Adama Hospital medical college - AHMC
الذهاب إلى القناة على Telegram
إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدالفئة غير محددة
1 132
المشتركون
+224 ساعات
+37 أيام
+1830 أيام
أرشيف المشاركات
Hojii guyyuurraa hanga Tumsaa Pirofesaraa
*****
Dr Taaddasaa Siidaa jedhamu. Hojii guyyuu hojjataa, hakiimaa waliigalaa Yunvarsiitii Gondaritti baratan.
Namoonni hojii guyyuu gaafa sana isaan waliin dalagaan hakiima waliigalaa akka baratan hin beekan ture.
‘’ Ijoollee waliin barannu gara maatii yeroo deeman ani hojii guyyuun hojjadha. Ba’aas yoon argadhe nan baadha ture,’’jedhan.
Amma ispeeshaalistii wal’aansa narvii Itoophiyaatti heddu beekaman ta'aniiru.
Dr Taaddasaan bu’aa bahii keessa darbanii sadarkaa Tumsaa Pirofesaraa qaqqaban dubbatu, itti dhiyaadhaa.
⬇️⬇️ https://bbc.in/3ZNRQxa
Namni barachuu dhiise, umrii diddamattis dulloomaadha.
Namni haaluma hunda keessttuu barachuu itti fufe garuu umrii isaa saddeettamattis dargaggeessa.
Barataan yoo jiraate, barsiisaan bakka hunda jira.
መተሐራ ስኳር ፋብሪካ ለጤና ባለሙያዎች ያወጣው የስራ ቅጥር
ተፈላጊ መደቦች
1. ጠቅላላ ሀኪም ደመወዝ 12804
2. የጥርስ ሀኪም #7980
3. የህክምና እቃዎች ማከማቻ ኃላፊ #6539
Health info and vaccancy news
ለተጨማሪ መረጃዎቻችን ይጎብኙን 👇https://youtube.com/@HIVN
ይርጋለም አጠቃላይ ሆስፒታል ያወጣው የስራ ቅጥር ማስታወቂያ 29 ቦታዎች በ 0 ዓመት ልምድ
ቴሌግራም ቻናላችን t.me/healthinovation
እንዲሁም መወያያ ግሩፓችን t.me/HIVN19
የዩቱብ ቻናላችን https://youtube.com/@HIVN
ዌብሳይታችን 👉 www.tenajobs.com
ቲክቶክ tiktok.com/@healthinovation
ለአስተያየትና ማስታወቂያ ለማሰራት t.me/Andualem0 ያግኙን።
