cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Ilmaan Dubroo Maariyaam

✥Gareen Kun Iddoo Barumsa fi Korsii Ortodoksii Tewaahidoo Chaanali Ilmaan Dubroo Maariyaamii ti ✞Kaayyoon keenya ❖Amantaan Ortodoksii Tewaahidoo kan oromoofi kan sabni kamiyyuu walqixaan itti fayyu ta'uu isaa barsiisuuf. 👉yaada yoo qabatan👇 @Thehacher

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
178
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

✝️ Sooma Duukaa bu'ootaa fi Sooma Fayyinaa ✝️ Ayyaana Phiraaqilxoos [guyyaa 50ffaa] booda soomawwan gurguddoon lama eegalu. Isaanis sooma duukaa bu'ootaa fi sooma fayyinaa [Roobii fi Jimaata] yammuu ta'an soomawwan torban keessatti ni lakkaawamu. Kitaabolee qulqullaa'oo irratti barreeffamee akkuma argannu kakuu moofaa keessatti raajicha Museen seera oriitii Waaqayyoo irraa fudhatee osoo uummata osoo hin barsiisiin dura soomeera. (S. Bah. 34:28). Qulqulloonni raajonnis raawwii jecha waadaa sana akkaa eeggatan Waaqayyoodhaan bu'i dhaladhu, akkaa jedhan soomaa kadhachaa turan. Gooftaan keenya qorichi keenya Iyyessuus Kiristoos soomni jalqabbii hojii hundumaa ta'uushee nu barsiisuuf osoo wangeela hin barsiisiin dura soomeera. (Mat 4:1-14). Duukaa bu'oonnis erga ayyaana phiraaqilxoositti Afuurri Qulqulluu isaaniif bu'ee booda seera wangeelaa uummataaf osoo hin barsiisiin dura soomaniiru. Nuyis isaanirraa barannee; sirna isaaniin qajeelfamnee; Afuurri Qulqulluun isaanirra bule nurras akka buluuf waggaa waggaatti sooma duukaa bu'ootaa fi sooma fayyinaa, soomawwan biroos kabajnee soomuu akka qabnu qannoonaa mana kiristaanaatiin murtaa'eera. (Haqa Moototaa 15:586) Soomni duukaa bu'ootaa sooma duukaa bu'oonni Afuura Qulqulluu erga fudhatanii booda addunyaa hundarra naanna'anii wangeela barsiisuun dura soomanidha. Soomni fayyinaa immoo akkuma moggaasni isaa ibsu 'sooma fayyinaa' jechuu yoo ta'u, kunis soomawwan kakuu moofaa sooma Asterii fi sooma Yoodit kan bakka bu'u sooma kakuu haaraati. Kakuu moofaa keessatti sababa Haamaatiin duuti Israa'el irratti labsamee ture sooma Asteeriin akkuma hafe, kakuu haaraattis marii guyyaa Roobii gooftaa keenyarratti raawwateen xaxaan seexanaa waan kufeef bakka sooma Asteer guyyaa Roobii ni soomna. Kakuu moofaatti sababa sooma Yooditiin Holoohornis akkuma moo'ame, kakuu haaraatti immoo aarsaa qorichi keenya guyyaa Jimaataa fannoo irratti kanfaleen Diyaabiloos waan moo'ameef bakka sooma Yooditii guyyaa Jimaataa ni soomna. Guyyaan Roobii guyyaa itti mariin du'aa gooftaa keenyarratti taasifame, guyyaan Jimaataas guyyaa gooftaan keenya itti fannifame waan ta'eef, aarsaa fannoorratti nuuf kanfalame yeroo hunfa yaadachuun waan nurraa eegamuuf yeroo hunda akka soomnu qulqulluu Sinoodoosiin sirni nuuf hojjetameera. Soomni guyyaawwan lamaan kanaa [Roobii fi Jimaata] sooma fayyinaa jedhama. Walumaagalatti soomni duukaa bu'ootaa fi soomni fayyinaa akkuma sooma Nanawee fi sooma guddaa lakkoofsa guyyaa ayyaanotaa fi soomawwanii eeguuun kan dhufan fi soomawwan torban keessatti kan ramadamanidha. Xumurri sooma duukaa bu'ootaa guyyaa yaadannoo boqonnaa Qulqulluu Phaawuloos fi Qulqulluu Pheexiroos [Adoolessa 5] yoo ta'u, soomni fayyinaa garuu waqtii du'aa ka'umsaa irraa kan hafe waggaa guutuu kan soomamu waan ta'ee xumurri isaa ayyaana du'aa ka'umsaati. Bara kana soomi duukaa bu'ootaa waxabajjii 6; soomni fayyinaa immoo waxabajjii 8 ni jalqaba. Kana ta'uusaatiin kan fayyadamnu gocha gaarii matuma keenyaan, kan ceepha'amnus gocha badaa matuma keenyaan ta'uu isaa hubannee kun kan Lubootaati, kan monoksootaati sababa jedhu osoo hin uumiin hundumti keenya tokkummaadhaan yoo soomne qabeenyaabfi kennaan Waaqayyo irraa argannu nuuf baay'ataatii mataa keenya soomaaf of haa qopheessinu. Galanni Waaqayyoof haa ta'u! Madda:-Marsariitii Waldaa Qulqullootaa https://t.me/joinchat/cAZ3EAgBx0IwMTJk
إظهار الكل...

Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Afuura Qulqulluu Waaqa Tokkoo Ameen 🙏 🌹Baga geessan 👏👏👏 #Guyyaa_Dhaloota_haadha_keenyaa_Durboo_Maariyaam🌹🌹 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 🌹🌹#Koota_ni _gammaana🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 #Abdiin_Ergaamota Fi #dhala_nama nuf dhalatertii 🌹#Ergaamoonii_waaqayyoo argiin waan hin beeknef waaqayyoo nuf deessi ni argiina jedhanii ni eegatu Turan . Kinoo isiinif dhalate Kara isheen #waaqayyoo_argitanii gamada. #Addaamis Fi Ijoollen isaas Kara isheen gara gannatati deebina jedhanii ni eegatu. Kinoo deebinera gammaada. 🙏Luq 2:14 “ #Ergaamonnii waaqayyoo galanii Waaqayyoof samii gubbaatti, #nagaanis #namoota Waaqayyo itti gammaduuf #lafa irratti" haa ta'uu jedhanii Waaqayyoon in faarfatu turan.” 👉#Durbeen_Maariyaamii Waan dhalateef gammaachuu guddaa kan waaqayyoo #deessee nu agarsiiste kanaf gamada #Yaa_Raajota waaqayyoo gamada dubbii raajii keessanii Kan #galmaa_geessistu #Durbeen_Maariyaam dhalate gamada. Kinoo Galmaa gahee jiraa #ammaas gamada #Yaa_duuka_bu'oota gamada Maqaa isaatiin addunyaa guutu irraa naannooftanii akkaa barsiistan kiristoos Kan deessee Durbeen Maariyaam dhalatee gamada #Yaa_wareegamtoota gamada Maqaa isaatiin Kan wareegatani mootummaa samii galatan Kan deesse Durboo Maariyaam dhalatee gamada ###Yaa_durboota gamada abdii fi Kan ittiin boonta Durboo Maariyaam dhalatee gamada 🌹🌹###Haati_kennaa_hundaa qabduu Fi #namaaf keennuutu nuf dhalatee gamada🙏🙏🙏🌹 #Yaa_Durbeen_Maariyaam har'as #mallaatoo keenyaadha ati si qabnee #iddoo_hundaati_si_waamna Dhifaama Ilmaa Kee #Iyyaasuus_kiristoos irraa nuf kadhadhuu ✍✍✍Luq 1:48 "Dhaloonni hundinu na galatteeffatu" #Yaa_Durbeen_Maariyaam anas Dhaloota taasisii🙏🙏🙏 🙏🙏🙏Yaa Waaqayyoo haadha Kee Dubroo Maariyaamif jedhee nuti araaramii laphee ittiin ishee galateeffanu nuf kennii. Amen 🙏 "#Wantumaa_hundaaf_Waaqayyoof galanii haa ta'uu." Ameen 🙏
إظهار الكل...
