cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Harmee JobsNews

@rabirasmart Beeksissaa hojjii kamiiyyuu isin biraan gahudhaaf qophidhaa odeffanoo kamiyyuu yoo nugafataan sin keessummeessina...... Filaanoon keessan Harmee tasifaadhaa harmeen waan hundummaa ofitii.. https://t.me/geegeete @rabirasmart

إظهار المزيد
Ethiopia1 043لم يتم تحديد اللغةالحياة الوظيفية1 849
مشاركات الإعلانات
21 470
المشتركون
-624 ساعات
+537 أيام
+17030 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Vacancy at Ethiopian Railway Corporation 🌐Ethiopian Railway Corporation wants to recruit employees in the following vacant positions 1: Junior Accountant 2: Junior Documentation Officer 3: procurement officer III 4: Accountant II 5: Executive Secretary I 6: Senior Procurement Market Analyst 7: Secretary II    8: Human Resource Administration Officer II  📌ሰለ ሰራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ👇👇 👉Read Detail:- https://harmeejobs.com/company/ethiopian-railway-corporation/ 🔰ከተለያዩ  ድርጅት የሥራ ማስታወቂያዎች በዚህ ሊንክ ዌብሳይቱ ላይ ይመልከቱት👇👇 =>See Detail:-  ww 🔰Telegram:- https://t.me/geegeete
إظهار الكل...
Harmee JobsNews

@rabirasmart Beeksissaa hojjii kamiiyyuu isin biraan gahudhaaf qophidhaa odeffanoo kamiyyuu yoo nugafataan sin keessummeessina...... Filaanoon keessan Harmee tasifaadhaa harmeen waan hundummaa ofitii..

https://t.me/geegeete

@rabirasmart

2👍 1
إظهار الكل...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

👍 4
Gartuu dhiigaa fi amala namaa! ******* Qorannoon baayyee cimaa fi gad-fagoo tahe jiraachuu baatus gartuun dhiigaa fi amalli namaa hariiroo akka qabu ni dubbatama! ******** 1.Gartuu dhiiga A **** Namoonni kun cimoo , hojjii kan jaallatanii fi nagaa barbaadu. Kana malee hojjii tartiiban hojjachuu , qulqullinaa fi yeroo tokkotti hojii tokko duwwaa hojjachuu filatu Namoonni kun amanamoo fi waan sirrii qofa hojjachuuf dhama'u. Amalli badaan isaanii waanuma xiqqoof dhiphachuu fi waan hunduu sirrii akka ta'u barbaadu! 2. Gartuu dhiiga B ******* Namoonni kun hojii kalaqaan beekamu , waan karoorsan amma galmaan gahanitti hin dhiisan.Akkasumaas yeroo tokkotti waan hunda dhiisanii wanta tokko duwwaa irratti xiyyeeffatu! Namoonni kun amala namaa yaaduu fi nama hubachuu qabu! Rakkoon isaanimmoo of jaallachuu , jijjiiramuu , maal dhibdee fi balleessaa namaaf hin dhiisan! Gartuu dhiigaa AB ******** Namoonni kun makaa A fi B ti. Amalli isaaniis nama yaaduu, amanamummaa fi nama kunuunsuudha! Namoonni kun sammuu cimaa fi dandeettii waa yaaduu cimaa qabu. Nagaa buusuu , namaan walii galu fi kaayyoo ofiif namoota cichaniidha. 4. Gartuu dhiiga O **** Namoonni kun dandeettii gaggeessummaa cimaa kan qabanii fi waan xiqqqoon warra hin qabamneedha! Namoonni kun arjummaa fi namaaf gaarii yaaduu jaallatu! Namoonni kun waan xiqqoon hin qabaman , amanamoodha fi wanta haaraatti dafanii baru, ejjennoo cimaas qabu! Jarri kun hinaaffaa , of jaallachuu fi kiyya malee jechuus qabu! Kankoo amalakoo waliin baayee wal fakkaata. Mee isinoo kam keessa jirtu? Dhuguma amala keessan waliin wal fakkaataa? Maxxansikoo biroon akka si qaqqabuuf telegram pagekoo t.me/geegeete
إظهار الكل...
Harmee JobsNews

@rabirasmart Beeksissaa hojjii kamiiyyuu isin biraan gahudhaaf qophidhaa odeffanoo kamiyyuu yoo nugafataan sin keessummeessina...... Filaanoon keessan Harmee tasifaadhaa harmeen waan hundummaa ofitii..

https://t.me/geegeete

@rabirasmart

👍 12 2
Ummanni kun jireenya Waggoota Shantama dura jiraachaa turan jiraachaa jiru yoo jenne, agarsiistuwwan: 1. Carraaqatanii qotataniitu, kaan gabaa geessanii Ashaboo fi Gaazii(boba'aa) bitatanii Kurraazii ibsachaa dukkana ofirraa..... jiraatu! 2. Kaleessas miilan laaqii daakaa gabaa dhaqatu, hardhas akkasuma. 3. Waa'een Bishaan dhugaatii qulqulluu tasa hin jiru. Lagaa fi Burqituu randa jalaa waraabbatu. !4. Teeknooloojii, Giloobalayizeeshinii, Miniseeyizeeshinii maaloo maaloon daarii isaanii hin bahu...Ibsaan hin jiru, Network n hin jiru! Kunneen gaaf tokko nuuf furamu jedhanii osoo obsa hin fixiin osoo abdatan, bara kana immoo... 1. Qaala'iisi mataa rukute 2. Rakkoon nageenyaa bahaaf gala isaanii yaaddesse. Abbaa humna qabuufi Safar-halaqaatu ugguree qarshii lakkaawwanii hin beekne gaafatamu. 3. Ittuu akka Qonna isaaniin hin jiraanne, Xaa'oon yeroon geeffamuufii dhabe. Kan biyya gales harka shiraa fi Firaan lafa hin malle jira. Kanumti na dhibu, Ummanni Kun lammii mitiiy? Maaltu Lammiilee warra kaanirraa adda isaan baafnan, akka namaatti huubatamuufii dadhabe? #Barri_in_darba ....... ...... t.me/geegeete
إظهار الكل...
Harmee JobsNews

