cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Gadaa Isportii™®

👉 #Gadaan_Bilisummaa_Dha HATRICK ⚽⚽⚽ GADAA SPORT FOR QUBEE GENERATION .Waa'ee isportii ⚽⚽⚽ .Jijiraawwaan addaa addaa 💰💰💰 .Oddeefannoo waltawaa isportii⚽🎾⛳🏀🎱🎳🏆🏇 .Seenaa taphaata 🏆🏆🏆⚽⚽ .Taphoota live ✅✅✅ Yadaa qabdan @SUUF70

إظهار المزيد
فنلندا269لم يتم تحديد اللغةالرياضة4 128
مشاركات الإعلانات
18 980
المشتركون
-524 ساعات
+2727 أيام
+70530 أيام
توزيع وقت النشر

جاري تحميل البيانات...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تحليل النشر
المشاركاتالمشاهدات
الأسهم
ديناميات المشاهدات
01
David Raya's 2023/24 so far: 👕 31 matches ⛔️ 16 clean sheets 👏 66% save success One Castrol Golden Glove award 🏆 @Gadaaisport @Gadaaisport
7600Loading...
02
Maayikeel Ooliisen Cheelsii, Arsenaal fi Maanchistar Yunaayitid biratti dinqisiifatama jira. 🔗 Fabrizio Romano - Sky Italia                     Ⓢⓗⓐⓡⓔ              @BurqaaIspoortii              @BurqaaIspoortii
7470Loading...
03
🚨 Toomaas Tuuhel leenjisaa Baayermuniik tahe akka itti hin fufne ibseera. Tuuhel🗣️ "Ibsi gaazexeessitootaa kun ibsa koo isa dhumaa leenjisaa Muuniik tahe kennedha. Kilabicha gadhiisaan jira. As turuuf marii taasisne turre garuu waliigalteerra gahu hin dandeenye. Dhuma torbee kanaatti Baayer Muuniik nan gadhiisa."             Ⓢⓗⓐⓡⓔ         @BurqaaIspoortii         @BurqaaIspoortii
6780Loading...
04
🚨Waggoota lamaan dhufaniif Maanchistar Yunaayitid Oolditiraafoorditti arguu  dhiisuu akka dandeenyu ibsameera. Waggoota lamaan itti aanan keessatti taphoota dirree isaanii irratti taasifamu Weembileey irratti ta'uu akka danda'u ibsameera Sababni kun tahufis Olditiraafoord haaromfamee garee dubartootaa Maanchistar Yunaayitidif dhaabbataadhaan akka kennamuu fi Maan Yunaayitid Istaadiyeemii haaraa hojjetanii hanga xumuranitti akka tajaajiluf tahu ibsameera. @oduu_isportii
5460Loading...
05
OFFICIAL | Tiyaagoo Alkaantaraa dhuma waggaa kanaatti Liivarpuul gadhiisee ni deema, ifatti taphatichii deeggartoota kilabichatti nagaa dhamera. @oduu_isportii
5930Loading...
06
✅️Kirstaanoo ʀᴏɴᴀʟᴅᴏ:“Namni hundi Kiristiyaanoo ta’uu barbaada, garuu naamusni waan hunda caalaa ulfaataa waan ta’eef rakkisaadha.”(via: WHOOP) @Gadaaisport @Gadaaisport
5430Loading...
07
ODUU GAMMACHIISAA Namoonni Notcoin hojjeecha turtaan Baga Gammaaddan Notcoin mallaqaa kanfaleera.. warraa duraan hin hojjeennee  Ammoo carraan kun osoo isin hin darbin itti fayyadaama Hojiin kun TAPSWAP jedhama Hojiin kun akkaataan isaa akkuma notcoin yoo ta'u yeroo muraasa keessatti miseensa baayyee horatee jira Hojii kana jalqabuuf liinkii kana gadii tuquudhaan start godhaa  👇👇👇 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5770452645 👆👆👆👆👆 sana booda play godhaa Hojii kana hojjechuun baayyee salphaadha screen mobaayila keessan tuquu qofaan ykn tap tap gochuudhaan coin funanaachu dandeessu Akkasumas task kan jedhu keessa seenuudhaan hojii xiqqoo hojjechuudhaan Coin baayyee argachuu dandeessu Kana malees linkii keessan namaaf share gochuu qofaan qarshii guddaa irraa argattu Akkasumas Boost kan jedhu keessa seenuudhaan galii keessan guddifachuu dandeessu Hojicha jalqabuuf 👇 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5770452645 Ammumaa hojjeedha guyyaa muraasa qofatu hafa
1500Loading...
