cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

ISLAMIC NEWS CHANNEL (Afaan Oromoo)

Channelii keenya kana join godhuun: 👉barnoota Diin Islaam 👉walaloo Islaamaa 👉Footoolee Islaamaa miidhagduu Fi kanneen biroos akka hordoftan kabajaa fi ulfinaan isin Afeerra. 🚌Hiriyoota keessan Afeeruu hin dagatinaa. Yaadaaf, @Dur_Duribot qunnamaa

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
213
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

KUTAA 1️⃣1️⃣ FFAA SEENAA NABI MUHAMMAD S.A.W @Keyralumma By @Ibnu_surur✍️                  ✅ KUTAA 1️⃣1️⃣FFAA DURA KUTAA 🔟FFAA DUBBISUU KEE HUBADHU https://t.me/keyralumma/1495 ✅G109- Eega Ergamaan Rabbii (S.A.W) imaltuu Samiitirraa deebi'e ummata qureeyshiitiif odeeysee? D> eyyee itti odeeyse,ammoo isa hin dhugoomsine Abuu Bakar isa dhugoomse kanaaf Siddiiq jedhamee moggaafme. ✅G110-Akka kuffaarri Qureeyshii isa dhugoomsaniif Ergamaan Rabbii (S.A.W) maal godhe? D> Rabbiin (S.W) isaaf mullisee masjidul aqsaa tokko tokkoon itti hime. ✅G111- Eegasii Ergamaan Rabbii (S.A.W) da'waa isaa itti fufee? D> eyyee gosa 26 irratti islaamummaa irra fiduuf deeme isaanirraa #Banuu haniifaa banuu kalb banuu aamir banii sheeybaan fii banii Muhaarib irra fiduuf deeme. ✅G112-Gosti 26 qeebalanii? D>hin qeeballee nididan ✅G113- Ergamaan Rabbi (S.A.W) eega ergamee amata 11 ffaa kessa maaltu uumame? D> yaroo Hajjiitu dhufe Ergamaan Rabbi (S.A.W) dardara 6 gosa Khazraj warra Madiinaa (Yasrib) irraa qeebale (simate) guddaan isaanii As'ad bin Zuraaraa ture umriin isaa 21 ture Ergamaan Rabbii irraa (S.A.W) dhagayanii islaamawan akka amata dhufu yaroo Hajjii gosa biroo Awsii wajji dhufan baallama waliif seenan bakka tullutti. ✅G114-Amata/woggaa itti dardarri jahan baallama seenan sun dhufanii? D> eyyeen dhufan isaanii wajji gosa Awsii irraa dhufanii nama 12 tahan 8 Khazraj irraa 4 Awsirraa. ✅G115- Ergamaan Rabbi (S.A.W) maalirratti isaan ahaddii naqe? D> akka Rabbitti waatakka itti hinqindeeysine akka hin hanne akka zinaa hin dalayne akka ilmoo isaanii hin ajjeefne akka hin kijibne/sobne akka waan beekkame kessatti hin faalleysine (hin dinne). ✅G116- Ahaddiin sun maaliin mooggaafamte? D> ahaddii Aqabaa duraa jedhan (sanaa/waggaa 12 ffaa eega Ergamaan Rabbi (S.A.W) ergamee tahe) ✅G117- Ergamaan Rabbi (S.A.W) As'ad bin Zuraaraa wajji eenyu erge akka islaamummaa barsiisuuf? D> Mus'ab bin Umeeyr madiinatti isaan wajji erge (Anbaasaddara islaamaa kan Madiinaa kessaa) je'emee moggaafame Sa'ad binu Mu'aaz ifii Useeyd bin Hudeeyr islaamawan lachuutuu damiinnan/duree gosa Awsii turan. ✅G118- Warri Madiinaa islaamawanii? D> eyyeen sanaa (amata) 12 ffaa eega Ergamaan Rabbi (S.A.W) ergamee. ✅G119-Sanaa (amata) 12 ffaa keessa eega Ergamaan Rabbi (S.A.W) ergamee maaltu tahe? D> Madiinarra dhiira 73 fii dhalaa/dubartoota 2 gosa Khazraj fii Awsirra dhufanii Ergamaan Rabbi (S.A.W) wajji taa'anii ahaddii seenan beey'aa/Ahdii aqabaa lammadaatiin bekkamti. ✅G120- Maalirratti ahadii seenan? D> isa dhagaytii fii qaalii godhurratti yaroo rakkoo fii balloo irratti nafaqan gaaritti ajajanii hamturraa waldhoorka akka isaaf tumsanii irraa dhoorgan haqa Rabbii kessatti akka jattee namaa hin sodaannee haqa dubbata yoo kana dalagan jannanni akka isaaniif jiru irratti waliif galanii ahaddii seenan...ITTI FUFA          G109- Yaada qabdaniif 👉🏾 @ibnu_surur -------> @B_Islaamummaa <------- -----------> @abu_abdalah1 <---------- ----------->  @amirtemam1 <--------- ---------->  @Ibnutemiya6  <---------- -----------> @hafiz_jihad <---------
إظهار الكل...
🔊KEYRAL-UMMA-TUBE