✣ ᎷᎪᎪQᎪᎪ ᎪᏴᏴᎪᎪ ᏦᎪN ᏆᏞAMᎪᎪ AFႮႮRᎪᎪ QႮႮᏞQUᏞᏞႮႮ WᎪᎪQAᎽᎽOO ͲOOKKO ✞ 🎚✝✝️🇦​🇲​🇪​🇪​🇳​🎚✝✝️ 🎚 ᏴᎪᏀᎪ ᎪᎽᎽᎪᎪΝᎪ DႮ'ᎪᎪ KᎪ'ႮႮMSᎪ ᏀϴϴҒͲᎪᎪ ᏦᎬᎬΝᎽᎪ ᏆᎽᎽᎬՏႮႮՏ ᏦᏆᎡᏆՏͲϴϴՏᏆᏆΝ ΝᎪᏀᎪᎪΝ ᏀᎬՏՏᎪᎪΝ!/NᎽᎬ. ✝✝️ᏴᎪᏀᎪ ᏀᎬᎬՏՏᎪΝ!✝✝️ 🌼እንኳን አደረሳችሁ🌼 🎚✝✝️🇦​🇲​🇪​🇪​🇳​🎚✝✝️ ✝️ እንኳን ለጌታችን ለመድኃኒታችን ለኢየሱስ ክርስቶስ የስቅለት በዓል በሰላም አደረሰን! ✝️ 🎚Biyyaa keenya Itiyoophiyaadhafis Cinqiin (Jimaata) guyyaa fano'o fakkatu sun darbe Darbuuni fi Ce'uun akka guyyaa Guddaa) Faasika fakkatu haa dhufu......!!! 🎚Hordoftoota amanti keenya hundaaf Ayyaana Eebbifamaa nuuf haa tahu! Warreen rakkatan ammoo haa gargaarru🙏 √√√√√ AYYAANNI KUN ✝️ KAN NAGAA ✝️ GAMMACHUU FI ✝️KAN JALAALA HUNDA KEENYAAF HAATA'U °°√√√√ ✝️ 🅰🅼🅴🅴🅽✝️ ✝️🅰🆈🆈🅰🅰🅽🅰_🅶🅰🅰🆁🅸🅸!! ✝️ 🅰🅼🅴🅴🅽✝️ 🎚✝✝️🇦​🇲​🇪​🇪​🇳​🎚✝✝️ ✝ Eebbii Abbaa ✝ Jaalallii ilmaa ✝ Kennaan Afuuraa ✝ Qulqulluu nuu waaliin haa jiratuu. 🎚✝✝️ 🅰🅼🅴🅴🅽🎚✝✝️ ☞ Odeeffannoo dabalataaf Peejii keenya Join,Add fi Invite hiriyoota kessaan gochuun nu hordofaa. Fuula Telegiraamiin Dubroo Maariyaam kana join godha Miseensa ta'uuf👇 https://t.me/joinchat/cAZ3EAgBx0IwMTJk
إظهار الكل...
Ilmaan Dubroo Maariyaam

✥Gareen Kun Iddoo Barumsa fi Korsii Ortodoksii Tewaahidoo Chaanali Ilmaan Dubroo Maariyaamii ti ✞Kaayyoon keenya ❖Amantaan Ortodoksii Tewaahidoo kan oromoofi kan sabni kamiyyuu walqixaan itti fayyu ta'uu isaa barsiisuuf. 👉yaada yoo qabatan👇 @Thehacher

Photo unavailableShow in Telegram
"Kiristoos yeroo Alaazaar du'aa kasuu wajjin bakka awwalchaatti gad bu'o, yeroo buddeenaa shanii fi qurxummii lama eebbisee ummata nyaachisu, wajjin nyaadhu, yeroo inni Yordanoos adeeme cuuphamu wajjin cuuphami, yeroo inni mana Qaanaa Gaalilaatti argamu wajjin bishaan gara Waaayinitti jijjirame sana dhugi, yeroo inni gara GAdamaa Qorontoos adeeme soomu wajjin taoomi, yeroo inni guyyaa kamisaa miila duuka bu'oota irra dhiqu atis wajjin argami cubbuu kee sif haa dhiquu hirmaadhu. Yeroo inni foonii isa kabajamaa fi dhiiga isaa Qulqulluu duuka bu'ootaf kennu wajjin hir.adhu mootummaa isaa si galchuudhaaf innoo furtuu Gannat sif kennuu isa waan ta'eef, wajjinis gara Tabba qaaraniyoo adeemi Kennaa fannoo jala argata waan ta'eef. Wajjinis rukkutami dhukkubbii isaa hirmaate waan ta'eef" Araagaawii Maanfasawii
إظهار الكل...
