HEALTH EDUCATION
الذهاب إلى القناة على Telegram
This is the first Governmental platform of paying users with highest multiplier. Contact us: CEO
إظهار المزيد2 819
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-87 أيام
-6230 أيام
جاري تحميل البيانات...
القنوات المماثلة
سحابة العلامات
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
الإشارات الواردة والصادرة
---
---
---
---
---
---
جذب المشتركين
نوفمبر '25
نوفمبر '25
+1
في 0 قنوات
أكتوبر '250
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '250
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '25
+2
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '25
+4
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '25
+6
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '25
+632
في 1 قنوات
Get PRO
أبريل '25
+13
في 6 قنوات
Get PRO
مارس '25
+18
في 2 قنوات
Get PRO
فبراير '25
+7
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '25
+19
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '24
+30
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '24
+25
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '24
+196
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '24
+357
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '24
+669
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '24
+1 062
في 14 قنوات
Get PRO
يونيو '24
+421
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '24
+148
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '24
+151
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '24
+179
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '24
+236
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '24
+294
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '23
+510
في 16 قنوات
Get PRO
نوفمبر '23
+86
في 1 قنوات
Get PRO
أكتوبر '23
+403
في 3 قنوات
Get PRO
سبتمبر '23
+370
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '23
+1 461
في 0 قنوات
| التاريخ | نمو المشتركين | الإشارات | القنوات | |
| 23 نوفمبر | 0 | |||
| 22 نوفمبر | 0 | |||
| 21 نوفمبر | 0 | |||
| 20 نوفمبر | 0 | |||
| 19 نوفمبر | 0 | |||
| 18 نوفمبر | 0 | |||
| 17 نوفمبر | +1 | |||
| 16 نوفمبر | 0 | |||
| 15 نوفمبر | 0 | |||
| 14 نوفمبر | 0 | |||
| 13 نوفمبر | 0 | |||
| 12 نوفمبر | 0 | |||
| 11 نوفمبر | 0 | |||
| 10 نوفمبر | 0 | |||
| 09 نوفمبر | 0 | |||
| 08 نوفمبر | 0 | |||
| 07 نوفمبر | 0 | |||
| 06 نوفمبر | 0 | |||
| 05 نوفمبر | 0 | |||
| 04 نوفمبر | 0 | |||
| 03 نوفمبر | 0 | |||
| 02 نوفمبر | 0 | |||
| 01 نوفمبر | 0 |
منشورات القناة
| 2 | Baayyina: 60
Muuxannoo:0 year
Biiroo Fayyaa Bulchiinsa Dirree Daawwaa
Digirii jalqabaan:
👉 Nurse
👉OR Nurse
👉 Emergency critical care Speciality Nurse
👉 General Child Nurse
👉 Midwifery
👉 Psychiatry
👉Anesthesia
👉Physiotherap
Level IV
👉Nurse
👉 Laboratory
👉 Biomedical
👉HIT
👉 Health Extension
Galmeen:19-23/12/2017
Bakki Galmee: Biiroo Fayyaa Bulchiinsa Dirree Daawwaa tti galmaa'uu dandeessu.
https://t.me/Oromiacpdcenter | 0 |
| 3 | Dhukkuba sukkaaraa!
Dhukkubni sukkaaraa hamma namoonni baay'een yaadanii ol haalaan hamaadha.
Dhukkubni sukkaaraa miilli akka nama irraa muramu godha.🦵
Ija ballaa nama taasisuu bira taree tiruu, onnee, narvii fi kkf miidhuu dandaya.
Dhukkuba kana hin tuffatinaa. Yeroo hunda hamma sukkaara dhiiga keessanii ilaalaa. If kunuunsaa. Hordoffii taasisaa! | 0 |
| 4 | لا يوجد نص... | 0 |
| 5 | Yeroo tokkotti dhiiraa lama irraa ulfaa'uu (superfecundation)
***
Dubarri tokko yeroo hanqaaquun gadhiifamtu( Ovulation) yeroo gabaabaa keessaatti dhiira lama wajjiin qunnamtii saalaa yoo goote carraan lamaan isaanitiin ulfaa'uu ni jira!