SEENAA NABI MUHAMMAD S.A.W @Keyralumma By @Ibnu_surur         ✅ KUTAA 🔟FFAA ✅G100- yaroo Ergamaa Rabbii (S.A.W) Makka gaye eenyuutu nagaya eenyuu jalatti Makka seene? D> nagaya Mux'im bin Adiyyi jalatti seene. G101- tasa maaltu Nabi Muhammad (S.A.W) argate? D> sadarkaa Rabbi biraa taheen mi'iraaja (samii bahe) G101- imaltuun israa'a wal mi'iraaj(samii bahuu) yoom tahe? D> baatii Rajab 27ffa amata 10 eega Nabi Muhammad (S.A.W) ergamee kessa tahe. G102- imaltuun israa'a wal mi'iraaj(samii bahuu) essarraa eegale ? D>Masjidul Haraam Makka irra Masjidul Aqsaa beeytul Maqdistti, Masjidul Aqsaa irraa gara samii torbanii olii. G103- maalif samii bahuun barbaachise? D> Kabajaa Rasuula Rabbiitiif (S.A.W) obsa daradra irratti obseef jacha,yoo warri dachii irraa garagale warri samii isa simata,nabiyyoota malaaykoota Rabbii guddaa isa uume hindi isaanii isa simatan. D104- amni samii bahuu akkam ture? D> dura yaroo 7 Ka'abaa xawaafe,eegasii waan lafarra deemu buraaq ja'aniin yaabbiif itti fidan,Nabi Muhammad (S.A.W) Jibriilii…

SUBSCRIBE
FOLLOW
J O I N
JO IN
Orom-biyyaa Biyya daangaan fagoo Alaa keessaan urgaa Jiituu kurfoo quuftuu Gammoojjiin sii margaa. Uumamaan badhaatuu Biyya albuddanii Biyya deymaa dhadhaa Shankooraaf aannanii. Yoomuu si tikfannaa Hambifnee qoqqoodaa Faffagaachuu dhiifnee Lafee wal barbaadaa. Jimmas tahi Arsii Booranaa fi Shawaa Harargee fi baaleef Tokkummaatu dawaa. Wallaggas haa tahu Gujii fi boorana Iluu abbaa booraa Tokkoomnu barana!!! Qoodamuun salphinaa Xurree eeboo diinaa Waliini bareennaa Wal malee maal qabnaa. ✍✍Salah Qeeransoo @bfwalaloo @bfwalaloo @bfwalaloo Join for more👇 👇👇👇👇👇👇👇 t.me/bfwalaloo
إظهار الكل...
Walaloo fi Baacoo😂

Channelii keenyaaf miseensa tahuun, 💫 Walaloo Oromummaa 💫 Walaloo Jaalalaa 💫 Gaaffii deebii Oromummaa 💫 Baacoolee gara garaa fi kan biroos nu waliin qooddachaa Aartii keenya waliin haa guddifnuu jenna. 💥Yaadaaf @qeransoyebot commentbot qunnamaa!!