Repost from Ulee Amantaa ||
30 √~ Sooma faasika keessaa wantonni qalaamanni sa'ati meeqatti? ®®•Loon guyyaa kamii qalamuu qabatuu sooma fasika kana irraattii?? √• Obboolloota koo naa yaadachisuu keessaaniif galatooma wanta keessaa koo naa gubee keessaa isaa tokkodha. √• Namoonni baayyee torbee soomaa fasikaa kana guyyaa qidaamee qaluu lukkus ta'ee looniis kunii garuu doogima mana kiristanna kan diiigeedha. Sababni isaas kan arman gadittii 1• Soomni kan hiikatuu halkan sa'atii 10:00 garuu ergaa akkas ta'ee qidaameenni sooma keessa jiruu? Qidaameen soomidha hanga sa'atii 10:00tti 2•fakkeenya wanti jimaata qalamee sooma jedhama hin sooratamuu garuu kan sooma faasika kana qidaameeni sila hanga sa'atii 10:00tti sooma akkamiitti qalama? Araa haa hubanuu 3• Qidaameen sila hanga saha 10:00 sooma mani kiristanna Soomaan qalaa jetee yoom ajajee? # walumaagalatti ji'aa lama guutuu sooma turee akkaamitti guyyaa tokkoof jenee doogima mana kiristanna diigna? Inni biraa ganama osoo qalee maal taha? Moo rakkina qaba. ®• Fayyinnaa yoo kan barbannuu tahee doogima mana kiristannaa haa eegnuu hanga qidaamee sa'atti 10:00 tti lukkuus tahee loon hanga sa'atti 10:00 qalamuu hin qabatuu. Lakki garaa kootuu naaf caala naamoonni jetanii qaluu dandeessuu garuu Qidaamee hin qalamuu torbee sooma faasika keessaa guyyaan qidaamee keessaattuu soomaan Oolaama. ®• Namoonnii tokko tokko ammoo osoo qidaamee galgala sa'atii 1:00 qalamee rakkoo qaba? jetanii kan dubbacha jirtani ni jirtuu kunis hin danada'amuu hanga sa'atti 10:00nni sirni Qulqulleessaa dhumuti. ®•Garaa keenyaaf osoo hin taanee lubbuu keenyaaf of aarsaa haa goonuu ganamas yoo qalee keenyuma galgala yoo qalees keenyuma kanaaf of haa sirreessinuu. @ Alemuu Bedada
إظهار الكل...
የመጨረሻዋ አርብ😢😢😢😢 የ20ው ዓለማትና የ22ቱ ፍጥረታት ፈጣሪና አስተዳዳሪ በእለተ አርብ በፈጠረው በሰው ልጅ አማካኝነት፣ በእለተ ማክሰኞ በፈጠረው እንጨት ላይ እንደ ብራና በአምስት ምስማሮች ተወጥሮ የተሰቀለበት የመጨረሻዋ እለት ናት። የአዳም የ5500 የተስፋ ዓመታት በደስታ የተፈፀሙበት፤ አይሁዳውያንና አለቃዎቻቸው ፈሪሳውያን፣ ሰዱቃውያን፣ ጸሓፍት በክርስቶስ መሰቀል የተደሰቱበት፤ 120ው የክርስቶስ ቤተሰቦች ያነቡበት፤ የሮማውያን ወታደሮች የተሳለቁበት ፤ አምላክ ሰው ሆኖ የተገረፈበት፣ አምላክ መሆኑንም ቀኑን በማጨለም ምልክት ያሳየበት፤ ጴጥሮስ ከስህተት የተመለሰበት፤ አይሁድ በጸጸት የጠፋበት፤ ሳጥናኤል ተስፋ የቆረጠበት፤ የሰው ልጅ ታላቁ የመዳን ተስፋው የተፈጸመበት የመጨረሻዋ እለት ናት። ብርሃንና ጨለማ፣ ደስታና ሀዘን፣ ጩኸትና ዝምታ….ተቀላቅሎ በየወገኑ የታየበት፣ ፀሐይና ጨረቃ ያለቀሱበት፣ ምድር የዋጠችውን የተፋችበት፣ ከዋክብት እንደ ዋርካ ፍሬ የረገፉበት፣ እለት ናት። ክርስቶስ 33 ዓመት ከ3 ወር የኖረበትን ምድራዊ ዕድሜ ያገባደደበት፣ የሰው ልጅ ፈጣሪውን ይገረፉበት፣ የሰው ልጅ ፈጣሪውን አስቀይሞ የተለያየበት፣ በሆታና በጫጫታ ፈጣሪ የተሰቀለባት፣ እመብርሃን በሃዘን የወደቀችበት፣ የሰው ልጅ ጨካኝ መሆኑን መላእክታንና ስነፍጥረት የታዘቡበት፣ ፈጣሪ ለመጨረሻ ጊዜ የሞተባት የመጨረሻዋ የመዳንና የመጥፋት የመጨረሻዋ ታሪካዊ እለት ናት። JOIN US 👇👇👇👇 @Maaranaataa27 @Maaranaataa27 @Maaranaataa27 #ሼር_ሼር_ሼር
إظهار الكل...