08
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5770452645
10Loading...
09
Joozee Mooriinihoo: Kilaboota VAR hafu qaba jedhan irratti🗣 "Hattoota qofatu waa'ee kaameraa nageenyaa irratti komii dhiheessuu danda'a."😂             Ⓢⓗⓐⓡⓔ         @BurqaaIspoortii         @BurqaaIspoortii
9130Loading...
10
✅ OFFICIAL Liivarpuul Joo'el Maatip ganna kana kilabicha akka gadhiisuu beeksisaniiru.             Ⓢⓗⓐⓡⓔ         @BurqaaIspoortii         @BurqaaIspoortii
9030Loading...
11
#BREAKING ✅️Kilaboonni Piriimiyerliigii bara dorgommii dhufu irraa eegalee sirna VAR haquuf yaada dhihaate irratti walgahii waliigalaa waggaa isaanii ji'a dhufu irratti ni gaggeessu 🗳️ VAR bara dorgommii Piriimiyerliigii Ingiliiz 24/25f sagalee caalama yoo argate haqummuu danda'a! 🤯 @Gadaaisport @Gadaaisport
9130Loading...
12
Media files
8140Loading...
13
✅️Amala kilabootaa torban 37'n darbanii Man city :- beekumsa kubbaa miillaa, leenjisaa taaktikaan baay'ee fagaatee deeme, kan kubbaan miillaa addunyaa addumaan dursee galeef, taphattoota karoora taphaa leenjisaan baasu hojiirra oolchuu irratti mudaa tokkollee hin qabnee fi kilabii maallaqa gahaadhaa ol qabu gaafa taatu eenyullee ol utaales gadi utaales homaa tokko fiduu hin danda'u homaa tokkoyyuu milkaa'inni kun edaa'ama qabxiiwwan armaan oliitiin kan dhufeedha !!! Arsenal :- Garee kilabii xiqqoo gaafa argatu tapha bareedaa taphatu, kilabii gahumsaan isatti dhiyaataniif maqaa gurguddaa qaban waliin gaafa taphatu immoo tapha miidhagaa caalaa qabxii argachuurratti garee xiyyeeffatu akka barbaachisummaa isaattis daqiiqaa 60 fi isaa ol kan ittisu waggaa guutuu garee bifa armaan olii qabu nu daawwachiisaa bahe, qabxiin isaa fooyya'ee shaampiyoonummaadhaaf morkachuusaa keessatti tooftaan taphaa an armaan olitti kaase isaan ijoodha. Liverpool :- Kilabii rakkina hedduu damdamatee liigicha yeroo dheeraadhaaf dursaa ture rakkoo addaa kilabichi gara fuulduraatti itti adeemaa jiru humna koon oli jechuun dursanii osoo eenyullee hin argin arganii hojiirraa fedha isaanii akka ka'an kan murteessan Aab Klopp boodarra rakkoon sun ofiisaaf mul'ataa dhufuun sadarkaa isaanii gadhiisiseera kun hunduu ta'ee garuu Jergen klopp hirmaannaa shaampiyoonsi liigii awurooppaa boonanii milkeessanii kabajaan Anfield gadhiisanii bahuuf deemu Manchester United :- Kilabii akka maqaa isaatti buluuf rakkate, amalli leenjisaa kilabichaa immoo amala kaabinoota mangistii biyya keenyaa warra durii kan fakkaatu ( dhiifama warra ammaa dhaggeeffadhee hin beekuufini 😁) kaninni haasa'uuf waanti qabatamaan lafa jiru kan wal hin agarre, taphattoota dhibaa'oo gaafa torbanii eeggatanii salphinaaf kan dirree seenan, garee qindoomina waanti jedhamu maal