cookie

ู†ุญู† ู†ุณุชุฎุฏู… ู…ู„ูุงุช ุชุนุฑูŠู ุงู„ุงุฑุชุจุงุท ู„ุชุญุณูŠู† ุชุฌุฑุจุฉ ุงู„ุชุตูุญ ุงู„ุฎุงุตุฉ ุจูƒ. ุจุงู„ู†ู‚ุฑ ุนู„ู‰ "ู‚ุจูˆู„ ุงู„ูƒู„"ุŒ ุฃู†ุช ุชูˆุงูู‚ ุนู„ู‰ ุงุณุชุฎุฏุงู… ู…ู„ูุงุช ุชุนุฑูŠู ุงู„ุงุฑุชุจุงุท.

avatar

๐Œ๐š๐ง๐œ๐ก๐ž๐ฌ๐ญ๐ž๐ซ ๐ฎ๐ง๐ข๐ญ๐ž๐(๐ƒ๐ž๐ ๐ ๐ž๐ซ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐Œ๐ฎ)

Channel kana keessatti odeeffannoolee kilabii guddicha Ingilizii Maanchister United Afaan Oromootiin isin biraan nii geenya. GGMU๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช THE REDSโค๏ธโค๏ธ Odeeffannoo dabalataaf @Bsurraa https://t.me/Manunitedgoals channel gooliif video

ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ู…ุฒูŠุฏ
ูู†ู„ู†ุฏุง1 571ู„ู… ูŠุชู… ุชุญุฏูŠุฏ ุงู„ู„ุบุฉุงู„ุฑูŠุงุถุฉ11 163
ู…ุดุงุฑูƒุงุช ุงู„ุฅุนู„ุงู†ุงุช
3 715
ุงู„ู…ุดุชุฑูƒูˆู†
+2224 ุณุงุนุงุช
+1057 ุฃูŠุงู…
+39130 ุฃูŠุงู…

ุฌุงุฑูŠ ุชุญู…ูŠู„ ุงู„ุจูŠุงู†ุงุช...

ู…ุนุฏู„ ู†ู…ูˆ ุงู„ู…ุดุชุฑูƒ

ุฌุงุฑูŠ ุชุญู…ูŠู„ ุงู„ุจูŠุงู†ุงุช...

Photo unavailableShow in Telegram
Taphaa Euro Cup 2024 Jarmaan Qophesituu Tamasasaa kallattii Hordofuufii Oddeffano Isaa Argachuuf Chanala Kana Join Godhaa
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
โค 3๐Ÿ‘ 1
Join
Euro 2024 live
Share $ join
Photo unavailableShow in Telegram
Gatii hir'isuuf mari'achaa jiru!!! Bakka bu'oonni Maanchistar Yunaayitid jijjiirraa Dilaayit ยฃm34n xumuruuf mari'achaa jiru. Haa ta'u malee maallaqa Baayerniin taphaticha irraa argachuuf abdatu yoo ilaalle walii galteen salphaa ta'a jedhamee hin eegamu.
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
Photo unavailableShow in Telegram
โœ…OFFICIAL Maanchistar Yunaayitid daayreektara ispoortii Niiwukaastil kan ture Daan Ashworth daayireektara ispoortii haaraa isaanii taasisanii qacaruu isaanii ifoomsaniiru.             โ“ˆโ“—โ“โ“กโ“”         @BurqaaIspoortii         @BurqaaIspoortii
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 11๐Ÿ‘ 2
Photo unavailableShow in Telegram
Manchester United fooytuu ittiin dirree isa irratti morkatu ifa baaseeraa. @MUAfaanoromoo
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 5
Photo unavailableShow in Telegram
HAPPY BIRTH DAY BOY ALEJANDRO GARNACHO TURNS 20 TODAY. KEEP SHIININGโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
โค 14๐Ÿ‘ 1
Photo unavailableShow in Telegram
Taphaa Euro Cup 2024 Jarmaan Qophesituu Tamasasaa kallattii Hordofuufii Oddeffano Isaa Argachuuf Chanala Kana Join Godhaa
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
โค 3๐Ÿ‘ 1
Join
Euro 2024 live
Share $ join
Photo unavailableShow in Telegram
Rooy Keane :- "Yeroo darbe Maaguuree qeeqeen ture, kunis sarara diimaa akka qaxxaamureetti ilaala. Kana beekee Maaguweeriin dhiifama akka naaf godhu gaafadheera
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 3
Photo unavailableShow in Telegram
Koobii Maayinoo tapha isaa jalqabaa Yuuroo 2024 Isloovaakiyaa waliin dhaabbataadhaan akka jalqabu gabaasaan Daily Mail gabaaseera! @oduu_isportii
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 9
Photo unavailableShow in Telegram
#BREAKING #NANI_to_๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น Taphataan Manchester United duraanii NANI Adoolessa 6 gara Itiyoophiyaa nii dhufaa. Akka Kilabiin Machaal( Raayyaa ittisa biyyaa) kabaja waggaa 80ffaa ilaalchisuun ibsa laateen Nani Adoolessa 6 Finfinnee kan seenu ta'aa. @MUAfaanoromoo @MUAfaanoromoo
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 14๐Ÿ‘ 7
Photo unavailableShow in Telegram
HERE WE GO! ๐Ÿšจ๐Ÿ”ด Ruud van Nistelrooy gara Maanchister Yunaayitid โœ…๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡ฑ Fabrizio Romano โ“ˆโ“—โ“โ“กโ“”         @BurqaaIspoortii         @BurqaaIspoortii
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 7
ุงุฎุชุฑ ุฎุทุฉ ู…ุฎุชู„ูุฉ

ุชุณู…ุญ ุฎุทุชูƒ ุงู„ุญุงู„ูŠุฉ ุจุชุญู„ูŠู„ุงุช ู„ู…ุง ู„ุง ูŠุฒูŠุฏ ุนู† 5 ู‚ู†ูˆุงุช. ู„ู„ุญุตูˆู„ ุนู„ู‰ ุงู„ู…ุฒูŠุฏุŒ ูŠูุฑุฌู‰ ุงุฎุชูŠุงุฑ ุฎุทุฉ ู…ุฎุชู„ูุฉ.