የመጨረሻዋ አርብ😢😢😢😢 የ20ው ዓለማትና የ22ቱ ፍጥረታት ፈጣሪና አስተዳዳሪ በእለተ አርብ በፈጠረው በሰው ልጅ አማካኝነት፣ በእለተ ማክሰኞ በፈጠረው እንጨት ላይ እንደ ብራና በአምስት ምስማሮች ተወጥሮ የተሰቀለበት የመጨረሻዋ እለት ናት። የአዳም የ5500 የተስፋ ዓመታት በደስታ የተፈፀሙበት፤ አይሁዳውያንና አለቃዎቻቸው ፈሪሳውያን፣ ሰዱቃውያን፣ ጸሓፍት በክርስቶስ መሰቀል የተደሰቱበት፤ 120ው የክርስቶስ ቤተሰቦች ያነቡበት፤ የሮማውያን ወታደሮች የተሳለቁበት ፤ አምላክ ሰው ሆኖ የተገረፈበት፣ አምላክ መሆኑንም ቀኑን በማጨለም ምልክት ያሳየበት፤ ጴጥሮስ ከስህተት የተመለሰበት፤ አይሁድ በጸጸት የጠፋበት፤ ሳጥናኤል ተስፋ የቆረጠበት፤ የሰው ልጅ ታላቁ የመዳን ተስፋው የተፈጸመበት የመጨረሻዋ እለት ናት። ብርሃንና ጨለማ፣ ደስታና ሀዘን፣ ጩኸትና ዝምታ….ተቀላቅሎ በየወገኑ የታየበት፣ ፀሐይና ጨረቃ ያለቀሱበት፣ ምድር የዋጠችውን የተፋችበት፣ ከዋክብት እንደ ዋርካ ፍሬ የረገፉበት፣ እለት ናት። ክርስቶስ 33 ዓመት ከ3 ወር የኖረበትን ምድራዊ ዕድሜ ያገባደደበት፣ የሰው ልጅ ፈጣሪውን ይገረፉበት፣ የሰው ልጅ ፈጣሪውን አስቀይሞ የተለያየበት፣ በሆታና በጫጫታ ፈጣሪ የተሰቀለባት፣ እመብርሃን በሃዘን የወደቀችበት፣ የሰው ልጅ ጨካኝ መሆኑን መላእክታንና ስነፍጥረት የታዘቡበት፣ ፈጣሪ ለመጨረሻ ጊዜ የሞተባት የመጨረሻዋ የመዳንና የመጥፋት የመጨረሻዋ ታሪካዊ እለት ናት። JOIN US 👇👇👇👇 @lesangeez128 #ሼር_ሼር_ሼር 🔻 𝒔𝒖𝒃𝒔𝒄𝒓𝒊𝒃𝒆 🔻  @Orthodox_Addis_Mezmur @orthodox_spiritual_poems @Eotc_Books_By_Pdf @Lesangeez128 🔺 𝒔𝒖𝒃𝒔𝒄𝒓𝒊𝒃𝒆 🔺
إظهار الكل...
