ar
Feedback
Komishinii Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Oromiyaa

Komishinii Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Oromiyaa

الذهاب إلى القناة على Telegram

إظهار المزيد
5 603
المشتركون
-224 ساعات
-147 أيام
-6430 أيام
أرشيف المشاركات
Due to technical issues, the channel will need to be recreated. To avoid similar situations in the future, you must use our BOT to get the updated channel link. The old channel is no longer active and may be deleted. You can get the link to the new channel through the bot.

Rakkoo teeknikaatiin kan ka’e chaanaaliin kun irra deebiin uumamuu qaba. Rakkoo akkanaa gara fuulduraatti akka hin uumamneef, liinkii chaanaalii haarawaa argachuuf BOT keenya fayyadamuu qabdu: Chaanaaliin duraanii hojii irra hin jiru jechuun ni danda’ama akkasumas haqamuu danda’a. Liinkii chaanaalii haarawaa karaa botichaa argachuu dandeessu.

(KNFMNO, Eebla 28/2018, Finfinnee) ****** Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiyaa raawwii hojii manneen hojii fi dhaabbilee barnootaa irratti deeggarsaafi hordoffii gaggeessaa Jira.

(KNFMNO,Ebla 14/2018,Finfinnee) Qaamoleen Hawaasaa Hundi Miidhaa Malaammaltummaan Qaqqabsiisu Hundee irraa Goggogsuuf Dhimma Dhaloota Safuun Ijaaruu irratti Hojjechuu Qabu Jedhame. Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiyaa Gamaaggama Raawwii Hojii Kurmaana 3ffaa Bara Baajataa 2018 Gaggeessaa Ture Xumure. Xumura sagantaa gamaaggamichaatti kallattii hojii fuula duraa kan kennan Komishinarri KNFMNO kabajamoo obbo Abdallaa Ogatee, malaammaltummaan biyya diigaa,dingdee biyyaa quucarsa. Ka’umsi ijoo malaammaltuummaa cabinsa safuufi mucuca naamusaati.Komishinichi duudhaalee kanneen bakkatti deebisuuf qaamolee garaa garaa waliin qindoomina uumuun hojii bu’a qabeessa hojjechaa jira. Kanaafuu,qaamoleen hawaasaa hundi miidhaa malaammaltummaan qaqqabsiisu hubachuun gocha hamaa kana hundeerraa goggogsuuf dhimma dhaloota safuun ijaaruu irratti kutannoon hojjechuu qabu jedhaniiru. Haaluma kanaan, Komishiinichi ji’oottan saglan darban keessa dhaloota safuufi naamusa gaarii qabu akka horatamu taasisuuf qaamolee gahee qaban waliin qindoomee sochiiwwan ijaarsa safuu fi naamusa gaarii sadarkaa adda addaatti taasiseen namootni 9,492,849 ta’an leenjii fi hubannoo argachuu gabaasa dhiyaaterraa hubatameera. Gama biraatiin, hojiwwan Caasaalee Dhimmoota Dh/Naamusaa fi Farra Malaammaltummaan hojjetamaniin walqabatees, maallaqni mootummaa seeraan ala qisaasame qarshiin 25,243,111 gabaasa odiitii keessaa fi alaan akka deebi’uu ta’ee jira. Akkasumas meeshaalee dhaabbataa laptop 9 fi lafti baadiyaa heektaara 3 akka deebi’u ta’ee jira. Qo'annoo hojimaataa fi qorannoo tarsiimoo geggeessuun hojimaata malaammaltummaaf qaawwa banuu danda'an adda baasuun akka sirratu gochuun walqabatees hanga kurmaana kanaatti qo’annooleen hojimaataa 12 gaggeeffamanii jiru. Akkasumas qabeenya beeksisuu fi galmeessisuun sirna iftoominaa fi itti gaafatamummaa hojii irra oolchuu ilaachisee, qabeenyi namoota 93,866 ta’anii akka galmaa’u ta’ee jira. Dabalataan qo’annoo ittisa malaammaltummaa ariifachiisaa gaggeeffameen qabeenya mootummaafi ummataa qisaaasamuuf ture qarshii 673,147 fi lafti magaalaa 18,849M2 akka deebi’u ta’eera.