ar
Feedback
Burqaa Bekkumsa islaama

Burqaa Bekkumsa islaama

الذهاب إلى القناة على Telegram

عن عبدالله بن عمرو بن العاص رضي الله عنهما: أن النبي صلى الله عليه وسلم قال: ((بلِّغوا عني ولو آية...))؛ رواه البخاري.  Ergamaan rabbi akkan jedhan narra gessa oso ayta takkalle ta'e, Koyyon kenya wan rabbi nulafesa walfi dabrsuudha. 👇 @AbduljabarTaju

إظهار المزيد
3 278
المشتركون
-324 ساعات
-67 أيام
-4030 أيام

جاري تحميل البيانات...

سحابة العلامات
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
الإشارات الواردة والصادرة
---
---
---
---
---
---
جذب المشتركين
سبتمبر '26
سبتمبر '26
+11
في 0 قنوات
أغسطس '26
+45
في 2 قنوات
Get PRO
يوليو '26
+71
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '26
+49
في 2 قنوات
Get PRO
مايو '26
+45
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '26
+47
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '26
+24
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '26
+40
في 1 قنوات
Get PRO
يناير '26
+24
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '25
+32
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '25
+13
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '25
+9
في 1 قنوات
Get PRO
سبتمبر '25
+1
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '25
+4
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '25
+2
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '25
+4
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '25
+3
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '25
+6
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '25
+1
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '25
+2
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '25
+10
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '24
+34
في 3 قنوات
Get PRO
نوفمبر '24
+126
في 5 قنوات
Get PRO
أكتوبر '24
+268
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '24
+154
في 7 قنوات
Get PRO
أغسطس '24
+113
في 5 قنوات
Get PRO
يوليو '24
+48
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '24
+63
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '24
+89
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '24
+71
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '24
+72
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '24
+160
في 6 قنوات
Get PRO
يناير '24
+126
في 6 قنوات
Get PRO
ديسمبر '23
+106
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '23
+222
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '23
+1 882
في 2 قنوات
Get PRO
سبتمبر '23
+270
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '23
+114
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '23
+83
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '23
+54
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '23
+56
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '23
+43
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '23
+15
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '23
+5
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '23
+55
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '22
+71
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '22
+60
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '22
+106
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '22
+197
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '22
+195
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '22
+119
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '22
+88
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '22
+60
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '22
+81