​​በመንፈሳዊ ሕይወትህ/ሽ ለውጥ እንዲኖሮት ከፈለጉ ✝#1ኛ የፀሎትን ህይወት ተለማመድ ተጠቀምበትም፣ ✝#2ኛ ከመንፈሳዊ አባቶችና ሊቃውንት መ/ራን ምክርና ትምህርት አትራቅ ✝#3ኛ ከቅዱሳት መፃህፍት ጋር ያለህን ግንኙነት አዘውትር፣ ✝#4ኛ የምትውልባቸውን ቦታዎች ፥የምታነባቸውን መፃህፍት፥ የምትመርጣቸውን ባልጀሮችህን ምረጥ፤ለመንፈሳዊ ህይወትህና ለሌሎች ወንድሞችህና እህቶችህ የሚያሰናክሉ እንዳይሆኑ ተጠንቀቅ፣ ✝#5ኛ የእግዚአብሄር ቤተመቅደስ መሆንህን ዘወትር አትዘንጋ፣ ✝#6ኛ ሃፍረትንና ፍርሃትን አስወግድ፥በራስህ ማስተዋልም አትደገፍ፣ ✝#7ኛ አላዋቂነትህን ተቀበል 'እኔ ብቻ'፦ አትበል ውዳሴ ከንቱንም አትፈልግ፣ ✝#8ኛ ለሰራሃው ሃጢአት ሳትዘገይ ንስሃ ግባ፣ ✝#9ኛ ልበ ደንዳናነትንና አመፀኛነትን ከአንተ አርቃቸው፣ ✝#10ኛ እንደ እግዚአብሄር ፈቃድ ለመኖርና የቃሉ ሙላት በውስጥህ ኖሮ ከክርስቶስ ጋር መኖርን ተለማመድ በቃሉም ፀንተህ ተገኝ፣ ✝#11ኛ የቅዱሳንን ተጋድሎና ፍቅር በመመልከት እነርሱን ለመምሰል ትጋ፣ ✝#12ኛ ከዚህ በፊት የነበርክበትን የሃጢአት ህይወት ኮንነው ✝#13ኛ ሰዎችን/ባልንጀራህን አፍቅር ከጥላቻም ራቅ፣ ✝#14ኛ ነገርን ሁሉ ለበጎነው ብለህ ተቀበል። ጌታ ሆይ ይህን እንድናደርግ እርዳን አሜን ይቆየን። #ሼር @yemariyam21 @yemariyam21 @yemariyam21
إظهار الكل...
𝗚𝘂𝘆𝘆𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗧𝗼𝗿𝗯𝗲 𝗗𝗵𝘂𝗸𝗸𝘂𝗯𝗯𝗶𝗶 𝗚𝗼𝗼𝗳𝘁𝗮 𝗸𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗜𝘆𝘆𝗮𝘀𝘂𝘂𝘀 𝗞𝗶𝗿𝗶𝘀𝘁𝗼𝗼𝘀 𝗳𝗶 𝗦𝗶𝗿𝗻𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗧𝗼𝗿𝗯𝗲 𝗗𝗵𝘂𝗸𝗸𝘂𝗯𝗯𝗶𝗶 𝗧𝗼𝗸𝗸𝗼 𝗧𝗼𝗸𝗸𝗼. Guyyoota sooma guddaa keessa torban isa dhumaa ykn guyyaa hosaa’inaatii kaasee hanga jala bultii du’aa ka’uumsa Gooftaatti guyyootni jiran Tibba Dhukkubbii Gooftaa jedhamanii waamamu. Torbee kana keessatti Gooftaan keenya nama ta’uu isaatiin gidiraa fi rakkoo inni argetu yaadatama. Jechuunis Gooftaan keenya Iyyasuus Kiristoos dhala namaa gidiraa fi garbummaa seexanaa jalaa baasuuf fedhaa fi hayyema isaatiin jaalatee gidiraawwan kana kan simate malee uumamni ykn dhalli namaa dirqamaan abboomee kan irratti raawwatan miti. Guyyoota Tibba Dhukkubbii Gooftaa 1 . Wiixata: Guyyaa gooftaan keenya Bitaaniyaadhaa gara Iyyerusaaleemitti deemuu muka balasii/harbuu/ firii hin qabne takka argee itti abaaree fi mana qulqullumaa keessatti namoota daldalanitti ol-seenee mi’a isaan daldalaa jiran waliin gadi-isaan yaaseedha. Kanaafuu,guyyaan kun guyyaa abaaramuu balasii fi qulqullaa’uu mana qulqullummaa jedhamee yaadatama. Mat.21:12, Mar.11:20 2 . Kibxata: barsisoonni fariisotaa aangoo inni ittiin raajiiwwan (dinqii) kana ittiin hojjatu guyyaa itti gaafatan waan ta’eef guyyaa gaaffii jadhama. Mat21:23-27 Akkasumas Gooftaan keenya mana qulqullummaa keessatti waan barumsa dheeraa barsiisaa tureef guyyaa barumsaa jedhama . 3 .Roobii: hangafoonni luboota Yihuudotaa fi barreesitoonni Fariisootaa guyyaa Gooftaa qabuuf itti mari’atan waan ta’eef guyyaa murtii/marii yihuudotaa jedhamee beekama. Mat.26:1,Mar.14:9,Yoh.12:9. 