akka ta'e hin galleef, maqaa guddaa fi baayina deggertootaatiin addunyaarraa sadarkaa 1ffaa qabatee qabxii dirree irraatiin guyyaadhaa gara guyyaatti mataa sir alex charman Ferguson osoo hin hafin gadi qabaa garee jiru, garee mataaf miilla hin qabne wayii tokko wajjin waggaa guutuu gatantaraa baane 🥺 Chelsea :- Garee ofiimasaa surprise godhu tapha salphaa goolii hedduu galcha jedhamee eegamu rakkatee 3 - 1 injifatama isayyuu gareen faallaa carraa hedduu balleesseeti malee goolii kanaa ol keessummeessuu ni danda'as ta'a, tapha itti cima jettee eegdummoo garee faallaa irra jabaatee raajii nu jechisiisaa kan bahe taphattoota garechaa hundi walii galanii nama tokko akka inni goolii galchuufiif kan bakka buufatan garee fakkaatu, Chelsea football club kan jedhu Palmer football club jechuun namoonni hedduun kan itti qoosan mucaan warra seenegaal Jackson goolii xaaxaa isa fixate hedduu balleessuudhaan sadarkaa kan itti qabatee fi qorumsaa poochetiinoo waggaa jalqabaa oobdii warra cuquliisaatti qabaatan kan itti gamaggamames tureera! zooroo zooroo akkuman kanaan dura irra deddeebi'ee dubbachaa ture liigii pep gaardiyoolaan keessa jiru keessatti kilabii biroo qabattee shaampiyoonii ta'uun baay'ee baay'ee ulfaata kanaan dura namoonni kana godhan Moorinihoo, klopp fi Antonio koontee qofadha jarri kun immoo seenaa kubbaa miillaa keessatti leenjistoota adda durummaan waamaman keessaa tokkodha dhumarratti garuu kubbaan miillaa raajii nun agarsiifne hin qabdu torbanni 38ffaan aduu akkamii akkaseen qabattee baatu waan hin beekneef ammas abdiin hin kutinaa warri abdii qabdan jechuun barbaada galatoomaa!!🙏 ✍@kiya_junior 📃#Natty_Dawit Ⓢⓗⓐⓡⓔ         @BurqaaIspoortii         @BurqaaIspoortii
8810Loading...
14
Arsenaal hidhannoo isaanii isa jalqabaa bara dorgommii dhufu itti fayyadaman ifoomsaniiru.             Ⓢⓗⓐⓡⓔ         @BurqaaIspoortii         @BurqaaIspoortii
8370Loading...
15
✅️Maanchister Siitiin hidhannoo isaanii isa jalqabaa bara dorgommii dhufu ykn 2024/25 itti fayyadaman ifoomsaniiru.             Ⓢⓗⓐⓡⓔ         @BurqaaIspoortii         @BurqaaIspoortii
9580Loading...
16
. Arsenaal waancaa pirimer liigii kan injifate waggoota 20 dura bara dorgommii 2003/4 ture ergasii abjuu waggoota dheeraa itti tahee jira. Bara kana hoo akkam tahuuf jira.?
8790Loading...
17
Bruno Fernandes 🗣Amma kilabiin kun na barbaadeef qaamaa project isaa na godhateetti asuman tura, garuu sababa tokkoon akkan deemu nii fedhu taananis nan deema. Big respect Captain. @oduu_isportii
8730Loading...
18
🚨|NEW Maanchistar Yunaayitid jijjiirraa ganna kanaan taphataa sarara ittisaa bitaa haaraa mallatteessisuuf qophaa'aniiru. [Faabriiziyoo Roomaanoo] @oduu_isportii
9200Loading...
