cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Iccitii Milkaa'inaa

Milkaa'inni ilma namaaf 85% ilaalcha sammuu isaati Abdii guddaa qabaadhu Hojii cimsi hojjadhu. Milkaa'nni murtiidha(success is a decision)

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
811
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
-130 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

SEERA 20 DHIIROOTAAF: 1. Yeroo hunda dubbii kee eegi - yoo waadaa galte raawwadhu. 2. Dubartoota kabajuu - kabajaa fi kabajaan ilaaluu. 3. Bifa kee eeggadhu - uffata sirritti uffadhu qulqullina gaarii eeggadhu. 4. Dhugaa dubbadhu - hin sobin ykn nama hin gowwoomsin. 5. Jaarsoliif kabaja agarsiisi - gorsaa fi qajeelfama isaanii dhaggeeffadhu. 6. Amanamaadha - hiriyootaafi maatii kee cinaa dhaabbadhu. 7. Itti gaafatamummaa qabaadhu - gocha keetii fi bu'aa isaa irratti abbummaa fudhadhu. 8. Of danda'uu - of kunuunsuu baradhu. 9. Dhiifama gochuu baradhu - haaloo qabachuun yeroo dheeraa qofa si miidha. 10. Gad of deebisuu - bu'aa ba'ii keetiin hin of jaju ykn hin dhaadatin. 11. Obsi - wanti gaariin warra eegutti ni dhufa. 12. Nama bully hin ta'iin - namoota biroo gaarummaa fi gara laafinaan ilaali. 13. Dhaggeeffataa gaarii ta'i - waan namoonni biroo dubbataniif xiyyeeffannaa kenni. 14. Nama wal qunnamsiisu gaarii ta'i - yaada kee ifaafi bu'a qabeessa ta'een ibsaa. 15. Ofitti amanamummaa qabaadhu - ofii keetii fi dandeettii keetti amani. 16. Amanamummaadhaan hojjedhu - yeroo namni ilaalu hin jirrettillee waan sirrii hojjedhu. 17. Naamusa qabaadhu - of to'achuu fi galma kee irratti xiyyeeffadhu. 18. Galata agarsiisi - namootaa fi wantoota jireenya kee keessa jiran dinqisiifadhu. 19. Sammuu banaa ta'i - ilaalchaa fi yaada adda addaa ilaali. 20. Barata umurii guutuu ta'i -of fooyyessuu gonkumaa hin dhiisin                                                 hojmaanni keessan martuu isiniif haa milkaa'u
إظهار الكل...
Ejjennoo fi Karoora ofii Hundeessuu fi Gulaaluuf:- 1. Murtoo hiika hin qabne murteessuu hir'isuu(reduce meaningless decision) Yaada sammuu kee irratti maaltu dhiibbaa fida? ✔️Bareedina qaama keetii isa irra keessaatiin miidhaguu fi miidhaguu dhabuudhaa? ✔️Waan haaraa uumuu dhaa? ✔ Yaada hiriyyoota keetiitii? 2. Waan hundumaa karoorsuu! (plan every things) ✔️Karoora kee barreessi! ✔️Karoora kee madaali! ✔️Karoora kee milkeessi! 3. Ofitti Amanuu Ati nama Ofitti amanuudhaa? Nama moo’ataadhaa? (ARE YOU GENIES? LET'S PROVE IT!) Wantoota afur(4) haalan milkaa'inaaf karaa nama buusan: ✔️Sammuu kee haala kamiin hojjachiifta? ✔️Haala kamiin of dadammaqsitaa? ✔️Of Gammachiiftaa? ✔️Haala kamiin wantoota dhiphisoo damdamattaa? Namni obsa qabu ganama cirracha nyaatee galgala aannan dhuga jedhama mitiiree. Share ♻️ Join ♻️ Share ☀️ @qeerroomotivation ☀️ ☀️ @qeerroomotivation ☀️ ⚠️JOIN⚠️ ━━━━━━━━━━━━
إظهار الكل...
Namni laafaan nama jireenya isaa keessatti 'decision maker' tahuu hin dandeenyeedha. #MurteessiBro🤔
إظهار الكل...
Your future depends on many things, but mostly on you. Fuuldurri kee waan hedduu irratti hundaa'a, ta'ullee irra caalatti si irratti hundaa'a. © Frank Tyger @qeerroomotivation
إظهار الكل...
🚫Hiriyyaan dhabe jattee filannoo hammaattee gadi deebii(isa kaayyoo tee irraa duubatti si harkisu)tti hin hidhatin. 💔Nama gita keetii ykn kan sii olii kan fuulduratti si oofu yoo dhabde kophaa tee imali. Hiriyyaan hiriyyaa caalu kaayyoo kee siif haa tahu. Yoo lubbuun si jiraatte guyyaan haa gahuu malee nama si gitu argatuuf teeysaa haga sanitti filannoon dhabe jattee nama hin taanetti hin hidhatin addunyaas dhabdeeti aakhirattiis salphattaa❗️#Share🙏 👇 @qeerroomotivation
إظهار الكل...
Ogeessi Yaadaa Waan Hunda Hubata. Osoo Ati Hin Dubbatin Adeemsaaf Ilaalcha Kee Ilaalee Si Madaala, Si Beeka. Ogeessi Hubatee Raawwachuuf Malee Ilaalee Dubbachuuf Hin Ariifatu. @qeerroomotivation
إظهار الكل...