Daa'immaan haala kanaan dhalatan lakkuu yoo yoo dhalataniyyuu wal hin fakkaatan kunis abbaa isaanii fakkaachuu danda'u jechuudha!
Biyyaa keenya keessaattis yeroo da'ima lakkuun dhalatan tokko kiyyaa miti jechuun ni muudata.Kunis sababa qala'insa jireenyaa qofaaf osoo hin taane carraa da'immaan lakkuu dhalatan kan abbaa adda addaa tahuu danda'u jechuudha.
Kanas adda baasuu qorannoo DNA kan barbaachisu yoo tahu biyya keenya keessatti baayyee hojiirra hin oolle.
Seenaa dhugaa irratti hundaa'en dubartiin biyya Ameerika kutaa Niiwu Jeersii keessatti deesse suuraa armaan gadii ilaalaa! Daa'ima bifa gurraacha fi adii lakkuu deesse!
SAFUU jedheera ani! Isinhoo?
**** | 0 |
| 6 | Fayyaa Marsaa Laguu
***
Marsaan laguu yoo maal ta'e mana yaalaa deemtanii ogeessa mariisisuu qabduu?
****
1. Laguun yoo walitti aansee guyyoota 90 oliif hin dhufiin hafe (Yoo hin ulfoofne ta'e jechuudha)
2. Laguun dhufee yoo guyyaa 7 ol isinirra ture.
3. Marsaa laguuf sa'atii lama keessatti menustrion pad (moodesii) lamaa ol yoo barabaachise.
4. Laguun dhufee erga deemee guyyoota 21 gaditti yoo deebi'ee dhufe (daddaafee dhufaa jira jechuudha).
5. Laguun dhufee erga deemee guyya 35 turee deebi'a yoo ta'e.
6. Mrsaan laguu tokko dhufee kan biraan haga dhufutti gidduutti yoo dhiiguun jiraate.
7. Yeroo marsaa laguu dhukkubbiin humnaa olii kan hojii guyyaa guyya irraa isin dhorku yoo mudate.
8. Yeroo marsaa laguu irraa jiran yoo dhagna gubaa (fever) cimaa qabaatan.
**
Fayyaan Faaya | 0 |
| 7 | EEGGANNOO DAA'IMMANIIF GODHAMUU QABAN:
**
1. Harma hoosisuu irratti. Aannan haadhaa addunyaa kana irratti daa'ima amma dhalateef bakka nyaataa fi dhugaatii bu'ee kan tajaajiluu gita kan him qabnedha. Daa'imni dhalate/tte tokko haga ji'a jahaatti aannan harmee ishii qofa soorachuu qabdi. Keemikaala vaayiresii fi baakteeriyaa garaa garaa lolan of keessaa qaba. Allerjii, asmii, infekshiinii garaa garaa kan akka teesiisaa, ittisa. Daa'imni aannan harmeesaa hodhee guddate sammuun isaa kan hin hodhiin caalaa qaroomaa ta'a. Kan nama dhibu aannan guyyoota jalqabaa ba'u furdaan silga (clostrum) jedhamu ujummoo nyaataa daa'imaa kan nyaata agree hin beekne barsiisuudhaaf kan dursee dhufu kanaaf baay'ee barbaachisa.
2. Aduutti ho'isuu. Torbanitti yoo xiqqaate guyyaa afur ganama ganama daqiiqaa soddomaaf daa'imman keeenya aduutti baasuu qabna. Lafeen daa'immanii jaabaatee guddachuuf vitamin D dirqama barbaachisaadha. Vit D ammoo kan oomisha gogaa daa'immanii keessatti gargaarsa aduutiin.