19
Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee xumuraa. 💠Dilbata 12:00 🔰 Maan Siitii Westhaam waliin 12:00 🔰 Arsenaal Everteen waliin 12:00 🔰 Bireentfoord Niwkastil waliin 12:00 🔰 Biraayteen Maan Yunaayitid waliin 12:00 🔰 Barnileey Notinghaam waliin 12:00 🔰 Cheelsii Bornmawuz waliin 12:00 🔰 Kiristal Paalaas Astonvilaa waliin 12:00 🔰 Livarpuul Wolviis waliin 12:00 🔰 Luteen Fulhaam waliin 12:00 🔰 Sheefild Tootenham waliin @Gadaaisport @Gadaaisport
1 0311Loading...
20
🔥🔥Channallii Kubbaa Millaa Deggartotaa kilbaa Hundaa of kessaattii qabatee🔥🔥 Chaanaalii  Kunii  jaallatamumma guddaa horacha jiruniin  sa'aatii 24 waa'ee Kubbaa millaa kan irraa argattan yoo tahuu Join gochuun itti dabalama 😍👇 @OroIspoortii2 @OroIspoortii2
3250Loading...
21
ODUU GAMMACHIISAA Namoonni Notcoin hojjeecha turtaan Baga Gammaaddan Notcoin mallaqaa kanfaleera.. warraa duraan hin hojjeennee Ammoo carraan kun osoo isin hin darbin itti fayyadaama Hojiin kun TAPSWAP jedhama Hojiin kun akkaataan isaa akkuma notcoin yoo ta'u yeroo muraasa keessatti miseensa baayyee horatee jira Hojii kana jalqabuuf liinkii kana gadii tuquudhaan start godhaa 👇👇👇 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5770452645 👆👆👆👆👆 sana booda play godhaa Hojii kana hojjechuun baayyee salphaadha screen mobaayila keessan tuquu qofaan ykn tap tap gochuudhaan coin funanaachu dandeessu Akkasumas task kan jedhu keessa seenuudhaan hojii xiqqoo hojjechuudhaan Coin baayyee argachuu dandeessu Kana malees linkii keessan namaaf share gochuu qofaan qarshii guddaa irraa argattu Akkasumas Boost kan jedhu keessa seenuudhaan galii keessan guddifachuu dandeessu Hojicha jalqabuuf 👇 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5770452645 Ammumaa hojjeedha guyyaa muraasa qofatu hafa
3211Loading...
22
✅ KILAABA PIREEMER LIIGII INGIILAAND KEESSA KAAM DEGGAARTA?
6620Loading...
23
Deeggartootni Manchester United channel telegram kana join godhaa https://t.me/Manchester_United_fan2
1 5200Loading...
24
🔥🔥Channallii Kubbaa Millaa Deggartotaa kilbaa Hundaa of kessaattii qabatee🔥🔥 Chaanaalii  Kunii  jaallatamumma guddaa horacha jiruniin  sa'aatii 24 waa'ee Kubbaa millaa kan irraa argattan yoo tahuu Join gochuun itti dabalama 😍👇 @OroIspoortii2 @OroIspoortii2
1 7010Loading...
25
Gabatee sadarkaa Piriimiyerliigii Ingiliiz torbee 37ffaa; [TOP 10] 📸 @Liveisporti @Liveisporti
2 0471Loading...
26
Cheelsiin tapha Piriimiyerliigii Ingilaand 4 walitti aansuun injifaateera. Kunis kan ta'ee Onkoloolessa(October) 2020 booda isa jalqabaati. @Liveisporti @Liveisporti
1 8350Loading...
27
🚨BREAKING: Kilaboonni Piriimiyerliigii bara dorgommii dhufu irraa eegalee sirna VAR haquuf yaada dhihaate irratti walgahii waliigalaa waggaa isaanii ji'a dhufu irratti sagalee kennuuf jiru! [Deevid Ornstein] @Gadaaisport @Gadaaisport
1 6300Loading...
28
✅ KILAABA PIREEMER LIIGII INGIILAAND KEESSA KAAM DEGGAARTA?
1 0901Loading...
