiin barbaaddu hunda guutuf bira na jalaa deemti jedhee shakkuu danda'a.Yeroo ishiin manaa of mimmiidhagsitee baatu haalli ishii itti toluu dhiisuu danda'a. ✔Hinaaffaa: Inni ofii isaatii dhoksaatti kan biraa qabaachuu danda'a. Kanaaf waanuma ofii raawwatu ishiinis akkas ta'uu dandeessi jedhee cubbuu mataa isaa ishiirra tuula. Itti fufaa..... Kutaa 4ffaa fi isa xumuura Bultii bilisummaa qabuu argaachuuf hoo akkam ta'uu qaba kan jedhuun hangaa walitti deebinuutti ngy naaf tura. Halkaan kun Kan nyaataan kan itti siifayuu Kan yaadin kan itti milkaa'uu isiiniif haa ta'uu. Linkii keenyaa hiriyyoota keessani fi garee keessa jirtaan hundaafu qooda. Galanni keessan Guddaadha ❤🌲❤ 💋🌹💋 👌 Sammuun kee fooddaa ati addunyaa ittiin ilaaltu waan ta'eef yeroo hundumaa banaa taasisi. 🌹🌹Join & share 🌹🌹 gochuu hin irranfatinaa. 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/asliioromoo849 https://t.me/asliioromoo849 https://t.me/asliioromoo849
إظهار الكل...
Horaan Dhagaa Irratti Hora.

⏩Bara baraan lafa irra jiraachuudhaaf miti, seenaa hafee jiraatu hojjennee darbuudhaaf dhalanne! 👌☝INSHAA ALLAAH KOOS DADHAABU,KEE HIN DADHAABU NAA DUKKAA BU'I! @Asliioromoo84 @Hawwi567 @Hawwii5834

إظهار الكل...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

JAALALA / BULTII BILISUMMAA HIN QABNE Kutaa 2ffaa 🔯Dhiirri tokko akkamitti bilisummaa dhorkata ? ✔Hunduu sirraa fokkisa jedhaan. Kana hin uffatin sirraa hin bareedu jedhee irraa baasuu barbaada ija dhiira biraa sodaatee. Kana hin dibatin, sana hin godhatin jedhee cinqa. ✔Iddoo hundayyuu ishii faana imala. Gabaa ishuma wajjin deema. Imala kamiyyuu biraa hin hafu. ✔Ati taa'i waan hundayyuu anuu nan raawwadha jedhaan. Gabaa dur wajjin deemu amma immoo anuu nan bita ati taa'i jedhaan. Uffatuma ishiin uffatturree ofiif lafaan tuqsiiseefii bitaaf. Yaadefii osoo hin taane gadi ba'uu ishii jibbeeti. ✔Waa'ee hojii ishii qorata. Dhiirota ishiin bakka hojiitti walqunnamtu ni jibba. Hojii isaa dhiisee deemee waan ishiin irra jirtu qorata. ✔Hiriyootuma ishii dubaraayyuu ni jibba. Waan garaa garaa itti odeessanii na jalaa balleessu jedha. Dhiira mana dhufee lakkooftuu bishaanii fi elektiriikii lakka'uyyuu akka ishiin dubbistu hin fedhu. ✔Sirumayyuu ati hojii dhiisi jedhaan. Kanan ani halkanii guyyaa xaaruyyuu nu ga'aati ati manuma ooli jedhaan. Anuu mana koo jiraachisuu nan danda'aa ati hojiidhuma salphaa manaa hojjadhu jedheenii qunnamtii ishiin nama faana qabdu jalaa kuta. ✔Osuma ishiin hojiif yaadduu dhaltu malee jedhaan. Dafnee ilmoo godhannu malee jedhee hojii dhoowwee akka fedhii malee deessu godha. Erga dhalteeyis akka ishiin kaatee gadi hin baane osuma hoosisaa jirtuu ammas kan biraa itti daballee lama haa godhannu jedheenii manumatti hambisa. Anaan !! 👌 Sammuun kee fooddaa ati addunyaa ittiin ilaaltu waan ta'eef yeroo hundumaa banaa taasisi. 🌹🌹Join & share 🌹🌹 gochuu hin irranfatinaa. 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/asliioromoo849 https://t.me/asliioromoo850
إظهار الكل...
Horaan Dhagaa Irratti Hora.

⏩Bara baraan lafa irra jiraachuudhaaf miti, seenaa hafee jiraatu hojjennee darbuudhaaf dhalanne! 👌☝INSHAA ALLAAH KOOS DADHAABU,KEE HIN DADHAABU NAA DUKKAA BU'I! @Asliioromoo84 @Hawwi567 @Hawwii5834

اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.