Isa kana hedduun Keenya ni beekna garuu dogoggorri yeroo hedduu uumamu daa'ima too aduutti ho'isnu dibata akka vaasiliinii fi dhadhaa itti dibna. Kun tasumaa ta'uu him qabu. Dibata yoo dibuun barbaachise erga aduutti baafnee booda. Daa'ima too aduutti baafnu dibata tokko males uffata tokko malee qullaa isaanii baasuu qabna.
3. Talaallii yeroo yerootti kennamu akka salphaatti ilaaluu hin qabnu. Talaalliin kennamu dhukkuboota akka Hepatitis b virus, tetanus, Tuberculosis, measles, diphtheria, pertussis, streptococcus pneumonia, fi kanneen biroo irraa daa'imman keenya eega.
*
Fayyaan Faaya | 0 |
| 8 | Mallattoowwan MATAA DHUKKUBBIIN Yaala Hatattamaa Akka Barbaadu Agarsiisan (RED FLAGS OF HEADACHE)
-----------------------------------------------------------------------------------------------------------------
1. Mataa dhukkubbii jalqabee daqiiqaa xiqqoo keessatti dhukkubbiin isaa garmalee cimee sadarkaa obsuu hin dandeenyerra nama geessisu.(Thundercalp headache)
2. Mataa dhukkubbii haala taa'umsa qaamaa (positional change) irraan garmalee namatti cimu ykn jijjiiramu.
3. Mataa dhukkubbii sochii qaamaa, waa hojechuu (exertion) qufa'uu, haxxifachuu fi kkf irraan nama eegalu.
4. Mataa dhukkubbii cimaa haaraa (kan duraan hin jirre) keessumaa namoota waggaa 50 olii yoo mudatu.
5. Mataa dhukkubbii yeroo mara buqqee mataa (head) irraa bakka tokko deddebi'ee dhukkubu.
6. Mataa dhukkubbii walitti fufaa (kan gidduutti hin fooyyofne ykn hin dhiifne).
7. Mataa dhukkubbii duraan dhukkubbii xiqqoo qabu fi daddafee deebi'ee hin dhufne yoo haala jijjiiratee garmalee haala duraa caalaa namatti yoo cimaa deemu.
8. Mataa dhukkubbii mallattoowwan biroo kan akka dhaqna gubaa, sochii dadhabuu kutaa qaamaa akka harkaa ykn miilaa, ulfaatina baay'ee hir'isuu of biratti qabatee deemu.
Madda: American Migraine Association
Fayyaan Faaya
Dr. Gurmeessaa H. | 0 |
| 9 | Dhukkuba cittoo (Scabies)
KA’UMSA
Cittoon ilbisa xiqqoo ijaan hin mulla’anne Sarcoptes scabiei jedhamtuun kan dhufu dha.
Ilbisi kun miila saddeet kan qabdu yoo taatu, erga gogaa namaa irra qubattee booda, gogaa namaa gadi qotuudhaan boolla uummattee keessatti hanqaaquu buusuudhaan wal horuu eegalti, achumaanis mallattoo argisiisuu eegalti.
Cittoon qaama namaa keessaa bakka jallaattu qabdi, isaanis: quba gidduu, bobaa jala, naannoo buusaa barruu harkaa, ciqilee, faana miillaa, naannoo harmaa, naannoo qaama saalaa dhiiraa, teessuma fi jilba fa’i.
MALLATTOO
Garmalee hooksisuu, hooksisuun kun guyyaa caalaa halkan kan hammaatuudha.
Madaan xixiqqoo gogaa irraa xiqqoo olkaatu, keessumaa yoo ciminaan kan hooqan ta’e haga dhiiguutti deemtu.
Mallattoon dhukkuba cittoo kun namoota dhukkuba dabalataa akka HIV/AIDs qaban irratti baay’ee kan hammaattuudha.
Erga gogaan namaa sababa cittoo kanaan miidhamee madaa’ee booda, baakteeriyaan adda addaa kan duraan gogaa uranii seenuu hin dandeenye, carraa uumameef kanatti fayyadamuudhaan nama hubuu malu. Yeroo kana gogaan haga malaa (pus) yaa’uutti madaa’uu danda’a.