29
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Tapha qixxeessitu Pirimer Ligii Ingilaand. ⏰ Xumurame' Maan Yunaayitid 3-2 Niwukaastil ⚽️ Maayinoo ⚽️Gorden ⚽️ Amad ⚽️ Haal ⚽️ Hoyilund     🏟 Dirree Oldtraford @Gadaaisport @Gadaaisport
1 8020Loading...
30
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Tapha Qixxeessituu Pirimer Ligii Ingilaand torbee 34ffaa ⏰ Xumurame' Biraayitan 1-2 Cheelsii ⚽️Weelbeek 90+5' ⚽️ Paalmeer 34' ⚽️ Nikuunkuu 64'              @Gadaaisport @Gadaaisport
1 8350Loading...
31
#Breaking🔥 📡 LINK TAPHOOTA PIRIIMEER LIIGII KALLATTIIN(LIVE) DABARSUU GAADHIFAMEERA.. LIVE DAWWACHUUF JOIN , LINK ,LIVE 👇👇👇👇👇
2900Loading...
32
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Tapha qixxeessitu Pirimer Ligii Ingilaand. ⏰ Boqonnaa' Maan Yunaayitid 1-0 Niwukaastil ⚽️ Maayinoo 31'     🏟 Dirree Oldtraford @Gadaaisport @Gadaaisport
1 9950Loading...
Photo unavailableShow in Telegram
David Raya's 2023/24 so far: 👕 31 matches ⛔️ 16 clean sheets 👏 66% save success One Castrol Golden Glove award 🏆 @Gadaaisport @Gadaaisport
إظهار الكل...
10👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
Maayikeel Ooliisen Cheelsii, Arsenaal fi Maanchistar Yunaayitid biratti dinqisiifatama jira. 🔗 Fabrizio Romano - Sky Italia                     Ⓢⓗⓐⓡⓔ              @BurqaaIspoortii              @BurqaaIspoortii
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 Toomaas Tuuhel leenjisaa Baayermuniik tahe akka itti hin fufne ibseera. Tuuhel🗣️ "Ibsi gaazexeessitootaa kun ibsa koo isa dhumaa leenjisaa Muuniik tahe kennedha. Kilabicha gadhiisaan jira. As turuuf marii taasisne turre garuu waliigalteerra gahu hin dandeenye. Dhuma torbee kanaatti Baayer Muuniik nan gadhiisa."             Ⓢⓗⓐⓡⓔ         @BurqaaIspoortii         @BurqaaIspoortii
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
🚨Waggoota lamaan dhufaniif Maanchistar Yunaayitid Oolditiraafoorditti arguu  dhiisuu akka dandeenyu ibsameera. Waggoota lamaan itti aanan keessatti taphoota dirree isaanii irratti taasifamu Weembileey irratti ta'uu akka danda'u ibsameera Sababni kun tahufis Olditiraafoord haaromfamee garee dubartootaa Maanchistar Yunaayitidif dhaabbataadhaan akka kennamuu fi Maan Yunaayitid Istaadiyeemii haaraa hojjetanii hanga xumuranitti akka tajaajiluf tahu ibsameera. @oduu_isportii
إظهار الكل...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
OFFICIAL | Tiyaagoo Alkaantaraa dhuma waggaa kanaatti Liivarpuul gadhiisee ni deema, ifatti taphatichii deeggartoota kilabichatti nagaa dhamera. @oduu_isportii
إظهار الكل...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
✅️Kirstaanoo ʀᴏɴᴀʟᴅᴏ:“Namni hundi Kiristiyaanoo ta’uu barbaada, garuu naamusni waan hunda caalaa ulfaataa waan ta’eef rakkisaadha.”(via: WHOOP) @Gadaaisport @Gadaaisport
إظهار الكل...
🖕 1

👏 6
Photo unavailableShow in Telegram
✅ OFFICIAL Liivarpuul Joo'el Maatip ganna kana kilabicha akka gadhiisuu beeksisaniiru.             Ⓢⓗⓐⓡⓔ         @BurqaaIspoortii         @BurqaaIspoortii
إظهار الكل...