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '22
+146
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '22
+99
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '22
+150
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '21
+139
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '21
+224
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '21
+700
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '21
+963
في 0 قنوات
التاريخ
نمو المشتركين
الإشارات
القنوات
07 سبتمبر0
06 سبتمبر0
05 سبتمبر+3
04 سبتمبر+3
03 سبتمبر+1
02 سبتمبر+4
01 سبتمبر0
منشورات القناة
2
Iyaafannoo Nama suuraa kana irratti argitan Kun She Abdulwahab H/Amaan jedhama. Namni Kun jireenya ofii ijijjiruuf karaa baha+1
Iyaafannoo Nama suuraa kana irratti argitan Kun She Abdulwahab H/Amaan jedhama. Namni Kun jireenya ofii ijijjiruuf karaa bahara su'udiitiin deemuudhaan sagaleen isaa dhabame. Kanaaf namni nama kana argitan Akka nu beysistan kabajaan isin gaafanna. Lakk. Bilbila 0931083152 0918922669
845
3
Yaada Dheereessu kutaa 2ffaa https://youtu.be/WSo28oXbeZ8?si=QI-o1oI3iBYdFkc1
374
4
Warra telegram keessan hack isin jalaa ta'eef furmaata
Warra telegram keessan hack isin jalaa ta'eef furmaata
456
5
Yaada Dheereessu kutaa 1ffaa https://youtu.be/ift0N2BvGWU?si=pGXlkwVlq_f46LMG
445
6
#Eid_Aladha1447                     عيدكم مبارك!                 Eid Mubarak! 🌸                                 🤲تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال🤲 🤲Nurraa fi isinirraallee Rabbiin dalagaa keyrii keenna nurra haa qeebalu🤲 @Azkaar_Media @BurqaaBekkumsaislaama
546
7
Baga Iida Al-Adhaa bara 1447ffaa nagaan itti isin gahee! ​Hawaasa muslimaa hundaaf iidni kun kan gammachuu, wal-jaalalaa fi w
Baga Iida Al-Adhaa bara 1447ffaa nagaan itti isin gahee! ​Hawaasa muslimaa hundaaf iidni kun kan gammachuu, wal-jaalalaa fi wal-gargaarsaa isiniif haa ta'u. ​Rabbiin ibaadaa keenya nuuf haa qeebalu. Baga nagaan itti isin gahee!" @Alfurqaan_books
2
8
Sunnaa takbiiraa kana jabeessaa ‏أحيوا سنه التكبير . ‏الله أكبر ، الله أكبر ، الله أكبر ، لا إله إلا الله ‏ الله أكبر ، الله أكبر ، ولله الحمد. Allahu akbar , Allahu akbar ,Allahu akbar , laa ilaaha illa llaah ,Allahu akbar , Allahu akbar , walillahil hamd @Azkaar_Media
458
9
جدول يوم عرفة+6
جدول يوم عرفة
603
10
415162935.mp3
484
11
Zakaatul Fixr Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta'eetiin. Zakaatul Fixr زكاة الفطر Jechuun Zakaa(Sadaqaa) Sababa Furiinsa Ji'a Ramadaanaatiif, Dogongoroota Nama Soome Irraa Argaman Akka Qulqulleessituuf, Hiyyeessa Gammachiisuuf Jedhamee Kennamuudha. Zakaatul Fixr Sadaqatul Fixr Jedhamtees Ni Waamamti. Zakaan Fixrii Galgala Xumura Ramadaanaa Irraa Kaasee Hanga Salaata Iidaatti Dirqamummaan Namarra Jirti. Akka Ifa Ta'uuf Mee Tokko Tokkoon Haa Ilaalluu. 1. Daa'imni Tokko Osoo Galgala Xumura Ramadaanaa Erga Aduun Dhiitee Dhalatee Zakaan Fixrii Dirqama Irratti Hin Taatu. Osoo Immoo Hin Galgalaa'in Guyyaa Osoo Dhalatee Dirqamaan Irraa Baasuu Qaban. 2. Namni Tokko Osoo Ramadaana Guyyaa Aduun Osoo Hin Dhihin Du'ee Dirqamni Irra Hin Jiru. 3. Zakaan Fixrii Dirqama. Nabiyyiin Keenya ﷺ Dhiira, dubartii, xiqqaa, guddaa, gabraa fi bilisa irratti Dirqama ta'uu Isii ibsanii jiran. 4. Ulfa Garaa jiru irraa baasuun dirqamaa miti. Garuu Yoo Zakaa Fixrii Irraa Baasan Ni Jaallatama. 5. Zakaa Fixrii Yeroon Inni Bahu Dirqamaan Galgala Iidaa Irraa Hanga Salaata Iidaati. Guyyaa Tokkoo fi Lamas Dursanii Baasuun Ni Ta'a. Garuu Caalaan Ganama Iidaa San Baasuudha. 6. Zakaan Fixrii Nyaata Naannotti Argamu Irraa Baha. Kanniin Akka Garbuu, Qamadii , Boqqolloo, Xaafii, Timiraa fi Kkfdha. Ulamaa'iin Akka Ibsanitti Namni Tokko Nyaata Nannoo Kiiloo Sadi'ii (3kg) Baasuu Qaba jedhan. 7. Zakaan Fixrii Salaata Dura Baafamuu Qabdi. Salaata Booda Yoo Baasan Sadaqaa Taati Malee Zakaa Fixrii Jedhamtee Hin Ilaalamtu. Zakaan Fixrii Kan Kennuuf Qulqullina, Kan Kennamuuf Immoo Gammachuudha. Ibsa Dabalataa Bal'inaan ni Ilaalla. Gaafii Keessan Comment irratti ergaa. ✍ Abdurahman Mujahid Fillah https://t.me/AbduIslamApologist