DADDARBIINSA
Waltuttuqqaa nama dhukkuba kanaan qabame fi nama fayyaa yoo ta’u.
Uffataa (keessumaa uffata kan qaamatti aanu) yoo kan namoota dhukkuba kana qaban waliin kan qooddatan ta’eedha.
YAALA FI ITTISA
Cittoon qorichaan (qoricha qaama hubametti dibatamuun) kan guutummaatti fayya.
Kanaaf akkuma mallattoo kana ofirratti arganiin, mana yaalaa deemanii qoricha fudhachuun dirqama.
Uffata qaamaa fi uffata siree ciisicha namni cittoodhaan qabame fayyadame hunda altakkaa saamunaadhaan sirriitti miicuu, achiis sirriitti akka goguuf aduutti baasuu.
Waantoota miicamuu hin dandeenye ammoo plaastika keessa kaa’uudhaan bakka namni hin geenye tirban muraasaaf tursiisuudha. Kunis jarmootni cittoo fidan kun beela’anii waan du’aniifi dha.
Fayyaan Faaya | 0 |
| 10 | #Magaalaa_Finfinnee
#Ministry kutaa 8ffaa
Qormaatni kutaa 8ffaa bara 2017 barattoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee keeysatti qoramtan hundi karaa link 🔗 https://aa.ministry.et/#/resu kanaan seentanii qabxii keeysan ilaallachuu dandeeysu.
Odeeffannoo barnoota qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! | 0 |
| 11 | Obboloota koo muslimaa guutuu adduunyaa irra facaatanji argamtan
اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ
Baga Allaahaan umrii isin dheereeysee guyyaa iidaa kabajamaa EID-AL-ADHAA Kanaan nu gahe, waggaa waggaan warra itti deebi'u nu haa taasisu!!
عيدكم مبارك. كل عام وأنتم بخير، تقبل الله طاعتكم، وأعاد عليكم العيدبالخيرواليمن والبركات.أسأل الله أن يجعل أيامكم أفراحًا، وأن يرزقكم السعادة والرضا.
Aamiin Aamiin ya allha | 0 |
| 12 | Bu'uu(gadhiisuu) turuu Handhuura daa'mman kichuu(Delay in cord separation)
*******
Da'imni garaa haadhaa keessatti handhuurri isaa Karaa obbaatii ujummoo dhiigaa haadha waliin wal quunnama,karaa kanaan kan inni nyaata fi oksijinii dhiiga haadha keessaa argatu.Yommuu dhalatu garuu handhuurri isaa/ishee obbaatii irra kutamuun akka hin dhiigne 2cm kan ta'u hambisuun handhuurri da'imaa kun hidhama.Inni hidhame Kunis ofiisaatii gogee guyyoota 7 hanga 14 gidduutti itti adda ba'a ykn irraa bu'ee bada,isa booda handhuura qofaatu hafa jechuudha
Handhuurri inni irraa citee hafe(umbilical stump) kun bu'uu ykn irra adda ba'uu ture kan jennu guyyoota 21 ykn torban 3 ol yoo utuu ofii isaa irraa bu'iin yoo tiredha.
Maaltu akka Turu taasiisuu danda'a?
.....................................
1.Infekshinii ( baakteriyaa gara garaa,fungasii fi jarmoota biroon hundhuurri yommuu hubamuu)
2.Daa'imni sun hanqina madinummaa dhalootaan yoo qabaate(primarily immuno deficiency)
3.Dhalootan da'imni sun hanqina hormonii taayiroksinii (hypothyroidism) yoo qabaate,kun metabolism qaama hir'isuu madaan sun dafee akka hin fayyine taasiisuun dafe Akka irra citne godha
4.Kunuunsi handhuura godhamuu dhabuu
-jiidhinsa itti baay'isuu
-qulqullina eeguu dhabuu
-Akka malee qulqulleessuuf yaaluu
kun kun Akka madaan dafee hin qoorree fi dafee akka buune godha
5.Dhibee sukkaaraa,Kunis madaan dafee akkan fayyine gochuunidha
Yoo osoon bu'iin ture dhiibbaan isaa maali?