📚 GORSA HADIISA KEESSA DHUFE. 📚 ➡ Nama 3 Kan Rabbiin hin dubbifne kamfaa dha? 1.Nama huccuu lafarra harkisu 2. Nama kakuu kijibaatiin horii heddummeeffatu. 3. Nama waan kennate deebi’ee himatu. ➡ . Waa lama tan yoon rabbiif jecha of qaban rabbiin Jannata namaa kennu maal faa dha? 1. Arrabaa fi 2. Qaama saalaa. ➡ Maali haalli lama kan Mu’uumina keessatti walitti hin qabamne? 1. Dooynummaa (qorqodina) 2. Haala hammaachuu ➡ . Saalaanni yoon nama dabre akka nama warra ofii dhabee tahan salaata kami? Salaata Asrii ➡ . Irra caaltuun Sadaqaa kami? Xiqqoo qabdurraa kennachuu.
إظهار الكل...
Itti fufa.... ✍️
Se more.. ✍️
Gorsa Dabalataaf
🏴🏳🏴🏳🏴🏳🏴🏳🏴🏳Channelii walaloo jettanii?? Kunoo akka waadaa galletti chaannelii walaloo bareedaa qabannee isiniif dhufnee jirra. Join godhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇
إظهار الكل...
✍Walaloo fi Baacoo✍
🚩Orom-Biyyaa🚩
😇Waldorgommii walaloo😇
Isinumti of oolchaa! Dhukkuba hammaataa Kan qaama hadoochu Balaa tasaa hunda Rabbi isin haa olchu. Summaa'uu qilleensaa Faalama galaanaa Rabbi isin hin mudin Dhukkuba koronaa. Sareen ciniinamuu Harreedhaan dhiitamuu Basoon si kotteeysuu Joolleen si fottoysuu Diina ofii dhaadheessuu Rabbiin si haa baasu. Waan akka hamii faa Jibbaadhaaf hadoochaa Sobaan wal qoqqooduu Isinumti of oolchaa......... 👇 👇
إظهار الكل...
🤲Aamiiiin🤲
Rabbi isin habaraaru
🏴🏳🏴🏳🏴🏳🏴🏳🏴🏳Channelii walaloo jettanii?? Kunoo akka waadaa galletti chaannelii walaloo bareedaa qabannee isiniif dhufnee jirra. Join godhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇
إظهار الكل...
✍Walaloo fi Baacoo✍
🚩Orom-Biyyaa🚩
😇Waldorgommii walaloo😇
🌷Gaaffiif deebiin keenya arraa Kana fakkaata👇          ➖➖➖➖➖➖            @ibnu_surur ✍️ ✅Ijoollee shmarranii ilmaan Nabi Muhammad (S.A.W) keessaa guddittiin/hangaftittiin eenyu? 1. Ummu khulsuum 2. Ruqiyyaa 3. Zeynabaa 4. Faaxuumaa 🙋‍♂️Yaada Qabdanuuf 👇asiin nuun gahaa👉 @ibnu_surur ✍️
إظهار الكل...
Deebiidhaaf
👉Asiin kottaa deebisaa
Facebook irratti
3. Zeynabaa
🎤🔊🔊🔊🔊🔊🔊 🎤 🔊 🎤 🔊 🎤 🔊 🎤 🔊 🎤 🔊 🎤 🔊 🎤🔊🔊🔊🔊🔊🔊 🎤 🎤 🎤 🎤 🎤 🎤 🎤 🎤 🎤 Promotion Time! 🔵🔵🔵🔵🔵🔵🔵🔵 🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣
إظهار الكل...
✅ Walaloo fi Baacoo
Bashannanaaf (Just....
Gaaffii deebii Oromummaa
Islamic News channel
⚡️Awwii Media
✅Qoosaa
Dhaangaa walaloo
✍Galmee channeliif✍
😜Dhugooma Abjuu😘
Ijoolee G/G ❤️ የ ጎ/ጉ ልጆች
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.