8 habits that will solve 99% of your problems. 1. Goal Setting: Set clear and achievable goals to provide direction and purpose in solving problems effectively. 2.Critical Thinking: Develop the habit of analyzing situations objectively, considering different perspectives, and making informed decisions. 3.Effective Communication: Enhance your communication skills, both verbal and written, to express yourself clearly and resolve conflicts with others. 4.Time Management: Prioritize tasks, manage your time efficiently, and avoid procrastination to stay organized and tackle problems promptly. 5.Continuous Learning: Cultivate a growth mindset and commit to lifelong learning. Acquire new knowledge and skills that can help you approach and solve various problems. 6.Resilience and Adaptability: Develop the ability to adapt to change, bounce back from setbacks, and find alternative solutions when faced with obstacles. 7.Problem-Solving Strategies: Learn and apply problem-solving techniques such as brainstorming, root cause analysis, and decision-making frameworks to approach and solve problems systematically. 8.Self-Reflection and Self-Care: Take time to reflect on your thoughts, emotions, and actions. Practice self-care to maintain mental and emotional well-being, which will enable you to approach problems with a clear and focused mind. @qeerroomotivation @qeerroomotivation
إظهار الكل...
qaraxni nurraa Ka'uun,keessaafuu ummata keenyaaf hara galfii fida jennee waan yaannuuf   haga tokko itti gammadnee jirra. erga qabsoo jabduu goonee sagaleen teenya nuuf dhagahamuun waan gaarii dha.bakka feetan jiraattanillee ,namoonni haalli amma dhufe kun akka dhufuuf laffaatan(halkaniifi guyyaa hojjattan) galatoomaa isiniin jechuun barbaada.jijjiiramni dhufe kan deeggaramu ta'us,miidhama yeroo darbe hawaasa mudaterraa bayyanachuuf ganaa yeroo gaafata,kana gubbaan qaala'insi jireenyaatis rakkoo dabalataati.hundaafuu ummanni keenya qabsoofi rakkoo adda addaa keessa darbeeti bakka tana gahe,kanas oolee bulus furmaata ni arkata,"osuma mortuun moortuu,hortuun hortii",jedhamaamii.siichi gaaffiin ummata keenyaa kan biraas keessaafuu hararghee takka takkaan deebii argachuu akka qabdu beekuu qabna.gltma @qeerroomotivation @qeerroomotivation
إظهار الكل...
Kaartaa haala qoqqoodinsa biyya kanaa kan yeroo hayile silasse 1960 oota keessaa (baaleen Bara 1960 hararghe irraa foxxoqxe),kan dergii fi qoqqoodinsa yeroo tibbanaa (yeroo dhiyoon dura) ture agarsiisu.Jalqaba haa ta'u malee maqaan Harargee jedhamu kun Godina Sidamoo, Baalee fi Arsii hamma Hayilasillaaseen godinaaleetti addaan qoodutti of keessatti qabata ture.Bara 1960 naannoon kibba laga Shebelle godina mataa isaa Baalee ta'uun foxxoqfame.bara 1995 lafti maqaa harargeen waamamaa ture Naannoo Oromiyaa, Affaar fi Somaalee gidduutti qoodame.yoon dogongores na oofkalchaa. H M je'amaa nagaan naaf turaa. Seenaa kanaafi kan biraas akkasuma gorsoota garaagaraa hedduu arkachuu yoo barbaaddan channel kana join gochuun arkachuu ni dandeessan. @qeerroomotivation @qeerroomotivation
إظهار الكل...
13Benefits of keeping your life private 1. People don't get to see your plans, they only see results and this constantly keeps them guessing. 2. More respect. Over-familiarity with the public attracts disrespect. 3. Less hate, drama and toxicity from the public. 4. It helps you gain inner-peace and genuine happiness without seeking for validation 5. When you're private, people don't know how and when to attack you. So, you keep haters confused. 6, Other people can trust you more especially with their personal lives. 7. You don't have to depend on others to be happy. 8. It saves you from mental health problems 9. You prioritize your happiness and self-growth more which makes life more beautiful. 10. People can not use your weaknesses against you 11. You focus on your purpose, passion, good relationships and other things that matter most in life without constant distraction. 12. Your self-confidence increases. 13. You become a role model to others. NB: being private is different from being secretive. Please seek help if you need it. I hope this helps. Keep thriving!
إظهار الكل...