-Infekshinii handhuuraa (Omphalitis)
-Dimatee hiita'uu handhuuraa(umbilical granuloma)
-darbe darbe daa'mman muraasa itti fistula fidu danda'a
Maal goona yoo nuu quunname?
1.Naannoon handhuuraa qulququllu fi qooraa akka ta 'u gochuu, jiidhinsa irraa eeguu
2.Qaqqabbi gar malee itti baay'isuu dhiisuu
3.humnaan harkisanii irraa buusuu yaaluu dhiisuu
4.mallattolee kan akka diimachuu ,dhiita'uu,mala'uu ykn mala yaasuu handhuura fi,dhaqna ho'isuu yeroo kamiyyuu yoo jiraatee ,isan kun mallattoolee infekshini waan ta'aniif, akkasumas mallattooleen kun dhibamanis ,torban 3 osoo irraa hin bu'iin yoo ture mana yaala deemuun ogeessa fayyaa ilaalchisuu qabnaa jechuudha.
Amma tokko gorsa irraa argattuu jedheen yaada
Galatooma!
Dr Jiregna Gemechuu | 0 |
| 13 | لا يوجد نص... | 0 |
| 14 | Waa'ee Cirracha Kalee Maal Beektu?
============================
👉 Cirrachi Kalee Maali?
---‐--------------------
Cirrachi kalee kuufama albudoota garagaraa kan akka Kaalsiyeemii, Ookzaaletii, Yuurik asiidii fi ashaboo asiidawaa fincaan keessa jiran irraa kan uumamanii dha. Albudootni kunniin qaama keenya keessaa gara fincaaniin kan bahanii dha.
Gosa albudoota irraa tolfaman irratti hundaa'uun, cirrachi kalee maqaa ykn akaakuu garagaraa qabaata. Cirrachi kuniis kalee fi ujummoo ykn afuuffee fincaanii keessatti uumamuu kan danda'uu dha.
👉 Cirrachi Kalee Maalif Uumama?
----------------------------------
Yeroo baay’ee sababni uumama cirracha kalee ifa ta'ee ykn addaan bahee argamuu dhabuu danda'a. Haa ta'u malee wantoonni carraa cirracha kaleetiin qabamuu keenya dabalan hedduutu jira. Isaan keessaa:
♤ Bishaan gahaa ta'e dhuguu dhabuu.
♤ Naannoo hoo'aa/gammoojjii keessa jiraachuu.
♤ Nyaata sooqidda, sukkaaraa fi pirootiinii hedduu of keessaa qaban baay'isanii fayyadamuu.
♤ Maatii dhihoo keessa namni cirracha kalee qabu jiraachuu.
** Kana jechuun garuu cirrachi kalee sanyiin daddabra jachuu miti.
♤ Dhukkuboota qaama sirna nyaataa (garaacha fi mar'umaan) miidhan jiraachuu.
♤ Namoota opireeshiniin qaamota sirna nyaataa kana irratti godhameef.
♤ Dhibee garaa kaasaa yeroo dheeraaf ture.
♤ Ulfaatina qaamaa gar malee guddaa ta'e.
♤ Infeekshinii fi dhukkuboota ujummoo fincaanii dabalatee kanneen biroos jiraachuu danda'a.
=============== ×××××××× ===============
** Waa’ee 'Mallattoo fi Wal'aansa Cirracha Kalee', kutaa 2ffaa irratti qabannee dhihaanna. | 0 |
| 15 | *Haaydiroseefaalas (Hydrocephalus)/Mataa kessatti bishaan walitti qabamuu
""""""
-Sammuun namaa guyya guyyaan bishaan (cerebrospinal fluid) oomisha, bishaan kunis gara qaamatti wal jalaa debi’aa deema.