366
12
Aishaa irraa odeeffamee Radiyallahu anhaa ni jette : Yaa ergamaa Rabbii ﷺ naaf himii yoo laylatul qadrii qunnamee waan ittiin
Aishaa irraa odeeffamee Radiyallahu anhaa ni jette : Yaa ergamaa Rabbii ﷺ naaf himii yoo laylatul qadrii qunnamee waan ittiin kadhadhuun. Ergamaan Rabbiis ﷺ akkana jettaa jedhaniin : • Allaahumma Innaka Afuwwuun tuhibbul Al-afwa fa'afu annii • (Yaa Rabbii atin namaaf araaramaa dha, namaaf araaramus ni jaalatta, naaf araarami/dhiisi)
401
13
🔑 Furtuu meeqa fudhatta ture?? Haa jennu, sanduuqni worqeedhaan guutame tokko jira... furtuun banan kudhan siif kenname, Fur
🔑 Furtuu meeqa fudhatta ture?? Haa jennu, sanduuqni worqeedhaan guutame tokko jira... furtuun banan kudhan siif kenname, Furtuu kurnan kanaan sanduuqi kun ni banama, yaali' yoo siin jedhame, furtuu meeqa fudhattee deemta?? Tokko? lama? sadi? Moo furtuu shan qofa fudhattee deemt❓ Moo... Kurnanuu fudhattee yaalta?? 👇 👇 👇 👇 👇 👇 💎 'Laylatul Qadr halkani kurnan keessaa ishee tokko keessatti argama' yommuu jedhamus akkuma kanatti. Halkan kam keessa akka jirtu hin beekamu. Kanaaf... Halkan kurnan keessattuu jabaatanii: 🕌 Salaata 📖 Qur'aana Qara'uu 🤲 Duaa Gochuu.... @ifaislaamaa
391
14
لا يوجد نص...
455
15
• التهليل • Tahliila Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan : "Namni jedhe "Laa ilaaha illallaah , wahdahu laa shariikalah , lahul mulku, walahul hamdu , wahuwa alaa kulli shayin qadiir " guyyaa keessatti yeroo dhibba jedhe - qixa nama gabra kudhan 10 bilisomse taatiif - Toltuu dhibba ni barreeffamaaf - Hamtuu dhibbas irraa haqamaaf - Guyyaa san shayxaana irra tika taatiif hanga galgalaawutti - Tokkoo namaalleen hin dhufu irra caalaa waan namni kun itti dhufeenirra , nama irra caalaa dhaan dhufee malee " قال النبي ﷺ : "من قال : لا إله إلا الله وحده لا شريك له ، له الملك ، وله الحمد ، وهو على كل شيء قدير - في يوم مئة مرة - كانت له عدل عشر رقاب وكتبت له مئة حسنة ومحيت عنه مئة سيئة وكانت له حرزا من الشيطان يومه ذلك حتى يمسي ولم يات احد بافضل مما جاء ، به الا رجل عمل اكثر من ذلك " متفق عليه t.me/Azkaar_media
596
16
sticker.webp
449
17
sticker.webp
418
18
#Barnoota_soommana Rogoota Soommanaafi Ulaagaalee soommana.+4
#Barnoota_soommana Rogoota Soommanaafi Ulaagaalee soommana.
1 156
19
#Ramadaan_Mubaarak Baga Ramadana bara hijraa 1447 ffaa nagaan itti geessan ‼️ Harra salaanni tarawiha ni eegallaa, soommana a
#Ramadaan_Mubaarak Baga Ramadana bara hijraa 1447 ffaa nagaan itti geessan ‼️ Harra salaanni tarawiha ni eegallaa, soommana ammoo booru qabanna inshaa Allaah. Rabbiin warra ji'a kanarra booji'atee irraa milkaayu nu ha taasisu 🤲 https://t.me/Alfurqaan_books
573
20
#Ramadaan_Mubaarak Baga Ramadana bara hijraa 1447 ffaa nagaan itti geessan ‼️ Harra salaanni tarawiha ni eegala, soommana amm
#Ramadaan_Mubaarak Baga Ramadana bara hijraa 1447 ffaa nagaan itti geessan ‼️ Harra salaanni tarawiha ni eegala, soommana ammoo booru qabanna inshaa Allaah. Rabbiin warra ji'a kanarra booji'atee irraa milkaayu nu ha taasisu 🤲 https://t.me/Alfurqaan_books
1