4 . Kamisa: Kadhannaa Gooftaan keenya bakka biqiltoota lallisoo keessatti kadhate yaadachuun kadhannaa kamisaa/ kamisa magariisa jedhameera. Mat.26:26 Gooftaan keenya kasoominaan miila duuka-bu’ootaa gadi-jedhee dhiquun “isinis akkanumatti kanneen biroof raawwadhaa” jedhee waan ajajeef dhiqannaa kamisaa/ kamisa ajajaa jedhamti. Yoh 13:1 Gooftaan keenya icciitii qurbaanaa guyyaa itti hundeesse waan ta’eef guyyaa icciiitii jedhama. Mat.26:26. Guyyaa kana Gooftaan waa’ee qurbaana isaa kan kakuu haaraa matuma isaa akka dhiheessu waan dubbateef kamisa kakuu haaraa jedhamti. Guyyaa kana waa’ee bilisummaa dhala namaa waan dubbateef kamisa bilisummaa jedhamti . 5 . Jimataa: Gooftaan keenya Iyyasuus Kiristoos Addaamii fi Ijoollee isaaf beenyaa(furaa) ta’ee Fannoo irratti waan fannifameef guyyaa Fannoo jedhama. Meeshaa adabbii yakkamtootaa kan ture Fannoo guyya itti Gooftaan dhiiga isaatiin qulqulleessee mallattoo jireenyaa, mallattoo araaraa fi ittiin seexana injifannu taasisee nuuf kennedha. Gooftaan aarsaa kakuu haaraa ta’ee of dhiyeessuun dhala namaa garbummaa seexanaa jalaa guyyaa itti bilisa baase waan ta’eef guyyaa bilisummaa jedhama. Yoh.15:15, Gal.5:1. Gooftaan guyyaa itti lubbuuwwaniif fayyinaa fi boqonnaa kenne waan ta’eef guyyaa qulqulluu jedhama. Mat. 27:48-53 6 . Sanbata dura: sanbattan biro irraa kan adda ishee taasisu waa’ee gidirfamuu Gooftaa keenyaaf jecha guyyaa itti soomnu waan ta’ee fi duuti Addaam diigamuun gara jireenya itti jijjiirame jedhamee waan himamuuf sanbata diigame/ jijjiirame (ቅዳሜስዑር) jennaan. Wantoota tibba dhukkubbii Gooftaa keessa raawwataman 1 .Sooma: tibba kana keessa nyaatawwan hedduu irraa of qusanna. Warra danda’amuufis galgala keessaa hanga sa’aatii tokko akka sooman, nyaata akka qorsoo, daabboo, bishaanii fi ashaboodhaan akka nyaatamu kitaaba raawwii dhukkubbii Gooftaa irratti barraaheera. 2 . Wal hin dhungatamu: Gooftaa keenya fannisuuf Yihuudotni “yaa fannisnu, yaa ajjeesnu” waan jedhanii fi Yihuudaan Gooftaa dhungatee dabarsee waan kenneef wal dhungachuun harka wal fuudhuu fi walitti maramanii nagaa wal gaafachuun dhorkaadha. Fannoonis bara Kakuu Durii keessa mi’a adabbii yakkamtootaa fi mallattoo abaarsaa waan tureef Gooftaaan keenya kabajamaa dhiiga isaaatiin qulqulleessee mallattoo injifannoo hanga nuuf godhuutti tibba kana keessa hin dhungannu. (Gal.3:13, Mat. 10:38, 26:29)
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Si'a ⏩41Maal jechaa sagadnaa? Namootni tibba tsoomaa [Dhukkuubii] sababa badii balleessaa [Cubbuu ] isaaf balleessaa Addaamiif dhiphina Gooftaan dhala namaf jedhee arge yaadachaa dhiifama fi Araaraa waaqayyoo irraa argaachuuf si'a ↪️41 akkas jechaa sagadama. Si'a 12 ➡️Maaloo nu fayyisi kiristoos Si'a 12 ➡️Haadha Kee Maariyaamiif jedhii nu fayyisi kiristoos Si'a 12 ➡️ Nutti Araaramii Si'a 5 ➡️Saador , Alaadoor, Daanaat, Adeeraa, Roodaas [ Mismaara shanan] ✧┈┈•◦●◈◎❖◎◈●◦•┈┈✧
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.