-Sababa gara garaa irraa kan ka’ee bishaan mataa kessatti heddumachaa yeroo dhufuu sammuu irra dhiibaa fiduun midhaalee gara garaatiif nama saaxila.
>Bishaan mataa kessatti maalif walitti qabama?
>Rakkolleen kun maal irraa dhufa?
>wal’aansi isaahoo??
👉Rakkolleen kun maal irraa dhufa? (Abaarsaa miti)
*Iddoo lamatti qoodama
1. Rakkoo uumamaa (Congenital)
- Biyya kenyatti bayyinaan kan fidu isa kana yeroo tahu hedduun isaa daa’ima rakkoo sirnaan cufaamu dhabuu ulee narvii (neural tube defect/spina bifida) waliin wal qabata.
2. Rakkina guyyaa keessa irraa kan dhufuu (Acquired)
- Infeekshiini mataa kessaa
- Kalladoo mataa
- Dhigni mataa kessatti dhangal’u fi kkf
👉Mallatoon isaa hoo?
●Saffisaan gudachuu fi dhita’uu mataa
●Iji daa’immani akka aduu lixaa jirtuti qaama iddoo ijaa keessa gadi lixxi
●Hoqqisuu
●Yeroo dheeraa rafuu, dadhabuu
●Gaggabuu
👉Dhibee kana mirkannefachuuf qorannoon barbaachiisu maalii?
▪︎Mataa daa’imaa saffaruu
▪︎Altraa-sawundii
▪︎Sitii iskan (CT-scan) fi MRI
👉Wal’aansii isaa hoo??
-Wal’aansii isaa sababa isaa irratti hundaa’a, garuu innii guddaan yaala baqaqsaani wal’aanuuti. | 0 |
| 16 | Shamarraniifi...
Fayyaa naannoo qaama saalaa keessaniif
1.Saamunaa foolii hin qabneen naannoo qaama saalaa keessan(vulva) dhiqadhaa
2.saamunaan qaama saalaa keessan keessa seenuu hin qabu
3.Uffata jalaa(paantii) haaraa yoo bittan Utuu hin miicciin hin uffatinaa
4.Dibata qaamaa , shittoo ykn doodiraantii naannoo qaama saalaa keessaniitti hin dibatinaa, allergy isinitti tahuu danda'a ykn isin hoosisuu akkasumas foolii badaa kennuu waan danda'uuf
5.Uffata garmalee isin qabu hin uffatinaa!
6. Naannoo qaama saalaa keessanii erga dhiqattanii booda erbee ykn carqiin sirriitti gogsaa(haxaawaa).
Fayyaa hin dhabinaa
Dr Nafyad Getu | 0 |
| 17 | لا يوجد نص... | 0 |
| 18 | +5 1. Foundation of modern nursing.pdf | 0 |
| 19 | A list of some infectious diseases and their causative agents:
1. Influenza
Causative Agents: Influenza viruses (e.g., influenza A, B, C)
2. Tuberculosis
Causative Agent: Mycobacterium tuberculosis (bacterium)
3. HIV/AIDS
Causative Agent: Human Immunodeficiency Virus (HIV)
4. Malaria
Causative Agents: Plasmodium species (parasites, transmitted by Anopheles mosquitoes)
5. COVID-19
Causative Agent: SARS-CoV-2 (virus)
6. Hepatitis B
Causative Agent: Hepatitis B virus (HBV)
7. Hepatitis C
Causative Agent: Hepatitis C virus (HCV)
8. Dengue Fever
Causative Agent: Dengue virus (arbovirus, transmitted by Aedes mosquitoes)
9. Cholera
Causative Agent: Vibrio cholerae (bacterium)
10. Typhoid Fever
Causative Agent: Salmonella enterica serotype Typhi (bacterium)
11. Measles
Causative Agent: Measles virus (virus)
12. Rubella
Causative Agent: Rubella virus (virus)
13. Pneumonia