@rabirasmart Beeksissaa hojjii kamiiyyuu isin biraan gahudhaaf qophidhaa odeffanoo kamiyyuu yoo nugafataan sin keessummeessina...... Filaanoon keessan Harmee tasifaadhaa harmeen waan hundummaa ofitii..

https://t.me/geegeete

@rabirasmart

👍 7
Photo unavailableShow in Telegram
#Ijoolleen_Baadiyaa_Jirtuu🥺🥰 Ani Baadiyaatti dhaladhee jiruu baadiyaa dhamdhamaa guddadhus amma magaalaan jira. Aduu fi Roobni, Qorrii fi Ho'i, Bubbee fi Sakkabni nan argan. Gaaddisan oola. Kan barbaade nyaadheen kan fedhe irratti dhuga! Laaqiin, dhukkeeni fi quuqqaan nan argan. Fedhu Kaachamallee fedhus Motoobilii koreen bikka barbaaden baha. Kun waa'ee kooti. Ana ilma baadiyaatti dhalatee, katamaa jiraatuu! Kun hundi naaf tolee osoo jiruu, garuu waa'ee jireenya Warra baadiyaa, waa'ee warra akka lammii biyya kanaatti ilaalamanii bu'uuraaleen misoomaallee hin guutiniif, Waa'ee warra firaa fi Aantee isaan yaadatuu fi quuqamuuf hij qabnee kanatu nan boqachiisu. Kan natti tolerra kan isaanitti badetu natti argama. ..................................
إظهار الكل...
👍 3 3
#DALDALTOOTA_KEENYAF Yeroon Hareessa Heyyama daldalaa bara 2017 gahuf Guyyoota 14 qofatu hafe. Daldaltoonni keenya Teknoolojitti fayyadamnee yeroo keenya haa qusannuu E-TRADE(www.etrade.gov.et) #Itti_haa_fayyadamnu Haala salphaa taheen Daldaltootni osoo waajjira deemuun isaan hin barbaachifnee karaa e-trade'tin interneeta mobaayila isaa fayyadamuun galmaahuun tajaajila barbaade argachuu dandaha. Tajaajiloota karaa etrade'n kennamuu dandahanis isaan armaan gadiiti. 1.Galmeessa Haaraa 2.Heeyyama Haaraa 3.Haaromsa Heeyyamaa 4.Galmee Fooyyessuu 5.Fooyyessuu Heeyyamaa 6.Galmee bakka Bu'iinsaa 7.Heeyyama Bakka Bu'iinsaa 8.Haqiinsa Heeyyamaa 9.Haqiinsa Galmeessaa 10.Fooyyessa Qulqulleessa Maqaa 11.bakka Buusa Maqaa 12.Haqiinsa Maqaa Daldalaa Deeggarsa yoo isin barbaachise qofa waajjira daldalaa deemuun deeggarsa argachuu dandaassu. Itti fayyadamuun Baasii fi yeroo keenya haa qussannu!
إظهار الكل...
👍 1👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
#Haccee_koo! Barbaade filee dhabee Jechoota siin ibsuu Jecha yoo dhabeeyyuu Sin dagannee libsuu. Jecha hundaayyuu olii Qaalii jechii'n' ginnee Hojii keettuu boonsaaf Nu si dagachuu dinnee. Galmee seenaa dhaaltee Baraan mootee teessaa Atin yoomiyyu hin baatuu Onnee dhalootaa keessaa. Kutataa gaafa booree Ol ka'ee sabaaf morku Onnataa gaafa rakkoo Ulaa duuchee dhorku. Seenaan si yaadataa Bara baraan jiraattee Dhugaa jirtu baaftee Lubbuu qaalii laattee. Dhugaa dubbachuu kee Ergaa ta'ee yakkaa Haccee garaan keenna Sin dagannee takkaa. Haqaaf wareegamtee Ofi'n' laannee cubbuu Aarsaa haqaaf baasuu Hin sassannee lubbuu. Dhiira guyyaa morkaa Geeraree diina naasisu Goota weelluun kaasee Dhaloota cichaa taasisu. #Haccee_gaafa_xiiqii! Walaloon Qurii Qah. t.me/geegeete
إظهار الكل...
3
Photo unavailableShow in Telegram
👍 5 3
When demand is greater than supply...it is called A.shortage B.Surplus C.Efficiency Inflation is added to which of the following GDP? A.Nominal GDP B.Current GDP C.Real GDP
إظهار الكل...
👍 23 1
[ New ] Awash Bank Job vacancy June 24 2024 BA Degree in Accounting, Economics, Management & Business Administration Diploma in Electronics Technician or related field How to Apply online https://ethiojobszone.com/awash-bank-job-vacancy-june-24-2024/ Deadline Date : July 2, 2024 t.me/geegeete
إظهار الكل...
Awash Bank Job vacancy June 24 2024 - Ethiojobszone

👍 7🔥 1🥰 1
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.