cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Oromia Prosperity Party /OPP/ 💡

This Channel is an official telegram channel of Oromia Prosperity Party.

إظهار المزيد
Ethiopia2 960لم يتم تحديد اللغةالسياسة6 143
مشاركات الإعلانات
7 351
المشتركون
+3624 ساعات
+1877 أيام
+62530 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Riizortii Iikkoo gorgoraa suuraan
إظهار الكل...
👍 3 3👏 1
Eebba Ikoo Riizoortii Gorgoraa! *** Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad Ikoo Riizoortii Gorgoraa eebbisan. Ikoo Riizoortiin Gorgoraa hawwata turizimii qarqara Haroo Xaanaarratti argamuudha. Ebbicharratti hoggantoonni mootummaa olaanoo fi keessummoonni garaa garaa argamaniiru.
إظهار الكل...
👍 2
#Godina_Shawaa_Kaabaa **** Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Dabra Libbaanositti daawwannaa hojiilee misoomaa taasiisan.
إظهار الكل...
11👍 3🔥 1👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
Imalli badhaadhinaa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuudhaan dhugooma! **** Paartiin Badhaadhinaa hawaasa fedhii fi faayidaan isaa sadarkaa hundatti dhugoome uumuudhaan galmootni imala badhaadhinaa akka fiixaan bahaniif xiyyeeffannaan socho’aa jira.
إظهار الكل...
👍 2👏 1
Waadaa gochaan dhugoome ***** Naannoo Oromiyaatti bara kana Pirojektoonni kuma 20 fi 664 baasii birrii bil. 79.43'n hojjetamaa turan xumuramuun eebbifamaa jiru. Pirojektoota eebbaaf qophaa’an keessaa pirojektoonni 7,636 birrii bil. 61.58 baajata mootummaatiin kan ijaarraman yemmuu ta’u, pirojektoonni 13,028 birrii bil. 17.85 tajaajila lammummaatiin kan hojjatamaniidha.
إظهار الكل...
👍 11👏 1
#Godina_Boorana_Bahaa (Nageellee_Booranaa) Daandiin Nagaa injifataadha!!! Godina Boorana Bahaatti tarkaanfii cimaa Raayyaan Ittisa Biyyaa fi qaamoolleen nageenyaa fudhataa jiru dandamachuu dadhabuudhan miseensonni ABO Shanee hedduu harka keennataa jiraachuu Ittii Gaafatamaan Waajjira Bulchinsaa fi Nageenya Godinichaa Obboo Malichaa Galmaa himan.
إظهار الكل...
👍 14 3👏 3
أرشيف المشاركات
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.