cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

KAKU MEDIA

Ati yaa Abbaa Kaayyoo Hin ta'in nama laayyoo https://youtube.com/@KAKUMEDIA-2016

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
4 109
المشتركون
+1324 ساعات
+437 أيام
+65430 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Repost from Nehemiah Promotion
Ijoollee Ortodoksii Tawaahidoo hundaaf! Channel Afaan Oromoo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo kunneen join taasisaa! ⛪ Faaruuwwan Ortodoksii Tawaahidoo ⛪ Koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo ⛪ Barnoota Amantaa ⛪ Walaloowwan Afuurawaa ⛪ Seenessa Afuurawaa fi k.k.f ni argattu. Join Join Join
إظهار الكل...
Koorsiiwwan EOTC
Faaruuwwan EOTC
Join ✔️

Kitaaba Qulqulluu
Kitaabolee Koorsii
Kitaabolee Kadhannaa
Sirna Mana Kiristaanaa
Hunda iddoo tokkotti
Photo unavailableShow in Telegram
#MIIDIYAA_HAWAASAA/SOCIAL_MEDIA Miidiyaa hawaasaa jechuun karaa qunnamtii sirrii hawaasaa fi neetworkii dhugaa keessatti odeeffannoo fi yaada uumuu, qooduu agarsiisa. Miidiyaa hawaasaa gurguddoon hordoftoota hedduu qaban ☞ Facebook ☞ X/Twitter ☞ Instagram ☞ LinkedIn ☞ YouTube ☞ Tiktok fi ☞ Telegram fa'a fudhachuu dandeenya! ✍ Miidiyaa hawaasaa waan gaariif haa fayyadamnu! #KAKU_MEDIA_hordofaa!
إظهار الكل...
Repost from Nehemiah Promotion
Kitaabolee Afuurawaa kanneen keessaa isa kam barbaaddu? 💠 Kitaaba Qulqulluu Abbaa 81 💠 Kitaaba Qulqulluu Abbaa 66 💠 Kitaaba Sirna Qiddaasee 💠 Raajii Maariyaam 💠 Kitaaba Hiikoo Andimtaa 💠 Sirna Mana Kiristaanaa 💠 Seenaa Mana Kiristaanaa 💠 Kitaaba Aksimaaroos 💠 Kitaabolee Kadhannaa 💠 Dubbii Maariyaam 💠 Seenaa Mana Kiristaanaa Itoophiyaa 💠 Qabsuura Duuka Bu'ootaa fi k.k.f mobile kanaa gadi jiru keessaa argadhaa! 👇👇👇
إظهار الكل...
Kitaaba Qulqulluu
Kitaabolee Koorsii
Kitaabolee Andimtaa
Kitaabolee Kadhannaa
Repost from Nehemiah Promotion
Ijoollee Ortodoksii Tawaahidoo hundaaf! Channel Afaan Oromoo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo kunneen join taasisaa! ⛪ Faaruuwwan Ortodoksii Tawaahidoo ⛪ Koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo ⛪ Barnoota Amantaa ⛪ Walaloowwan Afuurawaa ⛪ Seenessa Afuurawaa fi k.k.f ni argattu. Join Join Join
إظهار الكل...
Koorsiiwwan EOTC
Faaruuwwan EOTC
Join ✅
Photo unavailableShow in Telegram
Baga Ayyaana Yaadannoo Du'aa Ka'uu Gooftaa fi Fayyisaa keenya Iyyasuus Kiristoos nagaan Geessan! Ayyaana Gaarii!
إظهار الكل...
إظهار الكل...
Akka Yihudaa Olmaa Waaqayyoo Dagachuu hin qabnu@KAKUMEDIA-2016

#Subscribe_Kaku_Media "KAKU MEDIA is Inclusive all!"

Repost from Nehemiah Promotion
Ijoollee Ortodoksii Tawaahidoo hundaaf! Channel Afaan Oromoo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo kunneen join taasisaa! ⛪ Faaruuwwan Ortodoksii Tawaahidoo ⛪ Koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo ⛪ Barnoota Amantaa ⛪ Walaloowwan Afuurawaa ⛪ Seenessa Afuurawaa fi k.k.f ni argattu. Join Join Join
إظهار الكل...
Koorsiiwwan EOTC
Faaruuwwan EOTC
Join ✅
Miidiyaa-Sootiriyaa "Ummatni koo beekumsa dhabuu irraa kan ka'e bade'' Hos 4:6 Dhalli namaa yeroodhuma uumamu laphee waa hubatu qabateetu. Waaqayyoonis karaa namaaf galuun ofii isaa dhala namaaf of ibsaa ture(Revealation of God). Dhalli namaas dubbii Waaqummaa kana barachuu qaba. Gaafa Addaam fi Hewaan ajaja isaanif kenname cabsan inni tokko isa tokko jala taa'ee akka baratu ta'e. Kanumaanis karaa Waaqayyoon dubbatu (karaa tokkos karaa biraas) baratee, isa barateen jiraachuu qaba. Namni beekumsa hin arganne immoo ni bada. Bara keenya kana miidiyaaleen hawaasaa fi ammayyummaan dhaloota kiristaanummaa keessaa baasaniiru. Akkaataa itti fayyadama miidiyaa fayyadamuu wallaaluu keenyan dirree waljibbiinsaa fi walqoqqooddaa ta'eera. Wantoota gurra namaatti hin tolle hedduu dhagahaa ooluun baramaa ta'eera. Dhaloota itti aanu maal dhaalchifna? Kan jedhus waan yaadamee jiru hin fakkaatu. Teenyee rakkoo odeessurra fala barbaadnee baraaramuu qabna. Kanaaf immoo falli isaa #Sagalee #Waaqayyoo qofa. Sootiriyaanis ummata dheebuu sagalee Waaqayyoo qabanii fi barsiisota Waaqayyoon sagalee isaa akka dubbataniif isaanif eyyame wal agarsiisuf dhalatte. Gurri kiristaanotaa #hokkoraa fi #hammeenya dhagahuu keessaa bahee barumsa afuuraa isa qulqulluu akka dhagahuuf ;Doogmaa, Qannoonaa fi Darbi-darboo mana kiristaanaa barsiisuuf kaayyeffatee ka'e. Miidiyicha hunda dura kadhannaa fi gorsaan akka cinaa dhaabbattan isin kadhachaa liinkiwwan armaan gadii fayyadamuun irraa baradhaa, dhala namaa sagalee wangeelaa dhagahuu hawwan hunda biraan gahaa! ''Missiraachoo Abdii Abbootaa Isinitti Lallabna'' HDB  13;32 YouTube   https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg Telegram t.me/Soteriamedia Facebook https://www.facebook.com/share/Fism921qf9FupwCN/?mibextid=oFDknk Yeroo dhiyootti
إظهار الكل...
MIIDIYAA SOOTIRIYAA ሶትርያ ሚዲያ

Miidiyaa #Seeraa fi #Sirna Mana Kiristaanaa Ortodooksi #Tawaahidoo Itoophiyaa Eegee Barumsa Mana Kiristaanaa (#Doogmaa, #Qannoonaa fi #Darbii_Darboo Qulqullaa'oo) Barsiisu. Yaadaa fi Gaaffii qabdan maraaf karaa @Sotm001 fi @Sotm002 keessaan nu quunnamaa.