Causative Agents: Streptococcus pneumoniae (bacterium), Haemophilus influenzae (bacterium), Mycoplasma pneumoniae (bacterium), Viruses (e.g., influenza virus, respiratory syncytial virus)
14. Meningitis
Causative Agents: Neisseria meningitidis (bacterium), Streptococcus pneumoniae (bacterium), Haemophilus influenzae type b (Hib) (bacterium), Various viruses (e.g., enteroviruses)
15. Tetanus
Causative Agent: Clostridium tetani (bacterium)
16. Whooping Cough (Pertussis)
Causative Agent: Bordetella pertussis (bacterium)
17. Zika Virus Infection
Causative Agent: Zika virus (arbovirus, transmitted by Aedes mosquitoes)
18. Ebola Virus Disease
Causative Agent: Ebola virus (virus)
19. Hantavirus Pulmonary Syndrome
Causative Agent: Hantavirus (virus)
20. Leptospirosis
Causative Agent: Leptospira species (bacteria)
21. Rocky Mountain Spotted Fever
Causative Agent: Rickettsia rickettsii (bacterium, transmitted by ticks)
22. Schistosomiasis
Causative Agents: Schistosoma species (parasites)
23. Trichomoniasis
Causative Agent: Trichomonas vaginalis (parasite)
24. Yellow Fever
Causative Agent: Yellow fever virus (arbovirus, transmitted by Aedes and Haemagogus mosquitoes)
25. Rabies
Causative Agent: Rabies virus (virus, typically transmitted through animal bites)
26. Syphilis
Causative Agent: Treponema pallidum (bacterium)
27. Chlamydia Infection
Causative Agent: Chlamydia trachomatis (bacterium)
28. Gonorrhea
Causative Agent: Neisseria gonorrhoeae (bacterium)
29. Clostridium difficile Infection (CDI)
Causative Agent: Clostridium difficile (bacterium)
30. Aspergillosis
Causative Agent: Aspergillus species | 0 |
| 20 | HIR'INA DHIIGAA (ANEMIA)
Hir'ina dhiigaa jechuun yoo dhiigni diimaan
qaama keenya keessatti argamu haga
barbaachisuu irraa gadi bu'u jechuudha.
MALLATTOO ISAA
1. Dadhabbii, afuurri cituu, harkii fi miilli
dilallaa'uu
2. Mataa dhukkubbii lafti namaan maruu,
waa yaadachuu dadhabuu.
3. Dha'annaan onnee oduma taa'anii akka
nama fiiguu namatti dhaa'amuu
4. Gurra keessaa namatti iyyuu, dhamdhamni
nyaata namatti jijjiiramuu fi kkf.
MAALTU HIR'INA DHIIGAA FIDAA?
1. Dhiiguu kanneen akka dahumsaa, marsaa
laguu, kintaarootii fi kkf.
2. Hir'ina viitamin B.
3. Hir'ina elementii ayirenii (Iron)
4. Dhukkuba garaachaa
5. Raammoo garaa (hook worm)
6. Dhukkuba busaa (malaria)
7. Dhukkuba kalee yoo baayyee namarra ture
8. Dhukkuboota lafee (bakka itti dhiigni
oomishamu) miidhan.
9. Dhukkubootni biroo kan yeroo dheeraaf
namarra turan illee hir'ina dhiigaa ni fidu.
NYAATA KAM NYAANNEE OF WAL'AANNAA?
1. Hundee diimaa
2. Timaatimaa fi loomii
3. Tiruu
4. Kuduraalee fi muduraalee.
5. Damma fi Aannan
6. Nyaata armaan olii kana yoo nyaannu
bunaa fi shayii waliin dhuguu hin qabnu.
Kunis xuuxamuu iron waan hir'isuuf.
Fayyaan Faaya
Dr. Gurmeessaa | 0 |
