cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

SIRBOOTA HARWAA 2016

MANA SIRBOOTAN AFAAN OROMOO* © Isaannan Ammayyaa © Sirboota Haaraa © Sirboota Duraanii © Hip-Hop fi Rap Oromic Music! Join and Share 🤏 Godhaatii..

إظهار المزيد
فنلندا3 119لم يتم تحديد اللغةالسفر15 349
مشاركات الإعلانات
261
المشتركون
+1124 ساعات
+677 أيام
+6730 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

إظهار الكل...
Repost from KUUSH EJENSII*
Photo unavailableShow in Telegram
#ONLINE #PASSPORT Waajjira muummee Finfinnee tti argamuun alattis waajjiraalee damee armaan gaditti caqafaman irraa, akkasumas ergamoota Itoophiyaa (embassy) biyya alaa jiran irraa, yeroo toora interneetii irratti nu waliin iyyattan paaspoortii keessan argachuu dandeessu. (Immigration Asii Gadii Kan Isiniif Dhihoo Jiru Irratti Jalqabuu Dandeessu) 1 Waajjira Damee Hawaasaa 2 Waajjira damee Dasee 3 Waajjira damee Dirredawaa 4 Waajjira damee Bahardar 5 Waajjira Damee Maqalee 6 Waajjira damee Jimmaa 7 Waajjira damee Jigjigaa 8 Waajjira damee Samaraa 8 Waajjira Damee Adaamaa ✅ Tarree Haala kaffaltii ☞ Birrii 2000 paaspoortii haaraa argachuuf. ☞ Birrii 2000 haaromsuuf ☞ Birrii 4000 Kan isin Jalaa hatame/bade ☞Ijoolleef ykn kan Umrii 18 gad ta'aniif Birrii 2000 ☞ Kan isin Jalaa kukkutame/Cicciramee Birrii 2000 ☞ Umurii fi maqaa jijjiiruuf yeroon daangeffame yoo darbe (Expired Ta'e) Birrii 2000, yoo hin taane (none Expired) Birrii 4000 @Ejansii1 Keessoon Nu dubbisuuf @KKIBAR23
إظهار الكل...
2🔥 2😁 1
#ONLINE #PASSPORT Waajjira muummee Finfinnee tti argamuun alattis waajjiraalee damee armaan gaditti caqafaman irraa, akkasumas ergamoota Itoophiyaa (embassy) biyya alaa jiran irraa, yeroo toora interneetii irratti nu waliin iyyattan paaspoortii keessan argachuu dandeessu. (Immigration Asii Gadii Kan Isiniif Dhihoo Jiru Irratti Jalqabuu Dandeessu) 1 Waajjira Damee Hawaasaa 2 Waajjira damee Dasee 3 Waajjira damee Dirredawaa 4 Waajjira damee Bahardar 5 Waajjira Damee Maqalee 6 Waajjira damee Jimmaa 7 Waajjira damee Jigjigaa 8 Waajjira damee Samaraa 8 Waajjira Damee Adaamaa ✅ Tarree Haala kaffaltii ☞ Birrii 2000 paaspoortii haaraa argachuuf. ☞ Birrii 2000 haaromsuuf ☞ Birrii 4000 Kan isin Jalaa hatame/bade ☞Ijoolleef ykn kan Umrii 18 gad ta'aniif Birrii 2000 ☞ Kan isin Jalaa kukkutame/Cicciramee Birrii 2000 ☞ Umurii fi maqaa jijjiiruuf yeroon daangeffame yoo darbe (Expired Ta'e) Birrii 2000, yoo hin taane (none Expired) Birrii 4000 @Ejansii1 @Ejansii1 Keessoon Nu dubbisuuf @KKIBAR23 irraan Koottaa!!
إظهار الكل...
1
Photo unavailableShow in Telegram
✅️ #PASSPORT #PASSPORT #PASSPORT #ONLINE_PASSPORT ** Paaspoortii Fi Tajaajila Passport Baafatuu Ka Barbaaddan Hundaaf!!** ✅️ Qophhooftuun qofti inbox dhaan @KKIBAR23 irratti nu dubbisaa!👇 ✅️ ❶. Paaspoortii haaraa baasuuf - ❖ waraqaa Eenyummaa Haaromfame - ❖ Kaardii guyyaa dhalootaa - ❖ Lakkoofsa bilbilaa ✅️ ❷. #HAAROMSUUF -❖ Suuraa Gurd -❖ Koppii paaspoortii -❖ Lakkoofsa bilbilaa! ✅️ ❸ kan Bade/hatame deebisuuf -❖ waraqaa Eenyummaa Gandaa -❖ Suuraa Gurd -❖ Xalayaa ragaa poolisii -❖ Lakkoofsa bilbilaa ✅️ ❹. Waggaa 18 gadii -❖ Eenyummaa Gandaa kan maatii -❖ Kaardii guyyaa dhaloota daa'imaa -❖ Lakkoofsa bilbilaa! ✅️ ❺ Umurii sirreessuuf -❖ Kaardii guyyaa dhalootaa -❖ Suuraa Gurd -❖ Koppii paaspoortii -❖ Lakkoofsa bilbilaa ✅️ ❻ Maqaa jijjiiruuf ykn sirreessuuf -❖ Suuraa Gurd -❖ Koppii paaspoortii -❖ Waraqaa mana murtii -❖ Lakkoofsa bilbilaa ✅ Dabalataaf:- ▫️0954529835 ▫️0910915348 keessaan 👉 @KKIBAR23
