370
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
+1430 أيام
- المشتركون
- التغطية البريدية
- ER - نسبة المشاركة
جاري تحميل البيانات...
معدل نمو المشترك
جاري تحميل البيانات...
Photo unavailableShow in Telegram
#DhangaaTorbanii
Friday, May 31, 2024
1 PM DC Time | 2 PM OROMIA TIME Tap-In | #DhangaaTorbanii to stay updated.
Webinar link 👇🏾
us02web.zoom.us/j/85741418940?…
Webinar ID: 857 4141 8940
Passcode: 193892
#Duula #IrbuuShinniggaa
#DhangaaTorbanii
Friday, May 31, 2024
1 PM DC Time | 2 PM OROMIA TIME Tap-In | #DhangaaTorbanii to stay updated.
Webinar link 👇🏾
us02web.zoom.us/j/85741418940?…
Webinar ID: 857 4141 8940
Passcode: 193892
#Duula #IrbuuShinniggaa
Join our Cloud HD Video Meeting
Zoom is the leader in modern enterprise video communications, with an easy, reliable cloud platform for video and audio conferencing, chat, and webinars across mobile, desktop, and room systems. Zoom Rooms is the original software-based conference room solution used around the world in board, conference, huddle, and training rooms, as well as executive offices and classrooms. Founded in 2011, Zoom helps businesses and organizations bring their teams together in a frictionless environment to get more done. Zoom is a publicly traded company headquartered in San Jose, CA.
Hubachiisa
👉🏿👮👮👮
Bakkeewwan Lolli Keessatti deemaa Jirutti Of Eeggannoon barbaachisu:-
👉🏿1ffaa.Waamicha WBO tokko malee Dargaggootni gara Magaalotaa Lolli keessatti deemaa jirutti hin seeninaa. Muuxannoo argaa jirruun Namootni tokko tokko Qabeenya Waraanni Harcaasee ykn Qabeenya Mootummaa ykn Qabeenya dhuunfaa saamuuf sochii gochaa turan keessatti mancaatii Qabeenyaa fi miidhuu lubbuun darbuu Waan tureef miseensa Waraanaa Alati sochii lolaaf tahu jidduu Qaamni seenuu itti Gaafatamni kan mataa isaati.
👉🏿2ffaa.Daandii fi Iddoo Addi Waraanaa jiru bakka lolli itti gaggeeffamaa jirutti Namni Kamiyyuu Daandii gubbaa imala miillaa ykn Konkolaataan itti hin deeminaa ykn, Karaa irra hin dhaabbatinaa.
👉🏿3ffaa.Bakkeewan Loli deemaa Jirutti bilbila bilbiluu hin baayyisinaa. Of Eegganno tolchaa.
Odeessa Abuunaa Gindabarat Sirni pp ,Akka Afaaniin Albaatu hin taatu,waan Qabdee dhiiftu Wallaaltee erga halkan Ibsaa Balleessuu qabdee torbee lamaan ol tureera,Sodaadhaan Raafamaa jirti.Lafti Liqimsuu dide kaadireef Milishaa pp Cinqiitti jirti,
Kisaara Birr 628M
===============
Duula guyyaa 40ti WBO balleessuf goonen birr 628,000,000 kisaarre jedhe Awwaluu Abdii.
𝙒𝘽𝙊n 𝙃𝙖𝙖 𝙒𝙖𝙖𝙧𝙪
Inbox
Abuunaa Gindabarat.
Yaada Ummataa, Odeessa Ummata Abuunaaf Gindabarat Sirna Machaa'aa fi Maraataa pp kanaa fi Namoota muraasa caaseffamanii garee Murna nama nyaataa kana deeggaranii hallayyaa Qilee bu'uuf jedhan kana namni itti dhiyaattan gorsitanii yoo hallayyaa irraa hin deebine bor Fira keenya jettanii naasuu hin qabaatiinaafii jechaa jiru.
Haala kanaan Sirni Garee Murna xiqqoodhaan caaseffamee Biyya Rakkoo guddaaf saaxilaa jiru,murni Pp Abiy Ahmadiin hogganamu ofiif maraatee,Ummata Qulqulluu Dhiiga dhangalaasaa oolu kun yoo dafee daandii qabate kana irraa hin gorre ta'e yeroon inni diigamee Qilee seenu dhabu fagoo akka hin taane namuu hubachuu qaba,Caaseffamni garee muraasa Sirna Bilxiginnaa Kunis dafii Harkaaf miila kee sassaabbadhuun Dhaamsa keenya jedhu.
Oromiyaan Biyya!
Marii kijiba PP fi injifannoo jajjabe
-----------------------------------------------------------
Enyuu fi enyuu akka mariihatu waan hin beekamneef, PP'n abjuu marii abjoota jirti. Qaamni wal waraanu hin hirmaanne. Jaarmiyaan siyaasaa hin hirmaanne. Hayyoonni hin hirmaanne. Biltsiginnaan kijibaan marii jettee qabeenyaa uummata qisaasessaa jirti. Mariin gaafa Taanzaniyaatti baqattanii galtan hafe. Gaafas dhugaa dheessitanii galtan, har'a maal mariihattu?
Arsii addaabbaatti ilmaan Oromoo rashanaa, Finfinneetti maal mariihattuu? Ilmaan Oromoo kuma dhibbaan lakkaahamu mana hidhaatti gidirsaa maal mariihattu? Ilmaan Oromoo beelaan, isa beela irraa hafe ammoo ibidda dirooniin gubaa, maal mariihattu? Kijiba dhaabaa!
Shira fi jal'ina Biltsiginnaa bareechee kan beeku gootichi abdiin sabaa jajjabeen bilisummaa Oromoo har'a injifannoo golee Oromiyaa hunda keessatti injifannoo gurguddaa galmeessee jira. Kambii sirni Biltsiginnaa itti fayyadamaa ture hedduu isaa haleeleera. Loltonni sirna Biltsiginnaa hedduun dhabama yoo taatu, hedduun ammoo ni booji'amte.
Marii har'aa injifannoo jajjabee bilisummaan goolabameera.
Borus itti fufa.
Biltsiginnaan ni kufa.
WBOn Duratti!!!!
👉Funyaan #Moojjoo Jalatti!
WBO Baha Shaggar Ona Lumee keessatti tarkaanfii diina irratti fudhateen
~37 ajjeesuun kaan madeessee jira. Haala kanaanis
~kilaashii 24
~Bireenii 2 fi rasaasa hedduus booji'eera.
𝙒𝘽𝙊 𝙒𝙖𝙡𝙞𝙞𝙣 𝙁𝙪𝙡𝙙𝙪𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