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Gaaf tokko namiicha uffaata cicciita (moofaa) uffaatee deemuu tokko gara mana baankii deemee qarshii kuma shan (5000) akka baasanif hojjatoota baankii sanaatti waaraqa barreesse itti keenne. Hojjaatani baankii sunis lakkii akkaa seeraa baankii kanati guyyaa tokkotti qarshii kuma sadii(3000) ol baasuun hin danda'amu jedhe deebisef Achuuman namichii maaloo nan rakkaadhee obboleesa koo har'umaa qofa akkuma ta'etti naaf baasii jedheni hojjataa baankiicha kadhate innis deebisef namiicho naatti hin iyyiin naa irraa gadii bahii jedheni namicha akkaa gaadii baasanif waardiyoota utuu waama jiruu Namichii buukii ykn daabtara baankii isaa hojjaata sanati argisisee qarshii ammaan qabuu irraa hammam? baafachun danda'aa ree mee naaf ilaalali jedhe yeroo itti kennuu Buukii namichaa irraa kan jiruu qarshii #miliyoona👉70 dha 🙆 yeroodhuma sanaa hojjetaan baankicha nahee lafa lo-ka'e namichaa dhifaama gafaate ammaf baankiin keenyaa qarshii 30'000 qofa qabdii kanaaf 👉dhiifamaa guddaa waajjin boruu deebi'a jedheni qarshii ammaa inni barbaade sana baasee namichaaf kennifi jedhamaa 💟✔Maal jechuun barbaadee❓ 💟✔Hamma barbaaddee yoo baraatte 💟✔Hamma barbaaddee yoo sooromtee 💟✔Hamma barbaaddee yoo beektee 💟✔Hamma barbaaddee yoo bareeddee 💟✔Hamma barbaaddee yoo nama caltee 👉Eenyumaan iyyuu hin #tufattin ✅ 👉ilmaa namaa 👉haala uffaanaa isaatin hin maadalin✅ ✔️Waan dubbiftaniif ulftadhaa jechaa yoo isiniti tolee moo hiriyootaa keessaanif share gochuu hin dagaatiin irraa baratama👍👍
إظهار الكل...
😁 2
Photo unavailableShow in Telegram
👍 1
#Dubbisi waa beekuun furmaata Mallattoolee Sihiriin Gaa'ilakee Diiguuf sitti hojjetamuu ittiin beekktu Rabbi Qur'aana keessatti Sheexaanni Saahiroota Akka itti Sihiriidhaan Abbaa manaafi haadha manaa Addaan baasanu barsiiseera jedhe gaa'ila Diigamu keessaa Dhibbantaan 75 Sihiriidhaan Diigamaa jiraa Sihiriin kun gaa'ila Namoota Hedduu Diigaa jiraa Namni Sihiriin yoo Gaa'ila isaa Diiguuf itti hojjetame Haadha manaa fi Abbaa manaa irratti Mallattoo Armaan gadii irratti mullataa 1_Sababa tokko malee Walitti bu'uu 2_Fedhii waliin Ciisuu dhabuu 3_ Yeroo Gara Mana Namaa Deemanu Gammadanii yeroo Mana Ofii kessa jiran Gammachuu dhabuu Mana Ofii jibbuu 4_Gara Fuulla Walii ilaalu jibbuu 5_ Yeroo wal biraa Deeman Wal jaallatu yeroo Waliin jiran Sababa tokko malee Deebi'anii wal jibbuu 6_Yeroo Qobaa jaraa mana jireenyaa keessa taa'anu Sababa tokko malee Sammuun jaraa jeeqama yoo namni Sadaffaan jara waliin jiraate male Hin gammadanu 7_Sababa tokko malee wal Hiikuu barbaadu 8_Suuraan isii Asatti fokkisa kan isaas ishiitti ni fokkisaa ____ Yeroo mallattoo kana Ofirratti Argitan Du'aa'ii Baayyisu Qabdu Qur'aana Mana keessan keessatti Qara'uu Qabduu yokan Ruqaa Qaraasifachuun Barbaachisaadha Ergamaan Rabbi SAW mana keessan Qabirii hin Godhinaa Sheexaanni mana Qur'aanni keessatti Qara'Amuu hin Seenu Jedhan Manni Qur'aannii fi Du'aa'iin keessa hin jirre Akka Qabiriiti Namni mana Akkanaa keessa jiraatu hin gammadu Sababa tokko malee Of Sodaataa Wanni Hubatamuu qabu Sihiriin kun Nama sin jaallanne yokan Gaa'ilakee hin feenetu Saahiroota bira Deemee sitti hojjechiisu Danda'a Kana Qofa miti isin Yoo Wal jaallattu ta'e sheyixaanni Inaaffaan Sihirii isinitti hojjechuu ni danda'a waan ta'eef Yeroo Dhukkubni kun isin Mudate Sardamtani Gara Nama jibbitanuutti Quba hin Qabinaa Sihirii Natti hojjete jettanii Maqaa walii hin balleessinaa Kutaa lammaffaan itti fufaa Sheer godhaa waan gaarii waliif Qooduun sawaaba guddaa qaba Sher woliif godhaa
إظهار الكل...
👍 1 1
Photo unavailableShow in Telegram
3
Dubartoota lama obboleessa isaanii ajjeesan hidhaan cimaan waggaa 18 itti murame Yakki kun Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti raawwate. Tamiimaa Kamaal fi Arabee Kamaal jedhamu. “Obboleessa isaanii ajjeesuuf mari’atanii tilmaamaan galgala keessaa sa’aatii 2:00 yemmuu ta’utti ulee qabachuun obboleessa isaanii mataa keessa iddoo garagaraa rukkutan,’’ jedha galmeen poolisii.
إظهار الكل...
👍 2